SlideShare a Scribd company logo
1 of 53
I. SEENSA
• Kunuunsi daa’imanii kan jalqabu gadameessa
hadhaa keessatti akka ta’e qorannoowwan ni
mirkaneessuu. Dhalootaan booda kunnuunsa
hundagalessa guddinna daa’iman (sammuu,
qaamaa, yaadqalbiifi hawaasummaa) gaheen
maatiifi hawaasaa olaanaa dha.
Itti fufa….
• Daa’immanii barnoota idileef qopheessuuf
barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa gahee
olaanaa akka qabu qoratoonni xiyyeeffannoo
guddaan ibsu. Daa’imman barnoota Sadarkaa
tokkoffaan duraa argachuun isaanii barnoota
sadarkaa tokkoffaa bu’a qabeessa taasisuuf
murtessaa dha.
Itti fufa….
• Barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa barnoota
idileef faayidaaleen inni gumaachu hedduu
keessaa:
 barnoota barataniifi naannoo mana barnootaa
jaalachuu,
barnoota addaan kutuu hir’isuu
baayyiina barattootaa irra deebi’an hir’isuu,
 fudhannaa barnoota haalaan foyyeessuufi kkf
ibsuun ni danda’ama.
Itti fufaa…
• Kana hubannoo keessa galchuun seektarri
barnootaa daa’imman barnoota sadarkaa
tokkoffaan duraa akkaataa itti argatan haala
mijjeessuun kutaa ”o’’, oolmaa daa’imaniifi
gurmaa’ina tooftaa birootiin barnoota akka
argatanii carraaqqii guddaan taasifamaa jira
Itti….
• Barumsa daree “O” fi Iyyafannoo walittifufaa
daree keessaa milkeessuuf deeggarsaafi
to’annaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa,
Waajjira Barnoota Godinaaleefi Aanaalee,
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa,
Suupervaayizaroota fi dura bu’oota manneen
barnootaa akkasumaas barsiisotni itti
gafatamummaa olaanaa qabu.
itti…
• Kanaafuu leenjiin kun deeggarsaafi To’annoo
daree “O” fi iyyaafannoo walitti fufaa daree
keessaa, IWDK(CCA) irratti xiyyeeffata.
2. Kaayyoo
• Meeshaalee to’annaafi hordoffii ittiin gaggeessan
irratti odeeffannoo bu’uuraa ogeeyyii BBO,
ogeeyyii wajjira barnootaa Godinaaleefi barsiisota
daree ‘O’, dura bu’oota manneen barnootaa ‘Phase
I’ jalatti hammataman keessaa madaallii
inspeekshinii waliigalaan sadarkaa 1ffaa irratti
kufaniif hubannoo kennuufi.
• Barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa fi
Iyyaafannoo waliittifufaa daree keessaa milkeessuuf
bakka fooyya’insi itti barbaachisu akka adda
baafataniif Ogeeyyii barnootaa sadarkaa sadarkaan
jiran akka deggaraniif
3. Barbaachisummaa
• Iyyaafannaa walitti-fufaa daree keessaa
(IWDK) haala iddilaa’een ni to’atamna
akkasumas ni madaalama.
• Sagantaan dagagina ogummaa waliittifufaa
(DOW) deeggarsa waliitti qindaa’aa ni argata.
• Iyyaafannaa waliittifufaa hojiirra oolchuuf
meeshaalee to’annaa sadarkaa isaa eeggate ni
qopha’a.
• Daa’imman guddina yeroo daa’imummaa
duraafi qophii bu’uura dandeettii barnootaa akka
qabaatan ni taasisuu.
Leenjiiwwan Hanga Ammaatti kennaman
1. Leenjii Barsiisotaa Daree O (O-Class Training)
2. Leenjii Gorsuu (Coaching Training)
Dura Bu’oota Manneen Barnootaa
Supparvaayizaroota WGMB
3. Leenjii Barsiisota Adda Dureefi Supparvaayizarootaa
(Key teachers and Supervisors Training) IWFDK
Barsiisota adda duree Barnoota Afaan Oromoo
Barsiisota Adda duree Barrnoota Afaan Ingilizii
Barsiisota Adda duree Barnoota Herregaafi
Supparvaayizaroota WGMB
4. Leenjii IWFDK (CCA)
 Barsiisota Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa fi 2ffaa
Barsiisota Barnoota Afaan Ingilizii Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
Barsiisota Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
Dura Bu’oota Manneen Barnootaa
Leenjiiwwan bara 2014 keessa Raawwataman
La Gosa hojii
Karoor
a
Raawwii Raawwii
%
Dhi Dub Ida.
1Leenjii Leenjistoota Daree-O 81 75 6 81 100.00
2Leenjii Daree 'O' Phase-II 3583 1515 1996 3511 97.99
3Leenjii Daree 'O' Phase-I 297 38 88 126 42.42
4Dawwannaa M/B phase -I 512 359 83 442 86.33
5
Leenjii keessa deebii IWFDK/CCA
phase-I 3028 613 223 836 27.61
6
Leenjii To'annoofi
hordoffii/Coaching phase-II 4300 1796 79 1875 43.60
7
Leenjii IWFDK/CCA barsiisota
adda dureefi sup.
2868 2164 454 2618
91.30%
8
Leenjii Barsiisotaafi dura
bu'ootaafi sad. CRC'tti kenname 14332 8583 2488 2618 91.30%
Ciminaalee fi Hanqinaalee
Leenjiiwwan BSTDfi IWFDK
Ciminaalee Mul’atan
• Leenjiichi Namuusa ol-aanaan kan kenname ta’u
• Baayinaan Barsiisoota dhimmii ilaaluu IWDKfi
BSTD akka leenjii fudhatan ta’eera
• Bakka hedduutti barattootni BSTDn barsiisota
leenjii fudhataniin akka barataniif carraa
uumeera
Hanqinaalee
• Manneen Barnootaa miti motummaa filannoo
manneen barnootaa keessa galuu
• Manneen Barnootaa pirojeektii kana keessatti
hinqabamneerraa barsiisota filachuun leenjiif
ergu.
• Leenjiin IWFDK/CCA sadarkaa WGMB
gaggeeffaman harcaatii qabaachuu.
• Teessoon da’immanii mijataa ta’uu dhabuu
Kanta’uu qabu
Hanqinaalee…
• Hubannoo dhabuu ykn kutannoo dhabuun kan
ka’e ergaan gadi darbu hojiirra olmaan isaa
laafaa ta’u. Keessattuu ogeeyyiin aanaalee
