SlideShare a Scribd company logo
1 of 39
Moodeela Tiraanisformeeshinii KT MNO
Qophii
Istaandaardii
Gidduugala
Tajaajila
iddoo tokko
E-
Governance
Ijaarsa dandeettii
(Leenjii, Gorsa fi
Barnoota)
Misooma
Naamusa,
Dudhaa fi
Aadaa
Ergonomiksii
(Office
Ergonomics)
Chaartarii
tajaajilamaa fi sirna
Chaartaraa Ijaaruu
Sirna Madaallii
fi
gaafatamumm
aa
Onnachiiftuu
(financial and non
financial)
Tiraanisformeeshinii
Kenna tajaajilaa
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma
Qabeenya Namaa Oromiyaa
Wixinee Qajeelfama Kenniinsa
Tajaajila Iddoo Tokkoo Murteessuuf
Bahe
Barbaachisummaa Gidduugala Tajaajila Iddoo
Hojii
Tajaajila mootummaan ummataaf
kennu
oQaqqabamaa,
oSaffisa,
oIftoomafi gahuumsaa taasisuuf;
……..
 Qaawwa mootummaa fi ummata
gidduu jiru dhiphisuun
oItti quufiinsaa fi amantaa ummanni
mootummaa irratti qabu dabaluuf;
oHanna hambisuuf,
oTajaajila tekinoolojiin deeggaramee fi
oHawwataa ta’e lammiif dhiyeessuuf
akka meeshaa jijjiiramaa tokkootti
tajaajila
Qajeeltoowwanii Gidduugala Tajaajila Iddoo
Tokkoo
 Tajaajilli GTIT tti kennamu si’oomina qabaachuu
qaba.
Kunis tajaajilli kennamu istaandaardii yeroo taa’e
keessatti raawwatamuu qaba
 Tajaajilli GTIT tti kennamu haqa-qabeessa ta’uu
qaba.
Kunis tajaajilli mootummaan ummataaf kennu
kamiiyyuu
o Firummaan,
o Naannummaan,
o Walbeekumsaan,
o Qabeenyaan,
…………………….
 Tajaajilli GTIT tti kennamu hunda galeessa
(inclusiveness) ta’uu qaba.
o Kunis Tajaajilli kennamu kutaalee hawaasaa
miidhamoo ta’an hammachuu qaba.
o Keessattuu Qaama Miidhamtoota, harka qalleeyyii fi
kkf bifa addaatiin hammatamuu qabu.
 Tajaajilli Gidduugala Tajaajila iddoo Tokkootti
kennamu akkaataa istaandaardii fi hojimaata
taa’een qofa kennamuu Qaba (reliability).
 GTIT bu’uuraaleen kenna tajaajilaa fi iddoo hojii
mijataa barbaachisan sadarkaa isaa eeggate
tajaajilamaa fi qaama tajaajila kennuuf Mijachuu
qaba
 Tajaajilli GTIT tti kennamu Baasii Tajaajilamaa kan
qusatu, bu’aa bahii tajaajilamaa kan hambisu ta’uu
qaba
 Tajaajilli GTIT tti kennamu
o Kaka’uumsa fi
o Kutannoo hooggansaa fi hojjetaan kan
kennamu yoo ta’e (assurance) ta’uu qaba.
 Tajaajilli GTIT tti kennamu
o Kabaja fi naamusa olaanan,
o Jaalala lammii karaa calaqqisuun simachuu fi
o Tajaajiluun kan raawwatamu ta’uu qaba.
Dudhaalee hojii Gidduugala Tajaajila Iddoo
Tokkoo
1. Amanamummaa
2. Iftoomina
3. Sirrummaa tajaajilaa
4. Si’aa’ina
5. Ammayyaa’aa
6. Qabiinsa tajaajilamaa
Giddugalawwan Kenniinsa Tajaajila Iddoo
Tokkoo
 Giddugalawwan GTIT
o Sadarkaa naannoo,
o Sadarkaa godinaa,
o Bulchiinsa magaalotaa,
o Aanaalee fi
o Gandootaatti akkaataa barbaachisummaa isaatti kan
hundeeffaman ta’ee,
 Haalli aangoo fi gahee hojii MHM walitti hin
buuneen kan raawwatamu ta’a.
 Haaluma kanaan:
o Giddugalawwan GTIT akka jaarmiyaatti
mul’ataa fi ergama of danda’e kan hin qabne
ta’ee, akka gurmaa’insa walmaddiitti
fudhatamuu ni danda’a.
o Hundeeffamni GTIT raawwii kenna tajaajila
manneen hojii saffisiisuuf malee aangoo fi
gahee hojii manneen hojiif kenname waliin
walitti bu’u hin qabaatu
o Kaayyoo guddaan hundeeffama GTIT
yaaliiwwan asii fi achitti GTIT hundeessuuf
Manneen hojii tokko tokko biratti eegalame
daraan cimsuuf
 Sadarkaa Naannotti Amalaa fi gosa tajaajila
kallattii kennamuu fi amala tajaajilamaatiin
GTIT tokko fi isaa ol hundeeffamuun
tajaajilootni kallattii walitti dhufuun Giddugala
tokko irratti akka kennaman ni taasifama.
 Tajaajilli GTIT kennaman tajaajilamaan
qaamaan argamuun fuulaafi fuulatti tajaajila
kan itti argatuu fi
 Dhawaatan tajaajilicha tekinoolojiin
deeggaruun tajaajilamaan iddoo jirutti
toorarratti (one line) argachuuf akka
dandeessisu ni taasifama.
 Sadarkaa bulchiinsa magaalotaatti Giddugalawwan
GTIT tokkoo fi isaa ol ta’an hundeessuu akka
kennamu ni taasifama.
 Manneen hojii sadarkaa godinaa jiran keessaa
tajaajilootni walfakkaatan Giddugala tokkotti dhufuun
deddeebii tajaajilamaa karaa hir’isuu danda’uun
Giddugalan GTIT tokkoo fi isaa ol ta’an ni
hundeeffama.
 Sadarkaa aanaattis Giddugalan GTIT tokkoo fi isaa
ol ta’u hundeeffamuudhaan tajaajilli akkaataa
walfakkaatuun qindaa’uun giddu-gala tokko irratti
akka kennamu ni taasifama.
 Ganda irratti tajaajiloota sadarkaa gandaatti
kennaman fi kanneen kallattiidhaan kennaman
walitti fiduun Giddugalan tokko hundaa’ee
tajaajilli ni kennama.
 Giddugalawwan kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo
hundeeffaman irratti faasiliitiiwwan tajaajila
kennuuf barbaachisu ni guutam.
 Tajaajilootni Giddugalawwan GTIT keessatti
kennaman adda baasuuf ulaagaalee ifa ta’e
irratti hundaa’uun qaama dhimmi ilaaluuf
dhiyaatee erga mirkanaa’ee booda ta’a
 Manneen hojii mootummaa tajaajilli
isaan kennan gama GTIT akka
kennamu murtaa’e fodda tajaajilaa
isaaf kennamu irratti ta’a
 Giddugalawwan TIT hundeeffaman
hundi manneen hojii waliin walitti
hidhamiinsa fi qindoomina qabaachuu
qabu
 Tajaajilli gara GTIT tti akka kennamu
murtaa’e gama giduugalaatiin qofa kan
kennamu ta’a
 Manneen hojii sadarkaan jiran tajaajilli foddaa duraa
(fronline) gara GTIT tiin akka kennamu murtaa’e
hojiiwwan foddaa boodaa (ofline) akkaataa
istaandaardii taa’een raawwachuun tajaajila foddaa
duraatiif dhiheessuu qabu.
 Ogeessota Giddugalawwan GTIT irratti hojjetan fi
qindeessaniif leenjii, barnootaa, muuxannoo
waljijjiirraa mijeessuun dandeettii isaanii cimsuu
irratti hojjetamuu qaba.
 Giddugalan GTIT kamiyyuu tooftaalee odeeffannoon
