SlideShare a Scribd company logo
1 of 29
Bu’aa Qorannoo Qajeelfama Gamtaa Ququllina
Tajaajila Fayyaa
BEFO ,Finfinnee, Itiyoophiyaa
Bitootessa Bara 2011
1
Baafata
• Seensa
• Barbaachisummaa
• Haala qorannoo gaggeeffamee
• Bu’aa qorannichaa
• Yaada murtee koree
2
Seensa
• BEFO imaammattoota fi tarsiimoolee diriiran galmaan
gahuu fi tajaajila fayyaa qulqullina, walgitiinsaa fi
saffina qabu hawaasaaf kennuun rakkoo fayyaa gama
hundaan jiru hiikuuf xiyyeeffannoo guddaa itti kennuun
hojjachuu irratti argama
• Bifa wal fakkaatuun humna raawwachiisummaa
sektarichaa gahumsa goonfatee fi gurmaa’ee akka
qaama tokkootti socho’u ijaaruuf sochiin taasifama
tureen bu’aa gaariin galmaa’a turee jira
3
Seensa
• Haa ta’uu malee yeroo amma kana akkaata jijjiirrama
siyaasdiinagdee fi fedhii jijjiirrama sektericha keessa
jiruun haala gurmaa’insa raayyaa jijjiirrama sivil sarvisii
sektericha keessa ture qorachuun bifa bu’aa caalma
galmeessisu danda’uun fooyyeessun murteessa waan
ta’eef qorannoo haala gaggeessuun murteessadha.
4
Barbaachisummaa
• Haala hojii irraa oolmaa fi bu’a qabeessuummaa RJSS
Madaaluuuf
• Yaada fi fedhii hojjettoota dhimmaa RJSS qaban
madaaluuf
• Yaadota ka’umsa qajeelfama haaraa RJSS irratti
dhimmoota fooyya’uu qabaniif galtee argachuuf
• Hirmaannaa, itti quufinsaa fi fayyadamummaan
uummataa sadarkaa hundatti mirkaneessuuf
• Hojimaata yeroo fi leecalloo akka hin qisaasamne
gochuuf
5
Haala Qorannoon itti Gaggeeffamee
 Lakkoofsa hirmaattootaa= 105
 Dhaabbilee fayyaa ragaan keessaa sassaabame:
1. Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
2. Waajjira Fayyaa Godinaa
3. Waajjira Fayyaa magaalaa
4. Buufata Fayyaa Magaalaa
5. Buufata Fayyaa Baadiyyaa
6. Hospitaala Ispeeshaalaayizdii
7. Hospitaala Waliigalaa
8. Hospitaala jalqabaa
6
Haala qorannoo…
• Gaafannoon akka waliigalaatti qabxii RJSS tokko
qabaachu qabu (semi structured self
administerred questionaire) qopheesuun
ogeeyyii sadarka sadarkaan jiran dhaabbiilee
armaan olitti hojjetan irraa sassaabameera
7
Bu’aa Qorannoo
1. Haala Karooraa fi Marii RJSS ilaalchisee
 Karoorrii RJSS Jiraa?...
Eeyyee…72/105(%69)
Lakkii…33/105(%31)
 Sababni Lakkii jedhaniif
 hordoffii fi to’annoo akkasumas qindoomina dhabuu,
 harcaatiin baay’achuu
 Ilaalchi hojjataa fi hoganaa dadhabaa tahuu
 mariin dhaabbachuu
 Ilaalcha siyaasaa wajjin walqabsiisuu
8
Bu’aa Qorannoo