leenjii hinfudhanne jechuun deeggarsa gochuu
dhabuu
• Barsiisota Leenjii fudhatan kutaa birootti
fayyadamuu. Keessattuu Barsiisota
4. Gocha To’annoo fi qajeelcha IWDK
4.1. Gocha To’annoo
• Gochi to’annaa sadarkaa mana barumsaa
tarkaanfataa (progressive) ta’u qaba.
• Maneen barnootaa filataman (targated Schools)
ta’an bifa iddileen suupervaayizeroota,
barsiisota qaxalee fi ogeeyyii waajjira
barnoota aanaan daawwatamuu qabu.
Gocha To’annoo….
• Daawwannaan manneen barnootaa IWDKn
wal-qabatan, keessattuu kolleejjii barnoota
barsiisotaan (CTEn) geggeeffamu qaba.
• Barsiisonni qaxalee fi suupervaayizeroonni
sadarkaa mana barumsaatti hojiirra oolmaa
sagantichaa dabalu /hariifachiisutu irraa eegama.
• Dandeettii barsiisota gosa barumsaa ijaaruuf
suupervaayizeroonnifi barsiisonni qaxaleen
daawwannaa geggeessuutu irraa eegama.
Gocha To’annoo….
• Suuperviiznini walitti-fufaa daree keessaa
kennuun qaawwa hojjiirraa oolmaa sagantichaa
adda baasuufi furmaata barbaachisaa qaawwa
adda ba’eef kaa’aa deema.
• Waan kana ta’eef suuperviiznini marsaa
sadii(3) gaggeeffama.
suuperviizniniin marsaa jalqabaa karoorsuu fi
qophii walii-galaa irratti xiyyeeffata.
Gocha To’annoo….
 suuperviizniniin Marsaa lammaffaan hojiitti hiikuu fi
hojii ulfaataa (challenge) mudatee irratti kan xiyyeeffatu
ta’a.
 Suuperviizninii marsaa inni dhumaa milkaa’ina argame
irratti xiyyeeffatamuu qaba.
4.2. Qajeelcha To’annaa
• Gabatee 1: Qajeelcha To’annaa
Mala/Toftaa Ibsa
Daawwannaa
dirree/qalbeeffannaa
Manneen barnootaa irratti karoorfame ykn
irratti hojjetamu /targated schools/irratti
xiyyeeffata. Galmee sakatta’iinsaa marsaaf
qophaa’e fayyadama. Odeeffannoo sirrii
galmeessisuuf qalbeeffannaa fi mala biraa
fayyadama.
Walga’ii irra deebiin ilaaluu/Review
meeting/
Barsiisota Afaan dhalootaa, ingliffaa fi
herregaa
Faayila/Document/irra deebiin
ilaaluu.
/Document Review/
Tokkoon-tokkoo barsiisaa kitaaba harkee
qabaachuu isaanii sakatta’uu.
Gabatee 1……
Mala/Toftaa Ibsa
Gaaffii barreeffamaa
/Questionaires/
Gaaffii dabalataa ibsa barbaadan ykn gadi-fageenyaan
hubachuuf barbaachisan qopheessuu.
Gaaffii afaanii /Interview/ Dhimma furtuu waa’e hojii ulfaataa/challenges/hojiirra
oolmaa IWD keessatti mudatu gaaffii namaa-namatti deebisa.
Sakatta’iinsa tarree
/check-list/
Sakatta’iinsa tarree marsaaf qophaa’e seenaa duraa irra
deebiin ilaaluu ,milkaa’ina jijjiiramaa irratti xiyyeeffachuu
,sarara yeroo sakatta’uu,yaada gooree fi walii-galaa kennuu.
5. Check-list/ Meeshaalee Raga IWDk
Walitti Qabuuf Gargaaru
5.1. Cheeklistii 1: Meeshaalee to’annoo IWDK wiirtuu
suuprvaayizera aanaatiif
1. Maqaa naannoo ____________________________
Godina_________________Aanaa____________________
2. Wiirtuu______________
3. Maqaa mana barumsaa_____________________
4. Lakk, barsiisota Afaan Dhalootaa kutaa 1 fi 2__________
5. Lakk. barsiisota herregaa kutaa 7 fi 8_____
6. Lakk. barsiisota afaan ingliffaa kutaa 7 fi 8__________
7. Maqaa suupervaayizeraa________________________
A. Meeshaalee/Mateeriyaaloota
L.k
k
Meeshaalee Lak. kenname Baay’ina Lak.
dabalataa
Ibsa
1 Jiraachuu meeshaa IWD
1.1 Lak.b arsiisota afaan
dhalootaa (MT)CCA hand
book (Kutaa 1 fi 2 )
1.2 Lak. kitaaba harkee
ingliffaa (Kutaa 7 fi 8
Lak Meeshaalee Lak.
kenname
Baay’ina Lak.
dabalataa
Ibsa
1 Jiraachuu meeshaa IWD
1.1 Lak. barsiisota afaan dhalootaa
(MT)CCA kitaaba harkee (Kutaa 1
fi 2 )
1.2 Lak. kitaaba harkee ingliffaa (Kutaa
7 fi 8
1.3 Lak. kitaaba harkee herregaa
( kutaa 7 fi 8)
Itti fufa….
La
k
Meeshaalee Lak.
kenname
Baay’ina Lak.
dabalataa
Ibsa
1.4 Lak.maanualii leenjii IWD (ingliffa
,Afaan dhalootaa ,herrega hooggantoota
manneen barnootaaf (giddu-gala
wiirtuutti)
1.5 Lak.maanuaalii leenjii IWD barsiisota
qaxale faan dhalootaaf (giddu gala
wiirtuutti)
1.6 Lak.maanuaalii leenjii LWD barsiisota
qaxaleef ingliffaaf (giddu-gala wiirtuutti)
Ittifufa….
Lak Meeshaalee Lak.
kenname
Baay’ina Lak.
dabalataa
Ibsa
1.7 Lak.maanuaalii leenjii IWD
barsiisota qaxalee herregaaf
(giddu-gala wiirtuutti)
1.8 Lak. IWD qajeelcha
tarsiimoo
1.9 Lak. qajeelfama hojiirra
oolmaa LWI
1.10 Lak. meeshaa to’annoo fi
deggersaa IWD f
B. Gochawwan Leenjii
Lak
k
Meeshaalee/Mateeriyaalii
IWDK iratti Leenjii kennuu
Dhiira
leenji’e
Dhiira
hinleenjine
Dubartoota
leenji’an
Dubartoota
hinleenjine
1 Barsiisota Ingiliffaa
2 Barsoosota Herregaa
3 Barsiisota Afaan
Dhalootaa
4 D/B Ykn I/A/D/bu’oota
5 B/sota walii waliin
ta’uun muuxannoo
waljijjiiran
6 B/sota muuxannoo
waljijjiirraf manneen
barnoota olla
daawwatan
C. Sagantaa Hubannoo Uumuu
Lak Sagantaa iyyaafannoo walitti-fufaa
daree keessaa irratti hubannoo
uumuu
Baay’ina
hirmaattota
a
Yaada
1 Sagantaa GMBB,Maatii,Hawaasaa fi
kkf hubannoo uumuu qindeessuu
2 Nageenya hawwasummaa (Social
security) ilaalchise hawaasa manneen
barnootaattif hubannoo kennamu
qindeessuu
D. Karoora Iyyaafannoo WalittiFufaa Daree
