SlideShare a Scribd company logo
1 of 46
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti
Maanuwaalii Sirna Madaallii Raawwii Manneen Hojii
Naannoo Oromiyaa
(Kan Fooyya'e)
Hooggansa
Raawwii
Madaallii
Hojjetaa
Madaallii
Raawwii
Madaallii
hojjetaa
Madaallii
raawwii
MH
Gahuums
aa Fi
Bu/Qabee
ssummaa
Qabiyyee
Kutaa Tokkoo:- Haala Waliigalaa
Kutaa Lama:- Adeemsa Madaalliin Itti
Gaggeefamu
Kutaa Sadi:- Gurmaa’iinsa Madaalliin Itti
Gaggeeffamu
Kutaa Afur:- Tumaalee fi Miiltoowwan
Kutaa Tokko-Haala Waliigalaa
1.1. Seensa
Mootumman Naannoo Oromiyaa jijjiramaa roga hundaan
galmaa’a jiru ittifufsiisuun karoorri imala badhaadhina
milkeessuuf hojjechaa akka jira.
Kana Milkeessuuf Manniiwwan gurguddoon gama misooma
diinagdee fi hawaasummaattiin qabaman adda bahuu
Akkaataa mannii taa’’een hoogganuuf sirni hooggansa
raawwii, madaallii raawwii fi madaallii hojjetaa ifa ta’e hojiirra
akka oolu diriiruu akka qabu
Kanuma bu’uureffachuun maanuwaaliin madaallii raawwii
naannichaa qophaauu isaa
Barbaachisummaa Sirna Madaallii Raawwii
√ Galmootni gurguddoo
karoora imala
badhaadhinaa akka
milkaa'u ni taasisa,
√ Bu’aa sirna madaallii
argamuun dandeettiin
raawwachiisummaa ni
cima;
√ Qulqullinaa qabiinsa
ragaa gara sadarkaa
ol’aanaatti geessisa.
√ Gahuumsaa fi bu’a
qabeessummaa raawwii
ni dabala;
√ Iftoominaa fi
gaafatamummaa cimsa;
√ Mana hojii jijjiramaaf
hojjetuu fi yeroo hunda
baratu uumuuf
√ Miiraa wal-dorgommii
Kaayyoolee Maanuwaalii Madaallii Raawwii
• Imaammattootaa,
tarsiimoowwanii fi
karoora milkeessuuf
• Karoorri haalaa
qabatamaa irratti
hundaa’ee karoorsuuf
• Qaawwa dandeettii
raawwachiisummaa
hooggansaa fi raawwataa
guutaa deemuuf
• Qulqullina fi si’oominaa
tajaajila mootummaan
ummataaf fooyyessu
• Qaamolee raawwii gaarii qaban
adda baasuun jajjabeessuu,
• Kanneen raawwin isaanii gadi
aanaa ta’an deeggaruf;
• Kanneen fooyya’uu hin
dandeenye adda baasaa
gaafatamummaa mirkaneessaa
deemuu ta’a.
Kutaa Lama-
Adeemsa
Madaallin
Raawwii Itti
Gaggeeffamu
Qajeeltoowwan MR
• Madaalliin gaggeeffamu
ragaalee qabatamaa
qofarratti hundaa’uu qaba
• Maddi ragaa madaallii
raawwii mana hojii fi caasaa
bulchiinsaa:
o Agarsistuwwan raawwii
tarsimaa’aa
o Suppervizyinii qaamaa,
o Jijjiirama ittifufsiisuu,
o Yaada tajaajilamaa fi
o Ofiin of madaaluu irrati
xiyyeeffata
………………………………
• Madaalliin walitti
dhufeenya addaa
irraa karaa bilisa
ta’uu qaba
• Madaalliin
gaggeeffamu
gaafatamummaa
mirkaneessuu
• Qaamni kamuu hojii
qabatamaan hojjachuuf
karoorfate fi
raawwachuu dhabuun
isaatiin madaalama;
• Madaalliin gaggeeffamu
hirmaachisa fi
iftoomina qabaachuu
qaba;
Sadarkaa Madaallin Raawwii Itti
Gaggeeffamu
• Madaallii Bulchiinsa
manneen hojii
sadarkaa:
a) Naannoo,
b) Godiinaalee,
c) Bulchiinsa Magaalota
d) Aanaalee
e) Bulchiinsa Gandoota
Baadiyyaa fi
Magaalaatti
raawwatama
Qaama Madaalamu
• Caasaa bulchiinsaa sadarkaan
jiru
Godinaalee,
Magaaloota,
Aanaa Fi Ganda)
• Manneen hojii mootummaa fi
Dhaabbileen Misooma
Mootummaa sadarkaan jiran
hunda
• Kilaastaroota sadarkaa
naannoo
Kallattiiwwan
Madaallii
• Madaallii kallattii raawwii
agarsiiftuwwan gurguddoo - %
60 keessaa;
• Madaallii kallattii jijjiirama itti-
fufiinsaa - %15 keessaa;
• Madaallii kallattii
supparviizyinii - %10 keessaa
• Madaallii Tajaajilamaa- %10 fi
• Madaallii kallattii ofiin-of
madaaluu - %5 keessaa kan
gaggeeffamu ta’a.
Akkaataa Kallattiiwwan Madaallii Kunneen
Itti Madaalamanii Fi Haala Qabxiin Itti
Kennamu
Madaallii Kallattii Raawwii agarsiiftuwwan
Gurguddoo
• Madaalliin kallattii agarsiiftuwwan gurguddoo 60%
keessaa kan gaggeeffamu ta’a
• Qabxiin madaallii tokkoon tokkoo agarsiiftuuf
kennamu Ulfaatina (U)*R/K herreeguun kan
kennamu ta’a.
• Manneen hojii caasaa sadarkaa isaa gadii hin
qabne qabxii madaallii sadarkaa mana hojiitti
raawwatame irraa kan herregamee madaalamuu
ta'a.
• Madaalliin manneen hojii sadarkaa godinaa,
magaalaa fi aanaa bifa walfakkatuun kan
raawwatu ta'a.
• Manneen hojii sadarkaa naannoo irra jiran
cuunfaa qabxii madaallii giddu-galeessa