 Mariin 1-5 Jiraa?...
Eeyyee 56/105(%53)
Lakkii…49/105(%47)
 Sababni Lakkii jedhaniif
• Himaachisaa ta’uu dhabuu
• Hordoffii dhabuu
• Nuffisiisaa tahuu
• Rakkoo hiikuu dhabuu
9
Bu’aa Qorannoo
 Mariin RJSS Jiraa?...
Eeyyee 66/105(%63)
Lakkii…39/105(%37)
 Sababni Lakkii jedhaniif
• Yeroo dhabuu,
• Amannee waan itti hin galleef
• Hordoffiin waan hin jireef
• Rakkoon hubannoo jiraachuu
10
Bu’aa Qorannoo
 Mariin GAD Jiraa?...
Eeyyee 58/105(%55)
Lakkii…47/105(%45)
 Sababni Lakkii jedhaniif
 Hojiin dirree baayachuun
 Hojii dabalataan qabamuu
 Fedhii dhabuu
 Yaadotuma walafakkaatoo tahan irratti marii
gaggeessuu
 Yeroo dhabuu
11
Bu’aa Qorannoo
 Sirrummaa guyyaa marii ilaalchisee?...
Sirriidha …68/105(%65)
Sirrii miti…37/105(%35)
Mariin kunis osoo jimaata gaggeeffame jedhaniiru
 Sirrummaa sa’aa marii ilaalchisee
Sirriidha…49/105(%47)
Sirrii miti…56/105(%53)
 Dheerina sa’aa hojii ilaalchisee
1-5… daqiiqaa 30- daqiiqaa 60
RJ….sa’aa 1- sa’aa 1:30
GAD…sa’aa 1- sa’aa 2:00
Yeroo hundaa sa’aa 10:00 booda osoo gaggeeffamee
jedhameera 12
Bu’aa Qorannoo
 Mariin kun akkamiin osoo gaggeeffamee
gaaridha?
 Torbe torbeen akka gaggeeffamuu
 Hojii irratti qofa siyaasa irraa bilisa ta’ee gaggeefamuu
qaba
 Sa’aan marii haala ajandaa jiruun murtaa’uu qaba
 Muuxannoolee jiran babaldhisuu irratti kan xiyyeeffatee
ta’uu qaba
 Guyyaan marii haala hojjettootaaf mijatuun iddoodha
iddootti adda addaa waan ta’uuf haala hojjetaan osoo
murtaa’ee gaaridha
13
Bu’aa Qorannoo
 Barbaachisummaa RJSS Ilaalchisee?
Eeyyee…65/105(%62)
Sababni:
• Rakkoo adda baasuu fi furmaata keennuuf,
• hojjatoota kakaasuuf,
• tajaajila keennamu qorachuu fi fooyyessuuf
• itti qufiinsa maamiltoota dabaluuf gargaaraa
Lakkii…40/105(%38)
Sababni:
• 1-5 siyaasaatiin walaqabsiisuu ,
• mariin adeemsifamu nuffisiisaa tahuu,
• rakkoolee ka’aniif furmaata kennuu dhabuu,
• dhimmuma walfakkaatuuf maqaa gara garaatiin mariin
baayachuu
14
Bu’aa Qorannoo
0%
10%
20%
30%
40%
50%
60%
70%
80%
Eeyyee
Lakkii
15
Bu’aa qorannoo…
2. Ajandaa marii RJSS Ilaalchisee
 Ajandaa marii RJSS beeku ilaalchisee
 Eeyyee… 78/105(%74)
 Lakkii… 27/105(%26)
 Ajandaaleen marii Eeramanis
 Karooraa fi raawwii guyyaa, torbanii fi ji’aa
 Naamusa hojii/ogummaa
 Dhukkubsataa ilaalame irratti (case presentation)
(Dhaabbilee Fayyaa keessatti)
 Qulqullina tajaajila kennamee
 Muuxannoo wal-jijjiiruu
16
