SlideShare a Scribd company logo
1 of 36
HaalaaBulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qabeenyawwan Tajaajilaan
Alaa Manneen Hojii MOoTummaa sadarkaanjiran Ilaalchiisee
BarreeffamaHubannoouumuuf Dhiyaate
Caamsaa Bara 2015
Adaamaa
Qabiyyee
Barreeffamichaa
1) Seensa
2) Kaayyoo Waltajjichaa
3) Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qab. Taj. alaa
walqabatee Gahee
 BMO,
 MHM fi
 EBDhQMNO
4) Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa
5) Sadarkaa qabeenyi itti dhabamsiifamuu fi galii
isaa
6) Rakkoolee Mul’atan
7) Suura Muraasa Haala Bul/Qabeenya
taajaajilaan alaa agarsiisu
1. Seensa
 Ejensiin Bittaa fi Dhabamsiisa Qabeenya
Mootummaa Naannoo Oromiyaa (EBDhQMNO)
Labsii Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenya Mootummaa
Lakk.157/2002 keewwata 50 fi Dambii lakkoofsa
134/2003tiin hundaa’uun hojii keessa erga galee
waggoota 12 lakkoofsiiseera.
 Kaayyoon hundeeffama EBDhQMNO inni
guddaan hojiiwwaan bittaa fi gurgurtaa qabeenya
mootummaa tajaajilaan alaa haala bittinnaa'een
gaggeeffamaa ture; bakka tokkotti qindeessuun
qulqullinaan, saffisan, gatii sirrii fi bu’aa
Kanaafuu EBDhQMNO toorri xiyyeeeffannaa bittaa
Mootummaan fi Gurgurtaa Qabeenya Mootummaa
Tajaajilaan Alaa Milkeessuuf/bu’aa qabeessa taasiisuuf
fedhii dhiyaatu irratti hunda’uun hojiiwwan kanneen gadii
raawwachaa jira
Bittaa fi Gurgurtaa milkeessuu
Deeggarsa
Ogummaa Kennuu
Bittaa walfakkataa
fi mana hojii tokkoo
Gurgurtaan
dhabamsiisuu
2. Kaayyoo Barreeffamichaa
• Bulchiinsaa fi dhabamsiisa qabeenyaa tajaajilaan
alaan walqabatee rakkoolee jiran hubachiisuuf;
• Sirna Bulchiinsa fi Dhabamsiisaa qabeenyaa
karaa dinagdawwaa fi bu’aa qabeessaa ta’ee
hojii irra oolchuuf ;
• Walumaagala tokkoon tokkoo hirmatoota waltajjii
kana miira gaafatamummaa qabuun gahee irraa
3. Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qabeenyaa
Tajaajiilan Ala Keessatti Gahee
BMO
EBDhQMNO
MHM Sadarkaan
jiran
3.1 Gahee Biiroo Maallaqaa Oromiyaa
Seeroota fi Maanuwaalii bulchiinsa qabeenya
MNO ittiin bulchamu ni basa; akka hojii irra
oolu ni taasiisa; raawwii isaa ni hordofa;
Sirna qabeenya mootummaa faayidaan ala
ittiin buluu fi
maqfamu ni diriirsa; hojii irra olmaa isaa ni
hordofa;
BMO fi waajjiraalee maallaqaa sadarkaan jiaran
qabeenyi socho’uu fi hin sochoone qaama
mootummaa ykn nama kamiyyuu jalatti hin
bullee ykn qabeenya abbaa hin qabne mana
murtitti dhiyeessuun haalli bulchiinsa isaa akka
murta’u ni taasiisu.
3.2 Gahee MHM sadarkaan JIranii
• Seerota(labsii, Danbiiwanii fi Qajeejfamoota) fi
hojimaata bulchiinsa qabeenya mootummaa
naannichaa sirritti beekuu fi hojii irra oolchuu;
• Ragaa Qabeenyaa dhabbaataa mana hojichaa karaa
kamiinuu argame sirnaan qabuu;
• Bulchiinsaa fi eegumsa qabeenya tajaajilaa alaaf
xiyyeeffannaa guddaa kennu
• Qabeenyaawwan tajajilaan alaa ta’an itti fufiinsaan adda
baasuun tarkaanfii fudhatamuu qabu murteessuu, kan
dhabamsiifaman sadarkaa itti dhabamsiifaman waliin
adda baasuu,
--- 3.2 Gahee MHM sadarkaan JIranii
• Qabeenyawwan sadarkaa mana hojichaatti dhabasiifamuu
qaban maloota qajeelfamaan ta’an 6’n keessaa kan mijataa
ta’etti fayyadamuun dhabamsiisuu;
• Qabeenyawwan sadarkaa mana hojichaatti dhabasiifamuu hin
danda’amnee fi gurgurtaan dhabamsiisuu qaban ragaa guutuu
dhabamsiisuuf gargaaran waliin barri baajataa itti aanu osoo
hin seeniin dura kurmana 4ffaa keessa EBDhQMNOtiif fedhii
jiru dhiyeessu;
• Oggeessoota EBDhQNO irraa ergamanuun hojii gurmeessuu
fi koodeessuu erga xumuranii booda walamantaa mallateesuun
hanga qabeenyichi gurguramee qaama bituuf darbutti sirnaan
eeguu;
• EBDhQMNO irraa xalayaa ergamu bu’uureeffachuun guca wal-
2.3 Aangoo fi Gahee Hojii EBDhQMNO
Akkaataa Labsii Lakk.157/2002 keew/50 fi Dambii
Lakk.134/2003tiin Gurgurtaan dahabamsiisaan walqabatee
aangoo fi gahee hojii Ejensiichaaf kennaman :-
 Qabeenya mootummaa gurgurtaan akka
dhabamsifamuf MHM qabeenyicha bulchaniin
murtaa’ee; fedhii dhiyaatu bu’uureeffachuun haala
si’aayina qabuu fi gatii gabaa wal-gituun gurgurtaan ni
dhabamsiisa;
 Raawwi dhabamsiisa qabeenyaa irratti MHMtiif
deeggarsa ogummaa ni Kennuu;
 Dhaabbilee misooma mootummaatiif dhabamsiisa
qabeenyaa irratti deeggarsa ogummaa ni kenna; Yeroo
gaafatamu bakka bu’ee hojii gurgurtaan dhabamsiisuu
ni raawwata; tajaajila kennuuf kaffaltii wal-madaalu ni
kaffalchiisa,
5. Dhabamsiisa Qabeenya
Mootummaa
4. Dhabamsiisa Qabeenyaa Mootummaa
4.1 Maalummaa Dhabamsiisa Qabeenyaa
