SlideShare a Scribd company logo
1 of 47
Gabaasa Raawwii Hojii Ji’a 6
Bara 2009
Gurraandhala, 2009
Adaamaa
QajeelfamaGaheeHojiiSapparva
ayizarootaManneenBarnootaaNa
annooOromiyaa
Lak. 1/2010IbsuufQophaa’e
1
 Supparviizyiniin adeemsa hojii
barnootaa keessatti hojiilee
madaaluun imaammata barnootaa,
dambiiwwaniifi qajeelfamoota adda
addaa bu’uura godhachuun hojiin akka
hojjetamu, raawwiirratti rakkoon yoo
uumame sirreeffamni akka taasifamuuf
deggersa ogummaa kennuudha.
2
Barbaachisummaa Qajeelfama kanaa:
Barbaachisummaa…
 Kaayyoon supparviizyiinii hojii baruufi
barsiisuu fooyyessuufi barsiisota
waliin hojjechuudha. Kanaaf
supparvaayizerri barsiisonni salphaatti
rakkoo battalaa akka furaniif
gargaaruu qofa osoo hin taane,
adeemsa qorannoo baruu-barsiisuu
keessatti barsiisota waliin
waltumsaanii akka hojjetan gochuun
waan barbaachiseef.
3
 Fedhii barsiisotaafi hawaasa barnootaa
guutuuf hojiin supperviizyiinii walitti
fufiinsaan akka raawwatamu gochuun
manneen barnootaa deeggaruun
barbaachisaadha.
 Daandeettiiwwan kuufamaa
miseensota dhaabbatichaa
hojjattoota/barsiisota si’aayinaan hojiitti
bobbaasuufi gahumsaa isaanii
dagaagsuuf ni barbaachisa
Barbaachisummaa
4
Kutaa Tokko
Tumaalee Waliigalaa
1.Mata Duree Gabaabaa
Qajeelfamni kun “Qajeelfama gahee
hojii supparvaayizaroota manneen
barnoota Naannoo Oromiyaa Lak.
1/2010” jedhamee waamamuu ni
danda’a.
5
Ibsa Koornayaa
3.Qajeelfama kana keessatti jechi
koornayaa dhiiraatiin ibsame dubartiis
ni dabalata.
Kutaa Lama
4.Ulaagaallee Supparvayizaroonni Manneen
Barnootaa Ittiin Filatamuu qaban
4.1. Qophii Barnootaa Ilaalchisee
4.1.1. Supparvaayizara Manneen Barnoota
Sadarkaa Tokkoffaaf hoggansa barnootaa ykn
Saayinsii Hawaasaatiin Digirii 1ffaan Yunnivarsiitii
gosa barnootaa kanneen leenjisuuf eeyyama
qabu irraa kan eebbifaman ta’ee manneen
Barnootaa sad. 1ffaa yookaan sadarkaa 6
Kutaa Lama…
 4.1.2. Supparvaayizara Sadarkaa Lammaffaa
(9-12)
Hoggansa barnootaa, gosa barnootaa
ogummaa barsiisummaa kamiinuu Digirii
lammaaffa qabaatanii leenjii hoggansa
(PGCSS) Yunnivarsiitii gosa barnootaa
kanneen leenjisuuf eeyyama qabu irraa kan
eebbifaman ta’ee manneen barnoota sad. 1ffaa
keessatti Supparvaayizara yookaan dura bu’aa
manneen barnoota akkasumas manneen
barnoota sad. lammaffaa(9-12) keessatti dura
bu’aa ta’anii kan tajaajilan ta’uu qaba.
7
4.2. Muuxannoo Hojii Barbaachisu
8
Manneen barnootaa sadarkaa
tokkoffaa yookan lammaaffa keessatti
dura bu’ummaa yookan
Supparvaayizarummaan waggaa 3fi
isaa oli kan tajaajilaniifi raawwii hojii
isaaniitiin sadarkaa olaanaarra kan
jiran ta’uu qabu.
4.3. Teessoo Supparvaayizaraa
 Teessoon supparvaayizaroota
Manneen Barnoota sadarkaa
tokkooffaafi lammaffaa manneen
barnoota raawwii hojii isaaniitiin gaarii
ta’aniifii hanga danda’ametti
giddugaleessa wiirtuu gurmuu
Manneen barnootaa isa jala jiran
keessa ta’uu qaba.
 Supparvaayizaroonni manneen
barnootaa wiirtuu gurmuu manneen
barnootaa keessatti kutaan
ofdanda’ee kennamuufii qaba. 9
a) Karoora hojii manneen barnootaa waliin
qopheessanii hojiirra oolchuuf kan
gargaaran manneen barnootaa wiirtuu
sana jala jiran irraa galii keessoo isaanii
irratti bu’uureeffachuun murtee Gamtaa
Maatii Barsiistotaa manneen barnootaan
maallaqaa ykn meeshaan kan gumaachan
ta’a.
10
4.4. Madda Faayinaansii
ITTI FUFA...
Baajatni kun haaluma karoora wiirtuu
gurmuu manneen barnootaa sanaan
maallaqni sassaabamuu bunaaf shaahii
yeroo leenjii sadarkaa wiirtuutti
gaggeeffamuu fi bittaa meshaalee
barreessaatiif qofa kan oluu ta’ee kan
hogganamu Supparvaayizara manneen
barnootaa wiirtuu sanaafi miseensota
keessaa kanneen filataman
barreessaafi qarshii qabaan ta’a.
11
Kutaa Sadii
 Haalota Supparvaayizarootni Deeggarsa
Ogummaa Itti Kennuu Qaban
Haalotni supparvaayizarootni manneen
barnootaa deeggarsa ogummaa itti kennuu
qaban sadarkaa manneen barnootaa kan
bu’ureeffate ta’ee, supparvaayizarri manneen
barnootaa sadarkaa tokkoffaa shanii hanga
torbaatiif deeggrsa ogummaa kan kennan yoo
ta’u, supparvaayizarri sadarkaa lammaffaa
immoo manneen barnootaa sadarkaa 2ffaafi
qophaa’inaa sadii hanga shanii kennuu qabu.
12
Daangaa Supparviizyinii Barnootaa
Deggarsa Ogummaa Itti Kennuu
Qaban…
Daangaan supparviizyinii kanneen armaan gadii
ofkeessatti qabaata. Isaanis:
1. Haala baruu-barsiisuu waliigalaa
2. Dareebarnootaa,barattoota,barsiisota
3. Sirna barnootaafi meeshaalee deggersa
barnootaa
4. Hawaasa mana barumsaafi naannoo
5 . Hojii hoggansaa kkf.
13
Daangaa Supparviizyinii…
 supparviizyiniin ammayyaawaa
xiyyeeffannoo bal’aa haala baruu-
barsiisuu waliigalaafi fedhii fooyya’insa
barachuu barattootaa kan barbaadan
kanneen akka barsiisotaa, barattootaa,
hoggansa manneen barnootaafi
hawaasaaf kenna.
14
6.Adeemsa Supparviizyinii
Barnootaa
Hojii hojjatamu hunda karooraan
hogganamuun kan hojjetamu ta’a.
Hojii barnootaa bifa gurmaa’een
akka hojjatamu deeggarsa
ogumma kennuu;
15
6.Adeemsa Supparviizyinii
Barnootaa
 Galma ga’iinsa kaayyoo mana
barnootaaf deggarsa ogummaa bifa
guutuu ta’een hawaasa mana
barumsaaf kennuu; Kunis
barsiistotaa, hojjataa deegarsaa,
Gamtaa Maatii Barsiistotaafi
Barattootaa akkasumas barattoota
kan hammatuudha.
16
6.Adeemsa Supparviizyinii
Barnootaa
 Supparviiziniin adeemsa galma
ga’iinsa gochaalee keessatti
kaka’umsa uumuufi qajeelchuu waan
ta’eef deggarsa ogummaa kenname
irratti yaad-deebii kennuufi qaama
dhimmi ilaaluf yeroo yeroon gabaasuu;
17
7.Aangoofi Gahee Hojii Supparvaayizaroota
Manneen Barnootaa
7.1. Aangoofi Gahee hojii supparvaayizara
Wiirtuu Gurmuu Manneen Barnota
