SlideShare a Scribd company logo
1 of 80
-
GALMEEFFAMA ARGANNOOWWAN
ODIITII
1
GALMEEFFAMA ARGANNOOWWAN ODIITII
 Manneen hojii mootummaa herreegni isaanii Odiiteraan
xiinxalamee hir’inni ykn caalmaan ykn baasiinii fi raawwiin
seeraa alaa yommuu argamu akkaataa galmeeffama isaa:-
2
…..GALMEEFFAMA
1.Hir’ina
1.1 Hir’ina maallaqaa
a. Hojjetaan maallaqa hir’ise irratti maallaqichi
yommuu galmaa’u :- AGH (JV)
4202 XX
4101 XX ni
hundeeffama.
3
…HIR’INA
AGH (JV)
b) Hir’inni maallaqaa galmaa’e manni murtii
akka abbaa idaa irraa hin barbaadamne
yemmuu murtaa’u: AGH
5601 xx
4202 xx ni haqama.
4
…HIR’INA
C) Hojjataan maallaqa hir’ise yommuu
bakka buusu ykn yommuu galii godhu:
4101/03/05 xx
4202 xx
5
…HIR’INA
1.2 Hir’ina meeshaa
Hir’ina meeshaa uumameef hojjataa meeshaa
hir’ise irratti maallaqaan tilmaamamee yommuu
galmaa’uu fi maallaqichi yommuu galii ta’u
akkaataa armaan gadiitti raawwata.
6
…..HIR’INA MEESHAA
a) Bara baajataa tokko keessatti hojjataa
meeshaa hir’ise irratti yommuu galmaa’u:
4202 xx
6000 xx
7
…….HIR’INA MEESHAA
B) Hojjataan meeshaa hir’ise yommuu maallaqaan
bakka-buusu ykn yommuu galii godhu:
4101/03/05 xx
4202 xx galii ta’a.
8
…….HIR’INA MEESHAA
c) Barri baajataa erga darbee booda hojjataa
meeshaa hir’ise irratti yommuu galmaa’u:
4202 xx
5601 xx ni hundeeffama.
9
…HIR’INNA MEESHAA
D) Hir’inni meeshaa galmaa’e manni
murtii akka abbaa idaa irraa hin
barbaadamne yemmuu murtaa’u: AGH
5601 xx
4202 xx ni haqama
10
…….HIR’INA MEESHAA
E) Hojjataan meeshaa hir’ise yommuu maallaqaan
bakka-buusu ykn yommuu galii godhu:
4101/03/05 xx
4202 xx galmaa’ee.
Hub. Gatiin hir’ina meeshaa akka kaffalamu yammuu
taasifamu meeshaan hir’ate baasiidhaan galmaa’ee
abbaa meeshaa hir’iseef nagaheen baasii meeshaa
(M22) ibsi itti-kennamuufii qaba.
11
2. CAALMAA
2.1 Maallaqa caalmaadhaan argame
Yeroo odiitii maallaqni caalmaan yoo argame, haalli
galmeeffama isaa bara baajataa kam irratti iyyuu
nagahee galii irratti:NG (RV)
4101 xx
1489 xx
12
..CAALMAA
 2.2 Meeshaa caalmaadhaan argame
 Yeroo odiitii meeshaan caalmaan yoo argame, haalli
galmeeffama isaa bara baajataa kam irratti iyyuu
nagahee galii meeshaa (M19) irratti galii ta’a.