ittiin kennamu kanneen akka miidiyaa hawaasaa,
miidiyaa maxxansaa fi miidiyaa biroodikaastingii
fayyadamuun odeeffannoo wayitawaa tajaajilamaaf
kennuu qaba.
Biiroo Pabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya
Namaa
 Gidduugala tajaajila iddoo tokkoo
akkaatuma barbaachisummaa isaatti
qorannoo irratti hundaa’ee ni gurmeessa,
ni hooggana; iddoo bu’aa qabeessa hin
taanetti ni diiga
 Ulaagaalee tajaajiloota foddaa duraa gara
GTIT tti ittiin adda bahan ni qopheessa;
qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun
murteessisiisuun gara wiirtuchaatti akka
dabalaman ni taasisa
 Gurmaa’insa tajaajilli GTIT akkaataa istaandaardii,
seeraa fi hojimaata, qajeeltoowwan tajaajilaa fi
Naamusa fi dudhaa taa’een kennamaa jiraachuu
isaa hordofuu fi hojiirra oolchuuf itti gaafatamummaa
qabaatu ni gurmeessaa.
 Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa manneen hojii
mootummaa naannichaa bu’uura irraa hiikuuf
qajeelfama qophaa’e Giddugalawwan sadarkaa
adda addaatti hundeeffaman keessatti hojiirra ni
oolcha, akka hojiirra oolu ni taasisa.
 Raawwii qajeelfamichaa keessatti deggarsaa fi
hordoffii barbaachisaa ni taasisa; bakka hanqinni
jirutti tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata, akka
fudhatamu ni taasisa.
 Manni hojii mootummaa sadarkaan jiru
Giddugalawwan GTIT hundaa’uuf deeggersaa
fi hordoffii barbaachisaa taasisuu isaa ni
hordofa; ni gamaggama; bakka hanqinni jirutti
tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu ni
taasisa.
 Tajaajila mootummaa daran saffisaa taasisuuf
hojimaata GTIT hojiirra oolchuun alatti maamilli
qaamaan osoo hin argamin bakka jirutti
tajaajila argachuu akka danda’uuf qorannoo ni
gaggeessa; hojimaata ni diriirsa.
 Sadarkaa qulqullina tajaajilichaa ni hordofa, ni
safara; tarkaanfiwwan sirreeffamaa ni fudhata
Gahee fi Itti Gaafatamummaa Abbaa Taayitaa Saayinsii
fi Teeknooloojii
 Tajaajila Giddugala GTIT irratti kennamu
qulqulluu fi si’ataa akka ta’uuf hojimaataa fi
meeshaalee tekinooloojii ammayyaa’tiin ni
deggera, ni hordofa, raawwii isaa gamaggama;
tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata.
 Tajaajiloota Giddugala GTIT irratti kennamu
ilaalchisee biiricha waliin ta’uun adda ni baasa;
tekinooloojiin walsimsiisa; rakkoolee qunnamaniif
furmaata ni barbaada.
 Kenniinsa tajaajilaa fi qabiinsa ragaa
Giddugalawwan GTIT ammayyeessuu fi
fooyyeessuuf sirnoota akka daataa beeziifi
mosaajii adda addaa qoratee hojiirra ni oolcha,
akka hojiirra oolan ni taasisa
 Deddeebii fi baasii maamilaa hir’isuuf hojimaata
kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo akkaataa
qoratamee dhiyaateen hojiirra oolmaa isaa ni
deeggara, rakkoolee qunnamaniif Biiricha waliin
ta’uun furmaata ni barbaada.
Gahee fi Itti Gaafatamummaa Manneen Hojii Sadarkaa
Naannoo
 Qajeelfamicha sirriitti hubachuun caasaalee isaanii
sadarkaan jiraniif hubannoo ni uumu; deeggarsa
barbaachisaa ni taasisu, raawwii isaa ni
gamaaggamu.
 Manneen hojii GTIT keessatti hammataman
Giddugalalee GTIT sadarkaan jiraniif deggersa bifa
adda addaatiin ni taasisu; raawwii isaanii ni hordofu;
jijjiirama dhufe ni gamaggamu.
 Gahumsa qindeessitootaa fi ogeessota
Giddugalalee GTIT cimsuuf qooda fudhattoota
waliin itti fufiinsaan qindoominaan ni hojjatu; bu’aa
argame ni madaalu.
 Hojimaata Kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo irratti
yaadaa fi fedhii maamilaa walitti qabuun madaalaa
deemuudhaan akka galteetti fayyadamuu qabu.
 Giddugalawwan GTIT hundaa’an yoo xiqqaate
waggaatti yeroo lama hawaasa tajaajilamaa waliin
waltajjii marii qabaachuun tajaajila kennamu
caalaatti fooyyessaa deemuu qabu.
 Qajeelfama kana karaa guutuu ta’een hojiirra
oolchuufi itti gaafatamummaa guutuu ni qabaatu.
Gahee fi Itti Gaafatamummaa Waajjiraalee
Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa
Sadarkaan Jiranii
 Aangoo fi itti gaafatamummaan seerota birootiin
kennameef akkuma eegametti ta’ee, Waajjiraaleen
Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa
Sadarkaan jiran:
 Qajeelfamicha sirriitti hubachuun qaamolee dhimmi
ilaaluuf hubannoo ni kennu; ni deggaru; ni hordofu;
raawwii isaa ni madaalu.
 Bu’aa qorannoo kenniinsa tajaajilaa sadarkaa
naannootti gaggeeffamu haala qabatamaa
Giddugalawwan GTIT’tiin hojiirra ni oolchu, ni
deeggaru; ni hordofu; raawwii isaa ni gamaaggamu.
 Hojimaata GTIT bu’a-qabeessa taasisuuf
argannoowwan qorannoo dhiyaatan irratti
hubannoo ni uumu; akkaataa hojimaata Biiricha
irraa kennamuun hojiirra ni oolchu; akka hojiirra
oolu ni taasisu; ni deeggaru; ni hordofu; raawwii
isaa ni gamaaggamu.
 Dandeettiifi gahumsa qindeesitootaa fi
ogeessota GTIT cimsuuf qaamolee garaagaraa
waliin qindoominaan ni hojjatu;
 Hanqinaalee fi rakkoolee GTIT fi dandeettii
raawwachiisummaa Giddugalawwan kanneenii
walqabatee ka’u qaama ilaallatu wajjin ta’uun
akka furmaata argatan ni taasisu; raawwii isaa ni
Gahee fi Itti Gaafatamummaa Manneen Hojii
Mootummaa Sadarkaan Jiranii
 Manni hojii mootummaa sadarkaan jiru
kamiyyuu:
 Manni hojii mootummaa kamiyyuu tajaajila
kallattiin ummataaf kennamu kanneen
dijiitaalessuun danda’amu dijiitaalessuun sirna
GTIT keessa galuu akka danda’u taasisuu
qabu
 Hojimaatni kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo
kutaalee hawaasaa harka-qalleeyyii, qaama
miidhamtoota, dubartoota ulfaa fi namoota
deggersa addaa barbaadaniif dhaqqabamaa
 Manni hojii dhimmi ilaaluu fi Giddugalan GTIT
