SlideShare a Scribd company logo
1 of 23
SIRNA BARNOOTAA HAARAA
Muddee, 2014 A.L.I
Bishooftuu
SEENSA
Waggoota darban kessatti Itoophiyaan barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa kan kenniteefi, Rood
maappii imaamata barnootaa kan biyyooleessaa bara 2018- 2030 tti qopheeffachuun gara
hojjiitti galteetti. Ministeerri barnootaa sirna barnootaa (curriculum) fooyyeessuf, ragaalee
adda addaa walitti qabuufi hammattoo (frame work) barnootaa qopheeffachuun hojii isaa
xumureera. Hammattoon kun kan inni irratti hundaa’u duudhaalee, heeraaf seera, beekumsa ,
ga’umsa, gochaafi sirna barnootaa jaarraa 21ffaa irratti kan xiyyeeffatedha.
Sirna barnootaa fooyyeessuu keessatti yaa’a qabiyyee, ga’umsa barachuu barattootaafi
silabasiin kan inni qajeelchu bareessitoota, kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaadha. Madaalliin
kun tooftaa baruuf barsiisuu, qulqullinaafi qabiyyee kitaaba qophaa’u sanaaf fayyida qaba.
Sirni barnootaa kun kan inni madaalame dhimamtoota sadarkaa adda addaarra jiran
hedduunidha.
Bu’uurri qophii jalqabaa keessatti taasifame dameewwan barnoota adda addaa
sirnoota kanaan dura turan, qabiyyeewwan adda addaa wal-
simsiisuudhaan,guddinaafi sadarkaa barattootaarratti kan bu’uureffate, walitti
hidhata oleefi gadee barnootichaa, duudhaafi aadaa hawwaasichaa kan eegate,
adeemsa baruuf barsiisuu barataa kan giddu galeeffatee akka gadi fageenyaan
yaadaniifi rakkoo hiikuu akka danda’an kan taasisu, akkasumas beekumsa xabboo
irratti kan hundaa’edha.
Ministeerri barnootaa gosa barnoota hundaan Afaan Ingiliziin yaa’a qabiyyee,
ga’umsa barachuu baratootaafi siilabasii hojjetee kan nuuf erge yemmuu ta’u, Biiroo
barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee gara Afaan Oromootti ogeessoota adda
addaantti fayyadamuun akkaataa haala qabatama magaalaa Finfinnee waliin wal bira
qabuun akka hiikamufi gamagamamu taasiseera. Amma immoo ogeessota
garaagaraan kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa qopheessuun akka
gamagamameera. Gamagama kitaabaa booda sirraa’ee maxxanfamee hojiirra ni
oola.
GALMA BARNOOTICHAA
Carraa barnoota walgitiinsi’qulqullinnii fi ga’umsii isaa
mirkanaa’e sagantaalee idilee fi al-idileettin babal’isuun
dhaabbilee barnootaa keessatti aadaa dimokiraasii fi bulchiinsa
gaarii dagaagsuun humna namaa baratee. Naamusa gaarii kan
qabu, sadarkaa addunyaaatti dorgomaa kan ta’eefi lammii
ga’umsa qabu horachuufi biyya keenya biyyoota galii giddu
galeessa qaban bira hanga bara 2022 tti geessisuufidha.
5
Kaayyoon sirna barnoota haaraa
Hubannoo (Awarenes):- Nama dhuunfaa fi hawaasaa hundaaf dhimmi naannoo dhimma