Sadarkaa 1ffaa:
1.Geengoo qulqullina barnootaa
manneen barnoota hunda keessatti bifa
walfakkatuun hojii irra ooluu isaa
deeggaruufi hordofuu;
2.Rakkoo bulchiinsa gaarii manneen
barnoota keessa jiran adda baasuun
furmaata kennaa deemuu; 18
AangoofiGaheeHojiiSupparvaayizaro
otaa
3.Ilaalchaafi gocha kiraa
sassaabdummaa hawaasa manneen
barnootaa keessatti calaqqisan
dhabmsiisuuf hojjachuu;
4.Fedhii leenjii barsiistotaafi dura bu’oota
manneen barnootaa adda baasuun
leenji gaggabaaboo kennuu;
5.Qoodiinsa wayitii barnootaa ogummaa
karaa jiddu galeessa godhateefi
madaalawaa ta’een raawwatamuu isaa
mirkaneeffachuu; 19
AangoofiGaheeHojiiSupparvaayizaroota
a
6.Dagaagina ogummaa walitti fufaa
barsiistoonnifi dura bu’ootni manneen
barnootaa akka hojjatan taasiisuufi ofiifis
hojjachuu;
7.Sadarkaa guddinaa, jijjiiraa barsiistotaafi dura
bu’oota manneen barnootaa seeran
raawwatamuu isaa mirkaneeffachuufi
rakkoolee mul’atan qaama dhimmi ilaaluuf
gabaasuu,
8.Manneen barnootaa jijjiirama jiddugala
hawaasaa akka ta’u qaama dhimmi ilaalu
wajjin hojjachuu
20
AangoofiGaheeHojiiSupparvaayizaro
otaa
10. Carraa barnoota waligiitnsa qabuu, qulqullinaa
isaa mirkanaa’eefi ga’umsa keessoo isaa
fooyya’e akka hojiirra oolu deeggarsaafi hordoffii
manneen barnootaa taasiisuu;
11. Manneen barnootaa hunda keessatti manni
barumsaa tokko piroojeektii tokko akka hojiirra
oolchu deggarsaafi hordoffii taasiisuu;
12. Barnoota fedhii addaa fi barnootni olmaa
daa’immanii wiirtuu gurmuu manneen barnootaa
isaa/ishee keessatti akka hojiirra oolu
deggarsaafi hordoffii gochuu;
21
Aangoofi Gahee Hojii…
13. Faasiilitiiwwan manneen barnootaa
guutuuf hirmaannaa hawaasaa akka cimu
deeggarsaafi hordooffii gochuu
14. Hiraa barataa daree akkasumas barataa
barsiisaa istaandaardii taa’een akka hojiirra
oolu deeggarsaafi hordoffii gochuu;
15. Karoorri foyyaa’insa manneen barnootaa
manneen barnootaa wiirtuu gurmuu
isaa/ishee keessatti qophaa’uu fi isaaniis
hogganamuu isaanii mirkaneeffachuufi
deeggaruu; 22
Aangoofi Gahee Hojii…
16.Sadarkaan istaandaardii manneen
barnootaa akka fooyya’u deggaruufi
hordofuu;
17. Kitaaboleen barnootaa harka
barattootaa ga’uu mirkaneeffachuufi
kuufama jiru immoo wiirtuu gurmuu
manneen barnootaa jala jiran keessa
bakka hanqinni jirutti akka raabsamu
gochu; akkasumas qaama dhimmi
ilaaluuf gabaasuu; 23
Aangoofi Gahee Hojii…
18. Barattootni kitaabolee barnootaa
isaanii mana barumsaa fiduun itti
fayyadamuu isaanii mirkaneeffachuu;
19. Hanqinni kitaaboolee barataa fi
Qajeelcha barsiisaa ilaalchisee gaaffii
fi gabaasa qaama dhimmi isaa ilaaluuf
akka dhiyaatu taasiisuu
20. Qabxiin barattootaa semisteeraan
xinxaalamuun maatiif ifaa ta’uufi galtee
seemsteera ittaanuu akka ta’u
deggarsaafi hordoffii gochuu;
24
Aangoofi Gahee Hojii…
25
21. Sirni barnootaa haala qabatama
naannoo calaqqisiisuu isaa fi
barattoonni barnoota qulqullina qabu
argachuu isaanii mirkaneefachuun
hanqina jiru gabaasuu,
22. Sagantaan BGQGX Manneen
barnootaa Wiirtuu gurmuu isaanii
keessatti akka gaggeeffamu gochuu;
Aangoofi Gahee Hojii…
23.Barsiisoonni fi hoggantoonnii wiirtuu
gurmuu manneen barnoota isaa
keessatti jiran qorumsa gahuumsa
ogummaatiif akka of qopheessan
deggaruu fi hordofuu
24.Qajeelfama kenna hayyamaaf
haroomsaa ogummaa barsiisummaa fi
hoggansa barnootaa ilaalchisee bahee
irratti hubannoo uumuu.
26
Aangoofi Gahee Hojii…
25. Barsiisootaa fi Hoggansa manneen Barnootaa
qorumsa hayyamaaf haroomsa ogummaa
barsiisummaatiin milkaa’an haroomsa eeyyama
ogummaa haala itti argachuu danda’an qaama
dhimmi isaa ilaallatuu waliin hojjachuu,deggaruufi
hordofuu.
26.Bulchiinsi gaariin mana barumsaa keessatti akka
mirkanaa’u hojjachuu,
27. Teeknolojii barnootaa kan akka Raadiyoo,
Pilaazimaafi Intarneetiin hojii irra oolaa jiraachuu
isaanii mirkaneeffachuu;
28.Barnoonni oolmaa da’immanii fi fedhii addaa
akka babala’atu gochuu fi deggarsa ogummaa
27
Sirna Deeggarsaafi hordoffii taasiisuu
Raawwii hojii madaaluun hanqinaa fi
cimina jiru adda baasufi raawwii hojiitiin
cimina kan qaban onnachiisuufi
badhaasaaf qopheessuu, Kanneen
hanqina qaban akka sirraa’aa deeman
deggersa gochuufi sirreessuu, dubdeebii
kennuun ciminaafi hanqina isaanii akka
beekan gochuu fi gabaasa dhiheessuu.
28
7.2 Aangoofi Gahee Hojii
Supparvaayizara Wiirtuu gurmuu
Manneen Barnoota sadarkaa
Lammaffaa fi Qophaa’inaa (9-12)
Sagantaalee idilee dhaabbilee barnootaa
keessatti carraa barnootaa, walgitiinsa,
qulqullinaafi ga’umsa keessoo barnootaa
mirkaneessuuf hojjachuu;
29
27
24.1071429
27
24.1071429
27
24.1071429
Aangoofi Gahee Hojii…
 Aadaa dimookraasiifi bulchiinsa gaarii
dagaagsuun humna nama baratee bal’inaan
akka horataman carraaquu;
 Kaayyoon barnootaa akka galma ga’uufi
adeemsi baruu-barsiisuu bu’a qabeessa akka
ta’u hawaasa naannoo wajjin hojjachuu;
 Sirna barnoota naannoo Oromiyaa guddisuufi
misoomaafi kaayyoo yeroo gabaabaafi
dheeraarratti hundaa’uun ofeeggannoon hojii
barnootaa karoorsuun raawwachuu;
30
Aangoofi Gahee Hojii…
 Rakkoolee hojiirratti barsiisota
qunnaman qorachuun barsiisonni
ofiisaanii haala itti dandeettii furmaata
kennuu argatan akka cimsataniifi
ogummichaan akka guddatan
jajjabeessuu, deggeru, gargaarsa
kennuufi mari’achiisuu akkasumas
gareedhaan akka hojjetan taasisuu.
31
32
Aangoofi Gahee Hojii…
 Barattoota fayyadamoo taasisuuf tajajila
deggersa ogummaa barsiisota,
hoggantoota manneen barnootaafi
maatii barattootaaf kennuu;.
 Fedhiiwwan hojjettootaa/barsiisotaa
kakaasuu, sisi’eessuufi dammaqinaan
waliin hojjechuu;
 Adeemsa baruu-barsiisuu fooyyesuuf