Qabeenya Mootummaa kamiyyuu Bittaan,
dhaalaan, gargaarsaan, kennaadhaan ykn
haala biroon argamuun galmee
qabeenyaa mana hojiichaa irratti
galma’ee beekamuu
Qabeenya tajaajilaan ala ta’uusaa
mirkana’e akka dhabamsiifamuuf
hogganaa ola’anaa mana hojiitin murtoo
argate;
Qajeelfama BQMNO keessatti
Malootawwan dhabamsiisaa taa’an
jahaan keessaa kan mijataa ta’een
fayyadamauun dhabamsiisuu fi galmee
Qabeenyaarraa haqu jechuu dha.
4.2 Sababoota MHM Qabeenya Itti Dhabamsiisaan
 Qabeenya tajaajilaan alaa jechuun gonkumaa tajaajila kennuu kan
hin dandeenye jechuu miti;
 Akkaataa Qajeelfama Bulchiinsaa Qabeenya Mootummaa
Oromiyaa Lakk 01/2004 Keewwata 20 (1) (a-d) irratti ibsameen
manneen hojii mootummaa sababiwwan armaan gadiin qabeenya
dhabamsiisuu ni danda’a:-
a) Qabeenyi Kaayyoowwan Mana Hojichaaf kan hin
barbaachiifne ta’ee yoo argame,
b) Qabeenyicha Qabatanii itti fufuun baasii guddaa kan
gaafatuu fi dinagdawaa kan hin taane yoo ta’e;
c) Qabeenyichi Sababa adda addaatiin tajaajila irraa
barbaadamu gahumsaan kennuu kan hin dandeenye yoo
4.3 Ulaagaalee dhanamsiisa Konkolataa fi
Mi’ootaa
 Akkaataa Qajeelfama Bulchiinsaa Qabeenya MNO Lakk 01/2004
Keewwata 25 keewwata Xiqqaa 4 (a-g)tiin ulaagaalee armaan gadii
keessaa yoo xiqqaate tokko guutamuu qaba:
 Sababa hir’ina guddaatiin suphamuu kan hin dandeenye;
Meeshaan jijjiirraa isaa gabaa irraa kan hin
arggamne;
Manni hojichaa karoora hojii wayitawwaa fi
yeroo dhiyoo qabu irraa kan hafuu ykn kan itti hin
fayyadamne;
Baasin waliigalaa haroomsaaf bahe tajaajila
kennuun kan wal- hin madaalle;
Baasiin haroomsaaf barbaachisu yeroo
madaalamu haaromsuu irra bakka buusuun kan
filatamu;
--- itti fufe
Konkolaataa tajaajila osoo hin kenniin waggaa tokkoo fi
isaa ol kan dhabbatee fi suphamee tajaajila gahaa kennuu
kan hin dandeenye ta’uusaa ogeessaan yoo mirkana’ee fi
seeraan kan hin dhorkamne yoo ta’e dhabamsiifamuu qaba.
(Qajelfama BQMNO Lakk 03/2011 Keewwata 13(3));
MHM sadarkaan jiran gurgurtaan konkolaataa
dhanamsiifamuu qabu sakkata’anii yoo dhiyeessuu baatan,
EBDhQMNO dhabamsiisuu ni danda’a. (Qajelfama BQMNO
Lakk 03/2004 Keewwata 13(4)) (Qaawwa qaba)
Sababni isaa Qajeelfamichi:-
 Dhabamsiisuuf MHM qabeenyicha bulchan ragaan
dhabamsiisuuf gargaaru dhiyaassuuf dirqama akka
qaban hin taasififne.
4.4 Konkolaataa Dhabamsiisuun Dursa
Odeeffannoowwan Qulqulla’uu qaban
• Manneen hojii Mootummaa kamiyyuu konkoolaataa
gurgurtan dhabamsiisuun dhura akkaataa
Qajeelfama Itti Fayyadama Boba’aa Fi Bobbii
Konkolaataa Mootummaa Nannoo Oromiyaa Lakk
03/2011 Keewwata 15 irratti ibsameen odeeffannoo
armaan gadii barbaachiisoodha :-
Ragaa abbaa qabeenyummaa konkoolaataa,
Ragaa kanfaltii qaraxa gumurukaa,
Dhorkaan kan irra hin jirre ta’uu ( Balaa
geessisuun, Idaan, …)
4.5 Maloota Qabeenyi Mootummaa Ittiin
Dhabamsifamu
 Akkaataa Qajeelfama Bulchiinsaa Qabeenya MNO Lakk
01/2004 Keewwata 23(3)(a-f)tiin malawwan qabeenya tajaajilaan-
alaa ittiin dhabamsiisuun danda’amu jahaa(6):
(1) Mana hojii mootummaa biroof
jijjiiruudhaan dabarsuu,
(2) Haala irra jiranuun caalbaasiin ykn
waldorgomsiisuun (haraajiin) gurguruu,
(3) Qabeenyicha hiikuudhaan meeshaalee biraa irratti
jijjjirraadhaan ykn gurguruudhaan faayidamuu,
(4) Qabeenyicha kennaan dhabamsiisuu,
(5) Qabeenyicha gatuudhan dhabamsiisuu fi
(6) Qabeenyicha owwaaluu ykn gubuudhaan
dhabamsiisudha.
MHM sadarkaan jiran malawwan dhabamsiisa
qabeenyaa jahaan(6’n)tti fayyadamuun dhabamsiisuu
5 Sadarkaa Qabeenyawwan Itti
Dhamabsifamuu fi
Galii Gurgurtaa Irraa Argamuuu
Qajeelfamoota Bulchiinsa Qabeenya MNO yeroo adda addaa
bahaniin Sadarkaa Qabeenyawwan Itti Dhamabsifamuu
fi Haala itti fayyadama Galii Gurgurtaa Irraa Argamuuu
adda bahee taa’eera. Haaluma kanaan:-
 Qajeelfama BQMNO Lakk. 01/2004 Keewwata 33(1),
 Qajeelfama Itti Fayyadama Boba’aa fi Bobbii Konkloaataa
MNO Lakk 03/2011 Keewwata 18(5) keewwata 33(2) fi
 Qajeelfama Sirna BQMNO Irra Deebiin Fooyyeessuuf
Bahe Lakk 24/2013 Keewwata 2(2)(a-d) ilaaluun ni
5.1 MHM Sadarkaan Jiraaniin Kan
Dhabamsiifaman
 Qabeenyawwan gatii tokko isaanii Qar.
5,000 gadi ta’anii fi gatiin al-tokkoo
gurguruuf dhiyaatan Qar. 250,000 gadi fi
 Meeshaalee elektirooniksii gatiin tokkoo
isaa Qar, 20,000 gadi ta’ee fi gatiin al-
tokko gurguruuf dhiyaatan Qar. 250,000
5.2 Sad. EBDhQMNOtti kanneen
Dhabamsiifaman
 Qabeenyawwan gatii tokko isaanii qarshii 5,000 ol
ta’anii fi gatiin tokkoo isaanii Qarshii 5,000 gadi ta’us;