xiyyeeffannaan itti kennamuu qabuu fi rakkoo ta’uu isaa hubachiisuu.
Beekumsa (Knowledge):- Namoonni dhuunfaa fi garee hubannaa bu’uuraa waa’ee
naannoo fi rakkoolee naannoon wal qabatu akka beekan gargaara.
Ilaalcha (Attitude):- Nama dhuunfaa fi hawaasaa hundaaf duudhaalee fi miira
xiyyeeffannaa naannoo irratti qaban gonfatanii sochii eegumsaa fi kunuunsa naannoof
taasifamu keessatti haala hoo’aa ta’een ni hirmaatu
Dandeettii (Skills):- Namoonni dhuunfaa fi garee dandeettii guddifachuun rakkoolee
naannoo addaan baasuun furmaata akka kennan gargaara
Hirmaannaa (Participation):- Namoota dhuunfaa fi garee hawaasaa hundaaf carraa
hirmaannaa keennuun akka isaan sadarkaa hundatti rakkoo naannoo furuu keessatti
hirmaannaa hoo’aa taasisan godha.
 Carra hojii uumuu kan danda’u.
 Beekumsa xabbootti fayyadamuufi hojiirra oolchuuf.
 Barnoota gocha irratti xiyyeeffate kennuuf.
 Fedhii baratootaarratti kan hundaa’e gochuuf.
 Seeraaf heeraan kan hogganame ta’uu isaa.
KAAYYOO GOOREE
–Sirna barnoota haaraa hojiirra oolchuu
–Yaa’aa qabiyyee isaa ilaaluun hojiira oolchuu
–Ga’umsa barachuu barattootaa cimsuu
–Kitaabilee qopha’aan hojirraa oolchuu
–Humna namaa kutaa 11 fi 12 irratti guutachuu
–Bara 2014 kanatti hojiirra oolchuu
Rakkoolee sirna barnoota kanaan dura turan
1.Rakkoolee qulqullinaafi hojjiirra oolmaa barnootaa
2. Rakkoo biyyattiin ga’umsaa humna namaa irratti qabdu
guutachuurratti
3. Qabiyyee hedduu kan of keessatti qabate
4. Gosa barnootaa baayyachuu
5. Jiruuf jireenya naannoo keenyaa waliin kan wal hinqabanne dha.
6. Hojiifi oomishaa wajjin kan wal-hinsimnedha.
7. Beekumsa xabboo kan of keessatti hin qabannedha.
8. Barattoota fedhii addaafi kennaa addaa qaban sirnaan keessumeessuu
dhiisuu.
Rood maappiin sirna barnoota haaraa kan inni
hammatu(Finoote kaartaan)
1. Leenjii imaamata barnoota.
2. Labsiiwwan barnoota waliigalaa
3. Karoora waggaa kudhanii
4. Riifoormii sirna barnootaa
Seeroota barnoota waliigalaa irratti yeroo jalqabaaf hundeeffame
17 Boqqonnaa
113 Keeyyata
425 Keeyyata xiqqaa
Hammattoon sirna barnoota haaraa Afaan
ilaalchisee
1. Barattootni hanga Afaan sadiiitti akka baratan
taasisuu.
2. Barnootni afaan dhalootaan kan kennamu barnoota
sadarkaa tokkoffaa duraatii kaasee kan inni
xumuramuu danda’u naannooleen kan
murteeffatan ta’a.
3. Barnootni Afaan Ingilizii kutaa gadii ka’ee kan kennamu
ta’ee, kutaa 9ffaa kaase akka dirqamaatti kennama.
4. Afaan biyya alaa keessa tokko akka filannoo isaaniitti
kutaa 9 kaasanii ni fudhatu.
Dirqamni barnootaa
 Barnoota sadarkaa tokkofaa duraatii kaasee hanga kutaa 8 tola kan