Bu’aa qorannoo…
74%
26%
Ajandaa Marii beeku
Eeyye
Lakkii
17
Bu’aa Qorannoo
3. Gurmaayinsaa RJSS Ilaalchisee
 Gurmaa’insi mariif mijachuu ilaalchisee
Eeyyee…74/105(%70)
Lakkii…31/105(%30)
Sababni lakki jedhaniif
• Tokko-shaneen dipaartmantiin ykn haala
amala hojii isaaniitiin osoo gurmaa’ee
• Raayyaa jijjiiramaa fi gumiin adda duree immoo
haala qajeelfama haaraa baasuun loogii malee
osoo hojii irra oolee
18
Bu’aa Qorannoo
 Lakkoofsa hirmaattotaa ilaalchisee
1-5…5-10
R.Jijjiirramaa…10-30
 Bu’aan RJSS irraa argame jira
Eeyyee…61/105(%58)
Lakkii…44/105(%42)
Bu’aaleen Eeramanis
• Rakkoo yeroon hiikuu
• Yeroo hojii kabajuu
• Muxannoo waliif dabarsuu,
• Walgargaarsa aadaa godhachuu
• Karooraa fi raawwii ilaaluu
• Tajaajilli foyya’aa kennuu
19
Bu’aa Qorannoo
58%
42%
Bu'aan RJSS irraa argamee jiraa?
Eeyyee
Lakkii
20
Bu’aa Qorannoo
4. Hooggansaa RJSS Ilaalchisee
 Hirmaachuu hooggansaa itti fufinsaan
Lakkii…61/105(%58)
Eeyye…44/105(%42)
Sababni hirmaachu dhabaniif
• Waltajjiin adda addaa baayyachuu
• Yaadota walfakkaatan irra deddeebi’uu
• Rakkoolee dura ka’aniif furmaata waaraa kennuu
dhabuu
• Fedhii dhabuu
• Hubannaa gahaa dhabuu
• Hojii dabalataan qabamuu
• Xiyyeefannaa itti kennuu dhabuu
21
Bu’aa Qorannoo
 Sababa Hirmaachu dhabutiin rakkooleen gahan
• Rakkoo hojii fi hojjataa hubachuu dhabuu
• Hojjetaan marii’atus furmaata waan hin arganneef abdii
kutuu
• Harcaatiin jiraachuu
• Hojii laaffisuu fi komiin tajaajilamaa baayyachuu
 Gaheen hooggansaa kan ta’uu qabu
• Furmaata kennuu fi hojjataa jajjabeessuu
• Hojii RJSS qorachuu fi hogganuu
• Adda durummaan hirmaachuu
• RJSS ajandaa godhatanii xiyyeeffannaan hordofuu
• RJSS siyaasa kam irraayyuu bilisa gochuu
22
Bu’aa Qorannoo
5. Gabaasa, madaallii fi dugdeebii ilaalchisee
 Sirni gabaasa jiraa?
Eeyye…61/105(%58)
Lakkii…44/105(%42)
 Eeyyee warreen jedhan yeroon gabaasni
keessatti gaggeeffamuu
• Torbeetti kan jadhan= 27%
• Guyyaa Kudha shanitti kan jadhan =32%
• Ji’atti kan jedhan= 40%.
23
Bu’aa Qorannoo
 Madaallii fi duub-deebii RJSS jiraachu ilaalchisee
Eeyyee…46/105(%44)
Lakkii…59/105(%56)
Lakki warreen jedhan sababni isaa
• Guutuu tahuu dhabuu
• Nama kallattiin hordofu dhabu
 Sirni gabaasaa, madaallii fi duub deebii
• Ji’a ji’aan gaggeeffamuu qaba
24
Bu’aa Qorannoo
 Filannoon adda durootaa akkaataa qajeelfama
jiruutiin gaggeefamaa jiraa
Eeyyee…44/105(%42)
Lakkii…61/105(%58)