hojiiwwan hojjetamuu qaban sirnaan
karoorsuu, daawannaa gaggeessuun
deggarsa ogummaa kennuu, rakkoo
sakatta'uu, irra deebii’uun karoorsuu kan
ofkeessatti qabatuudha.
 Fooyya'insa Baruu-Barsiisuuf leenjii
gaggabaaboo ta’an qopheessuun
kennuu;
33
Aangoofi Gahee Hojii…
Aangoofi Gahee Hojii…
 Qophii Sirna Barnootaa (Curriculum
Development) irratti hirmaachuun hojii
barnootaa naannoo keenya fooyyeessaa
deemuu;
 Haala amanamaafi ragaan mirkanaa'ee
barsiisota biratti fudhatama qabaachuu
danda'uun deggarsi ogummaa kennuu;
34
Aangoofi Gahee Hojii…
 Dagaaginaa Ogummaa
walittifufaa(CPD) akka lafa qabatee
jijjiirama fiduu gochuu; Kunis barsiisonni
hubannoo adeemsa baruu-barsiisuu
keessatti qaban beekumsa qabiyyee
barnootaafi ogummaa barsiisuu
bal'ifachuu, hariiroo waliinii cimsuu,
garaagarummaa dandeettii
barbaadamuufi hanqina yeroo leenjii
barsiisummaa jiru akka fooyyeffataniifi
dagaagfatanii dandeettii barsiisuu isaanii
cimsataniif deggarsa gochuu. 35
Aangoofi Gahee Hojii…
 Qophii sirna barnootaa keessatti karoora baruu-
barsiisuu akka ilaalaniif, raawwii karoorichaa
xiinxalanii maaltu akka uumamuufi bu'aalee
galmaa’aa deeman adda baasaa deemuu.
 Supparvizyiiniin akka haala qabatamaa naannoo
mana barumsichaatti mala baruu-barsiisuu
barattoota fayyaduu danda’u adda baasuun
karoorsuufi murteesuu;
 Haala bu’aa irratti xiyyeeffateen manneen barnootaa
keessatti adeemsa baruu-barsiisuufi hoggansa
barnootaa fooyya’aa ta’e uumuuf hojjachuu;
 Raawwii barnoota qulqulina qabuu mirkneessuuf
tooftaafi deggersa diriirsuun barsiisota gargaaruu,
madaaluu, duubdeebii kennuun hojii fooyyessaa
36
Aangoofi Gahee Hojii…
 Barsiisootaafi hawaasa mana barumsaa
waliin ta’uun karoora baasuufi karoora bahe
sana hojiirra akka oluu gochuu
 Hojiiwwan hojjataman hunda akkaataa
karoorfamaniin, yeroo karoorfamaniifi karaa
sirrii ta’een hojjatamuu isaanii to’achuufi
tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu;
 Akkasumas, hojii baruu-barsiisuu manneen
barnootaa keessatti akkaataa karoorfameen
hojiirra oolaa jiraachuu isaa akka qindeessaa
tokkootti ni to’ata; ni madaala.
37
Aangoofi Gahee Hojii…
 Adeemsi hojii baruu-barsiisuun qixa
barbaadameen akka raawwatamuu fi
Paakeejjii mirkanneeffannaa qulqullina
barnootaa manneen barnootaa keessatti
guutumaa guutuun hojiirra ooluu isaa
mirkaneessuu;
 Kutaa seenuun barsiisaan karoora guyyaa
qopheessuu isaafi hammam akka hojjachaa
jiru, karoorri guyyaafi kan waggaa wal simee
deemuu isaa, mala baruu-barsiisuu isaa,
akkasumas daree barnootaa keessatti
barnoonni qabatamaan kennamaa jiraachuu
isaa mirkaneessuun ciminaa fi hanqina jiru 38
Aangoofi Gahee Hojii…
 Hojii baruu-barsiisuu mana barumsicha
foyyeessuuf rakkoolee hojii baruu-barsiisuu
keessatti qunnaman maal akka ta’an
qorannoodhaan adda ni baasa. Qorannoo
kanaan rakkoolee hojii baruu-barsiisuu irratti
barsiisota mudatan irraa ka’uudhan rakkoolee
jiran xiinxaluun furmaata kaa’un shoora ni
taphata.
 Haala barnoonni manneen barnootaa
keessatti kennamu foyyessuuf barsiisootaafi
hawaasa naannoo mariisisuu qaba.
Barsiisonni dandeettiifi tooftaa barsiisuu
haarawa maddisiisuufi wal irraa barachuun
39
Aangoofi Gahee Hojii…
 Hojii baruu-barsiisuu abbummaan kan
to’atuu fi barsiisota mana barumsaa
keessatti argamaniif kallattii kan
agarsiisu waan ta’eef barsiisootaafi
hawaasa naannoof amalaaniis ta’e hojii
isaatiin fakkeenya gaarii ta’uu.
 Supparvaayizaroonni sadarkaa irra
jiranitti deeggarsa ogummaa kennuu
akka isaan dandeessisuuf gaheen hojii
isaanii adda bahee yoo beekame
qulqullina hojii eegsisuufis ta’e harcaatii
hojii hambisuuf bu’aa ol’aanaa qaba. 40
Aangoofi Gahee Hojii…
Barsiisotaa fi dura bu’oota adda
duree ta’an adda baasuun kanneen
raawwii hojiirratti hanqina
agarsiisaniif deggersa ogummaa
kennuun cimsuu,
Waantota qulqullina barnootaa irratti
dhiibbaa qabaniifi fiduu danda’an
adda baasuun fala kaa’aa deemuu,
Barattoota umuriin isaanii barnootaaf
ga’e mana barumsaa galuu isaanii 41
Aangoofi Gahee Hojii…
 Harcaatiif sababa kan ta’an qorachuun
adda baasuun fala kaa’uu
 Ragaaleen gabaafaman dhugaa ta’uu
isaanii qorachuu mirkaneeffachuu,
 Muuxannoo gaggaarii qindeessuun akka
babal’atu gochuu qaama oliifis dabarsuu,
 Kitaabni barattoota harka yeroon ga’u
hordofuu,
 Barsiisaan haala istaandardiin
ramadamuu isaa hordofuu.
42
Kutaa Afur
Tumaalee Adda Addaa
9. Sirna Itti gaafatamummaa
 Dura bu’oota manneen barnootaa hojii isaanii
seeraan hinraawwanneefi kanaafi ragaa
qabatamaa qabu irratti tarkaanfii sirreessaa
haala ulfaatina isaatiin madaalamee xalayaa
yeroo duraaf akeekkachisa barreeffamaan
kennuun Gamtaa Maatii Barsiistotaa
Bartattootaafi waajjira barnoota aanaafi bul.
Magaalaa beeksiisuu;
 Supparbaayizarootni manneen barnootaa hojii
isaanii haala qajeelfama kana keessatti 43
10. Qabiinsa Ragaa
Supparvaayizarootni
manneen barnootaa
ragaalee barnootaa
qulqullina qaban
sassaabuu, xinxaaluufi
qaama dhimmi ilaaluuf
gabaasuu qabu.
44
11. Adabbii
Supparvaayizarri rakkoo humnaa olii
kan isa/ishee qunnameen alatti
manneen barnootaa itti ramadaman
irratti yoo xiqqaate torbanitti altokko
mana barumsa itti ramadame
hindaawwanneefi hindeeggaree
seeraa hojjattoota siivili sarviisitiin
kan ittigaafatamu ta’a.
45
12.Dirqama Deeggarsa Kennuu
 Namni kamiiyyuu Qajeelfama
kanaa raawwachiisuuf deeggarsa
kennuuf dirqama niqabaata.
13.Seerota Raawwatiinsa Hin qabaanne
 Qajeelfamniifi barmaatileen hojii
qajeelfama kanaan walfaallessan
kamiyyuu dhimmoota qajeelfama kana
keessatti hammataman irratti raawatiinsa
hin qabaatan.
46
47