Keessaa/IWDK
Lak Karoorri IWDK
jiraachuu
Kan
kurmanaa
Kan
semisteeraa
Kan
waggaa
1 Sagantaa raawwii
karooraa
2 Baajeta barbaachisu
3 Meeshaalee
barreeffamaa
barbaachisu
Ittifufa----
• Yaada (gaffilee armaan gadii barsiisota muraasa
gaafadhu)
A. Qulqullina, walta’iinsaa fi bu’a qabeessuummaa
leenjii kanaa ibsi.
__________________________________________
__________________________________________
__________
B. Hojiiirra olmaa sagantaa IWDKtiif yeroo gareen
walbarsiisuuf daawwannaa daree kkf gaggeeffamu
rakkoowwan mudatan ibsi.
__________________________________________
__________________________________________
________________________
Ittifufa….
C. Hojiiirra oolmaa IWDK keessatti hojiiwwan
muuxannoo gaggaarii ta’uuf abdataman nijiruu? Yoo
jiraatan kan muuxannoo babal’suuf gargaaru kam
akkata’e ibsi.
__________________________________________
__________________________________________
__________________________________________
___
D. IWDk hojiirra oolchuurratti muuxannoowwan
barsiisotaa fi kilaasteriin horataman ibsi.
__________________________________________
__________________________________________
______________________________________
5.2. Cheeklistii 2:: Daawwannaa daree/barannoo;
Supparvaayizaroota fi barsiisota addaduree filatamaniif
• Maqaa barsiisaa: _________________
• Sad. barnootaa:___________
• Akaakuu barnootaa: _______________
• Guyyaa: ____________
• Kutaa fi Daree: _________________
• Boqonnaa: ______________
• Mata duree barannoo_______________
Gulantaa/Sadarkaa: (1: gad aanaa; 2: quubsaa; 3: gaarii;
4: baay’ee gaarii; 5: baay’ee baay’ee gaarii; madaalamuu kan
hindandeenye/MH
La
k.
Gochaawwan madaallii 1 2 3 4 5 MH
1 Kroorri banootaa dandeettii barattoonni
gonfachuu qaban kan kitaaba barataa keesa
jirurratti bu’uureffate
2 Barsiisaan mala barsiisuu mijataa fayyadame
3 Barattoonni dandeettii akka gonfatamu
barbaadame akka gonfataniif barsiisaan
gochaawwan mijatoo ta’an fayyadama
4 Barsiisaan meeshaalee deggersa barnootaa
mijataa fayyadama
Ittifufa….
Lak
.
Gochaawwanmadaallii 1 2 3 4 5 MH
5 Dandeettii gonfatamuu qabu
gonfachuu barattootaa
mirkaneessuuf barsiisaan malleen
iyyaafannoo mijat’aa fayyadama
6 Qabiyyeen barnootaa, dandeettiin
gonfatamuu qabuu, malli baruu
barsiisuu fi meeshaan deggersa
barnootaa walta’iinsa qabaachuu
7 Barsiisaa qabxii barattootaa
nigalmeessa duub-deebiis
nikennaaf
Ittifufa…
Lak. Gochaawwanmadaallii 1 2 3 4 5 MH
8 Barsiisaan barattoota nijajjabeessa
akkaataa dandeettii barachuu isaanii
bu’uureffachuun deggersa sirrii
nikenna
9 Barsiisaan barattoota fedhii addaatiif
deggersa barbaachisaa ni kenna
10 Hanqina barattootaa duub-deebii
kennamuun of jijjiiruu hindandeenyee
gutuuf gochaalee dabalataa nikenna
11 Fooyya’iinsa qabxii barattootaatiif
barsiisaan gochaawwan qabiyyee
barannoo gabbisan dabalataan nikenna
Ittifufa…..
Yaada
A. Cimina
________________________________________________________________________________________
_______________________________
B. Wantoota fooyya’uu qaban
________________________________________________________________________________________
_____________________________
C. Iyyaafannoo dubbisuu barattootaa irratti odeeffannoo ragaan
deggarame dhiyeessuu
________________________________________________________________________________________
____________________
D. Barattoota fedhii addaatiif barsiisaan deggersa addaa akkamiin
kenne? Fkn barnoota dabalataa, meeshaalee dubbisaa,
gilgaalota/gaaffileedabalataafi
kkf____________________________________________________________________________________
___________________________________________________________________-
• Yaada walii gala
_______________________________________________________________________________________________
5.3. Cheeklistii 3:meeshaalee hordoffiifi deggersaa IWDK
dura bu’oota manneen barnootaaf(Kan kurmaanaa)
• Maqaa naannoo/ magaala _________________
Bulchiinsa __________Godina ______________
Aanaa ________________
• Maqaa dura bu’aa m/barumsaa ______________
________________________
• Sad.barnootaa ____________
• kilaastera ______________________
• maqaa m/barumsaa __________________
Ittifufa…
La
kk.
Gochaawwan Eeyyee Lakki Yaada
1 Meeshaaleen IWDK guutuudha.
2 Barsiisoonni gosa barnootaa tokko
barsiisan waliin hojjachuu isaani
nihordofamu
3 Sadarkaa mana barumsaatti
muxannoowwan gaggaariin IWDKn
horataman dokumeentii hordoffiin
mirkanaa’eera.
4
Barsiisoonni IWDK guyyaa guyyaan
hojiiirra olchuun isaanii foyya’eera
Ittifufa….
Lak Gochaawwan Eeyyee Lakki Yaada
5 Barsiisoonni waa'e IWDK Karoora
barannoo guyyaa guyyaa keessa
galfachuu isaanii nihordofamu
6 Barsiisotni kitaaba harkee IWDK akka
fayyadamuu foyyessaniif Daawwannaa
daree nigaggeffama
7 Daawwannaa Satalaayitii kee jala jiran
akka muxannoo waal-jijjiran Qindeessi