Sababni lakki jedhaniif
• Firoomaa fi walitti dhiyeenyaan adda duroota filuu
• Ragaa qulqullu dhabuu
• Fedhii itti gaafatamtootaa irratti hundaa’uu
• Ilaalcha siyaasaan walmakuu
• Hirmaachisaa tahuu dhabuu
• Iftoominaan filannoo gaggeessuu dhabuu dha
25
Bu’aa Qorannoo
0%
10%
20%
30%
40%
50%
60%
70%
Gabaasuu Madaallii fi
dugdeebii
Sirrummaa Filannoo
A/Duree
Eeyyee
Lakkii
26
Bu’aa Qorannoo
 Haallii Fooyya’insaa filannoo A/duree Irratti yaadota
ka’an
• Filannoon adda durootaa ciminaa fi dandeettii gidduu
galeessa godhachuun
• Qajeelfama hordofuun adda duroota filuu
• Qajeelfamni irra deebiin qoratamuun ogeessotaan
ilaalamuu qaba
• Hojii idilee irratti qofa xiyyeeffachuu qaba
• Ragaa qindeessuun qabachuu
• Ulaagaa qabatamaan madaaluu
• Bifa haaraan gurmeessuu
• Siyaasa irra bilisa gochuu
27
Bu’aa Qorannoo
6. Maqeeffama RJSS ilaalchisee
 Maqaan Raayyaan misooma fayyaa/Tokko-Shanee /Raayyaa
jijjiramaa /Gumii adda duree jedhu haalli itti fudhatame
Gaaridha…39/105(%37)
Gaari miti…66/105(%63)
Maqooleen eeraman
• Tokko-shaneef: Marii ogummaa fayyaa, marii misoomaa, tokkoo
sadii, olmaa ogeeyootaa, shanee fayyaa, garee fayyaa, marii
ganamaa, marii olmaa, marii garee, garee hojii, marii guyyaa,
Geengoo dipaartmantii, garee kenna tajaajila fayyaa, marii hojii
torbee, karooraa fi raawwii;
• Raayyaa misooma fayyaa= Raayyaa fayyaa, marii ogummaa
fayyaa, marii ogeessota fayyaa, goota fayyaa , hojii fayyaa, garee
foyya’aiinsa tajaajila fayyaa, geengoo qulqullina fayyaa, qindeesoota
misooma fayyaa, Gurmaa’insa misooma fayyaa, tuuta fayyaa;
• Raayyaa jijjiiramaa= Raayyaa jijjirama hojjatoota, marii jijirama,
gumii fayyaa, marii keeniinsa fayyaaa, ijaarsa misooma fayyaa,
marii hojjatoota waliigala, Gurmaa’insa jijiramaaa
• Gumii adda duree= Gumii adda duree, gumii hojjataa adda duree, marii
qindeesitoota garee, Gumii hoggantootaa, Gumii qindeesitoota garee, Gumii
fakkenyaa,
28
Yaadota Guduunfaa ka’an
• Raayyaa irra deebiin gurmeessuu qbdu
• Maqaa hojii fayyaa waliin walqabatuun jijjiiruu
qabdu
• Siyaasa irraa bilisa gochuu qabdu
• Hubannoo gahaa dhimmicha irratti kennuu qabdu
• Xiyyeeffannaa kennuun madaalama deemu qaba,
• Hoggantoota fi hojjattootni hunduu hirmaachu qabu
• Filannoon adda duree Iftominaan ta’uu qaba
• Hojjetaan hunduu Fedhiin hirmaachuu qabu
• Hooggansi Hojjettoota ija tokkoon ilaalu qabdu
29