13
3.BASII SEERAAN ALAA
baasiiwaan odiitaraan fudhatama dhaban
Herreegni mana hojii tokkoo odiitaraan xiinxalamee
baasiin isaa seeraan ala ta’uun isaa mirkanaa’ee
marii ba’umsaan (exist conference) erga irratti
walii-galamee booda, baasiin maallaqaa odiitaraan
fudhatama dhabe kun akka bakka-bu’u ta’a.
14
…BASII SEERAAN ALAA
Haaluma kanaan osoo baasichi bakka hin bu’in
maallaqichi yommuu galii ta’u madda isaa kan agarsiisu
tokko hundeessuun barbaachisaa-dha. Bu’uuruma
kanaan raawwichi yommuu galmeeffamu maallaqichi
eenyu irraa akka barbaadamuu fi kan bara baajata kamii
akka ta’e haala ibsuu danda’uun teessisuunis
barbaachisaadha.
15
…BASII SEERAAN ALAA
Fakkeenya: 1 baruma baajataa sana keessatti
baasii durgoo oolmaa nama tokkoo seeraan ala
bahii ta’uun isaa kan bira gahame yoo ta’e, haalli
galmeeffamni isaa :-
16
…BASII SEERAAN ALAA
Durgoo Seeran alaa
A. Hojjetaan durgoo fudhatee irratti yommuu
galmaa’u:- AGH (JV)
4211/XX XX
6231 XX ni hundeeffama.
17
…BASII SEERAAN ALAA
B. Hojjetaan durgoo fudhate irraa Yeroo
maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
N. /G(RV)
4101/03 /05 XX
4211/XX XX
18
…BASII SEERAAN ALAA
Fakkeenya: 2 Barii baajataa kan darbe yoo ta’ee,
haalli galmaa’insi isaa :-
A. Hojjetaan durgoo fudhate irratti yommuu
galmaa’u:- AGH ( JV )
4211/xx XX
5601 XX
19
…BASII SEERAAN ALAA
B. Hojjetaa durgoo fudhate irraa maallaqni
yommuu galii ta’u ykn yommuu bakka bu’u:-
N.G ( RV)
4101/03 XX
4211/xx XX
20
4. TAAKSII OSOO HIN CITIN HAFE
Fakeenya 1. Maallaqa / Taaksii Hojii adeemsistuu irraa
citee hafuu qabu (withholding tax ,2 % ) irra
darbame:-
21
…..RAWWII SEERAAN ALAA
a) Qondaala Heerregaa /gibira kaffalaa irratti
yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
42xx XX
5026/1103/1104 XX
22
…..RAWWII SEERAAN ALAA
b) Qondalaa Heerregaa /gibira kaffalaa
irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii
ta’u:- N.G (RV)
4101/03 /05 XX
42XX XX
23
…..RAWWII SEERAAN ALAA
Fakkeenya 2. Bara baajataa keessatti galii gibira hoj
hojjattoota irraa osoo hincitin hafe gibira mindaa (incom
tax) irraa citee hafuu qaba. Sababa adda adaatiin oso
hin muramne yoo hafe, galmeeffamni isaa:
24
…..RAWWII SEERAAN ALAA
a) Bara baajata keesa gibira kaffalaa irratti
yommuu galmaa’u:
.
42xx xx
1101 xx ni hundeeffama.
25
….RAWWII SEERAAN ALAA
b) Gibira kaffalaa irraa Yeroo maallaqni bakka
bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV)
4101/03 /05 XX
42XX XX
26
….RAWWII SEERAAN ALAA
Fakeenya 3. Buusii sooramaa hojjattoota irraa
osoo hin citin hafe buusiin soorotaa (%4)
hojjattoota irraa citee hafuu qabu sababa adda
addaatiin osoo hin hir’ifamin yoo hafe,
galmeeffamni isaa
27
….RAWWII SEERAAN ALAA
a) Hojjattoota irratti yommuu galmaa’u
4203 XX
5003 XX
28
…RAAWWII SEERAN ALA