tajaajila booda yaada fooyya’iinsaa tajaajilamaan
qabu maloota adda addaatiin fudhatee hojiirra
oolchuu qaba.
 Hojimaata GTIT cimsuu keessatti hawaasni
yaadaan, beekumsaan, qabeenyaa fi humnaan
akka hirmaatu manneen hojii dhimmi ilaalu haala
mijeessuu qabu.
 Manneen hojii mootummaa hdimmi ilaalu yoo
xiqqaate waggaatti yeroo tokko karooraa fi
raawwii isaanii gamaggamuu qabu
 Qajeelfama GTIT bahe kana karaa guutuu ta’een
hojiirra oolchuuf itti gaafatamummaa guutuu ni
qabaata.
 Hojiirra oolmaa qajeelfama kanaa irratti rakkoolee
quunnamuu danda’an qindeessuun caasaa Biirichaa
sadarkaan jiruuf ni dhiyeessa, ni hordofa.
 Kenniinsa tajaajila Giddugalalee GTIT bu’uura
qajeelfama kanaatiin ni fooyyessa; jijjiirama dhufe itti
fufsiisa.
 Dandeettii raawwachiisummaa hojjattoota GTIT irratti
hojjetanii cimsuuf leenjiiwwan hojiirraa gaggabaabaa
ta’e ni qopheessa; bu’aa leenjii ni madaala.
 Karooraafi raawwii hojii GTIT irratti uummatni akka
yaada kennu haala ni mijeessa; yaada galtee ni
Gahee fi Itti Gaafatamummaa Hooggansa Mana
Hojii
 Barbaachisummaa qajeelfamichaa irratti
hojjettootaaf hubannoo gahaa kennuun akkaataa
qabatama mana hojii isaatiin hojiitti hiikuu qaba.
 Gahumsaa fi bu’a-qabeessummaa hojimata
GTIT cimsuuf akkaataa barbaachisummaa isaatti
ni deeggara, ni hordofa; raawwii isaa ni madaala;
duub-deebii ni kenna; jijjiirama argame itti
fufsiisa.
 Qajeelfama GTIT kana karaa guutuu ta’een
hojiirra oolchuuf itti gaafatamummaa guutuu ni
qabaata.
Gahee fi Itti Gaafatamummaa Hojjettoota
Giddugalawwan GTIT
 Gahee fi itti gaafatamummaan seerota birootiin
kennameef akkuma jirutti ta’ee, hojjetaan
mootummaa akka qindeessuufi hojjetuuf
yeroodhaafis dhaabbataadhaan Giddugala
kana irratti ramadame kamiyyuu gahee fi itti
gaafatamummaa armaan gadii ni qabaata:
 Giddugala GTIT adda bahe keessatti qaamni
tajaajila kennu yeroo hojiitti bakka hojiitti
argamuu qaba.
 Ogeessaa fi hooggansi Giddugala GTIT
tajaajila kennu kamiyyuu naamusa gaariin
tajaajiluu qaba.
 Ogeessotni Giddugalawwan GTIT irratti
hojjetan odeeffannoowwan waa’ee tajaajila
Giddugala kanaan kennamu fi tajaajila
argachuuf haaldureewwan maamilli guuttachuu
qabu ilaalchisee odeeffannoo gahaa kennuu
qaba.
 Qulqullinaa fi dhaqqabamummaa kenniinsa
tajaajila mootummaa fooyyessuuf qajeelfama
kana hojiitti hiikuuf itti gaafatamummaa guutuu
ni qabaatu.
 Rakkoolee gahumsaa fi dandeettii mul’atuufi hojiirra
oolmaa qajeelfamichaa irratti dhiibbaa geessisan
hambisuuf itti gaafatamummaa guutuu ni qabaatu.
 Maamila tajaajilamuuf gara Giddugala GTIT dhufu
fuula gaariin simachuun tajaajila si’ataa fi qulqullina
qabu kennuu qabu.
 Beekumsaafi dandeettii qaban hunda tajaajila
uummataaf oolchuu qabu.
 Sa’atii hojii mootummaa guutumaa guutuutti hojii
mootummaatiif oolchuu qabu.
 Qajeeltoowwan naamusaa mana hojiifi ogummaa
kobachuun tajaajila kennuu qaba.
 Tajaajila kennuuf faayidaa fi kennaa hin malle
kamiyyuu gaafachuu yookiin fudhachuun
…….
 Maamiltoota jidduutti koorniyaan, afaaniin,
sanyiin, amantaan, ilaalcha siyaasaan yookiin
sababa birootiin loogii raawwachuu hin qabu.
 Hooggansaafi hojjetaa ilaalchaa fi gocha
malaammaltummaa keessatti hirmaate saaxiluu fi
maqaa gaarii mana hojichaa eegsisuuf dirqama ni
qabaata.
 Naannoo tajaajilli mootummaa itti kennamutti
araada adda addaa irraa bilisa ta’uun naamusa
iddoo hojii kabajuuf itti gaafatamummaa guutuu ni
qabaata.
 Sa’aatii hojii mootummaatti dhimma hojiitiif yoo
ta’een alatti miidiyaa hawaasaa adda addaa
Gahee fi Itti Gaafatamummaa Maamiltootaa
 Tajaajila kennamuufi istaandaardii tajaajilli itti
kennamu irratti odeeffannoo Giddugalawwan
GTIT kennanitti fayyadamuun tajaajila argachuu
qaba.
 Ulaagaalee fi haal-dureewwan kenniinsa
tajaajilaa Giddugalawwan GTIT’n dhiyaatanitti
fayyadamuun tajaajila barbaadu gaafachuu qaba.
 Rakkoolee yookiin dhimmoota addaa
xiyyeeffannoo addaa barbaadaniin alatti gara
Giddugala GTIT deemuun tajaajila argachuun kan
danda’amu guyyaa hojii fi sa’aatii hojii
mootummaattiidha.
 Maamilli tajaajila argachuuf gara Giddugala
GTIT deemu naamusa mana hojii kabajuun
tajaajila argachuu qaba.
 Faayidaa hin malle kennuun yookiin waadaa
hin malle seenuun tajaajila mootummaa
argachuu yookiin argachuuf yaaluu hin qabu.
Aangoo fi Hojii Giddugala GTIT
 Qajeelfama biirichi qopheesse bu’uura
godhachuun tajaajilaawwan Giddugala GTIT
irratti kennaman walitti qindeessuun
maamilaaf ni dhiyeessa.
 Tajaajila maamilaaf kennamu keessatti
rakkoon yoo quunname qaama dhimmi
ilaaluuf beeksisuun furmaata hatattamaa ni
kenna.
 Naannoo qulqulluu, hawwataa ta’ee
fayyummaa fi nageenyummaan isaa akka
eegamu ni taasisa.
 Giddugalawwan sadarkaa adda addaatti
hundeeffaman keessatti hojiirra ni oolcha, akka
hojiirra oolu ni taasisa.
 BPSMQNO waliin ta’uun muuxannoowwan
bakka adda addaa jiru qindeessuun haala
qabatama naannichaatiin hojiirra ni oolcha.
 Giddugalan GTIT kamiyyuu sa’atii hojii
mootummaatti maamilaaf banaa ta’uu kan
qabuu fi akkaataa barbaachisummaa isaatti
yero hojiin alattis Giddugalatti argamuun
tajaajila akka kennan taasifamuu ni danda’a.
 Ogeessota Giddugala GTIT irra hojjetaniif fedhii
leenjii fi hanqina dandeettii adda baasuudhaan
qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa.
 Bu’uuraaleen kenniinsa tajaajilaa naannoo
hojiitti guutamuu ni mirkaneessa.
 Hojjettootaa fi maamila Giddugala GTIT’tiif
tajaajila kaaffee gatii salphaan ni dhiyeessa.
Galatoomaa