More Related Content

Similar to Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx

Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
miadjafar463
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
miadjafar463
 
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
YusufMohammed56
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdf
mesfin69
 
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
GuutaaDirbabaa
 
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxDhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Jaafar47
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Jaafar47
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
Desalechali1
 
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptxHubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Jaafar47
 

Similar to Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx (20)

Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptxYakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
Yakkoota Daa’immanii fi Dubartoota irratti raawwataman.pptx
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Aula Condições de vida e população do Brasil 17-09-2014
Aula Condições de vida e população do Brasil 17-09-2014Aula Condições de vida e população do Brasil 17-09-2014
Aula Condições de vida e população do Brasil 17-09-2014
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
 
Aday Listesi Reklam ve Davet
Aday Listesi Reklam ve DavetAday Listesi Reklam ve Davet
Aday Listesi Reklam ve Davet
 
Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
 
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
 
Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6
 
El laberinto
El laberintoEl laberinto
El laberinto
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdf
 
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
6398743TITUTUTTTJTTJTJTJTKTKTTTTTTKKUKTTTTTTTTKUJYKUYKYUYKTK35-Untitled.pptx
 
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptxDhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
 
Dr. Jerónimo Saiz Ruiz - 'La depresión en el anciano'
Dr. Jerónimo Saiz Ruiz - 'La depresión en el anciano'Dr. Jerónimo Saiz Ruiz - 'La depresión en el anciano'
Dr. Jerónimo Saiz Ruiz - 'La depresión en el anciano'
 
Dr. Jerónimo Saiz Ruiz - La depresión en el anciano
Dr. Jerónimo Saiz Ruiz - La depresión en el ancianoDr. Jerónimo Saiz Ruiz - La depresión en el anciano
Dr. Jerónimo Saiz Ruiz - La depresión en el anciano
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptxHubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx
 