c) Sooratni mindaa hojjattootaa irraa citee Abba
Taayitaa wabii Hawwaasummaa yemmuu darbu
5003 XX
4103/03/05 XX
29
…RAAWWII SEERAN ALA
Fakkeenya 4. Baasii bilbilaa hojjattootaan dhimma
dhuunfaatiif bilbilamee
saanduqa irraa kaffalamee mindaa hojjattootaa irraa
hin hir’ifamin hafe
30
…RAAWWII SEERAN ALA
4203 XX
6258 XX
H
a) Hojjattoota irratti yommuu galmaa’u:
31
b) Hojjatttoota irraa yommuu maallaqni bakka-bakk-
bu’u /galii ta’u
4101/03/05 XX
4203 XX
32
5. Baasii ragaa hin qabne
Bara baajaataa keessatti
a.Hojjetaa ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti
yommuu galmaa’u:-AGH (JV)
4211/XX XX
62XX XX
33
…BAASII RAGAA HIN QABNE
b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa
Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
4101/03 /05 XX
4211/XX XX
34
2. BARII BAAJATA ISAA ERGA DARBEE
BOODA
a) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti
yommuu galmaa’u
4211/XX XX
5601 XX
35
…BARII BAAJATA ISAA ERGA DARBEE
BOODA
b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa
Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
4101/03 /05 XX
4211/XX XX
36
6. CHEEKII JI,A JA’A (6) OL SAANDUQA
KEESSA TURE (OVERDUE CHEQUES )
Galiin Cheekiidhaan naga’ee galii irratti galmaa’e tokko
yoo ji’a 6 ol saanduqa keessa ture gara mallaqaatti
jijjiiramuu hin danda’u. Kaanafuu, cheekiichaaf
sirreeffamni hojjatamuufii qaba.
37
…CHEEKII JI,A JA’A (6) OL
a) Kaffalaa Gibiraa /Mallaqaa qabaa irratti
yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
42XX XX
4101 XX
38
…CHEEKII JI,A JA’A (6) OL
b) Kaffalaa gibiraa irraa/Mallaqaa qabaa Yeroo
maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
N.G (RV) 4101/03 XX
42XX XX
39
7. SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII
7.1 Walitti qabamaa ibsa herreega Baankii (bank
statement) irratti galmaa’ee, galmee herreegaa
(Books of account) irratti hin galma’iin argame,
galmeeffamni isaa:- NG(RV)
4103 XX
42XX XX
40
….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII
7.2 Baasii ibsa herreega baankii irratti galma’ee,
galmee herregaa irraatii hin galmaa’iin
argame, galmeeffamni isaa (tajaajila baankii)
6256 XX
4103 XX
41
….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII
7.3 Galii ibsa herreega baankii irratti galma’ee,
galmee herregaa irratti hin galmaa’iin
argame, Sirreeffamni isaa:- NG(RV)
4103 XX
1000/4017 XX
42
….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII
7.4 Herreega Baasii Galmee irratti caalmaan
galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-
AGH(JV)
4103 XX
6000 XX
43
….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII
7.5 Herreega baasii galmee irratii hir’inaan
galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-NB (PV)
6000 XX
4101/03 /05 XX
44
….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII
7.6 Herreega galii galmee irratii hir’inaan
galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-NG(RV)
4101/03 /05 XX
1000 XX
45
8. Basii Caalmaadhaan kaffalame
a) Bara baajataa tokko keessatti hojjetaa caalmaadhaan
kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale
irratti Yommuu galmaa’u ykn Sirreeffamni
yommuu hojjatamu,AGH (JV)
4211/XX XX
6000 XX
46
…..BASII CAALMAADHAAN KAFFALAME
b) Hojjetaan caalmaadhaan kaffalameef irraa
ykn kan caalmaadhaan kaffale irraa Yeroo
maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (PV)
4101/03 XX
4211/XX XX
47
…..BASII CAALMAADHAAN KAFFALAME
c) Barri baajataa erga darbee booda hojjetaan
caalmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan
kaffale irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
4211/XX XX
5601 XX
48
…..BASII CAALMAADHAAN KAFFALAME
d) Hojjetaan caallmaadhaan kaffalameef irraa ykn
kan caalmaadhaan kaffale irraa Yeroo maallaqni
bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV)
4101/03 /05 XX
42/XX XX
49
9. RAGAAWWAN HERREEGAA QOPHAATTI
SAAMSAMANII JIRAN
Yeroo Manneen Hojii Mootummaa walitti makamaniin
fi addaan ba’an akkasumas yeroo
“Disenteralayizeeshinii” ragaaleen herreegaa
maallaqni baankii fi saanduqa keessa jiran herreegni
kanneen akka walitti qabamaawwanii,
kaffalamaawwanii fi kkf hundi qulqulla’anii ramaddii
herreega isaanii qabatanii wal-harkaa fuusifni
godhamee galmaa’uun osoo irra jiruu sanada
mootuummaa bakka tokkotti itti saamsamuudhaan
bakka adda addaa jiraachuun isaa ni beekama.
50
…HERREEGAA QOPHAATTI
SAAMSAMANII JIRAN
Manneen Hojii mootummaa kamiyyuu mana hojii isaa
keessatti haalli kana fakkatu yoo jiraate adeemsa
qabiinsa Herreega Maallaqa callaa keessatti
galmeessuudhaan hordoofamee tarkanfiin akka iraatii
fuudhatamu ta’ee, galmeefamn isaa,Waltii-qabama yoo
ta’e
51
…HERREEGAA QOPHAATTI
SAAMSAMANII JIRAN
1. Waltii qabama yoo ta’e
a) Abbaa Sanadni irraa barbadaamuu iratti
yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
42XX XX
5601 XX
52
…HERREEGAA QOPHAATTI
SAAMSAMANII JIRAN
b) Abbaa Sanadni irraa barbaadamu irraa
maallaqni yommuu bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G
4101/03 XX
42XX XX
53
10. GALII DEEBI’EE KANFALAMU
Manni hojii mootummaa dogongoraan ykn
sabaaba addaa adaatiin maallaqni galii ta’e
abbaa mirgaaf akka deebi’u ni danda’a.
Fakkeenya: Galiin adabbiiwwan mana murtii
akka deebi’u yommuu murtaa’u:-
54
….GALII DEEBI’EE KANFALAMU
a) Aadabbiin mana murtii bara baajataa galii ta’e
keessatii qaama adaabameef akka deebi’u yommuu
murtaa’u, galeefamnii isaa :- NB (PV)
1414 XX
4101/03 /05 XX
(Mata duree galii ittin ta’erra deebi’a). 55
…GALII DEEBI’EE KANFALAMU
b) Aadabbichi erga barri baajataa isaa darbee booda
akka deebii’u yoo murtaa’e sirreefama gara qabeenya