More Related Content

What's hot

Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxLeenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Jaafar47
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Jaafar47
 
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptxLeenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Jaafar47
 
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Jaafar47
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
Jaafar47
 
тэгш өнцөгтийн талбай
тэгш өнцөгтийн талбайтэгш өнцөгтийн талбай
тэгш өнцөгтийн талбай
gunjee myangabat
 
Project development new1
Project development new1Project development new1
Project development new1
David mbwiga
 

What's hot (20)

Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxLeenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptxLeenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaa
 
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
VDS Guidelines 2020
VDS Guidelines 2020VDS Guidelines 2020
VDS Guidelines 2020
 
Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
tajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaatajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaa
 
كات وةك شمشيَر واية ئةطةر نةيبرِي دةتبرِيَت
كات وةك شمشيَر واية ئةطةر نةيبرِي دةتبرِيَتكات وةك شمشيَر واية ئةطةر نةيبرِي دةتبرِيَت
كات وةك شمشيَر واية ئةطةر نةيبرِي دةتبرِيَت
 
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptxKaroora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
 
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
 
тэгш өнцөгтийн талбай
тэгш өнцөгтийн талбайтэгш өнцөгтийн талбай
тэгш өнцөгтийн талбай
 
Project development new1
Project development new1Project development new1
Project development new1
 
الرقية الشرعية الشاملة
 الرقية الشرعية الشاملة الرقية الشرعية الشاملة
الرقية الشرعية الشاملة
 