8 Dokumeentii guutuu IWDKn walqabatu
hundi qophaa’eeraa
9 Ogummaa teekiniikaa, faayinaansii fi
bulchiinsa IWDK CRC waliin
waltumsuudhaan mijateera
Ittifufa…..
• Yaadota
A.Cimina_______________________________
B. Gufuuwwan ______________________
C. Furmaata Barbaachisu _______________
D. Yaadota walii gala _______________
5.4. Cheekilistii 4: Guca Gabaasa Supparvayizarootafi
Barsiisota Adda dureen Guutamau (Nuusa Nuusaan)
Lak Deeggarsaafi To’annoo Baay’ina Yaada (Naannoo
Xiyyeeffannaa
To’annoo)
1 Baay’ina Manneen barnootaa
CRC jila jiran daawwataman
2 Baay’ina Manneen barnootaa
Satalayitii jala jiran
daawwataman
3 Baay’ina manneen barnootaa
CRC jala jiran
supparvaayizaraan
daawwataman
Itti fufa----
Lak Deeggarsaafi To’annoo Baay’ina Yaada (Naannoo
Xiyyeeffannaa
To’annoo)
4 Baay’ina manneen barnootaa
saatalaayitii jala jiran barsiisaa
adda dureen daawwataman
5 Baay’ina manneen barnootaa
daawwannaa CRCfi CRC giduutti
taasifame
6 Baay’ina walga’ii muxannoo wal-
jijjirraa barsiisota mana barumsaa
filatame gidduutti gaggeeffame
7 Baay’ina Manneen barnootaa
muxannoo wal-jijjirraa mana
barumsaa ollaa wajjin gaggeessan
La
k
Inispeekshinii Gaggeeffama Baay’ina Manneen
Barnootaa
Sadarkeeffaman
1 Baay’ina manneen barnootaa
inispeekshiniin keessatti gaggeefame
2 Baay’ina manneen barnootaa
sadarkaa foyyeeffachuun milkaa’an
3 Baay’ina Gufuuwwan adda bahanii
furmaata barbaadan
4 Gufuuwwan gurguddoo sadarkaa
CRC hikamuu hindandeenye
5 Xiinxalaa daataa fi Gabaasa
Inispeekshinii
5.5. Meeshaalee To’annoo Addaa
IWDK Afaan Oromoofi Ingiliffaaf
HUB. Cheekilistiin kana gadii xiyyeeffannaa
adda barbaadaan barumsa Afaan Oromoofi
Ingliffaa sadarkaa hunda irratti argaman
to’achuufi madaaluuf dabalataan kan
barbaachisaniidha.
Naannoo ______________ Godina___________
Aanaa________________ Maqaa itti gafatamaa
kutaa ______________ CRC _____________
Ittifufa….
Lak
k
Gochawwan Dhiira Dubara Yaada
1 Iddattoo fudhachuun kutaa 2ffaa
irratti Iyyaafannoo dubisa irratti
gaggeessi
2 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa
dubisuu hin dandeenye (baayyee
gadi aanaa)
3 Baay’ina Barattootaa xiqqoo
xiqqoo dubisan (suuteeyyii)
4 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa
Afaan Oromoo dubbisa isaanii
suuta suutaan dabalaa deemaniifi
kan dubisan walsimsiisuu danda’an
Ittifufa….
Lak
k
Gochawwan Dhiira Dubara Yaada
5 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa
Afaan Oromoo sirriitti dubisaniifi
kan dubisan walsimsiisuu
danda’an
6 Ragaa “NLA” jiru wajjin wal bira
qabanii ilaaluun jijjirama jiru
safaruu
7 Barattoota kutaa 8ffaa barnoota
ingiliffaa fi herreegan aveereejjii
qabxii darbiinsaafi isaa ol
galmeessan
8 % Yeroo barannoo sagantaa
barumsaaf qabame wajjin yoo
Ittifufa….
Yaada
A. Cimina_______________________________
B. Gufuuwwan __________________________
C. Furmaata Barbaachisu __________________
D. Yaada Waliigalaa______________________
Ittifufa…..
6. Gabaasa IWDK
 Hojiirra oolmaa IWDK irratti waajjirri barnootaa
gabaasa qopheessuuf itti gaafatamummaa qaba.
Odeeffannoowwan yeroo dawwannaa waliitti
qabaniin supparvaayizarootni CRCnfi barsiisotni
adda duree filataman waajjira barnootaaf ni
gaabaasu. Waajjirri barnootaa aanaa immoo
waliitti qabuun Godinaaleef kan gabaasaan ta’a.
Waajjirri barnoota Godinaalee immoo Biiroo
barnootaa Oromiyaatiif kan gabaasan ta’a.
Itti fufa…..
 Koolleejjin barnoota barsiisotaa deegarsa
ogummaa, hordoffii, To’annaafi madaallii
gaggeessuun BBOf ni gabaasu.
 Kanneen kana gadii Guca yaa’insa gabaasa
to’annoofi madaalliiti
Seensa
Kaayyoo Sagantichaa
Karooraafi Raawwii (Milka’ina Jiru)
 Facaatiifi Baasii Faayinaansi
Gufuuwwaniifi
Barannoo fakkeenyummaatti fudhatamu, jjijjirama
uumame ykn fakkeenyummaa caqasamuu danda’u
Guca Jijjirama Nuusa Nuusaan Argame itti
Gabafamu
• Maqaa Dhaabbataa______________
• Mata Duree Sagantaa_____________
• Yeroo Gabaasaa _________hanaga ________
• Naannoo_________________ Aanaa________
CRC ________________ KBB ________________
Ittifufa….
Lakka Gocha
wwan
Hojiiwwan Fizikaalaa Faayinaansii
Karoora Raawwii %dhan Karoora Raawwii %dhan
Kaardii Gabaasaa Mana Barumsaa (School
Report Card)
• Kaardiin Gabaasaa:
1. kan Guutamu
Barsiisota Adda duree (Key teachers
Supparvaayizaroota WGMBfi
2. Marsaa Sadii (3) kan Gaggeeffamu ta’ee
 Tokkon tokkon Marsaa Kooppii lamaan
guutamee
 Koppiin tokko Mana Barumsaa
 Koppiin tokko immoo Waajira Barnootaa
kan taa’u ta’a
 ‘Scan’ kan ta’ee BBO dhaqabu qaba
Kardii Gabaasaa
3. Qaamni Daawwatamu
 Barsiisota Daree ‘O’
 Barsiisota Afan Oromoo Kutaa 1ffaa fi 2ffaa
 Barsiisota Afaan Ingilizii Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
Barsiisota Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
Dura Bu’aa Mana barumsaa(Kaardii
Gabaasaa.docx)
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx

More Related Content

Similar to Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx

Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Jaafar47
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Jaafar47
 

Similar to Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx (20)

Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6
 
Eltrasfondofilosficoenlared
EltrasfondofilosficoenlaredEltrasfondofilosficoenlared
Eltrasfondofilosficoenlared
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Presentation1.pptx
Presentation1.pptxPresentation1.pptx
Presentation1.pptx
 
Agua es vida
Agua es vidaAgua es vida
Agua es vida
 
Naturopatia
NaturopatiaNaturopatia
Naturopatia
 
Naturopatia
NaturopatiaNaturopatia
Naturopatia
 
Charrua 9
Charrua 9Charrua 9
Charrua 9
 
Charrua 9
Charrua 9Charrua 9
Charrua 9
 
Aku tidak-lebih-dulu-ke-surga
Aku tidak-lebih-dulu-ke-surgaAku tidak-lebih-dulu-ke-surga
Aku tidak-lebih-dulu-ke-surga
 
de abraham a los macabeos
de abraham a los macabeosde abraham a los macabeos
de abraham a los macabeos
 
Fundamentos del positivismo
Fundamentos del positivismoFundamentos del positivismo
Fundamentos del positivismo
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
 
Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
 

More from Jaafar47

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
Jaafar47
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
Jaafar47
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
Jaafar47
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
Jaafar47
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Jaafar47
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Jaafar47
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Jaafar47
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
Jaafar47
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Jaafar47
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
Jaafar47
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
Jaafar47
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
Jaafar47
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
Jaafar47
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
Jaafar47
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
Jaafar47
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
Jaafar47
 

More from Jaafar47 (20)

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
 
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam...
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptx
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.ppt
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
 

Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx

  • 1.
  • 2. I. SEENSA • Kunuunsi daa’imanii kan jalqabu gadameessa hadhaa keessatti akka ta’e qorannoowwan ni mirkaneessuu. Dhalootaan booda kunnuunsa hundagalessa guddinna daa’iman (sammuu, qaamaa, yaadqalbiifi hawaasummaa) gaheen maatiifi hawaasaa olaanaa dha.
  • 3. Itti fufa…. • Daa’immanii barnoota idileef qopheessuuf barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa gahee olaanaa akka qabu qoratoonni xiyyeeffannoo guddaan ibsu. Daa’imman barnoota Sadarkaa tokkoffaan duraa argachuun isaanii barnoota sadarkaa tokkoffaa bu’a qabeessa taasisuuf murtessaa dha.
  • 4. Itti fufa…. • Barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa barnoota idileef faayidaaleen inni gumaachu hedduu keessaa:  barnoota barataniifi naannoo mana barnootaa jaalachuu, barnoota addaan kutuu hir’isuu baayyiina barattootaa irra deebi’an hir’isuu,  fudhannaa barnoota haalaan foyyeessuufi kkf ibsuun ni danda’ama.
  • 5. Itti fufaa… • Kana hubannoo keessa galchuun seektarri barnootaa daa’imman barnoota sadarkaa tokkoffaan duraa akkaataa itti argatan haala mijjeessuun kutaa ”o’’, oolmaa daa’imaniifi gurmaa’ina tooftaa birootiin barnoota akka argatanii carraaqqii guddaan taasifamaa jira
  • 6. Itti…. • Barumsa daree “O” fi Iyyafannoo walittifufaa daree keessaa milkeessuuf deeggarsaafi to’annaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa, Waajjira Barnoota Godinaaleefi Aanaalee, Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa, Suupervaayizaroota fi dura bu’oota manneen barnootaa akkasumaas barsiisotni itti gafatamummaa olaanaa qabu.
  • 7. itti… • Kanaafuu leenjiin kun deeggarsaafi To’annoo daree “O” fi iyyaafannoo walitti fufaa daree keessaa, IWDK(CCA) irratti xiyyeeffata.
  • 8. 2. Kaayyoo • Meeshaalee to’annaafi hordoffii ittiin gaggeessan irratti odeeffannoo bu’uuraa ogeeyyii BBO, ogeeyyii wajjira barnootaa Godinaaleefi barsiisota daree ‘O’, dura bu’oota manneen barnootaa ‘Phase I’ jalatti hammataman keessaa madaallii inspeekshinii waliigalaan sadarkaa 1ffaa irratti kufaniif hubannoo kennuufi. • Barnoonni Sadarkaa tokkoffaan duraa fi Iyyaafannoo waliittifufaa daree keessaa milkeessuuf bakka fooyya’insi itti barbaachisu akka adda baafataniif Ogeeyyii barnootaa sadarkaa sadarkaan jiran akka deggaraniif
  • 9. 3. Barbaachisummaa • Iyyaafannaa walitti-fufaa daree keessaa (IWDK) haala iddilaa’een ni to’atamna akkasumas ni madaalama. • Sagantaan dagagina ogummaa waliittifufaa (DOW) deeggarsa waliitti qindaa’aa ni argata. • Iyyaafannaa waliittifufaa hojiirra oolchuuf meeshaalee to’annaa sadarkaa isaa eeggate ni qopha’a. • Daa’imman guddina yeroo daa’imummaa duraafi qophii bu’uura dandeettii barnootaa akka qabaatan ni taasisuu.
  • 10. Leenjiiwwan Hanga Ammaatti kennaman 1. Leenjii Barsiisotaa Daree O (O-Class Training) 2. Leenjii Gorsuu (Coaching Training) Dura Bu’oota Manneen Barnootaa Supparvaayizaroota WGMB 3. Leenjii Barsiisota Adda Dureefi Supparvaayizarootaa (Key teachers and Supervisors Training) IWFDK Barsiisota adda duree Barnoota Afaan Oromoo Barsiisota Adda duree Barrnoota Afaan Ingilizii Barsiisota Adda duree Barnoota Herregaafi Supparvaayizaroota WGMB 4. Leenjii IWFDK (CCA)  Barsiisota Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1ffaa fi 2ffaa Barsiisota Barnoota Afaan Ingilizii Kutaa 7ffaa fi 8ffaa Barsiisota Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa fi 8ffaa Dura Bu’oota Manneen Barnootaa
  • 11. Leenjiiwwan bara 2014 keessa Raawwataman La Gosa hojii Karoor a Raawwii Raawwii % Dhi Dub Ida. 1Leenjii Leenjistoota Daree-O 81 75 6 81 100.00 2Leenjii Daree 'O' Phase-II 3583 1515 1996 3511 97.99 3Leenjii Daree 'O' Phase-I 297 38 88 126 42.42 4Dawwannaa M/B phase -I 512 359 83 442 86.33 5 Leenjii keessa deebii IWFDK/CCA phase-I 3028 613 223 836 27.61 6 Leenjii To'annoofi hordoffii/Coaching phase-II 4300 1796 79 1875 43.60 7 Leenjii IWFDK/CCA barsiisota adda dureefi sup. 2868 2164 454 2618 91.30% 8 Leenjii Barsiisotaafi dura bu'ootaafi sad. CRC'tti kenname 14332 8583 2488 2618 91.30%
  • 12. Ciminaalee fi Hanqinaalee Leenjiiwwan BSTDfi IWFDK Ciminaalee Mul’atan • Leenjiichi Namuusa ol-aanaan kan kenname ta’u • Baayinaan Barsiisoota dhimmii ilaaluu IWDKfi BSTD akka leenjii fudhatan ta’eera • Bakka hedduutti barattootni BSTDn barsiisota leenjii fudhataniin akka barataniif carraa uumeera
  • 13. Hanqinaalee • Manneen Barnootaa miti motummaa filannoo manneen barnootaa keessa galuu • Manneen Barnootaa pirojeektii kana keessatti hinqabamneerraa barsiisota filachuun leenjiif ergu. • Leenjiin IWFDK/CCA sadarkaa WGMB gaggeeffaman harcaatii qabaachuu. • Teessoon da’immanii mijataa ta’uu dhabuu
  • 15. Hanqinaalee… • Hubannoo dhabuu ykn kutannoo dhabuun kan ka’e ergaan gadi darbu hojiirra olmaan isaa laafaa ta’u. Keessattuu ogeeyyiin aanaalee leenjii hinfudhanne jechuun deeggarsa gochuu dhabuu • Barsiisota Leenjii fudhatan kutaa birootti fayyadamuu. Keessattuu Barsiisota
  • 16. 4. Gocha To’annoo fi qajeelcha IWDK 4.1. Gocha To’annoo • Gochi to’annaa sadarkaa mana barumsaa tarkaanfataa (progressive) ta’u qaba. • Maneen barnootaa filataman (targated Schools) ta’an bifa iddileen suupervaayizeroota, barsiisota qaxalee fi ogeeyyii waajjira barnoota aanaan daawwatamuu qabu.
  • 17. Gocha To’annoo…. • Daawwannaan manneen barnootaa IWDKn wal-qabatan, keessattuu kolleejjii barnoota barsiisotaan (CTEn) geggeeffamu qaba. • Barsiisonni qaxalee fi suupervaayizeroonni sadarkaa mana barumsaatti hojiirra oolmaa sagantichaa dabalu /hariifachiisutu irraa eegama. • Dandeettii barsiisota gosa barumsaa ijaaruuf suupervaayizeroonnifi barsiisonni qaxaleen daawwannaa geggeessuutu irraa eegama.
  • 18. Gocha To’annoo…. • Suuperviiznini walitti-fufaa daree keessaa kennuun qaawwa hojjiirraa oolmaa sagantichaa adda baasuufi furmaata barbaachisaa qaawwa adda ba’eef kaa’aa deema. • Waan kana ta’eef suuperviiznini marsaa sadii(3) gaggeeffama. suuperviizniniin marsaa jalqabaa karoorsuu fi qophii walii-galaa irratti xiyyeeffata.
  • 19. Gocha To’annoo….  suuperviizniniin Marsaa lammaffaan hojiitti hiikuu fi hojii ulfaataa (challenge) mudatee irratti kan xiyyeeffatu ta’a.  Suuperviizninii marsaa inni dhumaa milkaa’ina argame irratti xiyyeeffatamuu qaba.