godinaalee fi magaaloota %100 irraa %50 kan
qooddatan yoo ta'u, madaallii hojiilee
gurguddoo sadarkaa naannoo madaalame
%100 irraa %50 fudhachuun %100 keessa kan
madaalamuu fi 60%tti jijjiramu ta‘a.
Madaallii Kallattii Jijjiirama Ittifufiinsaa
• Madaallichi %15 keessaa kan
gaggeeffamuu ta’ee,
• Karoora bara darbee yeroo
walfakkaatuu fi raawwii yeroo
walfakkaatuu waliin walbira qabuun
reetii jijjiiramaa safaruun kan
raawwatamu ta’a
• Qabxii madaallii kallattii foyyaa’iinsa itti
fufiinsaa kan madaalamu foormulaaa
waliigalaa (R-R0/K-K0)*U herreeguun
kan kennamu ta’a.
…………..
o Manneen hojii sadarkaa naannoo madaallii
kallattii jijjirama ittifufinsaa %100 irraa
madaalame %50 tti jijjiiruu fi bu’aa madaallii
%50 kan caasaa isaanii sadarkaa gadii
fudhachuun %100 madaalamee %15tti jijjirama.
o Madaalliin manneen hojii sadarkaa godinaa,
magaalaa fi aanaa bifa walfakkaatuun kan
raawwatu ta'a,
Madaallii Kallattii Supparviizyinii
• Madaalliin kallattii supparviizyinii
agarsiiftuuwwan qabatamummaa raawwii
dhiyaatee lafarratti mirkaneessuuf gargaaran,
• Adeemsa hojiin karooraarraa hanga raawwiitti
ittiin gaggeeffame,
• Gurmaa’insa ittiin gaggeeffame, hordoffii fi
deeggarsa taasifame,
…………………
• Haala qindeessa gabaasaa fi raawwii
hojiiwwan gurguddoo filatamoo ta’an
irratti hundaa’uun kan gaggeeffamu ta'ee
maddi isaa ammoo
o Komishinii karooraa fi misoomaa,
o Biiroo Maalaqaa,
o Odiitii Mummichaa,
o Waajjira pirezidaantii,
o Biiroo Pabliik sarviisii fi Misooma Qabeenya
Namaa fi
o Hordoffii fi duub-deebii koreewwan dhaabbii ta’a.
…………………………………..
• Qabxiin kallattii madaallii kanaa %10
keessaa ta’a.
oManneen hojii sadarkaa naannoo
madaallii kallattii suppervizyinii %100
irraa madaalame %50 tti jijjiiruu fi bu’aa
madaallii %50 kan caasaa isaanii
sadarkaa gadii fudhachuun %100
madaalamee %10tti jijjirama.
• Madaalliin manneen hojii sadarkaa
godinaa, magaalaa fi aanaa bifa
Madaallii Tajaajilamaa
Bu'aan madaallii tajaajilamaa
• Adeemsa tajaajilamaan tajaajila itti argachaa jiru,
• Haala simannaa fi qabiinsa maamilaa,
• Adeemsa komiin ummataa itti keessummeeffamu,
• Haala mijaa’ina iddoo hojii uumuu fi
• Ttti quufiinsa tajaajilamaa irratti xiyyeeffatee kan
gaggeeffamu ta'ee
oDuub-deebiwwanii fi gamaggama
oKoree Dhaabbii,
oBiiroo Pabliik Sarviisii Fi Misooma Qabeenya
Namaa, akka galteetti fayyadamuun
…………………..
• Qabxiin madaallii tajaajilamaa 10% keessaa
kan maddaalamu ta’a.
• Manneen hojii sadarkaa naannoo madaallii
kallattii suppervizyinii %100 irraa madaalame
%50 tti jijjiiruu fi bu’aa madaallii %50 kan
caasaa isaanii sadarkaa gadii fudhachuun
%100 madaalamee %10tti jijjirama.
Madaallii Kallattii Ofiin-Of
• Qaamni madaalamu tokko sadarkaa raawwii
isaa muuxannoo fi ifaajii taasise irraa ka’uun
of madaaluu qaba
• Haaluma kanaan ulaagaalee gurguddoo
madaallii ofiin-ofii gaggeessuuf gargaaran
irratti hundaa’ee %5n akka of madaalu ni
taasifama.
Cuunfaa Madaallii Waliigalaa
• Bu’aa madaalliii waliigala qaama madaalamee
cuunfamee %100 keessaa herreegama.
• Manneen hojii sadarkaa naannoo qofaa irratti
argamaan qabxiin madaalii isaanii kan sadarkaa
naannoo qofaatiin ni madaalamu.
• Qambxiin madaallii caasaa bulchiinsa
sadarkaan jiruu fi kilaastaraa kallattiiwwan
madaallii 5 irraa manneen hojii sadarkaa
isaanitti argaman argatan G/G isaa qooddatu
……………………….
• Manneen hojii dhaabbilee adda addaa of jalaa
qabana (dhaabbilee barnootaa, dhaabbilee
fayyaa fi G/G adda addaa) qabxiiwwan
madaallii isaanii maddoota madaallii hunda
keessatti hammatamuu qaba.
• Manneen hojii aanaa/magaalaa caasaa ykn
dhaabbilee isaaniif itti waamaman hin qabne
qabxii madaallii maddoota madaallii shanan
irraa argamaniin kallattiin kan madaalaman
ta'a
Ulfaatina Tokkoon Tokkoo Kallattii Madaalliif
Kenname
T/L Kallattii madaallii Ulfaatina
(%n)
Qabxii
madaallii
argate
1 Madaalli kallattii raawwii
hojiiwwan gurguddoo
60
2 Madaallii kallattii jijjiiramaa 15
3 Madaallii kallattii
supparvizyinii
10
4 Madaallii kallattii
Tajaajilamaa
10
5 Madaallii kallattii ofiin-ofii 5