More Related Content

What's hot

4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptxMohammedAbdela7
 
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxDhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxJaafar47
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxJaafar47
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxJaafar47
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxJaafar47
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptxMohammedAbdela7
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptJaafar47
 
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012addisuu
 
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptxHubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptxJaafar47
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxJaafar47
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdfHaroopost
 
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptxKaroora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptxGariLencha
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Asfaw Zewdu
 
байгаль орчин, ногоон хөгжлийн яам
байгаль орчин, ногоон хөгжлийн яамбайгаль орчин, ногоон хөгжлийн яам
байгаль орчин, ногоон хөгжлийн яамIdol_atena
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaHabteTefera2
 
4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptxMohammedAbdela7
 

What's hot (20)

4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxDhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptx
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.ppt
 
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
Qajeelfama raawwii hoggansaa qabeenya namaa 2012
 
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptxHubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
 
Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptxKaroora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
Karoora Daldalaa Kan Oomisha tokkoo ppt Garment.pptx
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
 
Jaalala yesus
Jaalala yesusJaalala yesus
Jaalala yesus
 
байгаль орчин, ногоон хөгжлийн яам
байгаль орчин, ногоон хөгжлийн яамбайгаль орчин, ногоон хөгжлийн яам
байгаль орчин, ногоон хөгжлийн яам
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaa
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
2000+ bangla probad bakko
2000+ bangla probad bakko2000+ bangla probad bakko
2000+ bangla probad bakko
 
4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx
 

Similar to Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfama Kenniinsa Tajaajila Iddoo Tokkoo Murteessuuf Bahe.pptx

Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen Powers Design & Build, LLC
 
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen Powers Design & Build, LLC
 
Træner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF HerrefodboldTræner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF HerrefodboldJens Henrik Holm
 
Træner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF HerrefodboldTræner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF HerrefodboldJens Henrik Holm
 
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)csermeg
 
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)csermeg
 
презентация о готах
презентация  о готахпрезентация  о готах
презентация о готахYulya Tkachuk
 
презентация о готах
презентация  о готахпрезентация  о готах
презентация о готахYulya Tkachuk
 

Similar to Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfama Kenniinsa Tajaajila Iddoo Tokkoo Murteessuuf Bahe.pptx (20)

Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
 
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
Kitchen Designer Tulsa Can Give an Enticing Look to Your Kitchen
 
Træner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF HerrefodboldTræner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
 
Træner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF HerrefodboldTræner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
Træner søges til Haunstrup IF Herrefodbold
 
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
 
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
La diagnosi in medicina generale. La teoria e la pratica (Riccardo De Gobbi)
 
презентация о готах
презентация  о готахпрезентация  о готах
презентация о готах
 
презентация о готах
презентация  о готахпрезентация  о готах
презентация о готах
 
web de educación
web de educaciónweb de educación
web de educación
 
web de educación
web de educaciónweb de educación
web de educación
 
La casa
La casaLa casa
La casa
 
La casa
La casaLa casa
La casa
 
Trg method in org
Trg method in orgTrg method in org
Trg method in org
 
Trg method in org
Trg method in orgTrg method in org
Trg method in org
 
Alex y Hamza
Alex y HamzaAlex y Hamza
Alex y Hamza
 
Alex y Hamza
Alex y HamzaAlex y Hamza
Alex y Hamza
 
Rammstein cancionero completo
Rammstein cancionero completoRammstein cancionero completo
Rammstein cancionero completo
 
Rammstein cancionero completo
Rammstein cancionero completoRammstein cancionero completo
Rammstein cancionero completo
 
Türkiyede tarım
Türkiyede tarımTürkiyede tarım
Türkiyede tarım
 
Türkiyede tarım
Türkiyede tarımTürkiyede tarım
Türkiyede tarım
 

More from Jaafar47

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxJaafar47
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxJaafar47
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptxJaafar47
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxJaafar47
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxJaafar47
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfJaafar47
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxJaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptxJaafar47
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxJaafar47
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptJaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptxJaafar47
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxJaafar47
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptJaafar47
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptJaafar47
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptJaafar47
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.pptJaafar47
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptJaafar47
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptxJaafar47
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptJaafar47
 
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxTHEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxJaafar47
 

More from Jaafar47 (20)

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.ppt
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
 
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxTHEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
 

Recently uploaded (9)

Tutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitus
Tutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitusTutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitus
Tutkimus-, kehittämis- ja innovaatiotoiminnan rahoitus
 
Jedhi Malee (just do it).pdf
Jedhi Malee             (just do it).pdfJedhi Malee             (just do it).pdf
Jedhi Malee (just do it).pdf
 
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnotKoululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
 
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiotKoulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
 
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen SuomessaKasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
 
Koulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talous
Koulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talousKoulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talous
Koulutuksen rahoitus, tulot, menot ja talous
 
Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24
Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24
Oppimateriaaleihin, menetelmiin ja sovelluksiin tutustuminen 2.5.24
 
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutusAikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
 
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergiaImmunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
Immunologian perusteet: valkosolutyyppien yhteistyö, elinsiirrot, allergia
 

Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfama Kenniinsa Tajaajila Iddoo Tokkoo Murteessuuf Bahe.pptx