gatiin qabeenyaawwan al-okko gurguruuf dhiyaatan
qarshii 250,000 fi isaa ol yoo ta’an,
 Meeshaalee elektirooniksii gatiin tokkoo isaa qarshii
20,000 ol ta’anii fi gatiin qabeenyawwaan tokkoo
isaanii 20,000 gadi ta’us, gatiin qabeenyaawwan al-
tokko gurguruuf dhiyaatan qarshii 250,000 ol yoo
ta’anii fi
5.3 Haalaa Itti fayyadama Galii Gurgurtaa
Irraa araguu
 Qajeelfama Bulchiinsa Qabeenyaa Mootummaa Naannoo
Oromiyaa Lakk. 01/2004 Keewwata 33(1)tiin fi keewwata
33(2) MHM qabeenya mootummaa galiin gurguraa isaa
lakkoofsa herreega baankii Mootummaa Naanoo
Oromiyaa giddugaleessatti (BMOtti) galii gochuu fi
akkuma gurgurtan raawwateen basii caalbaasicha
raawwachuuf bahee fi galii gurgurtaa irraa argame
tarreessuudhaan BMOtiif gabaasa dhiyeessuu qaba,
 Qajeelfama Itti Fayyadama Boba’aa fi Bobbii Konkloaataa
MNO Lakk 03/2011 Keewwata 18(5) tiin galiin gurgurtaa
dhabamsiisa konkolaataa irraa argamu keessaa %50
Manneen hojii Mootummaa qabeenyicha bulchaniif galii
ta’uun bittaa konkolaataa ykn ijaarsa bu’uuraalee
misoomaatiif oola.
6 . Rakkoolee Gurguddoo mul’atan
6.1 Rakkoolee Gurguddoo mul’atan
• Gurma’insi EBDhMNO sadarkaa naannoo
qofaa irra jiraachuun rakkoo dhaqqabamaa
qabachuu
 MHM sadarkaan jiran keessatti bulchiinsaa fi
dhabamsiisaa qabeenyaa tajaajilaan ala irratti
hubannoon jiruu fi xiyyeeffanaan hanqina
guddaa qabaachuu;
 MHM tokko tokko itti gaafatamummaa
--- 6. Rakkoolee Gurguddoo Mul’atan
 Fedhii dhiyyeessuun walqabatee hanqinaalee MHM
biratti mul’atan –
 Fedhiin yeroo dhiyaachuu qabutti dhiyyeessuu
dhabuu
 Fedhiin EBDhQMNOtiif dhiyaatu akka
dhabamsiifamuuf kan hin murtoofne ta’uu;
 Qabeenya abbummaan isaa hin beekamne akka
dhabamsiifamuuf fedhii dhiyyeessuu
 Konkolaataa harka mana hojichaa hin jirre( fkn
Gaaraajii dhuunfaa jiru) dhiyeessuu;
 Kan sadarkaa mana hojitti dhabamsiifamuu qabu akka
Ejensiin dhabamsiisuuf fedhii dhiyyeessuu
 Fedhii dhiyaate irratti hundaa’uun oggeessota
EBDhQMNO bakka qabeenyawwan dhabamsiifamutti
argamuun hojiiwwan Adda baasuu, sakata’insa
teekinikaa raawwachuu, Gurmeessuu fi Kooddeessuu
---- 6.1 Rakkoolee Gurguddoo
Mul’atan
• Qabeenyawwan caalbaasiin gurgurame
dorgomaa moo’ateef dabarsuu irratti takko
tokko kan mul’atan ta’uu :-
 Eegumsa barbaachiisu taasiisuu dhabuu irraa
kan ka’e meeshaalee dura qaama konkolaataa
keessa ture hatamu ykn hir’achuu,
 Sababoota adda adda uumuun moo’ate
kanfaltii hin barbaachiifne gaafachuu fi yeroon
keessummeedhiisuu ykn deddeebisuu,
Maallaqa qabeenyichi itti gurgurame hanga
7. Suura Muraasa Haala Bul/Qab/tajaajilaan alaa agarsiisu
• Suurawwan kana irraa waan 4 hubachuun ni danda’ama:-
1) Seerotaa fi Hojimaataa Bulchiinsi Qabeenyaa Mootummaa
Naannicha fi sirna gaafatamummaa hojii irra oolchuu irratti
hanqinni guddaa jiraachuu
2) Qabeenyaawwaan misooma hawaas-Dinagdee naannichaaf
ooluu qaban hedduun qisaasamaa jiraachuu
3) Dhimmi bulchiinsa Qab/tajaajilaan alaa xiyyeeffannaa
qaama hundaa fi sirna itti gaafatamummaa cimaa
diriirsuun hojii irra oolchuu kan barbaadu ta’uudha.
4) Qabeenyawwan dhabamsiisuuf hojiiwwan adda baasuu,
sakkata’insa teekinikaa gaggeessuu fi gurmeessuu bu’aa
---Suura Haala bulchiinsa Qabeenye
tajaajilaan alaa agarsiisu
--- Suura Haala Bul. Qabeenyaa Taj/ alaa
agarsiisuuf
--- Suura Haala Bul. Qab. Taj/ alaa
agarsiisu
---Suura Konkolaataa fi Ujummoo Waliin Macca’aa jiru
---Suura Kompuuteroota Mankuusaa Keessa Yeroo Dheera Turan
--- Suura Tiraakterootaa fi Konkolaattoota
---Suura Konkolaataa fi Motora saaykiloota
--- Suura hojichi dadabsiisaa ta’uusaa agarsiisuu
--- Suura hojichi dadabsiisaa ta’uusaa
agarsiisuu
Kanaaf maal haa goonuu
???????????????
7. Xiyyeeffannoo Fuula Duraa
 Seeroota (Labsii, Dabbii fi Qajeelfamoota), hojimaataa fi
maanuwaaloota bulchiinsa qabeenyya naannichaa jiran
sirnaan hubachuu, hubachiisuu fi qabatamaan hojii irra
olchuu
 Sirna bulchiinsa qabeenyaa Mootummaa sadarkaan jiran
ammayyeessuu
 Dandeetii raawwachiisummaa ogeessoota bulchiinsa
qabeenyaa itti fufinsaan cimsuu (caasaan, leenjii fi kkf)
 Rakkoolee Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa qabeenyawwan
tajaajilaan alaa mul’atan bu’uuraan fooyyeessuu
 Qabeenye tajaajilaan alaa itti fufinsaan adda basuun
murtoof dhiyyeessuu,
 Hojiiwwan suphaa fi dhabamsiisaa qabeenyaa karoora
waggaa mana hojii keessatti hammachiisuu fi maloota
mijataatti fayyadamuun dhabamsiisuu
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx

More Related Content

What's hot

Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxJaafar47
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptxMohammedAbdela7
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptxMohammedAbdela7
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaHabteTefera2
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptJaafar47
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].pptMohammedAbdela7
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptxgemechuayana5
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Jaafar47
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxmiadjafar463
 
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaa
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaaAti macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaa
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaaharamaya university
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdfHaroopost
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMohammed Abdo
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptJaafar47
 

What's hot (20)

Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaa
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.ppt
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
 
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa WangeelaaBarnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
 
tajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaatajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaa
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
 
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaa
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaaAti macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaa
Ati macaafa qulqulluu hubachuu ni dandeessaa
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
Dotood juram
Dotood juramDotood juram
Dotood juram
 
Barumsa bu
Barumsa buBarumsa bu
Barumsa bu
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 

Similar to Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx

Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxmiadjafar463
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Asfaw Zewdu
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfhabtamu292245
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfmesfin69
 
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxBarzalaCarcar
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxJaafar47
 
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptmiadjafar463
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxJaafar47
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxJaafar47
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxJaafar47
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taAbdisaGutema
 
PMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptxPMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptxJaafar47
 
TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)
TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)
TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)underwater and salvage
 
Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptx
Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptxGalmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptx
Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptxmiadjafar463
 
Bullismoaa
BullismoaaBullismoaa
Bullismoaaimartini
 
Public service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptxPublic service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptxsamuelmerga3
 
Entrenamiento para Protección de Niños
Entrenamiento para Protección de NiñosEntrenamiento para Protección de Niños
Entrenamiento para Protección de NiñosCommunicationsTeam
 