Ida’ama 100
Kutaa Sadi-Gurma’insa Madaallin Itti
Gaggeeffamu
Qaama Madaallii Gaggeessuu fi Qaama
Madaalamuu
Qaama Madaallii Gaggeessu
• Koree Olaanaa madaallii sadarkaa bulchiinsa
adda addatti hundaa’u,
• Koree Teekinikaa madaallii sadarkaa bulchiinsa
adda addatti hundaa’u,
• Koree Teekinikaa madaallii manneen hojii
sadarkaan jiran keessatti hundaa’an,
Qaama Madaalamu
Manneen Hojii Sadarkaa Naannoo
Manneen Hojii Sadarkaa Godinaalee fi
Magaalota Naannoof Waamaman
Caasaa Bulchiinsaa Sadarkaan jiru
Manneen Hojii Sadarkaa Aanaa fi Magaalota
Sadarkaa Aanaa
Dhaabbilee adda addaa
Koree Madaallii Raawwii
Hundeeffama
• Koreen Olaanaa madaallii fi
• Koreen Teekinikaa madaallii
caasaa bulchiinsa sadarkaan
jitran hordofeen kan
hundeeffaman ta'a.
Hundeeffa
maa Fi
Gahee
Hojii
Koreeww
an
Madaallii
Sadarkaa
n Jirani
Miseensoota
Koree
olaanaa
Sadarkaa
Naannoo
a)I/A pirezidaantii (walitti qabaa)
b) I/G Waajjira Pirezidaantii (I/A fi
barreessaa)
c) I/G Biiroo Maallaqaa
d) I/G Biiroo Pabliik Sarviisii fi
Misooma Qabeenya Namaa
e) I/G Komishinii Karooraa fi
Misoomaa
f) I/G Damee Imaammataa/I/G
deeggarsaa fi hordoffii
Godina/Magaal
aa fi Aanaa
a)I/A Bulchaa/Kantiibaa (walitti
qabaa)
b) I/G Bulchiisaa Pirezidaantii
(I/A fi barreessaa)
c) I/G Waajjira Maallaqaa
d) I/G Waajjira Pabliik Sarviisii
fi Misooma Qabeenya Namaa
e) I/G Waajjira Karooraa fi
Misoomaa
Aangoo Fi Gahee Hojii Koree
Olaanaa
Adeemsa madaallii waliigalaan olaantummaan
ni hooggana
Bu’aa madaallii koree teekinikaan dhiyaate
irratti yaada ni kenna ni mirkaneessa
Bu’aa madaallii qaama madaalameef ni
beeksisa
Koreewwan teekinikaa caasaa bulchiinsaa ni
hundeessa ni hooggana
Sagantaa sirna badhaasaa ni qindeessa
Komii adeemsa madaallii keessatti dhiyaate
ilaalee ni mirkaneessaa
Gosa Beekamtii kennamu adda baasuun koree
qindeessituun dhiyeesse akka hojiirra oolu ni
taasisa
Qaamolee raawwii gadi aanaa galmeessisan
qaawwi dandeettii raawwachiisummaa isaanii
qaama dhimmi ilaaluuf kallattii hojii ni kenna.
Qaamolee adeemsa madaallii keessatti qajeeltoo
madaalliin ala raawwatame yoo jiraate bu’aa
madaallii haquu fi akka sirreeffamu taasisuu ni
danda’a
Hundedeeffam
aa fi Gahee
Hojii Koree
Tekinikaa
Madaallii
Sadarkaan
jiranii
Hundeeffama Koree Tekinikaa Madaallii
Sadarkaan Naannoo
 Koreen madaallii sadarkaa naannoo miseensota
namoota 9 qaba.
a. Waajiraa Pirezidaantii irraa namoota 2,
b. Komishinii Karooraa fi Misooma Dinagdee irraa
nama 2,
c. Biiroo Maallaqaa irraa nama 2,
d. Biiroo Pabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya
Namaa irraa nama 2 fi
e. Biiroo Dihimma Dubartootaa Fi Daa’immanii
irraa nama 1
Koree teekinika
madaallii Sadarkaa
Bulchiinsa Godinaa
fi Magaalota
Naannoof
Waamaman
Hundeeffama
Miseensota namota 5 of keessaa qaba
a. Bulchiinsa Godinaa ykn bulchiinsa
Magaalaa W/Bul/Godinaa ykn
Waajjira kantiibaa Magaalaa irraa
nama 2,
b. Waajjiraa Maallaqaa irraa nama 1,
c. Komishinii karooraa irraa nama 1 fi
d. Waajjira Pabliik Sarvisii fi Misooma
Qabeenya Namaa irraa nama 1
qabatee kan hundeeffamu ta’a.
Hundeeffamu
Koree teekinika
Madaallii Sadarkaa
Bulchiinsa Aanaa fi
Magaalota Sadarkaa
Aanaa
Miseensota namota 5 qaba
a. W/Bul/Godinaa ykn
Waajjira kantiibaa
Magaalaa irraa nama 2,
b. Waajjiraa Maallaqaa
irraa nama 1,
c. Komishinii karooraa
irraa nama 1 fi
d. Waajjira Pabliik Sarvisii
fi Misooma Qabeenya
Namaa irraa nama 1
Haala Hooggansa Koree Teekinika Caasaa
Bulchiinsaa
• Korichi walitti qabaa (waajjira
pirezidaantii/Bulchiinsaa/Kaantiibaa),
• Itti aanaa walitti qabaa fi barreessaan (Biiroo/Waajjira Pabliik
Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa)
• Miseensonni koree filataman kunneen namoota
o Beekumsa,
o Muuxxannoo,
o Kaka’uumsa Gahaa,
o Of Kennanii Hojjachuu,
Hundeeffamaa
Koree teekinika
madaallii Manneen
Hojii Sadarkaan
Jiranii
Naannoo
• Daarektoreti ijoo irraa nama
2,
• Daarektoreetii/garee
karooraa hordoffii,
gamaaggamaa fi baajataa
irraa nama 1,
• Daarektoreettii Qabeenya
namaa fi Ijaarsa dandeettii
nama 1,