kennamuufi lammiileen immoo dirqama kan barachuu qabanidha.
 Barnoota sadarkaa tokkofaa duraa umurii 5 yemmuu ta’u umurii 6 ni
xumurama.
 Barnoota qulqullina qabu naannoo jiraatanitti kennuudha.
 Barataan kutaa 1 seenu umurii 7 ta’uu qaba.
 Barnootni sadarkaa lammaffaa kutaa 9-12 kan kennamu yemmuu
ta’u innis bilisaan kan kennamu ta’a.
 Barattooni horsiisee bultootaa haala filannoo adda ta’een bilisaafi
dirqamaan kan baratanidha.
 Beekumsa jaarraa 21ffaa wajjin kan wal-sime ta’uu qaba.
• Xiyyeeffannoon sirna barnootaa
 Beekumsa xabboorratti kan hundaa’edha.
 Oggumaa adda addaafi barnoota dareee irratti kan hundaa’udha.
 Barnoota adda addaa kan of keessatti hammatee jirudha.
 Barnoota Gadaa
 Omiishaafi gocha irratti kan xiyyeeffatedha.
 Teeknooloojii haaraa irratti kan hundaa’eefi kan ittiin
kennamudha.
 Qorannoon irratti hundaa’uun kan fooyya’u ta’a.
 Qormaatni biyyooleessaa kan kennamu kutaa 6,8 fi 12 tti
ta’a.
 Wantoota naannoo keenyatti argaman mara. Fkn Kanneen umama argamaniifi namtolche, teeknooloojii fi
hawaasummaa(diinagdee, siyaasa,aadaafi seenaa,duudha,ogummaalee adda addaa)
 Barnoota sadarkaa tokkofaa duraa irraa jalqabee kan itti fufuu ta’ee kan inni kennamu immoo bifa iddilee
fi al-idileetiin dha.
 Barnootichi kan hunda hammateefi barnoota biroo wajjin kan wal simudha.
 Barattootni hubannoo waa’eeAdunyaa sadarkaa bakka jireenya isaaniirraa kaasee hanga adunyaarra jiru ni
beeksisa.
 Hubannoo beekumsa duraaniifi kan yeroo ammaa jiru beekuuf isaan gargaara.
 Rakkoolee adda addaa naannoo keessatti mul’atan akkasumas akka biyyafi adunyaatti jiran waliin ta’uun
furuuf gargaara.
 Baratttoota akka isaan muuxxannoo barnootaa horatanii karoorsuu, murtee kennuu akka danda’anfi
hanqina isaanii adda akka baafatan isaan taasiasa.
 Naannoo isaanii wajjin salphaatti akka wal-simatan, beekumsa, dandeettii rakkoo hiikuu, akkasumas
duudhaalee garaagarummaa umurii gidduu jiru beekuufi daa’immummaa isaaniirra kaasanii waa’ee
naannoo isaanii akka hubatan taasisa.
Barsiisootaa, ogeeyyiifi hoggansi barnootaa
ilaalchisee
•Barsiisootni
barnoota sadarkaa tokkoffaa duraaf - dippiloomaa
–Barnoota sadarkaa tokkoffaaf digirii
–Barnoota sadarkaa lammaffaaf – digirii
lammaffaa
Barnoota ga’eessotaa ilaalchisee
•Kan jiruuf jireenya isaanii fooyyeessuu
danda’u barnoota kennuu.
•Barreessuu,dubbisuu,ida’uu,qooyyabuutiin
ala kan diinagdee isaanii guddisuu
danda’uu irratti xiyyeeffachuu.
•Barnootni ga’eessootaa kan barnoota
iddilee wajjin kennamu wajjin ta’a.
Sirni barnootaa haaraa faayinaansiin isaa kan ta’uu qabu
•Seera qabeessaafi iftoomina kan qabu ta’uu qaba
•Bu’aa qabeessa kan fidu ta’uu qaba.