حل درس سورة البروج
حل درس سورة البروجحل درس سورة البروج
حل درس سورة البروج
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 

Similar to Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx

Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
gdirbabaa8
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
miadjafar463
 
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
miadjafar463
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
Desalechali1
 

Similar to Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx (20)

RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
 
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptxFandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
Oromo - Wisdom of Solomon.pdf
Oromo - Wisdom of Solomon.pdfOromo - Wisdom of Solomon.pdf
Oromo - Wisdom of Solomon.pdf
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
 
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt
 
Oromo - Testament of Dan.pdf
Oromo  - Testament of Dan.pdfOromo  - Testament of Dan.pdf
Oromo - Testament of Dan.pdf
 
Oromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdfOromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdf
 
OROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdf
OROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdfOROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdf
OROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdf
 
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdfOromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
 
Oromo - Tobit.pdf
Oromo - Tobit.pdfOromo - Tobit.pdf
Oromo - Tobit.pdf
 

More from Jaafar47

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
Jaafar47
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Jaafar47
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
Jaafar47
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
Jaafar47
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Jaafar47
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Jaafar47
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Jaafar47
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
Jaafar47
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Jaafar47
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Jaafar47
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
Jaafar47
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
Jaafar47
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
Jaafar47
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
Jaafar47
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
Jaafar47
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
Jaafar47
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
Jaafar47
 

More from Jaafar47 (20)

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.ppt
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
 

Recently uploaded

Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergiaImmunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
Pasi Vilpas
 

Recently uploaded (9)

Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnotKoululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
 
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutusAikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
 
Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24
Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24
Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24
 
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergiaImmunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
 
Jedhi Malee (just do it).pdf
Jedhi Malee             (just do it).pdfJedhi Malee             (just do it).pdf
Jedhi Malee (just do it).pdf
 
Koulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talous
Koulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talousKoulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talous
Koulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talous
 
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen SuomessaKasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
 
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiotKoulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
 
Tutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitus
Tutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitusTutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitus
Tutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitus
 

Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx

  • 1. Gabaasa Raawwii Hojii Ji’a 6 Bara 2009 Gurraandhala, 2009 Adaamaa QajeelfamaGaheeHojiiSapparva ayizarootaManneenBarnootaaNa annooOromiyaa Lak. 1/2010IbsuufQophaa’e 1
  • 2.  Supparviizyiniin adeemsa hojii barnootaa keessatti hojiilee madaaluun imaammata barnootaa, dambiiwwaniifi qajeelfamoota adda addaa bu’uura godhachuun hojiin akka hojjetamu, raawwiirratti rakkoon yoo uumame sirreeffamni akka taasifamuuf deggersa ogummaa kennuudha. 2 Barbaachisummaa Qajeelfama kanaa:
  • 3. Barbaachisummaa…  Kaayyoon supparviizyiinii hojii baruufi barsiisuu fooyyessuufi barsiisota waliin hojjechuudha. Kanaaf supparvaayizerri barsiisonni salphaatti rakkoo battalaa akka furaniif gargaaruu qofa osoo hin taane, adeemsa qorannoo baruu-barsiisuu keessatti barsiisota waliin waltumsaanii akka hojjetan gochuun waan barbaachiseef. 3
  • 4.  Fedhii barsiisotaafi hawaasa barnootaa guutuuf hojiin supperviizyiinii walitti fufiinsaan akka raawwatamu gochuun manneen barnootaa deeggaruun barbaachisaadha.  Daandeettiiwwan kuufamaa miseensota dhaabbatichaa hojjattoota/barsiisota si’aayinaan hojiitti bobbaasuufi gahumsaa isaanii dagaagsuuf ni barbaachisa Barbaachisummaa 4
  • 5. Kutaa Tokko Tumaalee Waliigalaa 1.Mata Duree Gabaabaa Qajeelfamni kun “Qajeelfama gahee hojii supparvaayizaroota manneen barnoota Naannoo Oromiyaa Lak. 1/2010” jedhamee waamamuu ni danda’a. 5
  • 6. Ibsa Koornayaa 3.Qajeelfama kana keessatti jechi koornayaa dhiiraatiin ibsame dubartiis ni dabalata. Kutaa Lama 4.Ulaagaallee Supparvayizaroonni Manneen Barnootaa Ittiin Filatamuu qaban 4.1. Qophii Barnootaa Ilaalchisee 4.1.1. Supparvaayizara Manneen Barnoota Sadarkaa Tokkoffaaf hoggansa barnootaa ykn Saayinsii Hawaasaatiin Digirii 1ffaan Yunnivarsiitii gosa barnootaa kanneen leenjisuuf eeyyama qabu irraa kan eebbifaman ta’ee manneen Barnootaa sad. 1ffaa yookaan sadarkaa 6
  • 7. Kutaa Lama…  4.1.2. Supparvaayizara Sadarkaa Lammaffaa (9-12) Hoggansa barnootaa, gosa barnootaa ogummaa barsiisummaa kamiinuu Digirii lammaaffa qabaatanii leenjii hoggansa (PGCSS) Yunnivarsiitii gosa barnootaa kanneen leenjisuuf eeyyama qabu irraa kan eebbifaman ta’ee manneen barnoota sad. 1ffaa keessatti Supparvaayizara yookaan dura bu’aa manneen barnoota akkasumas manneen barnoota sad. lammaffaa(9-12) keessatti dura bu’aa ta’anii kan tajaajilan ta’uu qaba. 7
  • 8. 4.2. Muuxannoo Hojii Barbaachisu 8 Manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa yookan lammaaffa keessatti dura bu’ummaa yookan Supparvaayizarummaan waggaa 3fi isaa oli kan tajaajilaniifi raawwii hojii isaaniitiin sadarkaa olaanaarra kan jiran ta’uu qabu.
  • 9. 4.3. Teessoo Supparvaayizaraa  Teessoon supparvaayizaroota Manneen Barnoota sadarkaa tokkooffaafi lammaffaa manneen barnoota raawwii hojii isaaniitiin gaarii ta’aniifii hanga danda’ametti giddugaleessa wiirtuu gurmuu Manneen barnootaa isa jala jiran keessa ta’uu qaba.  Supparvaayizaroonni manneen barnootaa wiirtuu gurmuu manneen barnootaa keessatti kutaan ofdanda’ee kennamuufii qaba. 9
  • 10. a) Karoora hojii manneen barnootaa waliin qopheessanii hojiirra oolchuuf kan gargaaran manneen barnootaa wiirtuu sana jala jiran irraa galii keessoo isaanii irratti bu’uureeffachuun murtee Gamtaa Maatii Barsiistotaa manneen barnootaan maallaqaa ykn meeshaan kan gumaachan ta’a. 10 4.4. Madda Faayinaansii
  • 11. ITTI FUFA... Baajatni kun haaluma karoora wiirtuu gurmuu manneen barnootaa sanaan maallaqni sassaabamuu bunaaf shaahii yeroo leenjii sadarkaa wiirtuutti gaggeeffamuu fi bittaa meshaalee barreessaatiif qofa kan oluu ta’ee kan hogganamu Supparvaayizara manneen barnootaa wiirtuu sanaafi miseensota keessaa kanneen filataman barreessaafi qarshii qabaan ta’a. 11
  • 12. Kutaa Sadii  Haalota Supparvaayizarootni Deeggarsa Ogummaa Itti Kennuu Qaban Haalotni supparvaayizarootni manneen barnootaa deeggarsa ogummaa itti kennuu qaban sadarkaa manneen barnootaa kan bu’ureeffate ta’ee, supparvaayizarri manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa shanii hanga torbaatiif deeggrsa ogummaa kan kennan yoo ta’u, supparvaayizarri sadarkaa lammaffaa immoo manneen barnootaa sadarkaa 2ffaafi qophaa’inaa sadii hanga shanii kennuu qabu. 12
  • 13. Daangaa Supparviizyinii Barnootaa Deggarsa Ogummaa Itti Kennuu Qaban… Daangaan supparviizyinii kanneen armaan gadii ofkeessatti qabaata. Isaanis: 1. Haala baruu-barsiisuu waliigalaa 2. Dareebarnootaa,barattoota,barsiisota 3. Sirna barnootaafi meeshaalee deggersa barnootaa 4. Hawaasa mana barumsaafi naannoo 5 . Hojii hoggansaa kkf. 13
  • 14. Daangaa Supparviizyinii…  supparviizyiniin ammayyaawaa xiyyeeffannoo bal’aa haala baruu- barsiisuu waliigalaafi fedhii fooyya’insa barachuu barattootaa kan barbaadan kanneen akka barsiisotaa, barattootaa, hoggansa manneen barnootaafi hawaasaaf kenna. 14
  • 15. 6.Adeemsa Supparviizyinii Barnootaa Hojii hojjatamu hunda karooraan hogganamuun kan hojjetamu ta’a. Hojii barnootaa bifa gurmaa’een akka hojjatamu deeggarsa ogumma kennuu; 15
  • 16. 6.Adeemsa Supparviizyinii Barnootaa  Galma ga’iinsa kaayyoo mana barnootaaf deggarsa ogummaa bifa guutuu ta’een hawaasa mana barumsaaf kennuu; Kunis barsiistotaa, hojjataa deegarsaa, Gamtaa Maatii Barsiistotaafi Barattootaa akkasumas barattoota kan hammatuudha. 16
  • 17. 6.Adeemsa Supparviizyinii Barnootaa  Supparviiziniin adeemsa galma ga’iinsa gochaalee keessatti kaka’umsa uumuufi qajeelchuu waan ta’eef deggarsa ogummaa kenname irratti yaad-deebii kennuufi qaama dhimmi ilaaluf yeroo yeroon gabaasuu; 17