  • 1. Moodeela Tiraanisformeeshinii KT MNO Qophii Istaandaardii Gidduugala Tajaajila iddoo tokko E- Governance Ijaarsa dandeettii (Leenjii, Gorsa fi Barnoota) Misooma Naamusa, Dudhaa fi Aadaa Ergonomiksii (Office Ergonomics) Chaartarii tajaajilamaa fi sirna Chaartaraa Ijaaruu Sirna Madaallii fi gaafatamumm aa Onnachiiftuu (financial and non financial) Tiraanisformeeshinii Kenna tajaajilaa
  • 2. Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfama Kenniinsa Tajaajila Iddoo Tokkoo Murteessuuf Bahe
  • 3. Barbaachisummaa Gidduugala Tajaajila Iddoo Hojii Tajaajila mootummaan ummataaf kennu oQaqqabamaa, oSaffisa, oIftoomafi gahuumsaa taasisuuf;
  • 4. ……..  Qaawwa mootummaa fi ummata gidduu jiru dhiphisuun oItti quufiinsaa fi amantaa ummanni mootummaa irratti qabu dabaluuf; oHanna hambisuuf, oTajaajila tekinoolojiin deeggaramee fi oHawwataa ta’e lammiif dhiyeessuuf akka meeshaa jijjiiramaa tokkootti tajaajila
  • 5. Qajeeltoowwanii Gidduugala Tajaajila Iddoo Tokkoo  Tajaajilli GTIT tti kennamu si’oomina qabaachuu qaba. Kunis tajaajilli kennamu istaandaardii yeroo taa’e keessatti raawwatamuu qaba  Tajaajilli GTIT tti kennamu haqa-qabeessa ta’uu qaba. Kunis tajaajilli mootummaan ummataaf kennu kamiiyyuu o Firummaan, o Naannummaan, o Walbeekumsaan, o Qabeenyaan,
  • 6. …………………….  Tajaajilli GTIT tti kennamu hunda galeessa (inclusiveness) ta’uu qaba. o Kunis Tajaajilli kennamu kutaalee hawaasaa miidhamoo ta’an hammachuu qaba. o Keessattuu Qaama Miidhamtoota, harka qalleeyyii fi kkf bifa addaatiin hammatamuu qabu.
  • 7.  Tajaajilli Gidduugala Tajaajila iddoo Tokkootti kennamu akkaataa istaandaardii fi hojimaata taa’een qofa kennamuu Qaba (reliability).  GTIT bu’uuraaleen kenna tajaajilaa fi iddoo hojii mijataa barbaachisan sadarkaa isaa eeggate tajaajilamaa fi qaama tajaajila kennuuf Mijachuu qaba  Tajaajilli GTIT tti kennamu Baasii Tajaajilamaa kan qusatu, bu’aa bahii tajaajilamaa kan hambisu ta’uu qaba
  • 8.  Tajaajilli GTIT tti kennamu o Kaka’uumsa fi o Kutannoo hooggansaa fi hojjetaan kan kennamu yoo ta’e (assurance) ta’uu qaba.  Tajaajilli GTIT tti kennamu o Kabaja fi naamusa olaanan, o Jaalala lammii karaa calaqqisuun simachuu fi o Tajaajiluun kan raawwatamu ta’uu qaba.
  • 9. Dudhaalee hojii Gidduugala Tajaajila Iddoo Tokkoo 1. Amanamummaa 2. Iftoomina 3. Sirrummaa tajaajilaa 4. Si’aa’ina 5. Ammayyaa’aa 6. Qabiinsa tajaajilamaa
  • 10. Giddugalawwan Kenniinsa Tajaajila Iddoo Tokkoo  Giddugalawwan GTIT o Sadarkaa naannoo, o Sadarkaa godinaa, o Bulchiinsa magaalotaa, o Aanaalee fi o Gandootaatti akkaataa barbaachisummaa isaatti kan hundeeffaman ta’ee,  Haalli aangoo fi gahee hojii MHM walitti hin buuneen kan raawwatamu ta’a.
  • 11.  Haaluma kanaan: o Giddugalawwan GTIT akka jaarmiyaatti mul’ataa fi ergama of danda’e kan hin qabne ta’ee, akka gurmaa’insa walmaddiitti fudhatamuu ni danda’a. o Hundeeffamni GTIT raawwii kenna tajaajila manneen hojii saffisiisuuf malee aangoo fi gahee hojii manneen hojiif kenname waliin walitti bu’u hin qabaatu o Kaayyoo guddaan hundeeffama GTIT yaaliiwwan asii fi achitti GTIT hundeessuuf Manneen hojii tokko tokko biratti eegalame daraan cimsuuf
  • 12.  Sadarkaa Naannotti Amalaa fi gosa tajaajila kallattii kennamuu fi amala tajaajilamaatiin GTIT tokko fi isaa ol hundeeffamuun tajaajilootni kallattii walitti dhufuun Giddugala tokko irratti akka kennaman ni taasifama.  Tajaajilli GTIT kennaman tajaajilamaan qaamaan argamuun fuulaafi fuulatti tajaajila kan itti argatuu fi  Dhawaatan tajaajilicha tekinoolojiin deeggaruun tajaajilamaan iddoo jirutti toorarratti (one line) argachuuf akka dandeessisu ni taasifama.
  • 13.  Sadarkaa bulchiinsa magaalotaatti Giddugalawwan GTIT tokkoo fi isaa ol ta’an hundeessuu akka kennamu ni taasifama.  Manneen hojii sadarkaa godinaa jiran keessaa tajaajilootni walfakkaatan Giddugala tokkotti dhufuun deddeebii tajaajilamaa karaa hir’isuu danda’uun Giddugalan GTIT tokkoo fi isaa ol ta’an ni hundeeffama.  Sadarkaa aanaattis Giddugalan GTIT tokkoo fi isaa ol ta’u hundeeffamuudhaan tajaajilli akkaataa walfakkaatuun qindaa’uun giddu-gala tokko irratti akka kennamu ni taasifama.
  • 14.  Ganda irratti tajaajiloota sadarkaa gandaatti kennaman fi kanneen kallattiidhaan kennaman walitti fiduun Giddugalan tokko hundaa’ee tajaajilli ni kennama.  Giddugalawwan kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo hundeeffaman irratti faasiliitiiwwan tajaajila kennuuf barbaachisu ni guutam.  Tajaajilootni Giddugalawwan GTIT keessatti kennaman adda baasuuf ulaagaalee ifa ta’e irratti hundaa’uun qaama dhimmi ilaaluuf dhiyaatee erga mirkanaa’ee booda ta’a
  • 15.  Manneen hojii mootummaa tajaajilli isaan kennan gama GTIT akka kennamu murtaa’e fodda tajaajilaa isaaf kennamu irratti ta’a  Giddugalawwan TIT hundeeffaman hundi manneen hojii waliin walitti hidhamiinsa fi qindoomina qabaachuu qabu  Tajaajilli gara GTIT tti akka kennamu murtaa’e gama giduugalaatiin qofa kan kennamu ta’a
  • 16.  Manneen hojii sadarkaan jiran tajaajilli foddaa duraa (fronline) gara GTIT tiin akka kennamu murtaa’e hojiiwwan foddaa boodaa (ofline) akkaataa istaandaardii taa’een raawwachuun tajaajila foddaa duraatiif dhiheessuu qabu.  Ogeessota Giddugalawwan GTIT irratti hojjetan fi qindeessaniif leenjii, barnootaa, muuxannoo waljijjiirraa mijeessuun dandeettii isaanii cimsuu irratti hojjetamuu qaba.  Giddugalan GTIT kamiyyuu tooftaalee odeeffannoon ittiin kennamu kanneen akka miidiyaa hawaasaa, miidiyaa maxxansaa fi miidiyaa biroodikaastingii fayyadamuun odeeffannoo wayitawaa tajaajilamaaf kennuu qaba.