•Kan itti gaafatamummaa mirkanneessu
•Madaalawaa kan fiduu ta’uu qaba.
Sirna barnootaa qopheessuuf hojiilee gurguddoo hojjetaman
. Yuunivarsiisitoota(Excellence university) ja’a irraa hayyoota
walitti qabamaniin barnootni hundi hojjetame.
. Sirna barnootaa sirnoota darbanii ilaaluufi secca’u.
. Ya’aa qabiyyee, Ga’umsa barchuu baratootni qabanfi Siilabasii
hojjechuufi gamagamsiisuu.
. Biiroon barnootaa bulchiinsa Magaalaa Finfinnee,ministeera
barnootaa irraa fudhachuun Ya’aa qabiyyee, Ga’umsa barchuu
baratootni qabanfi Siilabasii Afaan Ingilizii irraa gara Afaan
Oromootti hiikee hojjechuufi gamagamsiisuu.
. BBBMF kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa, barsiisootaan
hojjechiisuu.
Sadarkaa barnootni itti kennamu
Sadarkaa barnootaa waliigalaa kutaa
Barnoota sadarkaa 1ffaa duraa Daa’imman umurii 5-6 kan jiran
Barnoota sadarkaa 1ffaa 1-6
Barnoota sadarkaa giddu galeessaa 7-8
Barnoota sadarkaa 2ffaa 9-12
Kutaa 1-10barattootni barataniifi kan bifa haaraan hojjetame
T/L GOSA BARNOOTAA KUTAA
1 Afaan Oromoo 1-10
2 Afaan Amaaraa 1-8
3 Herrega 1-8
4 Saayinsii Naannoo 1-6
5 Saayinsii Waliigalaa 7-8
6 GJQ 1-8
7 Hawaasa 7-8
8 Og-Aartii 1-8
9 Gadaa 1-8
10 Afaan Ingilizii 1-8
Kutaa 9-10 barattootni barataniifi kan bifa haaraan hojjetame
NO Grade 9 & 10
Common Subjects Optional Subjects
1 English First language
2 Math A Federal Language
3 Physics Foreign language
4 Chemistry Health and Physical Education
5 Biology Performing and Visual Arts
6 Geography First language
7 History A Federal Language
8 Citizenship Education
9 Economics
10 Information Technology
Kutaa 11-12 barattootni barataniifi kan bifa haaraan hojjetame
NO
Grade 11 & 12
Natural science Social science
Common Subjects Optional Subjects Common Subjects Optional Subjects
1 English Manufacturing English Language and Social Science
2 Maths Construction Maths Business
3 Physics Information Technology Geography Performing and Visual Arts
4 Chemistry Health History
5 Biology Agriculture Economics
6 Information Technology Information
Technology
7 Agriculture
T/L Kutaa Gosa Barnootaa
Afaan
Oromoo
Afaan
Amaaraa
Herreega
S/naannoo
S/Waliigalaa
Hawaasa
Og-Aartii
GJQ
Gadaa
English
Information
Technology
.Career
and
Technical
Education
1 1ffaa
2 2ffaa
3 3ffaa
4 4ffaa
5 5ffaa
6 6ffaa
7 7ffaa
8 8ffaa
9 9ffaa
10 10ffaa
Biiroo Barnoota Bulchisa Magaalaa Finfinnee tti Ramaddii Wayitii Barnootaa Torbee Keessatti gosa
barnootaaf kenname.
Paakeejii Mirkaneeffannaa Qulqullina barnootaa 6'n
1. Sagantaa gurmaa'ina hoggansa M/B
2. Sagantaa fooyyaa'iinsa M/b
3. Sagantaa misooma barsiisaa
23