• Hojjeta adda duree nama 1,
waliigalaan namoota 5 ta'a.
• Adeemsa Hojii Ijoo/Garee
Irraa Nama 1,
• Garee/ Qindeessaa
Karooraa Hordoffii,
Gamaaggamaa Fi Baajataa
Irraa Nama 1,
• Adeemsa Hojii Ijaarsa
Dandeettii/ Garee Nama 1,
• Waliigalaan namoota 5
qaba
Sadarkaa
manneen hojii
Godina,
Magaala,
Aanaa fi
Dhaabbilee fi
giddugaleessot
a adda addaatti
Gahee hojii Koree teekinika
Sadarkaan jiranii
Ragaalee madaalliin itti gaggeeffame sassaabuu fi qindeessuu
B'aa madaallii maddoota madaallii agarsiiftuu, jijjiirama itti fufsiisuu fi ofiin of
madaaluu
madaalame sirrummaa isaa mirkaneessuu
Kallattii madaalli supervizyinii fi tajaajilamaa ni gaggeessa
Iddoo dogoggorri madaallii jirutti akka sirreeffamu ni taasisa
Qaamolee madaalaman sadarkeessuun koree olaanaaf
dhiyeessuu
Kutaa Afur Tumaalee Adda Addaa
Walitti hidhamiinsa Bu’aa Madaallii
Mana hojii fi Hojjetaa
a. Madaallin hojjetaa kan gaggeeffamu erga
madaalliin raawwii mana hojii gaggeeffamee
beekamee booda ta’uu qaba
b.Madaalliin hojjetaa akkaataa qajeelfama madaallii
hojjettoota mootummaatiin kan gaggeeffamu
ta’ee; gumacha bu’aa madaallii raawwii mana
hojichaa keessatti hojjetaan tokko tokkon qabu
adda baasuuf kan gaggeeffamudha.
c. Giddugaleessi qabxii madaallii hojjetaa bu’aa
madaallii mana hojichaa waliin walsimuu qaba.
Yeroo madaallii fi beekamtiin itti gaggeeffamu
a. Madaalliin raawwii waggaatti yeoo lama (ji’a
jaha jahaan) kan gaggeeffamu ta’ee
b. Bu’aa dhufe itti fufiinsaan hoogganuu fi ragaa
gahaa qabachaa deemuuf sadarkaa mana hojii
mootummaatti ji’a jia’aanii fi sadarkaa
kilaastaraatti kurmaanan hordoffii fi
gamaggamni ni gaggeeffama.
c. Jajjabeessituun waggaatti yeroo tokko
xumura bara bajatichaatti ta’a
Sadarkaa Bulchiinsaa Beekamtiin Itti
Kennamu
• Beekamtiin sadarkaa bulchiinsaa hundatti bu’aa
madaallii gaggeeffamu irratti hundaa’ee kan
gaggeeffamu ta’a.
Qaama beekamtii sadarkaa adda addaatti argatu
a. Manneen hojii sadarkaa adda addaa madaallii
gaggeeffamuun sadarkaa 1-3 bahan
b.Qaama bulchiinsa sadarkaa adda addaa madaallii
gaggeeffamuun sadarkaa 1-3 bahan
Adeemsa Komiin Itti Dhiyaatu
Adeemsa Sirna Madaallii fi sadarkeessuu keessatti
komiiwwan adda addaa yoo jiraatan Koree olaanaa
sadarkaan jiraniin ilaalamee furmaata kan aragatu
ta'a.
Adeemsa Komii Dhiyeessuu
Erga madaalliin raawwatamee booda firii
madaallichaa irratti qaamni komii qabu koree
Olaanaa sadarkaan jiruf barreeffamaan
dhiyeeffachuu ni danda’a.
Bu’aa madaallii ifa ta’e irratti manni hojii ragaa
qabatamaan deeggaree dhiyeessuu qaba.
Daangaa Yeroo Komiin Itti Dhiyaatuu fi Murtiin
Itti Kennamu
a. Komiiwwan bu’aa madaallii irratti dhiyaatan qaamni
sadarkaa adda addaatti bu’aa madaallii mirkaneessu erga
firii madaallii ifa taasisee eegalee guyyoota hojii walitti
aanan shan (5) keessatti komii isaa dhiyeeffachuutu irra
jiraata.
b. Koree Olaanan guyyaa komiin dhiyaate irraa eegalee
guyyoota hojii walitti aanan shan (5) keessatti murtii
isaanii barreeffamaan qaama komee dhiyeeffateef
beeksisuun qaama madaallicha mirkaneesseef
galagalchaan ni beeksisu.
c. Qaamni kamiyyuu komii dhiyeeffatee erga koree
Olaanaa sadarkaa ilaalamee booda murtii kennamutti
yoo quufuu baate guyyoota sadii (3) keessatti qaama
komii koree olaanaa sadarkaa itti aanutti komii isaa ni
dhiyeeffata; murtiin kennamus isa xumuraa ta’a.
Gaafatamummaa Jiraachuu Malu
a. Akkaataa sirna madaallii dirire kanaan manneen
hojii, kilaastaroonni fi qaamoleen bulchiinsaa
sadarkaan jiran madaallii akkaataa angoo isaaniif
kennameen gaggeessuu dhabuu;
b. Ragaa sobaa fi wal-rukutan kanneen bu’aa
madaallii fi sadarkeessaa kana dogongorsiisuu
danda’an dabarsuu;
c. Madaallii kana akkaataa yeroo kaa’ameen
gaggeessuu dadhabuu;
d. Madaallii kana qaamni gaggeessu qajeeltowwan
kaa’aman hordofee gaggeessuu dadhabuu;
Gaafatamummaa mirkaanaa’u
Qaamni hanqinaalee armaan olitti ibsaman
raawwate akkaataa seera gaafatamummaa
miidhaa hojii mootummaarra gaha jiruu tiin
hubatamee kan gaafatamu ta’a.
Duuka Deemtuu
• Miiltoo.docx
Galatooma !