  • 18. 7.Aangoofi Gahee Hojii Supparvaayizaroota Manneen Barnootaa 7.1. Aangoofi Gahee hojii supparvaayizara Wiirtuu Gurmuu Manneen Barnota Sadarkaa 1ffaa: 1.Geengoo qulqullina barnootaa manneen barnoota hunda keessatti bifa walfakkatuun hojii irra ooluu isaa deeggaruufi hordofuu; 2.Rakkoo bulchiinsa gaarii manneen barnoota keessa jiran adda baasuun furmaata kennaa deemuu; 18
  • 19. AangoofiGaheeHojiiSupparvaayizaro otaa 3.Ilaalchaafi gocha kiraa sassaabdummaa hawaasa manneen barnootaa keessatti calaqqisan dhabmsiisuuf hojjachuu; 4.Fedhii leenjii barsiistotaafi dura bu’oota manneen barnootaa adda baasuun leenji gaggabaaboo kennuu; 5.Qoodiinsa wayitii barnootaa ogummaa karaa jiddu galeessa godhateefi madaalawaa ta’een raawwatamuu isaa mirkaneeffachuu; 19
  • 20. AangoofiGaheeHojiiSupparvaayizaroota a 6.Dagaagina ogummaa walitti fufaa barsiistoonnifi dura bu’ootni manneen barnootaa akka hojjatan taasiisuufi ofiifis hojjachuu; 7.Sadarkaa guddinaa, jijjiiraa barsiistotaafi dura bu’oota manneen barnootaa seeran raawwatamuu isaa mirkaneeffachuufi rakkoolee mul’atan qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu, 8.Manneen barnootaa jijjiirama jiddugala hawaasaa akka ta’u qaama dhimmi ilaalu wajjin hojjachuu 20
  • 21. AangoofiGaheeHojiiSupparvaayizaro otaa 10. Carraa barnoota waligiitnsa qabuu, qulqullinaa isaa mirkanaa’eefi ga’umsa keessoo isaa fooyya’e akka hojiirra oolu deeggarsaafi hordoffii manneen barnootaa taasiisuu; 11. Manneen barnootaa hunda keessatti manni barumsaa tokko piroojeektii tokko akka hojiirra oolchu deggarsaafi hordoffii taasiisuu; 12. Barnoota fedhii addaa fi barnootni olmaa daa’immanii wiirtuu gurmuu manneen barnootaa isaa/ishee keessatti akka hojiirra oolu deggarsaafi hordoffii gochuu; 21
  • 22. Aangoofi Gahee Hojii… 13. Faasiilitiiwwan manneen barnootaa guutuuf hirmaannaa hawaasaa akka cimu deeggarsaafi hordooffii gochuu 14. Hiraa barataa daree akkasumas barataa barsiisaa istaandaardii taa’een akka hojiirra oolu deeggarsaafi hordoffii gochuu; 15. Karoorri foyyaa’insa manneen barnootaa manneen barnootaa wiirtuu gurmuu isaa/ishee keessatti qophaa’uu fi isaaniis hogganamuu isaanii mirkaneeffachuufi deeggaruu; 22
  • 23. Aangoofi Gahee Hojii… 16.Sadarkaan istaandaardii manneen barnootaa akka fooyya’u deggaruufi hordofuu; 17. Kitaaboleen barnootaa harka barattootaa ga’uu mirkaneeffachuufi kuufama jiru immoo wiirtuu gurmuu manneen barnootaa jala jiran keessa bakka hanqinni jirutti akka raabsamu gochu; akkasumas qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu; 23
  • 24. Aangoofi Gahee Hojii… 18. Barattootni kitaabolee barnootaa isaanii mana barumsaa fiduun itti fayyadamuu isaanii mirkaneeffachuu; 19. Hanqinni kitaaboolee barataa fi Qajeelcha barsiisaa ilaalchisee gaaffii fi gabaasa qaama dhimmi isaa ilaaluuf akka dhiyaatu taasiisuu 20. Qabxiin barattootaa semisteeraan xinxaalamuun maatiif ifaa ta’uufi galtee seemsteera ittaanuu akka ta’u deggarsaafi hordoffii gochuu; 24
  • 25. Aangoofi Gahee Hojii… 25 21. Sirni barnootaa haala qabatama naannoo calaqqisiisuu isaa fi barattoonni barnoota qulqullina qabu argachuu isaanii mirkaneefachuun hanqina jiru gabaasuu, 22. Sagantaan BGQGX Manneen barnootaa Wiirtuu gurmuu isaanii keessatti akka gaggeeffamu gochuu;
  • 26. Aangoofi Gahee Hojii… 23.Barsiisoonni fi hoggantoonnii wiirtuu gurmuu manneen barnoota isaa keessatti jiran qorumsa gahuumsa ogummaatiif akka of qopheessan deggaruu fi hordofuu 24.Qajeelfama kenna hayyamaaf haroomsaa ogummaa barsiisummaa fi hoggansa barnootaa ilaalchisee bahee irratti hubannoo uumuu. 26
  • 27. Aangoofi Gahee Hojii… 25. Barsiisootaa fi Hoggansa manneen Barnootaa qorumsa hayyamaaf haroomsa ogummaa barsiisummaatiin milkaa’an haroomsa eeyyama ogummaa haala itti argachuu danda’an qaama dhimmi isaa ilaallatuu waliin hojjachuu,deggaruufi hordofuu. 26.Bulchiinsi gaariin mana barumsaa keessatti akka mirkanaa’u hojjachuu, 27. Teeknolojii barnootaa kan akka Raadiyoo, Pilaazimaafi Intarneetiin hojii irra oolaa jiraachuu isaanii mirkaneeffachuu; 28.Barnoonni oolmaa da’immanii fi fedhii addaa akka babala’atu gochuu fi deggarsa ogummaa 27
  • 28. Sirna Deeggarsaafi hordoffii taasiisuu Raawwii hojii madaaluun hanqinaa fi cimina jiru adda baasufi raawwii hojiitiin cimina kan qaban onnachiisuufi badhaasaaf qopheessuu, Kanneen hanqina qaban akka sirraa’aa deeman deggersa gochuufi sirreessuu, dubdeebii kennuun ciminaafi hanqina isaanii akka beekan gochuu fi gabaasa dhiheessuu. 28
  • 29. 7.2 Aangoofi Gahee Hojii Supparvaayizara Wiirtuu gurmuu Manneen Barnoota sadarkaa Lammaffaa fi Qophaa’inaa (9-12) Sagantaalee idilee dhaabbilee barnootaa keessatti carraa barnootaa, walgitiinsa, qulqullinaafi ga’umsa keessoo barnootaa mirkaneessuuf hojjachuu; 29 27 24.1071429 27 24.1071429 27 24.1071429
  • 30. Aangoofi Gahee Hojii…  Aadaa dimookraasiifi bulchiinsa gaarii dagaagsuun humna nama baratee bal’inaan akka horataman carraaquu;  Kaayyoon barnootaa akka galma ga’uufi adeemsi baruu-barsiisuu bu’a qabeessa akka ta’u hawaasa naannoo wajjin hojjachuu;  Sirna barnoota naannoo Oromiyaa guddisuufi misoomaafi kaayyoo yeroo gabaabaafi dheeraarratti hundaa’uun ofeeggannoon hojii barnootaa karoorsuun raawwachuu; 30
  • 31. Aangoofi Gahee Hojii…  Rakkoolee hojiirratti barsiisota qunnaman qorachuun barsiisonni ofiisaanii haala itti dandeettii furmaata kennuu argatan akka cimsataniifi ogummichaan akka guddatan jajjabeessuu, deggeru, gargaarsa kennuufi mari’achiisuu akkasumas gareedhaan akka hojjetan taasisuu. 31
  • 32. 32 Aangoofi Gahee Hojii…  Barattoota fayyadamoo taasisuuf tajajila deggersa ogummaa barsiisota, hoggantoota manneen barnootaafi maatii barattootaaf kennuu;.  Fedhiiwwan hojjettootaa/barsiisotaa kakaasuu, sisi’eessuufi dammaqinaan waliin hojjechuu;