  • 20. 4.2. Qajeelcha To’annaa • Gabatee 1: Qajeelcha To’annaa Mala/Toftaa Ibsa Daawwannaa dirree/qalbeeffannaa Manneen barnootaa irratti karoorfame ykn irratti hojjetamu /targated schools/irratti xiyyeeffata. Galmee sakatta’iinsaa marsaaf qophaa’e fayyadama. Odeeffannoo sirrii galmeessisuuf qalbeeffannaa fi mala biraa fayyadama. Walga’ii irra deebiin ilaaluu/Review meeting/ Barsiisota Afaan dhalootaa, ingliffaa fi herregaa Faayila/Document/irra deebiin ilaaluu. /Document Review/ Tokkoon-tokkoo barsiisaa kitaaba harkee qabaachuu isaanii sakatta’uu.
  • 21. Gabatee 1…… Mala/Toftaa Ibsa Gaaffii barreeffamaa /Questionaires/ Gaaffii dabalataa ibsa barbaadan ykn gadi-fageenyaan hubachuuf barbaachisan qopheessuu. Gaaffii afaanii /Interview/ Dhimma furtuu waa’e hojii ulfaataa/challenges/hojiirra oolmaa IWD keessatti mudatu gaaffii namaa-namatti deebisa. Sakatta’iinsa tarree /check-list/ Sakatta’iinsa tarree marsaaf qophaa’e seenaa duraa irra deebiin ilaaluu ,milkaa’ina jijjiiramaa irratti xiyyeeffachuu ,sarara yeroo sakatta’uu,yaada gooree fi walii-galaa kennuu.
  • 22. 5. Check-list/ Meeshaalee Raga IWDk Walitti Qabuuf Gargaaru 5.1. Cheeklistii 1: Meeshaalee to’annoo IWDK wiirtuu suuprvaayizera aanaatiif 1. Maqaa naannoo ____________________________ Godina_________________Aanaa____________________ 2. Wiirtuu______________ 3. Maqaa mana barumsaa_____________________ 4. Lakk, barsiisota Afaan Dhalootaa kutaa 1 fi 2__________ 5. Lakk. barsiisota herregaa kutaa 7 fi 8_____ 6. Lakk. barsiisota afaan ingliffaa kutaa 7 fi 8__________ 7. Maqaa suupervaayizeraa________________________
  • 23. A. Meeshaalee/Mateeriyaaloota L.k k Meeshaalee Lak. kenname Baay’ina Lak. dabalataa Ibsa 1 Jiraachuu meeshaa IWD 1.1 Lak.b arsiisota afaan dhalootaa (MT)CCA hand book (Kutaa 1 fi 2 ) 1.2 Lak. kitaaba harkee ingliffaa (Kutaa 7 fi 8 Lak Meeshaalee Lak. kenname Baay’ina Lak. dabalataa Ibsa 1 Jiraachuu meeshaa IWD 1.1 Lak. barsiisota afaan dhalootaa (MT)CCA kitaaba harkee (Kutaa 1 fi 2 ) 1.2 Lak. kitaaba harkee ingliffaa (Kutaa 7 fi 8 1.3 Lak. kitaaba harkee herregaa ( kutaa 7 fi 8)
  • 24. Itti fufa…. La k Meeshaalee Lak. kenname Baay’ina Lak. dabalataa Ibsa 1.4 Lak.maanualii leenjii IWD (ingliffa ,Afaan dhalootaa ,herrega hooggantoota manneen barnootaaf (giddu-gala wiirtuutti) 1.5 Lak.maanuaalii leenjii IWD barsiisota qaxale faan dhalootaaf (giddu gala wiirtuutti) 1.6 Lak.maanuaalii leenjii LWD barsiisota qaxaleef ingliffaaf (giddu-gala wiirtuutti)
  • 25. Ittifufa…. Lak Meeshaalee Lak. kenname Baay’ina Lak. dabalataa Ibsa 1.7 Lak.maanuaalii leenjii IWD barsiisota qaxalee herregaaf (giddu-gala wiirtuutti) 1.8 Lak. IWD qajeelcha tarsiimoo 1.9 Lak. qajeelfama hojiirra oolmaa LWI 1.10 Lak. meeshaa to’annoo fi deggersaa IWD f
  • 26. B. Gochawwan Leenjii Lak k Meeshaalee/Mateeriyaalii IWDK iratti Leenjii kennuu Dhiira leenji’e Dhiira hinleenjine Dubartoota leenji’an Dubartoota hinleenjine 1 Barsiisota Ingiliffaa 2 Barsoosota Herregaa 3 Barsiisota Afaan Dhalootaa 4 D/B Ykn I/A/D/bu’oota 5 B/sota walii waliin ta’uun muuxannoo waljijjiiran 6 B/sota muuxannoo waljijjiirraf manneen barnoota olla daawwatan
  • 27. C. Sagantaa Hubannoo Uumuu Lak Sagantaa iyyaafannoo walitti-fufaa daree keessaa irratti hubannoo uumuu Baay’ina hirmaattota a Yaada 1 Sagantaa GMBB,Maatii,Hawaasaa fi kkf hubannoo uumuu qindeessuu 2 Nageenya hawwasummaa (Social security) ilaalchise hawaasa manneen barnootaattif hubannoo kennamu qindeessuu
  • 28. D. Karoora Iyyaafannoo WalittiFufaa Daree Keessaa/IWDK Lak Karoorri IWDK jiraachuu Kan kurmanaa Kan semisteeraa Kan waggaa 1 Sagantaa raawwii karooraa 2 Baajeta barbaachisu 3 Meeshaalee barreeffamaa barbaachisu
  • 29. Ittifufa---- • Yaada (gaffilee armaan gadii barsiisota muraasa gaafadhu) A. Qulqullina, walta’iinsaa fi bu’a qabeessuummaa leenjii kanaa ibsi. __________________________________________ __________________________________________ __________ B. Hojiiirra olmaa sagantaa IWDKtiif yeroo gareen walbarsiisuuf daawwannaa daree kkf gaggeeffamu rakkoowwan mudatan ibsi. __________________________________________ __________________________________________ ________________________
  • 30. Ittifufa…. C. Hojiiirra oolmaa IWDK keessatti hojiiwwan muuxannoo gaggaarii ta’uuf abdataman nijiruu? Yoo jiraatan kan muuxannoo babal’suuf gargaaru kam akkata’e ibsi. __________________________________________ __________________________________________ __________________________________________ ___ D. IWDk hojiirra oolchuurratti muuxannoowwan barsiisotaa fi kilaasteriin horataman ibsi. __________________________________________ __________________________________________ ______________________________________
  • 31. 5.2. Cheeklistii 2:: Daawwannaa daree/barannoo; Supparvaayizaroota fi barsiisota addaduree filatamaniif • Maqaa barsiisaa: _________________ • Sad. barnootaa:___________ • Akaakuu barnootaa: _______________ • Guyyaa: ____________ • Kutaa fi Daree: _________________ • Boqonnaa: ______________ • Mata duree barannoo_______________
  • 32. Gulantaa/Sadarkaa: (1: gad aanaa; 2: quubsaa; 3: gaarii; 4: baay’ee gaarii; 5: baay’ee baay’ee gaarii; madaalamuu kan hindandeenye/MH La k. Gochaawwan madaallii 1 2 3 4 5 MH 1 Kroorri banootaa dandeettii barattoonni gonfachuu qaban kan kitaaba barataa keesa jirurratti bu’uureffate 2 Barsiisaan mala barsiisuu mijataa fayyadame 3 Barattoonni dandeettii akka gonfatamu barbaadame akka gonfataniif barsiisaan gochaawwan mijatoo ta’an fayyadama 4 Barsiisaan meeshaalee deggersa barnootaa mijataa fayyadama
  • 33. Ittifufa…. Lak . Gochaawwanmadaallii 1 2 3 4 5 MH 5 Dandeettii gonfatamuu qabu gonfachuu barattootaa mirkaneessuuf barsiisaan malleen iyyaafannoo mijat’aa fayyadama 6 Qabiyyeen barnootaa, dandeettiin gonfatamuu qabuu, malli baruu barsiisuu fi meeshaan deggersa barnootaa walta’iinsa qabaachuu 7 Barsiisaa qabxii barattootaa nigalmeessa duub-deebiis nikennaaf
  • 34. Ittifufa… Lak. Gochaawwanmadaallii 1 2 3 4 5 MH 8 Barsiisaan barattoota nijajjabeessa akkaataa dandeettii barachuu isaanii bu’uureffachuun deggersa sirrii nikenna 9 Barsiisaan barattoota fedhii addaatiif deggersa barbaachisaa ni kenna 10 Hanqina barattootaa duub-deebii kennamuun of jijjiiruu hindandeenyee gutuuf gochaalee dabalataa nikenna 11 Fooyya’iinsa qabxii barattootaatiif barsiisaan gochaawwan qabiyyee barannoo gabbisan dabalataan nikenna