More Related Content

Similar to RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%

Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfgdirbabaa8
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on DisabilityDinkaYadeta1
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdfDesalechali1
 
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdfDandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdfDesalechali1
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptTeshomeFeye2
 
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxAdaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxJaafar47
 
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxBarzalaCarcar
 
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016tesfayealemu167
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].pptMohammedAbdela7
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxmiadjafar463
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMohammed Abdo
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxJaafar47
 
Abbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdfAbbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdfgdirbabaa8
 
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxLeenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxJaafar47
 

Similar to RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=% (20)

Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
 
Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on Disability
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdfDandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdf
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
 
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxAdaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
 
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
 
Oromo - Testament of Dan.pdf
Oromo  - Testament of Dan.pdfOromo  - Testament of Dan.pdf
Oromo - Testament of Dan.pdf
 
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
 
Oromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdf
Oromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdfOromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdf
Oromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdf
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
 
OROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdf
OROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdfOROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdf
OROMO - The Book of the Prophet Nahum.pdf
 
Abbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdfAbbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdf
 
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxLeenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
 
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdfOromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
 

Recently uploaded

Recently uploaded (7)

Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutusAikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
Aikuiskoulutus, jatkuva oppiminen, elinikäinen oppiminen ja henkilöstökoulutus
 
Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24
Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24
Tekoäly opetuksessa, opettajien kevätpäivä 26.4.24
 
Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24
Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24
Tekoälyä koulunkäynninohjaajille. Jyty 27.4.24
 
Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24
Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24
Tekoäly ja opinto-ohjaus, webinaari 26.4.24
 
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnotKoululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
Koululaiset, opiskelija, oppijat ja lapset sekä tutkinnot
 
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiotKoulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
Koulutuksen palkat ja kustannukset sekä koulutuksen ansiot
 
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen SuomessaKasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
Kasvatus, koulutus, opetus ja osaaminen Suomessa
 

RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%

  • 1. SIRNA BARNOOTAA HAARAA Muddee, 2014 A.L.I Bishooftuu
  • 2. SEENSA Waggoota darban kessatti Itoophiyaan barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa kan kenniteefi, Rood maappii imaamata barnootaa kan biyyooleessaa bara 2018- 2030 tti qopheeffachuun gara hojjiitti galteetti. Ministeerri barnootaa sirna barnootaa (curriculum) fooyyeessuf, ragaalee adda addaa walitti qabuufi hammattoo (frame work) barnootaa qopheeffachuun hojii isaa xumureera. Hammattoon kun kan inni irratti hundaa’u duudhaalee, heeraaf seera, beekumsa , ga’umsa, gochaafi sirna barnootaa jaarraa 21ffaa irratti kan xiyyeeffatedha. Sirna barnootaa fooyyeessuu keessatti yaa’a qabiyyee, ga’umsa barachuu barattootaafi silabasiin kan inni qajeelchu bareessitoota, kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaadha. Madaalliin kun tooftaa baruuf barsiisuu, qulqullinaafi qabiyyee kitaaba qophaa’u sanaaf fayyida qaba. Sirni barnootaa kun kan inni madaalame dhimamtoota sadarkaa adda addaarra jiran hedduunidha.
  • 3. Bu’uurri qophii jalqabaa keessatti taasifame dameewwan barnoota adda addaa sirnoota kanaan dura turan, qabiyyeewwan adda addaa wal- simsiisuudhaan,guddinaafi sadarkaa barattootaarratti kan bu’uureffate, walitti hidhata oleefi gadee barnootichaa, duudhaafi aadaa hawwaasichaa kan eegate, adeemsa baruuf barsiisuu barataa kan giddu galeeffatee akka gadi fageenyaan yaadaniifi rakkoo hiikuu akka danda’an kan taasisu, akkasumas beekumsa xabboo irratti kan hundaa’edha. Ministeerri barnootaa gosa barnoota hundaan Afaan Ingiliziin yaa’a qabiyyee, ga’umsa barachuu baratootaafi siilabasii hojjetee kan nuuf erge yemmuu ta’u, Biiroo barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee gara Afaan Oromootti ogeessoota adda addaantti fayyadamuun akkaataa haala qabatama magaalaa Finfinnee waliin wal bira qabuun akka hiikamufi gamagamamu taasiseera. Amma immoo ogeessota garaagaraan kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa qopheessuun akka gamagamameera. Gamagama kitaabaa booda sirraa’ee maxxanfamee hojiirra ni oola.
  • 4. GALMA BARNOOTICHAA Carraa barnoota walgitiinsi’qulqullinnii fi ga’umsii isaa mirkanaa’e sagantaalee idilee fi al-idileettin babal’isuun dhaabbilee barnootaa keessatti aadaa dimokiraasii fi bulchiinsa gaarii dagaagsuun humna namaa baratee. Naamusa gaarii kan qabu, sadarkaa addunyaaatti dorgomaa kan ta’eefi lammii ga’umsa qabu horachuufi biyya keenya biyyoota galii giddu galeessa qaban bira hanga bara 2022 tti geessisuufidha.
  • 5. 5 Kaayyoon sirna barnoota haaraa Hubannoo (Awarenes):- Nama dhuunfaa fi hawaasaa hundaaf dhimmi naannoo dhimma xiyyeeffannaan itti kennamuu qabuu fi rakkoo ta’uu isaa hubachiisuu. Beekumsa (Knowledge):- Namoonni dhuunfaa fi garee hubannaa bu’uuraa waa’ee naannoo fi rakkoolee naannoon wal qabatu akka beekan gargaara. Ilaalcha (Attitude):- Nama dhuunfaa fi hawaasaa hundaaf duudhaalee fi miira xiyyeeffannaa naannoo irratti qaban gonfatanii sochii eegumsaa fi kunuunsa naannoof taasifamu keessatti haala hoo’aa ta’een ni hirmaatu Dandeettii (Skills):- Namoonni dhuunfaa fi garee dandeettii guddifachuun rakkoolee naannoo addaan baasuun furmaata akka kennan gargaara Hirmaannaa (Participation):- Namoota dhuunfaa fi garee hawaasaa hundaaf carraa hirmaannaa keennuun akka isaan sadarkaa hundatti rakkoo naannoo furuu keessatti hirmaannaa hoo’aa taasisan godha.