  • 33.  Adeemsa baruu-barsiisuu fooyyesuuf hojiiwwan hojjetamuu qaban sirnaan karoorsuu, daawannaa gaggeessuun deggarsa ogummaa kennuu, rakkoo sakatta'uu, irra deebii’uun karoorsuu kan ofkeessatti qabatuudha.  Fooyya'insa Baruu-Barsiisuuf leenjii gaggabaaboo ta’an qopheessuun kennuu; 33 Aangoofi Gahee Hojii…
  • 34. Aangoofi Gahee Hojii…  Qophii Sirna Barnootaa (Curriculum Development) irratti hirmaachuun hojii barnootaa naannoo keenya fooyyeessaa deemuu;  Haala amanamaafi ragaan mirkanaa'ee barsiisota biratti fudhatama qabaachuu danda'uun deggarsi ogummaa kennuu; 34
  • 35. Aangoofi Gahee Hojii…  Dagaaginaa Ogummaa walittifufaa(CPD) akka lafa qabatee jijjiirama fiduu gochuu; Kunis barsiisonni hubannoo adeemsa baruu-barsiisuu keessatti qaban beekumsa qabiyyee barnootaafi ogummaa barsiisuu bal'ifachuu, hariiroo waliinii cimsuu, garaagarummaa dandeettii barbaadamuufi hanqina yeroo leenjii barsiisummaa jiru akka fooyyeffataniifi dagaagfatanii dandeettii barsiisuu isaanii cimsataniif deggarsa gochuu. 35
  • 36. Aangoofi Gahee Hojii…  Qophii sirna barnootaa keessatti karoora baruu- barsiisuu akka ilaalaniif, raawwii karoorichaa xiinxalanii maaltu akka uumamuufi bu'aalee galmaa’aa deeman adda baasaa deemuu.  Supparvizyiiniin akka haala qabatamaa naannoo mana barumsichaatti mala baruu-barsiisuu barattoota fayyaduu danda’u adda baasuun karoorsuufi murteesuu;  Haala bu’aa irratti xiyyeeffateen manneen barnootaa keessatti adeemsa baruu-barsiisuufi hoggansa barnootaa fooyya’aa ta’e uumuuf hojjachuu;  Raawwii barnoota qulqulina qabuu mirkneessuuf tooftaafi deggersa diriirsuun barsiisota gargaaruu, madaaluu, duubdeebii kennuun hojii fooyyessaa 36
  • 37. Aangoofi Gahee Hojii…  Barsiisootaafi hawaasa mana barumsaa waliin ta’uun karoora baasuufi karoora bahe sana hojiirra akka oluu gochuu  Hojiiwwan hojjataman hunda akkaataa karoorfamaniin, yeroo karoorfamaniifi karaa sirrii ta’een hojjatamuu isaanii to’achuufi tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu;  Akkasumas, hojii baruu-barsiisuu manneen barnootaa keessatti akkaataa karoorfameen hojiirra oolaa jiraachuu isaa akka qindeessaa tokkootti ni to’ata; ni madaala. 37
  • 38. Aangoofi Gahee Hojii…  Adeemsi hojii baruu-barsiisuun qixa barbaadameen akka raawwatamuu fi Paakeejjii mirkanneeffannaa qulqullina barnootaa manneen barnootaa keessatti guutumaa guutuun hojiirra ooluu isaa mirkaneessuu;  Kutaa seenuun barsiisaan karoora guyyaa qopheessuu isaafi hammam akka hojjachaa jiru, karoorri guyyaafi kan waggaa wal simee deemuu isaa, mala baruu-barsiisuu isaa, akkasumas daree barnootaa keessatti barnoonni qabatamaan kennamaa jiraachuu isaa mirkaneessuun ciminaa fi hanqina jiru 38
  • 39. Aangoofi Gahee Hojii…  Hojii baruu-barsiisuu mana barumsicha foyyeessuuf rakkoolee hojii baruu-barsiisuu keessatti qunnaman maal akka ta’an qorannoodhaan adda ni baasa. Qorannoo kanaan rakkoolee hojii baruu-barsiisuu irratti barsiisota mudatan irraa ka’uudhan rakkoolee jiran xiinxaluun furmaata kaa’un shoora ni taphata.  Haala barnoonni manneen barnootaa keessatti kennamu foyyessuuf barsiisootaafi hawaasa naannoo mariisisuu qaba. Barsiisonni dandeettiifi tooftaa barsiisuu haarawa maddisiisuufi wal irraa barachuun 39
  • 40. Aangoofi Gahee Hojii…  Hojii baruu-barsiisuu abbummaan kan to’atuu fi barsiisota mana barumsaa keessatti argamaniif kallattii kan agarsiisu waan ta’eef barsiisootaafi hawaasa naannoof amalaaniis ta’e hojii isaatiin fakkeenya gaarii ta’uu.  Supparvaayizaroonni sadarkaa irra jiranitti deeggarsa ogummaa kennuu akka isaan dandeessisuuf gaheen hojii isaanii adda bahee yoo beekame qulqullina hojii eegsisuufis ta’e harcaatii hojii hambisuuf bu’aa ol’aanaa qaba. 40
  • 41. Aangoofi Gahee Hojii… Barsiisotaa fi dura bu’oota adda duree ta’an adda baasuun kanneen raawwii hojiirratti hanqina agarsiisaniif deggersa ogummaa kennuun cimsuu, Waantota qulqullina barnootaa irratti dhiibbaa qabaniifi fiduu danda’an adda baasuun fala kaa’aa deemuu, Barattoota umuriin isaanii barnootaaf ga’e mana barumsaa galuu isaanii 41
  • 42. Aangoofi Gahee Hojii…  Harcaatiif sababa kan ta’an qorachuun adda baasuun fala kaa’uu  Ragaaleen gabaafaman dhugaa ta’uu isaanii qorachuu mirkaneeffachuu,  Muuxannoo gaggaarii qindeessuun akka babal’atu gochuu qaama oliifis dabarsuu,  Kitaabni barattoota harka yeroon ga’u hordofuu,  Barsiisaan haala istaandardiin ramadamuu isaa hordofuu. 42
  • 43. Kutaa Afur Tumaalee Adda Addaa 9. Sirna Itti gaafatamummaa  Dura bu’oota manneen barnootaa hojii isaanii seeraan hinraawwanneefi kanaafi ragaa qabatamaa qabu irratti tarkaanfii sirreessaa haala ulfaatina isaatiin madaalamee xalayaa yeroo duraaf akeekkachisa barreeffamaan kennuun Gamtaa Maatii Barsiistotaa Bartattootaafi waajjira barnoota aanaafi bul. Magaalaa beeksiisuu;  Supparbaayizarootni manneen barnootaa hojii isaanii haala qajeelfama kana keessatti 43
  • 44. 10. Qabiinsa Ragaa Supparvaayizarootni manneen barnootaa ragaalee barnootaa qulqullina qaban sassaabuu, xinxaaluufi qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu qabu. 44
  • 45. 11. Adabbii Supparvaayizarri rakkoo humnaa olii kan isa/ishee qunnameen alatti manneen barnootaa itti ramadaman irratti yoo xiqqaate torbanitti altokko mana barumsa itti ramadame hindaawwanneefi hindeeggaree seeraa hojjattoota siivili sarviisitiin kan ittigaafatamu ta’a. 45
  • 46. 12.Dirqama Deeggarsa Kennuu  Namni kamiiyyuu Qajeelfama kanaa raawwachiisuuf deeggarsa kennuuf dirqama niqabaata. 13.Seerota Raawwatiinsa Hin qabaanne  Qajeelfamniifi barmaatileen hojii qajeelfama kanaan walfaallessan kamiyyuu dhimmoota qajeelfama kana keessatti hammataman irratti raawatiinsa hin qabaatan. 46
  • 47. 47