More Related Content

Similar to Public service amendments Management .pptx

Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Asfaw Zewdu
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfhabtamu292245
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptxgemechuayana5
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Bahar Abdi Dawid
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taAbdisaGutema
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfmesfin69
 
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.pptTumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.pptJaafar47
 
Abbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdfAbbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdfgdirbabaa8
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdfDesalechali1
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxJaafar47
 
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptxYusufMohammed56
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptxMohammedAbdela7
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptJaafar47
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptTeshomeFeye2
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptxMohammedAbdela7
 

Similar to Public service amendments Management .pptx (20)

Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
 
Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
 
Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6
 
Inuktitut Latin - Judith.pdf
Inuktitut Latin - Judith.pdfInuktitut Latin - Judith.pdf
Inuktitut Latin - Judith.pdf
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
PSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdfPSIR252-Chap1-222.pdf
PSIR252-Chap1-222.pdf
 
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.pptTumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt
 
Abbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdfAbbabaa Maammoo.pdf
Abbabaa Maammoo.pdf
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
 
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
3iegyiegvheftef1gtde hgeehehgehg2016 hdg.pptx
 
4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx4_5922384989193768142[1].pptx
4_5922384989193768142[1].pptx
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.ppt
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 

Public service amendments Management .pptx

  • 1. Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Maanuwaalii Sirna Madaallii Raawwii Manneen Hojii Naannoo Oromiyaa (Kan Fooyya'e) Hooggansa Raawwii Madaallii Hojjetaa Madaallii Raawwii Madaallii hojjetaa Madaallii raawwii MH Gahuums aa Fi Bu/Qabee ssummaa
  • 2. Qabiyyee Kutaa Tokkoo:- Haala Waliigalaa Kutaa Lama:- Adeemsa Madaalliin Itti Gaggeefamu Kutaa Sadi:- Gurmaa’iinsa Madaalliin Itti Gaggeeffamu Kutaa Afur:- Tumaalee fi Miiltoowwan
  • 3. Kutaa Tokko-Haala Waliigalaa 1.1. Seensa Mootumman Naannoo Oromiyaa jijjiramaa roga hundaan galmaa’a jiru ittifufsiisuun karoorri imala badhaadhina milkeessuuf hojjechaa akka jira. Kana Milkeessuuf Manniiwwan gurguddoon gama misooma diinagdee fi hawaasummaattiin qabaman adda bahuu Akkaataa mannii taa’’een hoogganuuf sirni hooggansa raawwii, madaallii raawwii fi madaallii hojjetaa ifa ta’e hojiirra akka oolu diriiruu akka qabu Kanuma bu’uureffachuun maanuwaaliin madaallii raawwii naannichaa qophaauu isaa
  • 4. Barbaachisummaa Sirna Madaallii Raawwii √ Galmootni gurguddoo karoora imala badhaadhinaa akka milkaa'u ni taasisa, √ Bu’aa sirna madaallii argamuun dandeettiin raawwachiisummaa ni cima; √ Qulqullinaa qabiinsa ragaa gara sadarkaa ol’aanaatti geessisa. √ Gahuumsaa fi bu’a qabeessummaa raawwii ni dabala; √ Iftoominaa fi gaafatamummaa cimsa; √ Mana hojii jijjiramaaf hojjetuu fi yeroo hunda baratu uumuuf √ Miiraa wal-dorgommii
  • 5. Kaayyoolee Maanuwaalii Madaallii Raawwii • Imaammattootaa, tarsiimoowwanii fi karoora milkeessuuf • Karoorri haalaa qabatamaa irratti hundaa’ee karoorsuuf • Qaawwa dandeettii raawwachiisummaa hooggansaa fi raawwataa guutaa deemuuf • Qulqullina fi si’oominaa tajaajila mootummaan ummataaf fooyyessu • Qaamolee raawwii gaarii qaban adda baasuun jajjabeessuu, • Kanneen raawwin isaanii gadi aanaa ta’an deeggaruf; • Kanneen fooyya’uu hin dandeenye adda baasaa gaafatamummaa mirkaneessaa deemuu ta’a.
  • 6. Kutaa Lama- Adeemsa Madaallin Raawwii Itti Gaggeeffamu Qajeeltoowwan MR • Madaalliin gaggeeffamu ragaalee qabatamaa qofarratti hundaa’uu qaba • Maddi ragaa madaallii raawwii mana hojii fi caasaa bulchiinsaa: o Agarsistuwwan raawwii tarsimaa’aa o Suppervizyinii qaamaa, o Jijjiirama ittifufsiisuu, o Yaada tajaajilamaa fi o Ofiin of madaaluu irrati xiyyeeffata