  • 6.  Carra hojii uumuu kan danda’u.  Beekumsa xabbootti fayyadamuufi hojiirra oolchuuf.  Barnoota gocha irratti xiyyeeffate kennuuf.  Fedhii baratootaarratti kan hundaa’e gochuuf.  Seeraaf heeraan kan hogganame ta’uu isaa.
  • 7. KAAYYOO GOOREE –Sirna barnoota haaraa hojiirra oolchuu –Yaa’aa qabiyyee isaa ilaaluun hojiira oolchuu –Ga’umsa barachuu barattootaa cimsuu –Kitaabilee qopha’aan hojirraa oolchuu –Humna namaa kutaa 11 fi 12 irratti guutachuu –Bara 2014 kanatti hojiirra oolchuu
  • 8. Rakkoolee sirna barnoota kanaan dura turan 1.Rakkoolee qulqullinaafi hojjiirra oolmaa barnootaa 2. Rakkoo biyyattiin ga’umsaa humna namaa irratti qabdu guutachuurratti 3. Qabiyyee hedduu kan of keessatti qabate 4. Gosa barnootaa baayyachuu 5. Jiruuf jireenya naannoo keenyaa waliin kan wal hinqabanne dha. 6. Hojiifi oomishaa wajjin kan wal-hinsimnedha. 7. Beekumsa xabboo kan of keessatti hin qabannedha. 8. Barattoota fedhii addaafi kennaa addaa qaban sirnaan keessumeessuu dhiisuu.
  • 9. Rood maappiin sirna barnoota haaraa kan inni hammatu(Finoote kaartaan) 1. Leenjii imaamata barnoota. 2. Labsiiwwan barnoota waliigalaa 3. Karoora waggaa kudhanii 4. Riifoormii sirna barnootaa Seeroota barnoota waliigalaa irratti yeroo jalqabaaf hundeeffame 17 Boqqonnaa 113 Keeyyata 425 Keeyyata xiqqaa
  • 10. Hammattoon sirna barnoota haaraa Afaan ilaalchisee 1. Barattootni hanga Afaan sadiiitti akka baratan taasisuu. 2. Barnootni afaan dhalootaan kan kennamu barnoota sadarkaa tokkoffaa duraatii kaasee kan inni xumuramuu danda’u naannooleen kan murteeffatan ta’a. 3. Barnootni Afaan Ingilizii kutaa gadii ka’ee kan kennamu ta’ee, kutaa 9ffaa kaase akka dirqamaatti kennama. 4. Afaan biyya alaa keessa tokko akka filannoo isaaniitti kutaa 9 kaasanii ni fudhatu.
  • 11. Dirqamni barnootaa  Barnoota sadarkaa tokkofaa duraatii kaasee hanga kutaa 8 tola kan kennamuufi lammiileen immoo dirqama kan barachuu qabanidha.  Barnoota sadarkaa tokkofaa duraa umurii 5 yemmuu ta’u umurii 6 ni xumurama.  Barnoota qulqullina qabu naannoo jiraatanitti kennuudha.  Barataan kutaa 1 seenu umurii 7 ta’uu qaba.  Barnootni sadarkaa lammaffaa kutaa 9-12 kan kennamu yemmuu ta’u innis bilisaan kan kennamu ta’a.  Barattooni horsiisee bultootaa haala filannoo adda ta’een bilisaafi dirqamaan kan baratanidha.  Beekumsa jaarraa 21ffaa wajjin kan wal-sime ta’uu qaba.
  • 12. • Xiyyeeffannoon sirna barnootaa  Beekumsa xabboorratti kan hundaa’edha.  Oggumaa adda addaafi barnoota dareee irratti kan hundaa’udha.  Barnoota adda addaa kan of keessatti hammatee jirudha.  Barnoota Gadaa  Omiishaafi gocha irratti kan xiyyeeffatedha.  Teeknooloojii haaraa irratti kan hundaa’eefi kan ittiin kennamudha.  Qorannoon irratti hundaa’uun kan fooyya’u ta’a.  Qormaatni biyyooleessaa kan kennamu kutaa 6,8 fi 12 tti ta’a.
  • 13.  Wantoota naannoo keenyatti argaman mara. Fkn Kanneen umama argamaniifi namtolche, teeknooloojii fi hawaasummaa(diinagdee, siyaasa,aadaafi seenaa,duudha,ogummaalee adda addaa)  Barnoota sadarkaa tokkofaa duraa irraa jalqabee kan itti fufuu ta’ee kan inni kennamu immoo bifa iddilee fi al-idileetiin dha.  Barnootichi kan hunda hammateefi barnoota biroo wajjin kan wal simudha.  Barattootni hubannoo waa’eeAdunyaa sadarkaa bakka jireenya isaaniirraa kaasee hanga adunyaarra jiru ni beeksisa.  Hubannoo beekumsa duraaniifi kan yeroo ammaa jiru beekuuf isaan gargaara.  Rakkoolee adda addaa naannoo keessatti mul’atan akkasumas akka biyyafi adunyaatti jiran waliin ta’uun furuuf gargaara.  Baratttoota akka isaan muuxxannoo barnootaa horatanii karoorsuu, murtee kennuu akka danda’anfi hanqina isaanii adda akka baafatan isaan taasiasa.  Naannoo isaanii wajjin salphaatti akka wal-simatan, beekumsa, dandeettii rakkoo hiikuu, akkasumas duudhaalee garaagarummaa umurii gidduu jiru beekuufi daa’immummaa isaaniirra kaasanii waa’ee naannoo isaanii akka hubatan taasisa.