  • 17. Biiroo Pabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa  Gidduugala tajaajila iddoo tokkoo akkaatuma barbaachisummaa isaatti qorannoo irratti hundaa’ee ni gurmeessa, ni hooggana; iddoo bu’aa qabeessa hin taanetti ni diiga  Ulaagaalee tajaajiloota foddaa duraa gara GTIT tti ittiin adda bahan ni qopheessa; qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun murteessisiisuun gara wiirtuchaatti akka dabalaman ni taasisa
  • 18.  Gurmaa’insa tajaajilli GTIT akkaataa istaandaardii, seeraa fi hojimaata, qajeeltoowwan tajaajilaa fi Naamusa fi dudhaa taa’een kennamaa jiraachuu isaa hordofuu fi hojiirra oolchuuf itti gaafatamummaa qabaatu ni gurmeessaa.  Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa manneen hojii mootummaa naannichaa bu’uura irraa hiikuuf qajeelfama qophaa’e Giddugalawwan sadarkaa adda addaatti hundeeffaman keessatti hojiirra ni oolcha, akka hojiirra oolu ni taasisa.  Raawwii qajeelfamichaa keessatti deggarsaa fi hordoffii barbaachisaa ni taasisa; bakka hanqinni jirutti tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata, akka fudhatamu ni taasisa.
  • 19.  Manni hojii mootummaa sadarkaan jiru Giddugalawwan GTIT hundaa’uuf deeggersaa fi hordoffii barbaachisaa taasisuu isaa ni hordofa; ni gamaggama; bakka hanqinni jirutti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu ni taasisa.  Tajaajila mootummaa daran saffisaa taasisuuf hojimaata GTIT hojiirra oolchuun alatti maamilli qaamaan osoo hin argamin bakka jirutti tajaajila argachuu akka danda’uuf qorannoo ni gaggeessa; hojimaata ni diriirsa.  Sadarkaa qulqullina tajaajilichaa ni hordofa, ni safara; tarkaanfiwwan sirreeffamaa ni fudhata
  • 20. Gahee fi Itti Gaafatamummaa Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Teeknooloojii  Tajaajila Giddugala GTIT irratti kennamu qulqulluu fi si’ataa akka ta’uuf hojimaataa fi meeshaalee tekinooloojii ammayyaa’tiin ni deggera, ni hordofa, raawwii isaa gamaggama; tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata.  Tajaajiloota Giddugala GTIT irratti kennamu ilaalchisee biiricha waliin ta’uun adda ni baasa; tekinooloojiin walsimsiisa; rakkoolee qunnamaniif furmaata ni barbaada.
  • 21.  Kenniinsa tajaajilaa fi qabiinsa ragaa Giddugalawwan GTIT ammayyeessuu fi fooyyeessuuf sirnoota akka daataa beeziifi mosaajii adda addaa qoratee hojiirra ni oolcha, akka hojiirra oolan ni taasisa  Deddeebii fi baasii maamilaa hir’isuuf hojimaata kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo akkaataa qoratamee dhiyaateen hojiirra oolmaa isaa ni deeggara, rakkoolee qunnamaniif Biiricha waliin ta’uun furmaata ni barbaada.
  • 22. Gahee fi Itti Gaafatamummaa Manneen Hojii Sadarkaa Naannoo  Qajeelfamicha sirriitti hubachuun caasaalee isaanii sadarkaan jiraniif hubannoo ni uumu; deeggarsa barbaachisaa ni taasisu, raawwii isaa ni gamaaggamu.  Manneen hojii GTIT keessatti hammataman Giddugalalee GTIT sadarkaan jiraniif deggersa bifa adda addaatiin ni taasisu; raawwii isaanii ni hordofu; jijjiirama dhufe ni gamaggamu.
  • 23.  Gahumsa qindeessitootaa fi ogeessota Giddugalalee GTIT cimsuuf qooda fudhattoota waliin itti fufiinsaan qindoominaan ni hojjatu; bu’aa argame ni madaalu.  Hojimaata Kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo irratti yaadaa fi fedhii maamilaa walitti qabuun madaalaa deemuudhaan akka galteetti fayyadamuu qabu.  Giddugalawwan GTIT hundaa’an yoo xiqqaate waggaatti yeroo lama hawaasa tajaajilamaa waliin waltajjii marii qabaachuun tajaajila kennamu caalaatti fooyyessaa deemuu qabu.  Qajeelfama kana karaa guutuu ta’een hojiirra oolchuufi itti gaafatamummaa guutuu ni qabaatu.
  • 24. Gahee fi Itti Gaafatamummaa Waajjiraalee Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Sadarkaan Jiranii  Aangoo fi itti gaafatamummaan seerota birootiin kennameef akkuma eegametti ta’ee, Waajjiraaleen Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Sadarkaan jiran:  Qajeelfamicha sirriitti hubachuun qaamolee dhimmi ilaaluuf hubannoo ni kennu; ni deggaru; ni hordofu; raawwii isaa ni madaalu.  Bu’aa qorannoo kenniinsa tajaajilaa sadarkaa naannootti gaggeeffamu haala qabatamaa Giddugalawwan GTIT’tiin hojiirra ni oolchu, ni deeggaru; ni hordofu; raawwii isaa ni gamaaggamu.
  • 25.  Hojimaata GTIT bu’a-qabeessa taasisuuf argannoowwan qorannoo dhiyaatan irratti hubannoo ni uumu; akkaataa hojimaata Biiricha irraa kennamuun hojiirra ni oolchu; akka hojiirra oolu ni taasisu; ni deeggaru; ni hordofu; raawwii isaa ni gamaaggamu.  Dandeettiifi gahumsa qindeesitootaa fi ogeessota GTIT cimsuuf qaamolee garaagaraa waliin qindoominaan ni hojjatu;  Hanqinaalee fi rakkoolee GTIT fi dandeettii raawwachiisummaa Giddugalawwan kanneenii walqabatee ka’u qaama ilaallatu wajjin ta’uun akka furmaata argatan ni taasisu; raawwii isaa ni
  • 26. Gahee fi Itti Gaafatamummaa Manneen Hojii Mootummaa Sadarkaan Jiranii  Manni hojii mootummaa sadarkaan jiru kamiyyuu:  Manni hojii mootummaa kamiyyuu tajaajila kallattiin ummataaf kennamu kanneen dijiitaalessuun danda’amu dijiitaalessuun sirna GTIT keessa galuu akka danda’u taasisuu qabu  Hojimaatni kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo kutaalee hawaasaa harka-qalleeyyii, qaama miidhamtoota, dubartoota ulfaa fi namoota deggersa addaa barbaadaniif dhaqqabamaa