  • 7. ……………………………… • Madaalliin walitti dhufeenya addaa irraa karaa bilisa ta’uu qaba • Madaalliin gaggeeffamu gaafatamummaa mirkaneessuu • Qaamni kamuu hojii qabatamaan hojjachuuf karoorfate fi raawwachuu dhabuun isaatiin madaalama; • Madaalliin gaggeeffamu hirmaachisa fi iftoomina qabaachuu qaba;
  • 8. Sadarkaa Madaallin Raawwii Itti Gaggeeffamu • Madaallii Bulchiinsa manneen hojii sadarkaa: a) Naannoo, b) Godiinaalee, c) Bulchiinsa Magaalota d) Aanaalee e) Bulchiinsa Gandoota Baadiyyaa fi Magaalaatti raawwatama
  • 9. Qaama Madaalamu • Caasaa bulchiinsaa sadarkaan jiru Godinaalee, Magaaloota, Aanaa Fi Ganda) • Manneen hojii mootummaa fi Dhaabbileen Misooma Mootummaa sadarkaan jiran hunda • Kilaastaroota sadarkaa naannoo
  • 10. Kallattiiwwan Madaallii • Madaallii kallattii raawwii agarsiiftuwwan gurguddoo - % 60 keessaa; • Madaallii kallattii jijjiirama itti- fufiinsaa - %15 keessaa; • Madaallii kallattii supparviizyinii - %10 keessaa • Madaallii Tajaajilamaa- %10 fi • Madaallii kallattii ofiin-of madaaluu - %5 keessaa kan gaggeeffamu ta’a.
  • 11. Akkaataa Kallattiiwwan Madaallii Kunneen Itti Madaalamanii Fi Haala Qabxiin Itti Kennamu Madaallii Kallattii Raawwii agarsiiftuwwan Gurguddoo • Madaalliin kallattii agarsiiftuwwan gurguddoo 60% keessaa kan gaggeeffamu ta’a • Qabxiin madaallii tokkoon tokkoo agarsiiftuuf kennamu Ulfaatina (U)*R/K herreeguun kan kennamu ta’a. • Manneen hojii caasaa sadarkaa isaa gadii hin qabne qabxii madaallii sadarkaa mana hojiitti raawwatame irraa kan herregamee madaalamuu ta'a.
  • 12. • Madaalliin manneen hojii sadarkaa godinaa, magaalaa fi aanaa bifa walfakkatuun kan raawwatu ta'a. • Manneen hojii sadarkaa naannoo irra jiran cuunfaa qabxii madaallii giddu-galeessa godinaalee fi magaaloota %100 irraa %50 kan qooddatan yoo ta'u, madaallii hojiilee gurguddoo sadarkaa naannoo madaalame %100 irraa %50 fudhachuun %100 keessa kan madaalamuu fi 60%tti jijjiramu ta‘a.
  • 13. Madaallii Kallattii Jijjiirama Ittifufiinsaa • Madaallichi %15 keessaa kan gaggeeffamuu ta’ee, • Karoora bara darbee yeroo walfakkaatuu fi raawwii yeroo walfakkaatuu waliin walbira qabuun reetii jijjiiramaa safaruun kan raawwatamu ta’a • Qabxii madaallii kallattii foyyaa’iinsa itti fufiinsaa kan madaalamu foormulaaa waliigalaa (R-R0/K-K0)*U herreeguun kan kennamu ta’a.
  • 14. ………….. o Manneen hojii sadarkaa naannoo madaallii kallattii jijjirama ittifufinsaa %100 irraa madaalame %50 tti jijjiiruu fi bu’aa madaallii %50 kan caasaa isaanii sadarkaa gadii fudhachuun %100 madaalamee %15tti jijjirama. o Madaalliin manneen hojii sadarkaa godinaa, magaalaa fi aanaa bifa walfakkaatuun kan raawwatu ta'a,
  • 15. Madaallii Kallattii Supparviizyinii • Madaalliin kallattii supparviizyinii agarsiiftuuwwan qabatamummaa raawwii dhiyaatee lafarratti mirkaneessuuf gargaaran, • Adeemsa hojiin karooraarraa hanga raawwiitti ittiin gaggeeffame, • Gurmaa’insa ittiin gaggeeffame, hordoffii fi deeggarsa taasifame,
  • 16. ………………… • Haala qindeessa gabaasaa fi raawwii hojiiwwan gurguddoo filatamoo ta’an irratti hundaa’uun kan gaggeeffamu ta'ee maddi isaa ammoo o Komishinii karooraa fi misoomaa, o Biiroo Maalaqaa, o Odiitii Mummichaa, o Waajjira pirezidaantii, o Biiroo Pabliik sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa fi o Hordoffii fi duub-deebii koreewwan dhaabbii ta’a.
  • 17. ………………………………….. • Qabxiin kallattii madaallii kanaa %10 keessaa ta’a. oManneen hojii sadarkaa naannoo madaallii kallattii suppervizyinii %100 irraa madaalame %50 tti jijjiiruu fi bu’aa madaallii %50 kan caasaa isaanii sadarkaa gadii fudhachuun %100 madaalamee %10tti jijjirama. • Madaalliin manneen hojii sadarkaa godinaa, magaalaa fi aanaa bifa
  • 18. Madaallii Tajaajilamaa Bu'aan madaallii tajaajilamaa • Adeemsa tajaajilamaan tajaajila itti argachaa jiru, • Haala simannaa fi qabiinsa maamilaa, • Adeemsa komiin ummataa itti keessummeeffamu, • Haala mijaa’ina iddoo hojii uumuu fi • Ttti quufiinsa tajaajilamaa irratti xiyyeeffatee kan gaggeeffamu ta'ee oDuub-deebiwwanii fi gamaggama oKoree Dhaabbii, oBiiroo Pabliik Sarviisii Fi Misooma Qabeenya Namaa, akka galteetti fayyadamuun
  • 19. ………………….. • Qabxiin madaallii tajaajilamaa 10% keessaa kan maddaalamu ta’a. • Manneen hojii sadarkaa naannoo madaallii kallattii suppervizyinii %100 irraa madaalame %50 tti jijjiiruu fi bu’aa madaallii %50 kan caasaa isaanii sadarkaa gadii fudhachuun %100 madaalamee %10tti jijjirama.
  • 20. Madaallii Kallattii Ofiin-Of • Qaamni madaalamu tokko sadarkaa raawwii isaa muuxannoo fi ifaajii taasise irraa ka’uun of madaaluu qaba • Haaluma kanaan ulaagaalee gurguddoo madaallii ofiin-ofii gaggeessuuf gargaaran irratti hundaa’ee %5n akka of madaalu ni taasifama.