Bu'aa Qorannoo Raayyaa fi qorannoo-1.pptx

  • 1. Bu’aa Qorannoo Qajeelfama Gamtaa Ququllina Tajaajila Fayyaa BEFO ,Finfinnee, Itiyoophiyaa Bitootessa Bara 2011 1
  • 2. Baafata • Seensa • Barbaachisummaa • Haala qorannoo gaggeeffamee • Bu’aa qorannichaa • Yaada murtee koree 2
  • 3. Seensa • BEFO imaammattoota fi tarsiimoolee diriiran galmaan gahuu fi tajaajila fayyaa qulqullina, walgitiinsaa fi saffina qabu hawaasaaf kennuun rakkoo fayyaa gama hundaan jiru hiikuuf xiyyeeffannoo guddaa itti kennuun hojjachuu irratti argama • Bifa wal fakkaatuun humna raawwachiisummaa sektarichaa gahumsa goonfatee fi gurmaa’ee akka qaama tokkootti socho’u ijaaruuf sochiin taasifama tureen bu’aa gaariin galmaa’a turee jira 3
  • 4. Seensa • Haa ta’uu malee yeroo amma kana akkaata jijjiirrama siyaasdiinagdee fi fedhii jijjiirrama sektericha keessa jiruun haala gurmaa’insa raayyaa jijjiirrama sivil sarvisii sektericha keessa ture qorachuun bifa bu’aa caalma galmeessisu danda’uun fooyyeessun murteessa waan ta’eef qorannoo haala gaggeessuun murteessadha. 4
  • 5. Barbaachisummaa • Haala hojii irraa oolmaa fi bu’a qabeessuummaa RJSS Madaaluuuf • Yaada fi fedhii hojjettoota dhimmaa RJSS qaban madaaluuf • Yaadota ka’umsa qajeelfama haaraa RJSS irratti dhimmoota fooyya’uu qabaniif galtee argachuuf • Hirmaannaa, itti quufinsaa fi fayyadamummaan uummataa sadarkaa hundatti mirkaneessuuf • Hojimaata yeroo fi leecalloo akka hin qisaasamne gochuuf 5
  • 6. Haala Qorannoon itti Gaggeeffamee  Lakkoofsa hirmaattootaa= 105  Dhaabbilee fayyaa ragaan keessaa sassaabame: 1. Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa 2. Waajjira Fayyaa Godinaa 3. Waajjira Fayyaa magaalaa 4. Buufata Fayyaa Magaalaa 5. Buufata Fayyaa Baadiyyaa 6. Hospitaala Ispeeshaalaayizdii 7. Hospitaala Waliigalaa 8. Hospitaala jalqabaa 6
  • 7. Haala qorannoo… • Gaafannoon akka waliigalaatti qabxii RJSS tokko qabaachu qabu (semi structured self administerred questionaire) qopheesuun ogeeyyii sadarka sadarkaan jiran dhaabbiilee armaan olitti hojjetan irraa sassaabameera 7
  • 8. Bu’aa Qorannoo 1. Haala Karooraa fi Marii RJSS ilaalchisee  Karoorrii RJSS Jiraa?... Eeyyee…72/105(%69) Lakkii…33/105(%31)  Sababni Lakkii jedhaniif  hordoffii fi to’annoo akkasumas qindoomina dhabuu,  harcaatiin baay’achuu  Ilaalchi hojjataa fi hoganaa dadhabaa tahuu  mariin dhaabbachuu  Ilaalcha siyaasaa wajjin walqabsiisuu 8
  • 9. Bu’aa Qorannoo  Mariin 1-5 Jiraa?... Eeyyee 56/105(%53) Lakkii…49/105(%47)  Sababni Lakkii jedhaniif • Himaachisaa ta’uu dhabuu • Hordoffii dhabuu • Nuffisiisaa tahuu • Rakkoo hiikuu dhabuu 9
  • 10. Bu’aa Qorannoo  Mariin RJSS Jiraa?... Eeyyee 66/105(%63) Lakkii…39/105(%37)  Sababni Lakkii jedhaniif • Yeroo dhabuu, • Amannee waan itti hin galleef • Hordoffiin waan hin jireef • Rakkoon hubannoo jiraachuu 10
  • 11. Bu’aa Qorannoo  Mariin GAD Jiraa?... Eeyyee 58/105(%55) Lakkii…47/105(%45)  Sababni Lakkii jedhaniif  Hojiin dirree baayachuun  Hojii dabalataan qabamuu  Fedhii dhabuu  Yaadotuma walafakkaatoo tahan irratti marii gaggeessuu  Yeroo dhabuu 11
