SlideShare a Scribd company logo
1 of 9
Foormaatii Waliigaltee
• Qophiin sanada waliigaltee(charterii garee )yeroo
rawwatamu adeemsi armaan gadii hordofamuu qaba.
A/ Fuula sanadicha gara alaa (cover page )irratii
qabiyyee armaan gadii sadan hammachuu qaba.
• Maqaa mana hojichaa (Biiroo/Adeemsa ……………………
• Charteerii Waada (waliigaltee) mana hojii /adeemsa
hojii /Garee hojii……………………….
• Guyyaa fi bakka wadaan itti qophaa’e ……………………
Foormaatii ……
B/ Qabiyyee keessaa (content) qabiyyeen gurguddoo
dokumentii charteeraa kan armaan gadii hammachuu qaba.
• Kaayyoo wadichaa (charteerichaa)
• Barbaachisummaa waadichaa(chaarterichaa)
• Daangaa wadichaa(Chaarterichaa)
• Eergama Jaarmiyaa
• Mula’ata Jarmiyaa
• Duudhaa Jarmiyaa
• Toora Xiyyeeffannoo Jarmiyaa
• Iskoor kaardicha raawwachuu fi bu’aa agamsiisuuf qaamaa
waadaa galee(wadaa kennaa) fi itti gaafatamummaa
isaa………………………………………………………………………..
• Qama ol’aanaa Iskoor kaardichi akka raawwatamuuf qaama
sadarkaan jiruuf itti gafatamummaa dabarsuu fi ga’ee
isaa………………………………………………………………
Foormaatii ……
C/ Qabxiilee Haala Waliigalaa guca kana keessatti hammatamuu qaban
• Maqaa Hoogganaa
Waadichaa…………………………………………………
• Ga’ee hojii isaa………………………………………………
• Ergama mana hojiichaa……………………………………………………
• Mula’ata mana hojichaa……………………………………………………
• Duudhaa mana hojichaa……………………………………………….
…………………………. ………………………. …………….. ………………
• Toora Xiyyeeffannoo mana hojichaa: 1)……………………………..
2)………………………………. 3)……………………………………………………
• Yeroo turmaata wadichaa (chaarterichaa):
bara…………………………. Hanga bara …………………………
D)Qabxiilee waliigalteen irraatti xiyyeeffatu fi formatii maallattoo
Kallattii
madaallii
Kaayyo
owwan
Tarsiim
o’aa
Safart
uulee
Tarsii
mo’aa
Ragaa
Ka’um
sa
Maniwwan
kurmaanaan
Taraka
nfilee
Tarsiim
o’aa
Hawwas
a/mana
hojichaa
irraa
fayyada
mu
Qma
itti
gafat
amu
u
Maallaqa hojiichaaf
barbaachisuu fi
maddaa isaa
1 2 3 4 Mootu Uum
mata
Kan
biro
o
Lammii 1
2
Faayinansii 1
2
Adeemsa keessa 1
2
Ijaarsa dandeettii 1
2
Qaama hojii armaan olii lakkaa’ee kennuu fi fudhatu
Waadicha kan fudhate Waadaa kan kenne
Maqaa:………………………………
Maqaa:………………
Mallattoo:……….
Mallattoo…………………………..
Guyyaa:……………………………. Guyyaa:………………
Hojii irra olmaa yaalii dura
• Kaayyoolee, safartuu, mannii fi tarkaanfilee qorannoo keessatti
kaa’aman hojii guyyaa guyyaa qaamolee hundaa waliin walitti
hidhamiinsaan hojjatamuu danda’u isanaii mirkaneessuu,
• Sagantaa idilee marii hojii akka mana hojitti Adeemsaa fi garee
hojiitti haala walirraa hin cinneen gaggeessuun rakkoolee jiran adda
baasuu, yaada furmaataa kennaa deemuu fi irra oclhuun jira.
• Hanqainaalee (rakkoolee) hojii yaalii keessatti qunnaman adda
baasuun galmeessuu fi yaada furmaataa kaa’uu,
• Bu’aa fi muuxannoo gaarii hojii keessattii argaman qindeessanii
halmeessuu fi itti gaayyadamuun jira.
• Kutannoon hoggansaa fi raawwataa galma gahiinsa hojii kanaatiif
qaban madaalamaa jira.
Hojii irra olmaa yaalii dura……..
• Baajatni tarkaanfilee fi humni namaa ramadamee galma
gahiinsa hojii kanaatiif gahaa ta’uu isaa mirkanessuu,
• Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi
tiraansiformeeshinii kaa’ame walismuu mirkaneessuu,
• Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi
tiraansiformeeshinii kaa’ame walsimuu mirkaneessuu.
• Raawwii guyyaa guyyaa mannii ka’ame waliin walismuu isaa
mirkaneessuu.
• Ciminootaa fi hanqinaalee akka waliigalatti jiran adda
baasanii galmeessaa deemuu fi yaada furmaataa kaa’aa
deemuu.
Hojii irra olmaa yaalii dura……..
Deeggarsa, Hordoffii fi Duub-Deebii
• Sirna deeggarsa, hordoffii fi duub-deebii akka
waliigalaatti qophaa’ee irratti hundaa’uun qabatamaa
mana hojiitiin qopheessuun hubannoo irratti uumuu.
• Hojiin deeggarsa fi hordoffii sagantaa idilee kaa’ame
irratti hundaa’uun gaggeeffamuu qaba.
• Deeggarsa fi hordoffiin qaamaan, waltajii idilee fi
barreeffamaan kennuu.
• Gabaasni yeroo isaa eeggate dhiyaachaa jirachuu isaa
mirkaneessuu.
• Duub-deebii kename qaama sanadichaa akka ta’uuf
qindeessuu.
Unka hojii yaalii duraa SMBKT/BSC guyyaa guyyaan itti galmaa’aa deemu
Sektera /Mana Hojii __________________
Adeemsa/Garee Hojii _________________
Ergama ________________________________
Mula’ata_______________________________
Qaama Qopheesse:
Maqaa______________ Mallattoo ____________Guyyaa________________
La
kk
.
T.X Kaayyoo Safa. Ragaa
Ka’uum
saa
Mannii Tarkaa
nfilee
Cimina Hanqina Yaada
Furma
ataa
1
2
3
Uunka Gabaasa Adeemsa Hojii yaalii Duraa SMBKT/BSC
• (Kan maneen hojii sadarkaa ________________irratti argamanif tajaajilu)
• Seektara /Mana Hojii __________________________________
• Adeemsa /Gareehojii_________________________________________
• Qabxiilee Ijoo Gabaassichaa
____________________________________________________________
____________________________________________________________
• Ciminoota
____________________________________________________________
• Hanqinalee adda ba’an
____________________________________________________________
____________________________________________________________
• Yaada Furmataa Ka’ame _______________________________________
• Qaama Qopheessee/Qindeessee
• Maqaa_______________Mallattoo__________________Guyyaa ____