  • 14. Barsiisootaa, ogeeyyiifi hoggansi barnootaa ilaalchisee •Barsiisootni barnoota sadarkaa tokkoffaa duraaf - dippiloomaa –Barnoota sadarkaa tokkoffaaf digirii –Barnoota sadarkaa lammaffaaf – digirii lammaffaa
  • 15. Barnoota ga’eessotaa ilaalchisee •Kan jiruuf jireenya isaanii fooyyeessuu danda’u barnoota kennuu. •Barreessuu,dubbisuu,ida’uu,qooyyabuutiin ala kan diinagdee isaanii guddisuu danda’uu irratti xiyyeeffachuu. •Barnootni ga’eessootaa kan barnoota iddilee wajjin kennamu wajjin ta’a.
  • 16. Sirni barnootaa haaraa faayinaansiin isaa kan ta’uu qabu •Seera qabeessaafi iftoomina kan qabu ta’uu qaba •Bu’aa qabeessa kan fidu ta’uu qaba. •Kan itti gaafatamummaa mirkanneessu •Madaalawaa kan fiduu ta’uu qaba.
  • 17. Sirna barnootaa qopheessuuf hojiilee gurguddoo hojjetaman . Yuunivarsiisitoota(Excellence university) ja’a irraa hayyoota walitti qabamaniin barnootni hundi hojjetame. . Sirna barnootaa sirnoota darbanii ilaaluufi secca’u. . Ya’aa qabiyyee, Ga’umsa barchuu baratootni qabanfi Siilabasii hojjechuufi gamagamsiisuu. . Biiroon barnootaa bulchiinsa Magaalaa Finfinnee,ministeera barnootaa irraa fudhachuun Ya’aa qabiyyee, Ga’umsa barchuu baratootni qabanfi Siilabasii Afaan Ingilizii irraa gara Afaan Oromootti hiikee hojjechuufi gamagamsiisuu. . BBBMF kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa, barsiisootaan hojjechiisuu.
  • 18. Sadarkaa barnootni itti kennamu Sadarkaa barnootaa waliigalaa kutaa Barnoota sadarkaa 1ffaa duraa Daa’imman umurii 5-6 kan jiran Barnoota sadarkaa 1ffaa 1-6 Barnoota sadarkaa giddu galeessaa 7-8 Barnoota sadarkaa 2ffaa 9-12
  • 19. Kutaa 1-10barattootni barataniifi kan bifa haaraan hojjetame T/L GOSA BARNOOTAA KUTAA 1 Afaan Oromoo 1-10 2 Afaan Amaaraa 1-8 3 Herrega 1-8 4 Saayinsii Naannoo 1-6 5 Saayinsii Waliigalaa 7-8 6 GJQ 1-8 7 Hawaasa 7-8 8 Og-Aartii 1-8 9 Gadaa 1-8 10 Afaan Ingilizii 1-8
  • 20. Kutaa 9-10 barattootni barataniifi kan bifa haaraan hojjetame NO Grade 9 & 10 Common Subjects Optional Subjects 1 English First language 2 Math A Federal Language 3 Physics Foreign language 4 Chemistry Health and Physical Education 5 Biology Performing and Visual Arts 6 Geography First language 7 History A Federal Language 8 Citizenship Education 9 Economics 10 Information Technology
  • 21. Kutaa 11-12 barattootni barataniifi kan bifa haaraan hojjetame NO Grade 11 & 12 Natural science Social science Common Subjects Optional Subjects Common Subjects Optional Subjects 1 English Manufacturing English Language and Social Science 2 Maths Construction Maths Business 3 Physics Information Technology Geography Performing and Visual Arts 4 Chemistry Health History 5 Biology Agriculture Economics 6 Information Technology Information Technology 7 Agriculture
  • 22. T/L Kutaa Gosa Barnootaa Afaan Oromoo Afaan Amaaraa Herreega S/naannoo S/Waliigalaa Hawaasa Og-Aartii GJQ Gadaa English Information Technology .Career and Technical Education 1 1ffaa 2 2ffaa 3 3ffaa 4 4ffaa 5 5ffaa 6 6ffaa 7 7ffaa 8 8ffaa 9 9ffaa 10 10ffaa Biiroo Barnoota Bulchisa Magaalaa Finfinnee tti Ramaddii Wayitii Barnootaa Torbee Keessatti gosa barnootaaf kenname.
  • 23. Paakeejii Mirkaneeffannaa Qulqullina barnootaa 6'n 1. Sagantaa gurmaa'ina hoggansa M/B 2. Sagantaa fooyyaa'iinsa M/b 3. Sagantaa misooma barsiisaa 23