  • 35. Ittifufa….. Yaada A. Cimina ________________________________________________________________________________________ _______________________________ B. Wantoota fooyya’uu qaban ________________________________________________________________________________________ _____________________________ C. Iyyaafannoo dubbisuu barattootaa irratti odeeffannoo ragaan deggarame dhiyeessuu ________________________________________________________________________________________ ____________________ D. Barattoota fedhii addaatiif barsiisaan deggersa addaa akkamiin kenne? Fkn barnoota dabalataa, meeshaalee dubbisaa, gilgaalota/gaaffileedabalataafi kkf____________________________________________________________________________________ ___________________________________________________________________- • Yaada walii gala _______________________________________________________________________________________________
  • 36. 5.3. Cheeklistii 3:meeshaalee hordoffiifi deggersaa IWDK dura bu’oota manneen barnootaaf(Kan kurmaanaa) • Maqaa naannoo/ magaala _________________ Bulchiinsa __________Godina ______________ Aanaa ________________ • Maqaa dura bu’aa m/barumsaa ______________ ________________________ • Sad.barnootaa ____________ • kilaastera ______________________ • maqaa m/barumsaa __________________
  • 37. Ittifufa… La kk. Gochaawwan Eeyyee Lakki Yaada 1 Meeshaaleen IWDK guutuudha. 2 Barsiisoonni gosa barnootaa tokko barsiisan waliin hojjachuu isaani nihordofamu 3 Sadarkaa mana barumsaatti muxannoowwan gaggaariin IWDKn horataman dokumeentii hordoffiin mirkanaa’eera. 4 Barsiisoonni IWDK guyyaa guyyaan hojiiirra olchuun isaanii foyya’eera
  • 38. Ittifufa…. Lak Gochaawwan Eeyyee Lakki Yaada 5 Barsiisoonni waa'e IWDK Karoora barannoo guyyaa guyyaa keessa galfachuu isaanii nihordofamu 6 Barsiisotni kitaaba harkee IWDK akka fayyadamuu foyyessaniif Daawwannaa daree nigaggeffama 7 Daawwannaa Satalaayitii kee jala jiran akka muxannoo waal-jijjiran Qindeessi 8 Dokumeentii guutuu IWDKn walqabatu hundi qophaa’eeraa 9 Ogummaa teekiniikaa, faayinaansii fi bulchiinsa IWDK CRC waliin waltumsuudhaan mijateera
  • 39. Ittifufa….. • Yaadota A.Cimina_______________________________ B. Gufuuwwan ______________________ C. Furmaata Barbaachisu _______________ D. Yaadota walii gala _______________
  • 40. 5.4. Cheekilistii 4: Guca Gabaasa Supparvayizarootafi Barsiisota Adda dureen Guutamau (Nuusa Nuusaan) Lak Deeggarsaafi To’annoo Baay’ina Yaada (Naannoo Xiyyeeffannaa To’annoo) 1 Baay’ina Manneen barnootaa CRC jila jiran daawwataman 2 Baay’ina Manneen barnootaa Satalayitii jala jiran daawwataman 3 Baay’ina manneen barnootaa CRC jala jiran supparvaayizaraan daawwataman
  • 41. Itti fufa---- Lak Deeggarsaafi To’annoo Baay’ina Yaada (Naannoo Xiyyeeffannaa To’annoo) 4 Baay’ina manneen barnootaa saatalaayitii jala jiran barsiisaa adda dureen daawwataman 5 Baay’ina manneen barnootaa daawwannaa CRCfi CRC giduutti taasifame 6 Baay’ina walga’ii muxannoo wal- jijjirraa barsiisota mana barumsaa filatame gidduutti gaggeeffame 7 Baay’ina Manneen barnootaa muxannoo wal-jijjirraa mana barumsaa ollaa wajjin gaggeessan
  • 42. La k Inispeekshinii Gaggeeffama Baay’ina Manneen Barnootaa Sadarkeeffaman 1 Baay’ina manneen barnootaa inispeekshiniin keessatti gaggeefame 2 Baay’ina manneen barnootaa sadarkaa foyyeeffachuun milkaa’an 3 Baay’ina Gufuuwwan adda bahanii furmaata barbaadan 4 Gufuuwwan gurguddoo sadarkaa CRC hikamuu hindandeenye 5 Xiinxalaa daataa fi Gabaasa Inispeekshinii
  • 43. 5.5. Meeshaalee To’annoo Addaa IWDK Afaan Oromoofi Ingiliffaaf HUB. Cheekilistiin kana gadii xiyyeeffannaa adda barbaadaan barumsa Afaan Oromoofi Ingliffaa sadarkaa hunda irratti argaman to’achuufi madaaluuf dabalataan kan barbaachisaniidha. Naannoo ______________ Godina___________ Aanaa________________ Maqaa itti gafatamaa kutaa ______________ CRC _____________
  • 44. Ittifufa…. Lak k Gochawwan Dhiira Dubara Yaada 1 Iddattoo fudhachuun kutaa 2ffaa irratti Iyyaafannoo dubisa irratti gaggeessi 2 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa dubisuu hin dandeenye (baayyee gadi aanaa) 3 Baay’ina Barattootaa xiqqoo xiqqoo dubisan (suuteeyyii) 4 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa Afaan Oromoo dubbisa isaanii suuta suutaan dabalaa deemaniifi kan dubisan walsimsiisuu danda’an
  • 45. Ittifufa…. Lak k Gochawwan Dhiira Dubara Yaada 5 Baay’ina barattootaa kutaa 2ffaa Afaan Oromoo sirriitti dubisaniifi kan dubisan walsimsiisuu danda’an 6 Ragaa “NLA” jiru wajjin wal bira qabanii ilaaluun jijjirama jiru safaruu 7 Barattoota kutaa 8ffaa barnoota ingiliffaa fi herreegan aveereejjii qabxii darbiinsaafi isaa ol galmeessan 8 % Yeroo barannoo sagantaa barumsaaf qabame wajjin yoo
  • 46. Ittifufa…. Yaada A. Cimina_______________________________ B. Gufuuwwan __________________________ C. Furmaata Barbaachisu __________________ D. Yaada Waliigalaa______________________
  • 47. Ittifufa….. 6. Gabaasa IWDK  Hojiirra oolmaa IWDK irratti waajjirri barnootaa gabaasa qopheessuuf itti gaafatamummaa qaba. Odeeffannoowwan yeroo dawwannaa waliitti qabaniin supparvaayizarootni CRCnfi barsiisotni adda duree filataman waajjira barnootaaf ni gaabaasu. Waajjirri barnootaa aanaa immoo waliitti qabuun Godinaaleef kan gabaasaan ta’a. Waajjirri barnoota Godinaalee immoo Biiroo barnootaa Oromiyaatiif kan gabaasan ta’a.
  • 48. Itti fufa…..  Koolleejjin barnoota barsiisotaa deegarsa ogummaa, hordoffii, To’annaafi madaallii gaggeessuun BBOf ni gabaasu.  Kanneen kana gadii Guca yaa’insa gabaasa to’annoofi madaalliiti Seensa Kaayyoo Sagantichaa Karooraafi Raawwii (Milka’ina Jiru)  Facaatiifi Baasii Faayinaansi Gufuuwwaniifi Barannoo fakkeenyummaatti fudhatamu, jjijjirama uumame ykn fakkeenyummaa caqasamuu danda’u
  • 49. Guca Jijjirama Nuusa Nuusaan Argame itti Gabafamu • Maqaa Dhaabbataa______________ • Mata Duree Sagantaa_____________ • Yeroo Gabaasaa _________hanaga ________ • Naannoo_________________ Aanaa________ CRC ________________ KBB ________________
  • 50. Ittifufa…. Lakka Gocha wwan Hojiiwwan Fizikaalaa Faayinaansii Karoora Raawwii %dhan Karoora Raawwii %dhan
  • 51. Kaardii Gabaasaa Mana Barumsaa (School Report Card) • Kaardiin Gabaasaa: 1. kan Guutamu Barsiisota Adda duree (Key teachers Supparvaayizaroota WGMBfi 2. Marsaa Sadii (3) kan Gaggeeffamu ta’ee  Tokkon tokkon Marsaa Kooppii lamaan guutamee  Koppiin tokko Mana Barumsaa  Koppiin tokko immoo Waajira Barnootaa kan taa’u ta’a  ‘Scan’ kan ta’ee BBO dhaqabu qaba
  • 52. Kardii Gabaasaa 3. Qaamni Daawwatamu  Barsiisota Daree ‘O’  Barsiisota Afan Oromoo Kutaa 1ffaa fi 2ffaa  Barsiisota Afaan Ingilizii Kutaa 7ffaa fi 8ffaa Barsiisota Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa fi 8ffaa Dura Bu’aa Mana barumsaa(Kaardii Gabaasaa.docx)