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptxBu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptxwardiiadamoo028
 

Similar to Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx (20)

Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
Presentation1.pptx
Presentation1.pptxPresentation1.pptx
Presentation1.pptx
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdf
 
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptx
 
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
 
PMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptxPMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptx
 
TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)
TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)
TURKISH UNDERWATER SPORTS FEDERATION AND ILS LIFE SAVING EIHGNZÜ ( LANGUAGE TR)
 
de abraham a los macabeos
de abraham a los macabeosde abraham a los macabeos
de abraham a los macabeos
 
Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptx
Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptxGalmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptx
Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptx
 
Bullismoaa
BullismoaaBullismoaa
Bullismoaa
 
Public service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptxPublic service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptx
 
Entrenamiento para Protección de Niños
Entrenamiento para Protección de NiñosEntrenamiento para Protección de Niños
Entrenamiento para Protección de Niños
 
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptxBu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
 

More from Jaafar47

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxJaafar47
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptxJaafar47
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxJaafar47
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxJaafar47
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfJaafar47
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxJaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptxJaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptxJaafar47
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxJaafar47
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptJaafar47
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptJaafar47
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptJaafar47
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.pptJaafar47
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptJaafar47
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptxJaafar47
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptJaafar47
 
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxTHEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxJaafar47
 
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.pptDevelopment Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.pptJaafar47
 
Development Social Sector in Ethiopia.pptx
Development Social Sector in Ethiopia.pptxDevelopment Social Sector in Ethiopia.pptx
Development Social Sector in Ethiopia.pptxJaafar47
 

More from Jaafar47 (19)

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.ppt
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
 
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxTHEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
 
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.pptDevelopment Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
 
Development Social Sector in Ethiopia.pptx
Development Social Sector in Ethiopia.pptxDevelopment Social Sector in Ethiopia.pptx
Development Social Sector in Ethiopia.pptx
 

Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx

  • 1. HaalaaBulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qabeenyawwan Tajaajilaan Alaa Manneen Hojii MOoTummaa sadarkaanjiran Ilaalchiisee BarreeffamaHubannoouumuuf Dhiyaate Caamsaa Bara 2015 Adaamaa
  • 2. Qabiyyee Barreeffamichaa 1) Seensa 2) Kaayyoo Waltajjichaa 3) Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qab. Taj. alaa walqabatee Gahee  BMO,  MHM fi  EBDhQMNO 4) Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa 5) Sadarkaa qabeenyi itti dhabamsiifamuu fi galii isaa 6) Rakkoolee Mul’atan 7) Suura Muraasa Haala Bul/Qabeenya taajaajilaan alaa agarsiisu
  • 3. 1. Seensa  Ejensiin Bittaa fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Naannoo Oromiyaa (EBDhQMNO) Labsii Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenya Mootummaa Lakk.157/2002 keewwata 50 fi Dambii lakkoofsa 134/2003tiin hundaa’uun hojii keessa erga galee waggoota 12 lakkoofsiiseera.  Kaayyoon hundeeffama EBDhQMNO inni guddaan hojiiwwaan bittaa fi gurgurtaa qabeenya mootummaa tajaajilaan alaa haala bittinnaa'een gaggeeffamaa ture; bakka tokkotti qindeessuun qulqullinaan, saffisan, gatii sirrii fi bu’aa
  • 4. Kanaafuu EBDhQMNO toorri xiyyeeeffannaa bittaa Mootummaan fi Gurgurtaa Qabeenya Mootummaa Tajaajilaan Alaa Milkeessuuf/bu’aa qabeessa taasiisuuf fedhii dhiyaatu irratti hunda’uun hojiiwwan kanneen gadii raawwachaa jira Bittaa fi Gurgurtaa milkeessuu Deeggarsa Ogummaa Kennuu Bittaa walfakkataa fi mana hojii tokkoo Gurgurtaan dhabamsiisuu
  • 5. 2. Kaayyoo Barreeffamichaa • Bulchiinsaa fi dhabamsiisa qabeenyaa tajaajilaan alaan walqabatee rakkoolee jiran hubachiisuuf; • Sirna Bulchiinsa fi Dhabamsiisaa qabeenyaa karaa dinagdawwaa fi bu’aa qabeessaa ta’ee hojii irra oolchuuf ; • Walumaagala tokkoon tokkoo hirmatoota waltajjii kana miira gaafatamummaa qabuun gahee irraa
  • 6. 3. Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qabeenyaa Tajaajiilan Ala Keessatti Gahee BMO EBDhQMNO MHM Sadarkaan jiran
  • 7. 3.1 Gahee Biiroo Maallaqaa Oromiyaa Seeroota fi Maanuwaalii bulchiinsa qabeenya MNO ittiin bulchamu ni basa; akka hojii irra oolu ni taasiisa; raawwii isaa ni hordofa; Sirna qabeenya mootummaa faayidaan ala ittiin buluu fi maqfamu ni diriirsa; hojii irra olmaa isaa ni hordofa; BMO fi waajjiraalee maallaqaa sadarkaan jiaran qabeenyi socho’uu fi hin sochoone qaama mootummaa ykn nama kamiyyuu jalatti hin bullee ykn qabeenya abbaa hin qabne mana murtitti dhiyeessuun haalli bulchiinsa isaa akka murta’u ni taasiisu.
  • 8. 3.2 Gahee MHM sadarkaan JIranii • Seerota(labsii, Danbiiwanii fi Qajeejfamoota) fi hojimaata bulchiinsa qabeenya mootummaa naannichaa sirritti beekuu fi hojii irra oolchuu; • Ragaa Qabeenyaa dhabbaataa mana hojichaa karaa kamiinuu argame sirnaan qabuu; • Bulchiinsaa fi eegumsa qabeenya tajaajilaa alaaf xiyyeeffannaa guddaa kennu • Qabeenyaawwan tajajilaan alaa ta’an itti fufiinsaan adda baasuun tarkaanfii fudhatamuu qabu murteessuu, kan dhabamsiifaman sadarkaa itti dhabamsiifaman waliin adda baasuu,
  • 9. --- 3.2 Gahee MHM sadarkaan JIranii • Qabeenyawwan sadarkaa mana hojichaatti dhabasiifamuu qaban maloota qajeelfamaan ta’an 6’n keessaa kan mijataa ta’etti fayyadamuun dhabamsiisuu; • Qabeenyawwan sadarkaa mana hojichaatti dhabasiifamuu hin danda’amnee fi gurgurtaan dhabamsiisuu qaban ragaa guutuu dhabamsiisuuf gargaaran waliin barri baajataa itti aanu osoo hin seeniin dura kurmana 4ffaa keessa EBDhQMNOtiif fedhii jiru dhiyeessu; • Oggeessoota EBDhQNO irraa ergamanuun hojii gurmeessuu fi koodeessuu erga xumuranii booda walamantaa mallateesuun hanga qabeenyichi gurguramee qaama bituuf darbutti sirnaan eeguu; • EBDhQMNO irraa xalayaa ergamu bu’uureeffachuun guca wal-
  • 10. 2.3 Aangoo fi Gahee Hojii EBDhQMNO Akkaataa Labsii Lakk.157/2002 keew/50 fi Dambii Lakk.134/2003tiin Gurgurtaan dahabamsiisaan walqabatee aangoo fi gahee hojii Ejensiichaaf kennaman :-  Qabeenya mootummaa gurgurtaan akka dhabamsifamuf MHM qabeenyicha bulchaniin murtaa’ee; fedhii dhiyaatu bu’uureeffachuun haala si’aayina qabuu fi gatii gabaa wal-gituun gurgurtaan ni dhabamsiisa;  Raawwi dhabamsiisa qabeenyaa irratti MHMtiif deeggarsa ogummaa ni Kennuu;  Dhaabbilee misooma mootummaatiif dhabamsiisa qabeenyaa irratti deeggarsa ogummaa ni kenna; Yeroo gaafatamu bakka bu’ee hojii gurgurtaan dhabamsiisuu ni raawwata; tajaajila kennuuf kaffaltii wal-madaalu ni kaffalchiisa,