  • 27.  Manni hojii dhimmi ilaaluu fi Giddugalan GTIT tajaajila booda yaada fooyya’iinsaa tajaajilamaan qabu maloota adda addaatiin fudhatee hojiirra oolchuu qaba.  Hojimaata GTIT cimsuu keessatti hawaasni yaadaan, beekumsaan, qabeenyaa fi humnaan akka hirmaatu manneen hojii dhimmi ilaalu haala mijeessuu qabu.  Manneen hojii mootummaa hdimmi ilaalu yoo xiqqaate waggaatti yeroo tokko karooraa fi raawwii isaanii gamaggamuu qabu
  • 28.  Qajeelfama GTIT bahe kana karaa guutuu ta’een hojiirra oolchuuf itti gaafatamummaa guutuu ni qabaata.  Hojiirra oolmaa qajeelfama kanaa irratti rakkoolee quunnamuu danda’an qindeessuun caasaa Biirichaa sadarkaan jiruuf ni dhiyeessa, ni hordofa.  Kenniinsa tajaajila Giddugalalee GTIT bu’uura qajeelfama kanaatiin ni fooyyessa; jijjiirama dhufe itti fufsiisa.  Dandeettii raawwachiisummaa hojjattoota GTIT irratti hojjetanii cimsuuf leenjiiwwan hojiirraa gaggabaabaa ta’e ni qopheessa; bu’aa leenjii ni madaala.  Karooraafi raawwii hojii GTIT irratti uummatni akka yaada kennu haala ni mijeessa; yaada galtee ni
  • 29. Gahee fi Itti Gaafatamummaa Hooggansa Mana Hojii  Barbaachisummaa qajeelfamichaa irratti hojjettootaaf hubannoo gahaa kennuun akkaataa qabatama mana hojii isaatiin hojiitti hiikuu qaba.  Gahumsaa fi bu’a-qabeessummaa hojimata GTIT cimsuuf akkaataa barbaachisummaa isaatti ni deeggara, ni hordofa; raawwii isaa ni madaala; duub-deebii ni kenna; jijjiirama argame itti fufsiisa.  Qajeelfama GTIT kana karaa guutuu ta’een hojiirra oolchuuf itti gaafatamummaa guutuu ni qabaata.
  • 30. Gahee fi Itti Gaafatamummaa Hojjettoota Giddugalawwan GTIT  Gahee fi itti gaafatamummaan seerota birootiin kennameef akkuma jirutti ta’ee, hojjetaan mootummaa akka qindeessuufi hojjetuuf yeroodhaafis dhaabbataadhaan Giddugala kana irratti ramadame kamiyyuu gahee fi itti gaafatamummaa armaan gadii ni qabaata:  Giddugala GTIT adda bahe keessatti qaamni tajaajila kennu yeroo hojiitti bakka hojiitti argamuu qaba.
  • 31.  Ogeessaa fi hooggansi Giddugala GTIT tajaajila kennu kamiyyuu naamusa gaariin tajaajiluu qaba.  Ogeessotni Giddugalawwan GTIT irratti hojjetan odeeffannoowwan waa’ee tajaajila Giddugala kanaan kennamu fi tajaajila argachuuf haaldureewwan maamilli guuttachuu qabu ilaalchisee odeeffannoo gahaa kennuu qaba.  Qulqullinaa fi dhaqqabamummaa kenniinsa tajaajila mootummaa fooyyessuuf qajeelfama kana hojiitti hiikuuf itti gaafatamummaa guutuu ni qabaatu.
  • 32.  Rakkoolee gahumsaa fi dandeettii mul’atuufi hojiirra oolmaa qajeelfamichaa irratti dhiibbaa geessisan hambisuuf itti gaafatamummaa guutuu ni qabaatu.  Maamila tajaajilamuuf gara Giddugala GTIT dhufu fuula gaariin simachuun tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu kennuu qabu.  Beekumsaafi dandeettii qaban hunda tajaajila uummataaf oolchuu qabu.  Sa’atii hojii mootummaa guutumaa guutuutti hojii mootummaatiif oolchuu qabu.  Qajeeltoowwan naamusaa mana hojiifi ogummaa kobachuun tajaajila kennuu qaba.  Tajaajila kennuuf faayidaa fi kennaa hin malle kamiyyuu gaafachuu yookiin fudhachuun
  • 33. …….  Maamiltoota jidduutti koorniyaan, afaaniin, sanyiin, amantaan, ilaalcha siyaasaan yookiin sababa birootiin loogii raawwachuu hin qabu.  Hooggansaafi hojjetaa ilaalchaa fi gocha malaammaltummaa keessatti hirmaate saaxiluu fi maqaa gaarii mana hojichaa eegsisuuf dirqama ni qabaata.  Naannoo tajaajilli mootummaa itti kennamutti araada adda addaa irraa bilisa ta’uun naamusa iddoo hojii kabajuuf itti gaafatamummaa guutuu ni qabaata.  Sa’aatii hojii mootummaatti dhimma hojiitiif yoo ta’een alatti miidiyaa hawaasaa adda addaa
  • 34. Gahee fi Itti Gaafatamummaa Maamiltootaa  Tajaajila kennamuufi istaandaardii tajaajilli itti kennamu irratti odeeffannoo Giddugalawwan GTIT kennanitti fayyadamuun tajaajila argachuu qaba.  Ulaagaalee fi haal-dureewwan kenniinsa tajaajilaa Giddugalawwan GTIT’n dhiyaatanitti fayyadamuun tajaajila barbaadu gaafachuu qaba.  Rakkoolee yookiin dhimmoota addaa xiyyeeffannoo addaa barbaadaniin alatti gara Giddugala GTIT deemuun tajaajila argachuun kan danda’amu guyyaa hojii fi sa’aatii hojii mootummaattiidha.
  • 35.  Maamilli tajaajila argachuuf gara Giddugala GTIT deemu naamusa mana hojii kabajuun tajaajila argachuu qaba.  Faayidaa hin malle kennuun yookiin waadaa hin malle seenuun tajaajila mootummaa argachuu yookiin argachuuf yaaluu hin qabu.
  • 36. Aangoo fi Hojii Giddugala GTIT  Qajeelfama biirichi qopheesse bu’uura godhachuun tajaajilaawwan Giddugala GTIT irratti kennaman walitti qindeessuun maamilaaf ni dhiyeessa.  Tajaajila maamilaaf kennamu keessatti rakkoon yoo quunname qaama dhimmi ilaaluuf beeksisuun furmaata hatattamaa ni kenna.  Naannoo qulqulluu, hawwataa ta’ee fayyummaa fi nageenyummaan isaa akka eegamu ni taasisa.
  • 37.  Giddugalawwan sadarkaa adda addaatti hundeeffaman keessatti hojiirra ni oolcha, akka hojiirra oolu ni taasisa.  BPSMQNO waliin ta’uun muuxannoowwan bakka adda addaa jiru qindeessuun haala qabatama naannichaatiin hojiirra ni oolcha.  Giddugalan GTIT kamiyyuu sa’atii hojii mootummaatti maamilaaf banaa ta’uu kan qabuu fi akkaataa barbaachisummaa isaatti yero hojiin alattis Giddugalatti argamuun tajaajila akka kennan taasifamuu ni danda’a.
  • 38.  Ogeessota Giddugala GTIT irra hojjetaniif fedhii leenjii fi hanqina dandeettii adda baasuudhaan qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa.  Bu’uuraaleen kenniinsa tajaajilaa naannoo hojiitti guutamuu ni mirkaneessa.  Hojjettootaa fi maamila Giddugala GTIT’tiif tajaajila kaaffee gatii salphaan ni dhiyeessa.