  • 21. Cuunfaa Madaallii Waliigalaa • Bu’aa madaalliii waliigala qaama madaalamee cuunfamee %100 keessaa herreegama. • Manneen hojii sadarkaa naannoo qofaa irratti argamaan qabxiin madaalii isaanii kan sadarkaa naannoo qofaatiin ni madaalamu. • Qambxiin madaallii caasaa bulchiinsa sadarkaan jiruu fi kilaastaraa kallattiiwwan madaallii 5 irraa manneen hojii sadarkaa isaanitti argaman argatan G/G isaa qooddatu
  • 22. ………………………. • Manneen hojii dhaabbilee adda addaa of jalaa qabana (dhaabbilee barnootaa, dhaabbilee fayyaa fi G/G adda addaa) qabxiiwwan madaallii isaanii maddoota madaallii hunda keessatti hammatamuu qaba. • Manneen hojii aanaa/magaalaa caasaa ykn dhaabbilee isaaniif itti waamaman hin qabne qabxii madaallii maddoota madaallii shanan irraa argamaniin kallattiin kan madaalaman ta'a
  • 23. Ulfaatina Tokkoon Tokkoo Kallattii Madaalliif Kenname T/L Kallattii madaallii Ulfaatina (%n) Qabxii madaallii argate 1 Madaalli kallattii raawwii hojiiwwan gurguddoo 60 2 Madaallii kallattii jijjiiramaa 15 3 Madaallii kallattii supparvizyinii 10 4 Madaallii kallattii Tajaajilamaa 10 5 Madaallii kallattii ofiin-ofii 5 Ida’ama 100
  • 24. Kutaa Sadi-Gurma’insa Madaallin Itti Gaggeeffamu Qaama Madaallii Gaggeessuu fi Qaama Madaalamuu Qaama Madaallii Gaggeessu • Koree Olaanaa madaallii sadarkaa bulchiinsa adda addatti hundaa’u, • Koree Teekinikaa madaallii sadarkaa bulchiinsa adda addatti hundaa’u, • Koree Teekinikaa madaallii manneen hojii sadarkaan jiran keessatti hundaa’an,
  • 25. Qaama Madaalamu Manneen Hojii Sadarkaa Naannoo Manneen Hojii Sadarkaa Godinaalee fi Magaalota Naannoof Waamaman Caasaa Bulchiinsaa Sadarkaan jiru Manneen Hojii Sadarkaa Aanaa fi Magaalota Sadarkaa Aanaa Dhaabbilee adda addaa
  • 26. Koree Madaallii Raawwii Hundeeffama • Koreen Olaanaa madaallii fi • Koreen Teekinikaa madaallii caasaa bulchiinsa sadarkaan jitran hordofeen kan hundeeffaman ta'a. Hundeeffa maa Fi Gahee Hojii Koreeww an Madaallii Sadarkaa n Jirani
  • 27. Miseensoota Koree olaanaa Sadarkaa Naannoo a)I/A pirezidaantii (walitti qabaa) b) I/G Waajjira Pirezidaantii (I/A fi barreessaa) c) I/G Biiroo Maallaqaa d) I/G Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa e) I/G Komishinii Karooraa fi Misoomaa f) I/G Damee Imaammataa/I/G deeggarsaa fi hordoffii
  • 28. Godina/Magaal aa fi Aanaa a)I/A Bulchaa/Kantiibaa (walitti qabaa) b) I/G Bulchiisaa Pirezidaantii (I/A fi barreessaa) c) I/G Waajjira Maallaqaa d) I/G Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa e) I/G Waajjira Karooraa fi Misoomaa
  • 29. Aangoo Fi Gahee Hojii Koree Olaanaa Adeemsa madaallii waliigalaan olaantummaan ni hooggana Bu’aa madaallii koree teekinikaan dhiyaate irratti yaada ni kenna ni mirkaneessa Bu’aa madaallii qaama madaalameef ni beeksisa Koreewwan teekinikaa caasaa bulchiinsaa ni hundeessa ni hooggana Sagantaa sirna badhaasaa ni qindeessa
  • 30. Komii adeemsa madaallii keessatti dhiyaate ilaalee ni mirkaneessaa Gosa Beekamtii kennamu adda baasuun koree qindeessituun dhiyeesse akka hojiirra oolu ni taasisa Qaamolee raawwii gadi aanaa galmeessisan qaawwi dandeettii raawwachiisummaa isaanii qaama dhimmi ilaaluuf kallattii hojii ni kenna. Qaamolee adeemsa madaallii keessatti qajeeltoo madaalliin ala raawwatame yoo jiraate bu’aa madaallii haquu fi akka sirreeffamu taasisuu ni danda’a
  • 31. Hundedeeffam aa fi Gahee Hojii Koree Tekinikaa Madaallii Sadarkaan jiranii Hundeeffama Koree Tekinikaa Madaallii Sadarkaan Naannoo  Koreen madaallii sadarkaa naannoo miseensota namoota 9 qaba. a. Waajiraa Pirezidaantii irraa namoota 2, b. Komishinii Karooraa fi Misooma Dinagdee irraa nama 2, c. Biiroo Maallaqaa irraa nama 2, d. Biiroo Pabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa irraa nama 2 fi e. Biiroo Dihimma Dubartootaa Fi Daa’immanii irraa nama 1
  • 32. Koree teekinika madaallii Sadarkaa Bulchiinsa Godinaa fi Magaalota Naannoof Waamaman Hundeeffama Miseensota namota 5 of keessaa qaba a. Bulchiinsa Godinaa ykn bulchiinsa Magaalaa W/Bul/Godinaa ykn Waajjira kantiibaa Magaalaa irraa nama 2, b. Waajjiraa Maallaqaa irraa nama 1, c. Komishinii karooraa irraa nama 1 fi d. Waajjira Pabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa irraa nama 1 qabatee kan hundeeffamu ta’a.
  • 33. Hundeeffamu Koree teekinika Madaallii Sadarkaa Bulchiinsa Aanaa fi Magaalota Sadarkaa Aanaa Miseensota namota 5 qaba a. W/Bul/Godinaa ykn Waajjira kantiibaa Magaalaa irraa nama 2, b. Waajjiraa Maallaqaa irraa nama 1, c. Komishinii karooraa irraa nama 1 fi d. Waajjira Pabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa irraa nama 1