qulquullutti (Net asset equity) hojjachuufiidhan
kaffalaman (payable) hundeeffameefii kaffaltiin akka
raawwatamu ta’a
56
…GALII DEEBI’EE KANFALAMU
.c) Haaluma kanaan, Sirreeffamni yommuu hojjatamuuf
, galeeffamni isaa:-AGH (JV)
5601 XX
5002 XX
57
…GALII DEEBI’EE KANFALAMU
d) Qaama adabameef yommuu deebi’u,
galmeeffamni isaa :- N.B(PV)
5002 XX
4101/03 XX
58
RETEENSHIINII
11. Waxabajjii 30tti reteenshiinii Tereezhariitti dhangala’e
a) a)Maneen hojii mootummaa tiin baasiitii yeemuu galma’u
4274 XX
4103 XX
59
RETEENSHIINII
b) Treezeeiidhan yamuu galiitii galma’u
4105 XX
5061 XX
60
RETEENSHIINII
c) Treezeeiidhan yamuu gaffatamee baasii
godhatamugalii galma’u (Galme MMD)
5601 XX
4105 XX
61
….RETEENSHIINII
b) Mannen hojii
mootummaaTreezeeiidhan yamuu
gaffatamee baasii godhatamugalii galma’u
62
….RETEENSHIINII
c) Treezeeiidhan yamuu gaffatamee baasii
godhatamugalii galma’u (Galme MMD)
5601 XX
4105 XX
63
….RETEENSHIINII
d) Manneen hojii mootummaa yemmuu
Tireezharii irraa fudhatan
4103 XX
4274 XX
64
….RETEENSHIINII
e) Manneen hojii mootummaa abba mirgaaf
yamuu kaffalan
5061 XX
4103/4105 XX
65
…..KAFFALTII CHEEKII
b) ji’a addooleessa keessa manneen hojii
hanga cheekii osoo hin kaffalamn
hafeef chheekii akkaaaawuntii gosa “Z”
faleesuudhan bakka isaatti deebii’suun
kooppii cheekii falleeeffame waliin
qabsiisuun gaaffii dhiyasanii yeemmuu
Tireezharii irraa lakk herreega baankii
gosa “B” darbuuf
66
…..KAFFALTII CHEEKII
Galmeefama issa
4007 XX
4105 XX
67
…..KAFFALTII CHEEKII
d) Abban mirga a duraan cheekii deebisee ture lakk
herreega baankii Manneen hojii Motuummaa yamuu
kaffaltii raawwatan
5001 XX
4103 XX 68
…..KAFFALTII CHEEKII
e) Abban mirga a hanga Adooleessa 30 gaafii
osoo hin hin dhiyeesiin yoo hafe
5001 XX
5601 XX
69
…..KAFFALTII CHEEKII
f) Manneen hojii mootummaaf mirgaa
Adooleessaa 30 booda yoo gaffatame baajatni
qabameefii yamuu kaffalan
6000 XX
4103/05 XX
70
GALMEEFFAMA BAANKII DANGEEFAME “Z ACCOUNT” FI BAANKII
LAKK. GOSA “B” GIDUUTII RAAWWATAMU QABU
Galmeeffama Isaa
4103 XX
5001 XX
71
13.1 JI’A ADOOLESSA KEESSA GALMEEFFAMA LAKK.
HERREEGA BAANKII DAANGEFFAME ‘Z’ KEESSATTI
RAAWWATAMUU QABU:
72
13.2 JI’A ADOOLESSA KEESSA GALMEEFFAMA LAKK.
HERREEGABAANKII B IRRATTI RAWWATAMUU QABU:
73
13.3 JI’A ADOOLESSA KEESSA
YAMMUU MAALLAQNI LAKK. HERREEGA
BAANKII
74
13.4 JI’A ADOOLESSA KEESSA MAALLAQNI TIREEZHARII
IRRAA YAMMUU LAKK. HERREEGA BAANKII ‘B’ IRRATTI GALII
TA’U:
75
13.5 JI’A ADOOLESSA KEESSA ABBAA MIRGAAF KAFFALTIIN LAKK.
HERREEGA BAANKII ‘B’ IRRAA YAMMUU RAAWWATAMU:
76
14. Galmeeffama dhangal’aa dhuma waggaa:
 Maallaqaa fi Misooma Diinagdeetti
 MHM
77
14. GALMEEFFAMA DHANGAL’AA DHUMA
WAGGAA:
4002 X X
4055 XX
78
15. GALMEEFFAMA DHANGAL’AA DHUMA
WAGGAA:
4002 X X
4055 XX
79
GALATOMAA!
80