  • 11. 5. Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa 4. Dhabamsiisa Qabeenyaa Mootummaa 4.1 Maalummaa Dhabamsiisa Qabeenyaa Qabeenya Mootummaa kamiyyuu Bittaan, dhaalaan, gargaarsaan, kennaadhaan ykn haala biroon argamuun galmee qabeenyaa mana hojiichaa irratti galma’ee beekamuu Qabeenya tajaajilaan ala ta’uusaa mirkana’e akka dhabamsiifamuuf hogganaa ola’anaa mana hojiitin murtoo argate; Qajeelfama BQMNO keessatti Malootawwan dhabamsiisaa taa’an jahaan keessaa kan mijataa ta’een fayyadamauun dhabamsiisuu fi galmee Qabeenyaarraa haqu jechuu dha.
  • 12. 4.2 Sababoota MHM Qabeenya Itti Dhabamsiisaan  Qabeenya tajaajilaan alaa jechuun gonkumaa tajaajila kennuu kan hin dandeenye jechuu miti;  Akkaataa Qajeelfama Bulchiinsaa Qabeenya Mootummaa Oromiyaa Lakk 01/2004 Keewwata 20 (1) (a-d) irratti ibsameen manneen hojii mootummaa sababiwwan armaan gadiin qabeenya dhabamsiisuu ni danda’a:- a) Qabeenyi Kaayyoowwan Mana Hojichaaf kan hin barbaachiifne ta’ee yoo argame, b) Qabeenyicha Qabatanii itti fufuun baasii guddaa kan gaafatuu fi dinagdawaa kan hin taane yoo ta’e; c) Qabeenyichi Sababa adda addaatiin tajaajila irraa barbaadamu gahumsaan kennuu kan hin dandeenye yoo
  • 13. 4.3 Ulaagaalee dhanamsiisa Konkolataa fi Mi’ootaa  Akkaataa Qajeelfama Bulchiinsaa Qabeenya MNO Lakk 01/2004 Keewwata 25 keewwata Xiqqaa 4 (a-g)tiin ulaagaalee armaan gadii keessaa yoo xiqqaate tokko guutamuu qaba:  Sababa hir’ina guddaatiin suphamuu kan hin dandeenye; Meeshaan jijjiirraa isaa gabaa irraa kan hin arggamne; Manni hojichaa karoora hojii wayitawwaa fi yeroo dhiyoo qabu irraa kan hafuu ykn kan itti hin fayyadamne; Baasin waliigalaa haroomsaaf bahe tajaajila kennuun kan wal- hin madaalle; Baasiin haroomsaaf barbaachisu yeroo madaalamu haaromsuu irra bakka buusuun kan filatamu;
  • 14. --- itti fufe Konkolaataa tajaajila osoo hin kenniin waggaa tokkoo fi isaa ol kan dhabbatee fi suphamee tajaajila gahaa kennuu kan hin dandeenye ta’uusaa ogeessaan yoo mirkana’ee fi seeraan kan hin dhorkamne yoo ta’e dhabamsiifamuu qaba. (Qajelfama BQMNO Lakk 03/2011 Keewwata 13(3)); MHM sadarkaan jiran gurgurtaan konkolaataa dhanamsiifamuu qabu sakkata’anii yoo dhiyeessuu baatan, EBDhQMNO dhabamsiisuu ni danda’a. (Qajelfama BQMNO Lakk 03/2004 Keewwata 13(4)) (Qaawwa qaba) Sababni isaa Qajeelfamichi:-  Dhabamsiisuuf MHM qabeenyicha bulchan ragaan dhabamsiisuuf gargaaru dhiyaassuuf dirqama akka qaban hin taasififne.
  • 15. 4.4 Konkolaataa Dhabamsiisuun Dursa Odeeffannoowwan Qulqulla’uu qaban • Manneen hojii Mootummaa kamiyyuu konkoolaataa gurgurtan dhabamsiisuun dhura akkaataa Qajeelfama Itti Fayyadama Boba’aa Fi Bobbii Konkolaataa Mootummaa Nannoo Oromiyaa Lakk 03/2011 Keewwata 15 irratti ibsameen odeeffannoo armaan gadii barbaachiisoodha :- Ragaa abbaa qabeenyummaa konkoolaataa, Ragaa kanfaltii qaraxa gumurukaa, Dhorkaan kan irra hin jirre ta’uu ( Balaa geessisuun, Idaan, …)
  • 16. 4.5 Maloota Qabeenyi Mootummaa Ittiin Dhabamsifamu  Akkaataa Qajeelfama Bulchiinsaa Qabeenya MNO Lakk 01/2004 Keewwata 23(3)(a-f)tiin malawwan qabeenya tajaajilaan- alaa ittiin dhabamsiisuun danda’amu jahaa(6): (1) Mana hojii mootummaa biroof jijjiiruudhaan dabarsuu, (2) Haala irra jiranuun caalbaasiin ykn waldorgomsiisuun (haraajiin) gurguruu, (3) Qabeenyicha hiikuudhaan meeshaalee biraa irratti jijjjirraadhaan ykn gurguruudhaan faayidamuu, (4) Qabeenyicha kennaan dhabamsiisuu, (5) Qabeenyicha gatuudhan dhabamsiisuu fi (6) Qabeenyicha owwaaluu ykn gubuudhaan dhabamsiisudha. MHM sadarkaan jiran malawwan dhabamsiisa qabeenyaa jahaan(6’n)tti fayyadamuun dhabamsiisuu
  • 17. 5 Sadarkaa Qabeenyawwan Itti Dhamabsifamuu fi Galii Gurgurtaa Irraa Argamuuu Qajeelfamoota Bulchiinsa Qabeenya MNO yeroo adda addaa bahaniin Sadarkaa Qabeenyawwan Itti Dhamabsifamuu fi Haala itti fayyadama Galii Gurgurtaa Irraa Argamuuu adda bahee taa’eera. Haaluma kanaan:-  Qajeelfama BQMNO Lakk. 01/2004 Keewwata 33(1),  Qajeelfama Itti Fayyadama Boba’aa fi Bobbii Konkloaataa MNO Lakk 03/2011 Keewwata 18(5) keewwata 33(2) fi  Qajeelfama Sirna BQMNO Irra Deebiin Fooyyeessuuf Bahe Lakk 24/2013 Keewwata 2(2)(a-d) ilaaluun ni
  • 18. 5.1 MHM Sadarkaan Jiraaniin Kan Dhabamsiifaman  Qabeenyawwan gatii tokko isaanii Qar. 5,000 gadi ta’anii fi gatiin al-tokkoo gurguruuf dhiyaatan Qar. 250,000 gadi fi  Meeshaalee elektirooniksii gatiin tokkoo isaa Qar, 20,000 gadi ta’ee fi gatiin al- tokko gurguruuf dhiyaatan Qar. 250,000