More Related Content

What's hot

Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxDhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxJaafar47
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptxgemechuayana5
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Jaafar47
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptxMohammedAbdela7
 
найруулгын алдааг олоорой
найруулгын алдааг олооройнайруулгын алдааг олоорой
найруулгын алдааг олооройAltantuya33
 
МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...
МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...
МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...Umguullin Mongol Umguulugch
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].pptMohammedAbdela7
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxJaafar47
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdfHaroopost
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaHabteTefera2
 
Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...
Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...
Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...batnasanb
 
Монгол улсын хууль
Монгол улсын хуульМонгол улсын хууль
Монгол улсын хуульsurenee
 
Ms powerpoint
Ms powerpointMs powerpoint
Ms powerpoint199510
 
1000 common conversational phrases & expressions
1000 common conversational phrases & expressions1000 common conversational phrases & expressions
1000 common conversational phrases & expressionsMd Anamul Islam
 

What's hot (20)

Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxDhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
 
Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Real estate laws ( act 2010 ) of bangladesh
Real estate laws ( act  2010 ) of bangladeshReal estate laws ( act  2010 ) of bangladesh
Real estate laws ( act 2010 ) of bangladesh
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
найруулгын алдааг олоорой
найруулгын алдааг олооройнайруулгын алдааг олоорой
найруулгын алдааг олоорой
 
МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...
МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...
МОНГОЛ УЛСЫН ҮНДСЭН ХУУЛИЙН ЦЭЦЭД ГАРГАХ ӨРГӨДӨЛ, МЭДЭЭЛЭЛ, ХҮСЭЛТИЙН ШААРДЛА...
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa WangeelaaBarnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaa
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...
Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...
Г.Чинзориг, Д.Даваадолгор - Чингисийн цэргийн логистик ба орчин үеийн хангамж...
 