  • 34. Haala Hooggansa Koree Teekinika Caasaa Bulchiinsaa • Korichi walitti qabaa (waajjira pirezidaantii/Bulchiinsaa/Kaantiibaa), • Itti aanaa walitti qabaa fi barreessaan (Biiroo/Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa) • Miseensonni koree filataman kunneen namoota o Beekumsa, o Muuxxannoo, o Kaka’uumsa Gahaa, o Of Kennanii Hojjachuu,
  • 35. Hundeeffamaa Koree teekinika madaallii Manneen Hojii Sadarkaan Jiranii Naannoo • Daarektoreti ijoo irraa nama 2, • Daarektoreetii/garee karooraa hordoffii, gamaaggamaa fi baajataa irraa nama 1, • Daarektoreettii Qabeenya namaa fi Ijaarsa dandeettii nama 1, • Hojjeta adda duree nama 1, waliigalaan namoota 5 ta'a.
  • 36. • Adeemsa Hojii Ijoo/Garee Irraa Nama 1, • Garee/ Qindeessaa Karooraa Hordoffii, Gamaaggamaa Fi Baajataa Irraa Nama 1, • Adeemsa Hojii Ijaarsa Dandeettii/ Garee Nama 1, • Waliigalaan namoota 5 qaba Sadarkaa manneen hojii Godina, Magaala, Aanaa fi Dhaabbilee fi giddugaleessot a adda addaatti
  • 37. Gahee hojii Koree teekinika Sadarkaan jiranii Ragaalee madaalliin itti gaggeeffame sassaabuu fi qindeessuu B'aa madaallii maddoota madaallii agarsiiftuu, jijjiirama itti fufsiisuu fi ofiin of madaaluu madaalame sirrummaa isaa mirkaneessuu Kallattii madaalli supervizyinii fi tajaajilamaa ni gaggeessa Iddoo dogoggorri madaallii jirutti akka sirreeffamu ni taasisa Qaamolee madaalaman sadarkeessuun koree olaanaaf dhiyeessuu
  • 38. Kutaa Afur Tumaalee Adda Addaa Walitti hidhamiinsa Bu’aa Madaallii Mana hojii fi Hojjetaa a. Madaallin hojjetaa kan gaggeeffamu erga madaalliin raawwii mana hojii gaggeeffamee beekamee booda ta’uu qaba b.Madaalliin hojjetaa akkaataa qajeelfama madaallii hojjettoota mootummaatiin kan gaggeeffamu ta’ee; gumacha bu’aa madaallii raawwii mana hojichaa keessatti hojjetaan tokko tokkon qabu adda baasuuf kan gaggeeffamudha. c. Giddugaleessi qabxii madaallii hojjetaa bu’aa madaallii mana hojichaa waliin walsimuu qaba.
  • 39. Yeroo madaallii fi beekamtiin itti gaggeeffamu a. Madaalliin raawwii waggaatti yeoo lama (ji’a jaha jahaan) kan gaggeeffamu ta’ee b. Bu’aa dhufe itti fufiinsaan hoogganuu fi ragaa gahaa qabachaa deemuuf sadarkaa mana hojii mootummaatti ji’a jia’aanii fi sadarkaa kilaastaraatti kurmaanan hordoffii fi gamaggamni ni gaggeeffama. c. Jajjabeessituun waggaatti yeroo tokko xumura bara bajatichaatti ta’a
  • 40. Sadarkaa Bulchiinsaa Beekamtiin Itti Kennamu • Beekamtiin sadarkaa bulchiinsaa hundatti bu’aa madaallii gaggeeffamu irratti hundaa’ee kan gaggeeffamu ta’a. Qaama beekamtii sadarkaa adda addaatti argatu a. Manneen hojii sadarkaa adda addaa madaallii gaggeeffamuun sadarkaa 1-3 bahan b.Qaama bulchiinsa sadarkaa adda addaa madaallii gaggeeffamuun sadarkaa 1-3 bahan
  • 41. Adeemsa Komiin Itti Dhiyaatu Adeemsa Sirna Madaallii fi sadarkeessuu keessatti komiiwwan adda addaa yoo jiraatan Koree olaanaa sadarkaan jiraniin ilaalamee furmaata kan aragatu ta'a. Adeemsa Komii Dhiyeessuu Erga madaalliin raawwatamee booda firii madaallichaa irratti qaamni komii qabu koree Olaanaa sadarkaan jiruf barreeffamaan dhiyeeffachuu ni danda’a. Bu’aa madaallii ifa ta’e irratti manni hojii ragaa qabatamaan deeggaree dhiyeessuu qaba.
  • 42. Daangaa Yeroo Komiin Itti Dhiyaatuu fi Murtiin Itti Kennamu a. Komiiwwan bu’aa madaallii irratti dhiyaatan qaamni sadarkaa adda addaatti bu’aa madaallii mirkaneessu erga firii madaallii ifa taasisee eegalee guyyoota hojii walitti aanan shan (5) keessatti komii isaa dhiyeeffachuutu irra jiraata. b. Koree Olaanan guyyaa komiin dhiyaate irraa eegalee guyyoota hojii walitti aanan shan (5) keessatti murtii isaanii barreeffamaan qaama komee dhiyeeffateef beeksisuun qaama madaallicha mirkaneesseef galagalchaan ni beeksisu. c. Qaamni kamiyyuu komii dhiyeeffatee erga koree Olaanaa sadarkaa ilaalamee booda murtii kennamutti yoo quufuu baate guyyoota sadii (3) keessatti qaama komii koree olaanaa sadarkaa itti aanutti komii isaa ni dhiyeeffata; murtiin kennamus isa xumuraa ta’a.
  • 43. Gaafatamummaa Jiraachuu Malu a. Akkaataa sirna madaallii dirire kanaan manneen hojii, kilaastaroonni fi qaamoleen bulchiinsaa sadarkaan jiran madaallii akkaataa angoo isaaniif kennameen gaggeessuu dhabuu; b. Ragaa sobaa fi wal-rukutan kanneen bu’aa madaallii fi sadarkeessaa kana dogongorsiisuu danda’an dabarsuu; c. Madaallii kana akkaataa yeroo kaa’ameen gaggeessuu dadhabuu; d. Madaallii kana qaamni gaggeessu qajeeltowwan kaa’aman hordofee gaggeessuu dadhabuu;
  • 44. Gaafatamummaa mirkaanaa’u Qaamni hanqinaalee armaan olitti ibsaman raawwate akkaataa seera gaafatamummaa miidhaa hojii mootummaarra gaha jiruu tiin hubatamee kan gaafatamu ta’a.