  • 12. Bu’aa Qorannoo  Sirrummaa guyyaa marii ilaalchisee?... Sirriidha …68/105(%65) Sirrii miti…37/105(%35) Mariin kunis osoo jimaata gaggeeffame jedhaniiru  Sirrummaa sa’aa marii ilaalchisee Sirriidha…49/105(%47) Sirrii miti…56/105(%53)  Dheerina sa’aa hojii ilaalchisee 1-5… daqiiqaa 30- daqiiqaa 60 RJ….sa’aa 1- sa’aa 1:30 GAD…sa’aa 1- sa’aa 2:00 Yeroo hundaa sa’aa 10:00 booda osoo gaggeeffamee jedhameera 12
  • 13. Bu’aa Qorannoo  Mariin kun akkamiin osoo gaggeeffamee gaaridha?  Torbe torbeen akka gaggeeffamuu  Hojii irratti qofa siyaasa irraa bilisa ta’ee gaggeefamuu qaba  Sa’aan marii haala ajandaa jiruun murtaa’uu qaba  Muuxannoolee jiran babaldhisuu irratti kan xiyyeeffatee ta’uu qaba  Guyyaan marii haala hojjettootaaf mijatuun iddoodha iddootti adda addaa waan ta’uuf haala hojjetaan osoo murtaa’ee gaaridha 13
  • 14. Bu’aa Qorannoo  Barbaachisummaa RJSS Ilaalchisee? Eeyyee…65/105(%62) Sababni: • Rakkoo adda baasuu fi furmaata keennuuf, • hojjatoota kakaasuuf, • tajaajila keennamu qorachuu fi fooyyessuuf • itti qufiinsa maamiltoota dabaluuf gargaaraa Lakkii…40/105(%38) Sababni: • 1-5 siyaasaatiin walaqabsiisuu , • mariin adeemsifamu nuffisiisaa tahuu, • rakkoolee ka’aniif furmaata kennuu dhabuu, • dhimmuma walfakkaatuuf maqaa gara garaatiin mariin baayachuu 14
  • 16. Bu’aa qorannoo… 2. Ajandaa marii RJSS Ilaalchisee  Ajandaa marii RJSS beeku ilaalchisee  Eeyyee… 78/105(%74)  Lakkii… 27/105(%26)  Ajandaaleen marii Eeramanis  Karooraa fi raawwii guyyaa, torbanii fi ji’aa  Naamusa hojii/ogummaa  Dhukkubsataa ilaalame irratti (case presentation) (Dhaabbilee Fayyaa keessatti)  Qulqullina tajaajila kennamee  Muuxannoo wal-jijjiiruu 16
  • 18. Bu’aa Qorannoo 3. Gurmaayinsaa RJSS Ilaalchisee  Gurmaa’insi mariif mijachuu ilaalchisee Eeyyee…74/105(%70) Lakkii…31/105(%30) Sababni lakki jedhaniif • Tokko-shaneen dipaartmantiin ykn haala amala hojii isaaniitiin osoo gurmaa’ee • Raayyaa jijjiiramaa fi gumiin adda duree immoo haala qajeelfama haaraa baasuun loogii malee osoo hojii irra oolee 18
  • 19. Bu’aa Qorannoo  Lakkoofsa hirmaattotaa ilaalchisee 1-5…5-10 R.Jijjiirramaa…10-30  Bu’aan RJSS irraa argame jira Eeyyee…61/105(%58) Lakkii…44/105(%42) Bu’aaleen Eeramanis • Rakkoo yeroon hiikuu • Yeroo hojii kabajuu • Muxannoo waliif dabarsuu, • Walgargaarsa aadaa godhachuu • Karooraa fi raawwii ilaaluu • Tajaajilli foyya’aa kennuu 19
  • 20. Bu’aa Qorannoo 58% 42% Bu'aan RJSS irraa argamee jiraa? Eeyyee Lakkii 20
  • 21. Bu’aa Qorannoo 4. Hooggansaa RJSS Ilaalchisee  Hirmaachuu hooggansaa itti fufinsaan Lakkii…61/105(%58) Eeyye…44/105(%42) Sababni hirmaachu dhabaniif • Waltajjiin adda addaa baayyachuu • Yaadota walfakkaatan irra deddeebi’uu • Rakkoolee dura ka’aniif furmaata waaraa kennuu dhabuu • Fedhii dhabuu • Hubannaa gahaa dhabuu • Hojii dabalataan qabamuu • Xiyyeefannaa itti kennuu dhabuu 21
  • 22. Bu’aa Qorannoo  Sababa Hirmaachu dhabutiin rakkooleen gahan • Rakkoo hojii fi hojjataa hubachuu dhabuu • Hojjetaan marii’atus furmaata waan hin arganneef abdii kutuu • Harcaatiin jiraachuu • Hojii laaffisuu fi komiin tajaajilamaa baayyachuu  Gaheen hooggansaa kan ta’uu qabu • Furmaata kennuu fi hojjataa jajjabeessuu • Hojii RJSS qorachuu fi hogganuu • Adda durummaan hirmaachuu • RJSS ajandaa godhatanii xiyyeeffannaan hordofuu • RJSS siyaasa kam irraayyuu bilisa gochuu 22