Монгол улсын хууль
Монгол улсын хуульМонгол улсын хууль
Монгол улсын хууль
 
Undsen huuli
Undsen huuliUndsen huuli
Undsen huuli
 
Ms powerpoint
Ms powerpointMs powerpoint
Ms powerpoint
 
1000 common conversational phrases & expressions
1000 common conversational phrases & expressions1000 common conversational phrases & expressions
1000 common conversational phrases & expressions
 

Similar to Formaatii_walii_galtee.ppt

Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptmiadjafar463
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxJaafar47
 
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptxGuutaaDirbabaa
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptJaafar47
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxJaafar47
 
PMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptxPMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptxJaafar47
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taAbdisaGutema
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfmesfin69
 
Eltrasfondofilosficoenlared
EltrasfondofilosficoenlaredEltrasfondofilosficoenlared
Eltrasfondofilosficoenlaredchabista
 
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptxBu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptxwardiiadamoo028
 
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxBarzalaCarcar
 
El laberinto
El laberintoEl laberinto
El laberintojefaturat
 
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptxYusufMohammed56
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfgdirbabaa8
 

Similar to Formaatii_walii_galtee.ppt (20)

Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
 
Presentation1.pptx
Presentation1.pptxPresentation1.pptx
Presentation1.pptx
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
 
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
 
Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
 
de abraham a los macabeos
de abraham a los macabeosde abraham a los macabeos
de abraham a los macabeos
 
PMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptxPMS Training 2 (1).pptx
PMS Training 2 (1).pptx
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdf
 
Eltrasfondofilosficoenlared
EltrasfondofilosficoenlaredEltrasfondofilosficoenlared
Eltrasfondofilosficoenlared
 
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptxBu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx
 
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
 
El laberinto
El laberintoEl laberinto
El laberinto
 
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
 
Charrua 9
Charrua 9Charrua 9
Charrua 9
 
Charrua 9
Charrua 9Charrua 9
Charrua 9
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 

More from Jaafar47

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxJaafar47
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptxJaafar47
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxJaafar47
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxJaafar47
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfJaafar47
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxJaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptxJaafar47
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxJaafar47
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxJaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptxJaafar47
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxJaafar47
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptJaafar47
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptJaafar47
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptJaafar47
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.pptJaafar47
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptJaafar47
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptxJaafar47
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptJaafar47
 
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxTHEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxJaafar47
 
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.pptDevelopment Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.pptJaafar47
 

More from Jaafar47 (20)

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.ppt
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
 
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxTHEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
 
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.pptDevelopment Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
Development Issues and the Ethiopia Situation Chapter 6.ppt
 

Recently uploaded

Recently uploaded (7)

Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiotKoulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
 
Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24
Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24
Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24
 
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutusAikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
 
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnotKoululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
 
Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24
Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24
Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24
 
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen SuomessaKasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
 
Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24
Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24
Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24
 