  • 19. 5.2 Sad. EBDhQMNOtti kanneen Dhabamsiifaman  Qabeenyawwan gatii tokko isaanii qarshii 5,000 ol ta’anii fi gatiin tokkoo isaanii Qarshii 5,000 gadi ta’us; gatiin qabeenyaawwan al-okko gurguruuf dhiyaatan qarshii 250,000 fi isaa ol yoo ta’an,  Meeshaalee elektirooniksii gatiin tokkoo isaa qarshii 20,000 ol ta’anii fi gatiin qabeenyawwaan tokkoo isaanii 20,000 gadi ta’us, gatiin qabeenyaawwan al- tokko gurguruuf dhiyaatan qarshii 250,000 ol yoo ta’anii fi
  • 20. 5.3 Haalaa Itti fayyadama Galii Gurgurtaa Irraa araguu  Qajeelfama Bulchiinsa Qabeenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 01/2004 Keewwata 33(1)tiin fi keewwata 33(2) MHM qabeenya mootummaa galiin gurguraa isaa lakkoofsa herreega baankii Mootummaa Naanoo Oromiyaa giddugaleessatti (BMOtti) galii gochuu fi akkuma gurgurtan raawwateen basii caalbaasicha raawwachuuf bahee fi galii gurgurtaa irraa argame tarreessuudhaan BMOtiif gabaasa dhiyeessuu qaba,  Qajeelfama Itti Fayyadama Boba’aa fi Bobbii Konkloaataa MNO Lakk 03/2011 Keewwata 18(5) tiin galiin gurgurtaa dhabamsiisa konkolaataa irraa argamu keessaa %50 Manneen hojii Mootummaa qabeenyicha bulchaniif galii ta’uun bittaa konkolaataa ykn ijaarsa bu’uuraalee misoomaatiif oola.
  • 21. 6 . Rakkoolee Gurguddoo mul’atan 6.1 Rakkoolee Gurguddoo mul’atan • Gurma’insi EBDhMNO sadarkaa naannoo qofaa irra jiraachuun rakkoo dhaqqabamaa qabachuu  MHM sadarkaan jiran keessatti bulchiinsaa fi dhabamsiisaa qabeenyaa tajaajilaan ala irratti hubannoon jiruu fi xiyyeeffanaan hanqina guddaa qabaachuu;  MHM tokko tokko itti gaafatamummaa
  • 22. --- 6. Rakkoolee Gurguddoo Mul’atan  Fedhii dhiyyeessuun walqabatee hanqinaalee MHM biratti mul’atan –  Fedhiin yeroo dhiyaachuu qabutti dhiyyeessuu dhabuu  Fedhiin EBDhQMNOtiif dhiyaatu akka dhabamsiifamuuf kan hin murtoofne ta’uu;  Qabeenya abbummaan isaa hin beekamne akka dhabamsiifamuuf fedhii dhiyyeessuu  Konkolaataa harka mana hojichaa hin jirre( fkn Gaaraajii dhuunfaa jiru) dhiyeessuu;  Kan sadarkaa mana hojitti dhabamsiifamuu qabu akka Ejensiin dhabamsiisuuf fedhii dhiyyeessuu  Fedhii dhiyaate irratti hundaa’uun oggeessota EBDhQMNO bakka qabeenyawwan dhabamsiifamutti argamuun hojiiwwan Adda baasuu, sakata’insa teekinikaa raawwachuu, Gurmeessuu fi Kooddeessuu
  • 23. ---- 6.1 Rakkoolee Gurguddoo Mul’atan • Qabeenyawwan caalbaasiin gurgurame dorgomaa moo’ateef dabarsuu irratti takko tokko kan mul’atan ta’uu :-  Eegumsa barbaachiisu taasiisuu dhabuu irraa kan ka’e meeshaalee dura qaama konkolaataa keessa ture hatamu ykn hir’achuu,  Sababoota adda adda uumuun moo’ate kanfaltii hin barbaachiifne gaafachuu fi yeroon keessummeedhiisuu ykn deddeebisuu, Maallaqa qabeenyichi itti gurgurame hanga
  • 24. 7. Suura Muraasa Haala Bul/Qab/tajaajilaan alaa agarsiisu • Suurawwan kana irraa waan 4 hubachuun ni danda’ama:- 1) Seerotaa fi Hojimaataa Bulchiinsi Qabeenyaa Mootummaa Naannicha fi sirna gaafatamummaa hojii irra oolchuu irratti hanqinni guddaa jiraachuu 2) Qabeenyaawwaan misooma hawaas-Dinagdee naannichaaf ooluu qaban hedduun qisaasamaa jiraachuu 3) Dhimmi bulchiinsa Qab/tajaajilaan alaa xiyyeeffannaa qaama hundaa fi sirna itti gaafatamummaa cimaa diriirsuun hojii irra oolchuu kan barbaadu ta’uudha. 4) Qabeenyawwan dhabamsiisuuf hojiiwwan adda baasuu, sakkata’insa teekinikaa gaggeessuu fi gurmeessuu bu’aa
  • 25. ---Suura Haala bulchiinsa Qabeenye tajaajilaan alaa agarsiisu
  • 26. --- Suura Haala Bul. Qabeenyaa Taj/ alaa agarsiisuuf
  • 27. --- Suura Haala Bul. Qab. Taj/ alaa agarsiisu
  • 28. ---Suura Konkolaataa fi Ujummoo Waliin Macca’aa jiru
  • 29. ---Suura Kompuuteroota Mankuusaa Keessa Yeroo Dheera Turan
  • 30. --- Suura Tiraakterootaa fi Konkolaattoota
  • 31. ---Suura Konkolaataa fi Motora saaykiloota
  • 32. --- Suura hojichi dadabsiisaa ta’uusaa agarsiisuu
  • 33. --- Suura hojichi dadabsiisaa ta’uusaa agarsiisuu
  • 34. Kanaaf maal haa goonuu ???????????????
  • 35. 7. Xiyyeeffannoo Fuula Duraa  Seeroota (Labsii, Dabbii fi Qajeelfamoota), hojimaataa fi maanuwaaloota bulchiinsa qabeenyya naannichaa jiran sirnaan hubachuu, hubachiisuu fi qabatamaan hojii irra olchuu  Sirna bulchiinsa qabeenyaa Mootummaa sadarkaan jiran ammayyeessuu  Dandeetii raawwachiisummaa ogeessoota bulchiinsa qabeenyaa itti fufinsaan cimsuu (caasaan, leenjii fi kkf)  Rakkoolee Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa qabeenyawwan tajaajilaan alaa mul’atan bu’uuraan fooyyeessuu  Qabeenye tajaajilaan alaa itti fufinsaan adda basuun murtoof dhiyyeessuu,  Hojiiwwan suphaa fi dhabamsiisaa qabeenyaa karoora waggaa mana hojii keessatti hammachiisuu fi maloota mijataatti fayyadamuun dhabamsiisuu