  • 23. Bu’aa Qorannoo 5. Gabaasa, madaallii fi dugdeebii ilaalchisee  Sirni gabaasa jiraa? Eeyye…61/105(%58) Lakkii…44/105(%42)  Eeyyee warreen jedhan yeroon gabaasni keessatti gaggeeffamuu • Torbeetti kan jadhan= 27% • Guyyaa Kudha shanitti kan jadhan =32% • Ji’atti kan jedhan= 40%. 23
  • 24. Bu’aa Qorannoo  Madaallii fi duub-deebii RJSS jiraachu ilaalchisee Eeyyee…46/105(%44) Lakkii…59/105(%56) Lakki warreen jedhan sababni isaa • Guutuu tahuu dhabuu • Nama kallattiin hordofu dhabu  Sirni gabaasaa, madaallii fi duub deebii • Ji’a ji’aan gaggeeffamuu qaba 24
  • 25. Bu’aa Qorannoo  Filannoon adda durootaa akkaataa qajeelfama jiruutiin gaggeefamaa jiraa Eeyyee…44/105(%42) Lakkii…61/105(%58) Sababni lakki jedhaniif • Firoomaa fi walitti dhiyeenyaan adda duroota filuu • Ragaa qulqullu dhabuu • Fedhii itti gaafatamtootaa irratti hundaa’uu • Ilaalcha siyaasaan walmakuu • Hirmaachisaa tahuu dhabuu • Iftoominaan filannoo gaggeessuu dhabuu dha 25
  • 26. Bu’aa Qorannoo 0% 10% 20% 30% 40% 50% 60% 70% Gabaasuu Madaallii fi dugdeebii Sirrummaa Filannoo A/Duree Eeyyee Lakkii 26
  • 27. Bu’aa Qorannoo  Haallii Fooyya’insaa filannoo A/duree Irratti yaadota ka’an • Filannoon adda durootaa ciminaa fi dandeettii gidduu galeessa godhachuun • Qajeelfama hordofuun adda duroota filuu • Qajeelfamni irra deebiin qoratamuun ogeessotaan ilaalamuu qaba • Hojii idilee irratti qofa xiyyeeffachuu qaba • Ragaa qindeessuun qabachuu • Ulaagaa qabatamaan madaaluu • Bifa haaraan gurmeessuu • Siyaasa irra bilisa gochuu 27
  • 28. Bu’aa Qorannoo 6. Maqeeffama RJSS ilaalchisee  Maqaan Raayyaan misooma fayyaa/Tokko-Shanee /Raayyaa jijjiramaa /Gumii adda duree jedhu haalli itti fudhatame Gaaridha…39/105(%37) Gaari miti…66/105(%63) Maqooleen eeraman • Tokko-shaneef: Marii ogummaa fayyaa, marii misoomaa, tokkoo sadii, olmaa ogeeyootaa, shanee fayyaa, garee fayyaa, marii ganamaa, marii olmaa, marii garee, garee hojii, marii guyyaa, Geengoo dipaartmantii, garee kenna tajaajila fayyaa, marii hojii torbee, karooraa fi raawwii; • Raayyaa misooma fayyaa= Raayyaa fayyaa, marii ogummaa fayyaa, marii ogeessota fayyaa, goota fayyaa , hojii fayyaa, garee foyya’aiinsa tajaajila fayyaa, geengoo qulqullina fayyaa, qindeesoota misooma fayyaa, Gurmaa’insa misooma fayyaa, tuuta fayyaa; • Raayyaa jijjiiramaa= Raayyaa jijjirama hojjatoota, marii jijirama, gumii fayyaa, marii keeniinsa fayyaaa, ijaarsa misooma fayyaa, marii hojjatoota waliigala, Gurmaa’insa jijiramaaa • Gumii adda duree= Gumii adda duree, gumii hojjataa adda duree, marii qindeesitoota garee, Gumii hoggantootaa, Gumii qindeesitoota garee, Gumii fakkenyaa, 28
  • 29. Yaadota Guduunfaa ka’an • Raayyaa irra deebiin gurmeessuu qbdu • Maqaa hojii fayyaa waliin walqabatuun jijjiiruu qabdu • Siyaasa irraa bilisa gochuu qabdu • Hubannoo gahaa dhimmicha irratti kennuu qabdu • Xiyyeeffannaa kennuun madaalama deemu qaba, • Hoggantoota fi hojjattootni hunduu hirmaachu qabu • Filannoon adda duree Iftominaan ta’uu qaba • Hojjetaan hunduu Fedhiin hirmaachuu qabu • Hooggansi Hojjettoota ija tokkoon ilaalu qabdu 29