Formaatii_walii_galtee.ppt

  • 1. Foormaatii Waliigaltee • Qophiin sanada waliigaltee(charterii garee )yeroo rawwatamu adeemsi armaan gadii hordofamuu qaba. A/ Fuula sanadicha gara alaa (cover page )irratii qabiyyee armaan gadii sadan hammachuu qaba. • Maqaa mana hojichaa (Biiroo/Adeemsa …………………… • Charteerii Waada (waliigaltee) mana hojii /adeemsa hojii /Garee hojii………………………. • Guyyaa fi bakka wadaan itti qophaa’e ……………………
  • 2. Foormaatii …… B/ Qabiyyee keessaa (content) qabiyyeen gurguddoo dokumentii charteeraa kan armaan gadii hammachuu qaba. • Kaayyoo wadichaa (charteerichaa) • Barbaachisummaa waadichaa(chaarterichaa) • Daangaa wadichaa(Chaarterichaa) • Eergama Jaarmiyaa • Mula’ata Jarmiyaa • Duudhaa Jarmiyaa • Toora Xiyyeeffannoo Jarmiyaa • Iskoor kaardicha raawwachuu fi bu’aa agamsiisuuf qaamaa waadaa galee(wadaa kennaa) fi itti gaafatamummaa isaa……………………………………………………………………….. • Qama ol’aanaa Iskoor kaardichi akka raawwatamuuf qaama sadarkaan jiruuf itti gafatamummaa dabarsuu fi ga’ee isaa………………………………………………………………
  • 3. Foormaatii …… C/ Qabxiilee Haala Waliigalaa guca kana keessatti hammatamuu qaban • Maqaa Hoogganaa Waadichaa………………………………………………… • Ga’ee hojii isaa……………………………………………… • Ergama mana hojiichaa…………………………………………………… • Mula’ata mana hojichaa…………………………………………………… • Duudhaa mana hojichaa………………………………………………. …………………………. ………………………. …………….. ……………… • Toora Xiyyeeffannoo mana hojichaa: 1)…………………………….. 2)………………………………. 3)…………………………………………………… • Yeroo turmaata wadichaa (chaarterichaa): bara…………………………. Hanga bara …………………………
  • 4. D)Qabxiilee waliigalteen irraatti xiyyeeffatu fi formatii maallattoo Kallattii madaallii Kaayyo owwan Tarsiim o’aa Safart uulee Tarsii mo’aa Ragaa Ka’um sa Maniwwan kurmaanaan Taraka nfilee Tarsiim o’aa Hawwas a/mana hojichaa irraa fayyada mu Qma itti gafat amu u Maallaqa hojiichaaf barbaachisuu fi maddaa isaa 1 2 3 4 Mootu Uum mata Kan biro o Lammii 1 2 Faayinansii 1 2 Adeemsa keessa 1 2 Ijaarsa dandeettii 1 2 Qaama hojii armaan olii lakkaa’ee kennuu fi fudhatu Waadicha kan fudhate Waadaa kan kenne Maqaa:……………………………… Maqaa:……………… Mallattoo:………. Mallattoo………………………….. Guyyaa:……………………………. Guyyaa:………………
  • 5. Hojii irra olmaa yaalii dura • Kaayyoolee, safartuu, mannii fi tarkaanfilee qorannoo keessatti kaa’aman hojii guyyaa guyyaa qaamolee hundaa waliin walitti hidhamiinsaan hojjatamuu danda’u isanaii mirkaneessuu, • Sagantaa idilee marii hojii akka mana hojitti Adeemsaa fi garee hojiitti haala walirraa hin cinneen gaggeessuun rakkoolee jiran adda baasuu, yaada furmaataa kennaa deemuu fi irra oclhuun jira. • Hanqainaalee (rakkoolee) hojii yaalii keessatti qunnaman adda baasuun galmeessuu fi yaada furmaataa kaa’uu, • Bu’aa fi muuxannoo gaarii hojii keessattii argaman qindeessanii halmeessuu fi itti gaayyadamuun jira. • Kutannoon hoggansaa fi raawwataa galma gahiinsa hojii kanaatiif qaban madaalamaa jira.
  • 6. Hojii irra olmaa yaalii dura…….. • Baajatni tarkaanfilee fi humni namaa ramadamee galma gahiinsa hojii kanaatiif gahaa ta’uu isaa mirkanessuu, • Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi tiraansiformeeshinii kaa’ame walismuu mirkaneessuu, • Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi tiraansiformeeshinii kaa’ame walsimuu mirkaneessuu. • Raawwii guyyaa guyyaa mannii ka’ame waliin walismuu isaa mirkaneessuu. • Ciminootaa fi hanqinaalee akka waliigalatti jiran adda baasanii galmeessaa deemuu fi yaada furmaataa kaa’aa deemuu.
  • 7. Hojii irra olmaa yaalii dura…….. Deeggarsa, Hordoffii fi Duub-Deebii • Sirna deeggarsa, hordoffii fi duub-deebii akka waliigalaatti qophaa’ee irratti hundaa’uun qabatamaa mana hojiitiin qopheessuun hubannoo irratti uumuu. • Hojiin deeggarsa fi hordoffii sagantaa idilee kaa’ame irratti hundaa’uun gaggeeffamuu qaba. • Deeggarsa fi hordoffiin qaamaan, waltajii idilee fi barreeffamaan kennuu. • Gabaasni yeroo isaa eeggate dhiyaachaa jirachuu isaa mirkaneessuu. • Duub-deebii kename qaama sanadichaa akka ta’uuf qindeessuu.
  • 8. Unka hojii yaalii duraa SMBKT/BSC guyyaa guyyaan itti galmaa’aa deemu Sektera /Mana Hojii __________________ Adeemsa/Garee Hojii _________________ Ergama ________________________________ Mula’ata_______________________________ Qaama Qopheesse: Maqaa______________ Mallattoo ____________Guyyaa________________ La kk . T.X Kaayyoo Safa. Ragaa Ka’uum saa Mannii Tarkaa nfilee Cimina Hanqina Yaada Furma ataa 1 2 3
  • 9. Uunka Gabaasa Adeemsa Hojii yaalii Duraa SMBKT/BSC • (Kan maneen hojii sadarkaa ________________irratti argamanif tajaajilu) • Seektara /Mana Hojii __________________________________ • Adeemsa /Gareehojii_________________________________________ • Qabxiilee Ijoo Gabaassichaa ____________________________________________________________ ____________________________________________________________ • Ciminoota ____________________________________________________________ • Hanqinalee adda ba’an ____________________________________________________________ ____________________________________________________________ • Yaada Furmataa Ka’ame _______________________________________ • Qaama Qopheessee/Qindeessee • Maqaa_______________Mallattoo__________________Guyyaa ____