More Related Content

More from miadjafar463

Ethiopian Health insurance DISORDERS.pptx
Ethiopian Health insurance DISORDERS.pptxEthiopian Health insurance DISORDERS.pptx
Ethiopian Health insurance DISORDERS.pptxmiadjafar463
 
Naannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptx
Naannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptxNaannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptx
Naannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptxmiadjafar463
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxmiadjafar463
 
Maree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptx
Maree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptxMaree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptx
Maree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptxmiadjafar463
 
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptmiadjafar463
 
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxmiadjafar463
 
Argannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptx
Argannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptxArgannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptx
Argannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptxmiadjafar463
 

More from miadjafar463 (7)

Ethiopian Health insurance DISORDERS.pptx
Ethiopian Health insurance DISORDERS.pptxEthiopian Health insurance DISORDERS.pptx
Ethiopian Health insurance DISORDERS.pptx
 
Naannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptx
Naannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptxNaannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptx
Naannoo Oromiyaa Odiitii Taaksii (IS) kumsa.pptx
 
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptxSanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx
 
Maree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptx
Maree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptxMaree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptx
Maree pirojektii Sadaasa 2016f final.pptx
 
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.pptLeenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
Leenjii Qophii fi Bul.Pirojektii 2014.ppt
 
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
 
Argannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptx
Argannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptxArgannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptx
Argannoo Odiitii Auditing-Degu Desta (3).pptx
 

Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptx

  • 2. GALMEEFFAMA ARGANNOOWWAN ODIITII  Manneen hojii mootummaa herreegni isaanii Odiiteraan xiinxalamee hir’inni ykn caalmaan ykn baasiinii fi raawwiin seeraa alaa yommuu argamu akkaataa galmeeffama isaa:- 2
  • 3. …..GALMEEFFAMA 1.Hir’ina 1.1 Hir’ina maallaqaa a. Hojjetaan maallaqa hir’ise irratti maallaqichi yommuu galmaa’u :- AGH (JV) 4202 XX 4101 XX ni hundeeffama. 3
  • 4. …HIR’INA AGH (JV) b) Hir’inni maallaqaa galmaa’e manni murtii akka abbaa idaa irraa hin barbaadamne yemmuu murtaa’u: AGH 5601 xx 4202 xx ni haqama. 4
  • 5. …HIR’INA C) Hojjataan maallaqa hir’ise yommuu bakka buusu ykn yommuu galii godhu: 4101/03/05 xx 4202 xx 5
  • 6. …HIR’INA 1.2 Hir’ina meeshaa Hir’ina meeshaa uumameef hojjataa meeshaa hir’ise irratti maallaqaan tilmaamamee yommuu galmaa’uu fi maallaqichi yommuu galii ta’u akkaataa armaan gadiitti raawwata. 6
  • 7. …..HIR’INA MEESHAA a) Bara baajataa tokko keessatti hojjataa meeshaa hir’ise irratti yommuu galmaa’u: 4202 xx 6000 xx 7
  • 8. …….HIR’INA MEESHAA B) Hojjataan meeshaa hir’ise yommuu maallaqaan bakka-buusu ykn yommuu galii godhu: 4101/03/05 xx 4202 xx galii ta’a. 8
  • 9. …….HIR’INA MEESHAA c) Barri baajataa erga darbee booda hojjataa meeshaa hir’ise irratti yommuu galmaa’u: 4202 xx 5601 xx ni hundeeffama. 9
  • 10. …HIR’INNA MEESHAA D) Hir’inni meeshaa galmaa’e manni murtii akka abbaa idaa irraa hin barbaadamne yemmuu murtaa’u: AGH 5601 xx 4202 xx ni haqama 10
  • 11. …….HIR’INA MEESHAA E) Hojjataan meeshaa hir’ise yommuu maallaqaan bakka-buusu ykn yommuu galii godhu: 4101/03/05 xx 4202 xx galmaa’ee. Hub. Gatiin hir’ina meeshaa akka kaffalamu yammuu taasifamu meeshaan hir’ate baasiidhaan galmaa’ee abbaa meeshaa hir’iseef nagaheen baasii meeshaa (M22) ibsi itti-kennamuufii qaba. 11
  • 12. 2. CAALMAA 2.1 Maallaqa caalmaadhaan argame Yeroo odiitii maallaqni caalmaan yoo argame, haalli galmeeffama isaa bara baajataa kam irratti iyyuu nagahee galii irratti:NG (RV) 4101 xx 1489 xx 12
  • 13. ..CAALMAA  2.2 Meeshaa caalmaadhaan argame  Yeroo odiitii meeshaan caalmaan yoo argame, haalli galmeeffama isaa bara baajataa kam irratti iyyuu nagahee galii meeshaa (M19) irratti galii ta’a.  13
  • 14. 3.BASII SEERAAN ALAA baasiiwaan odiitaraan fudhatama dhaban Herreegni mana hojii tokkoo odiitaraan xiinxalamee baasiin isaa seeraan ala ta’uun isaa mirkanaa’ee marii ba’umsaan (exist conference) erga irratti walii-galamee booda, baasiin maallaqaa odiitaraan fudhatama dhabe kun akka bakka-bu’u ta’a. 14
  • 15. …BASII SEERAAN ALAA Haaluma kanaan osoo baasichi bakka hin bu’in maallaqichi yommuu galii ta’u madda isaa kan agarsiisu tokko hundeessuun barbaachisaa-dha. Bu’uuruma kanaan raawwichi yommuu galmeeffamu maallaqichi eenyu irraa akka barbaadamuu fi kan bara baajata kamii akka ta’e haala ibsuu danda’uun teessisuunis barbaachisaadha. 15
  • 16. …BASII SEERAAN ALAA Fakkeenya: 1 baruma baajataa sana keessatti baasii durgoo oolmaa nama tokkoo seeraan ala bahii ta’uun isaa kan bira gahame yoo ta’e, haalli galmeeffamni isaa :- 16
  • 17. …BASII SEERAAN ALAA Durgoo Seeran alaa A. Hojjetaan durgoo fudhatee irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV) 4211/XX XX 6231 XX ni hundeeffama. 17
  • 18. …BASII SEERAAN ALAA B. Hojjetaan durgoo fudhate irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N. /G(RV) 4101/03 /05 XX 4211/XX XX 18
  • 19. …BASII SEERAAN ALAA Fakkeenya: 2 Barii baajataa kan darbe yoo ta’ee, haalli galmaa’insi isaa :- A. Hojjetaan durgoo fudhate irratti yommuu galmaa’u:- AGH ( JV ) 4211/xx XX 5601 XX 19
  • 20. …BASII SEERAAN ALAA B. Hojjetaa durgoo fudhate irraa maallaqni yommuu galii ta’u ykn yommuu bakka bu’u:- N.G ( RV) 4101/03 XX 4211/xx XX 20
  • 21. 4. TAAKSII OSOO HIN CITIN HAFE Fakeenya 1. Maallaqa / Taaksii Hojii adeemsistuu irraa citee hafuu qabu (withholding tax ,2 % ) irra darbame:- 21
  • 22. …..RAWWII SEERAAN ALAA a) Qondaala Heerregaa /gibira kaffalaa irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV) 42xx XX 5026/1103/1104 XX 22
  • 23. …..RAWWII SEERAAN ALAA b) Qondalaa Heerregaa /gibira kaffalaa irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV) 4101/03 /05 XX 42XX XX 23
  • 24. …..RAWWII SEERAAN ALAA Fakkeenya 2. Bara baajataa keessatti galii gibira hoj hojjattoota irraa osoo hincitin hafe gibira mindaa (incom tax) irraa citee hafuu qaba. Sababa adda adaatiin oso hin muramne yoo hafe, galmeeffamni isaa: 24
  • 25. …..RAWWII SEERAAN ALAA a) Bara baajata keesa gibira kaffalaa irratti yommuu galmaa’u: . 42xx xx 1101 xx ni hundeeffama. 25
  • 26. ….RAWWII SEERAAN ALAA b) Gibira kaffalaa irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV) 4101/03 /05 XX 42XX XX 26
  • 27. ….RAWWII SEERAAN ALAA Fakeenya 3. Buusii sooramaa hojjattoota irraa osoo hin citin hafe buusiin soorotaa (%4) hojjattoota irraa citee hafuu qabu sababa adda addaatiin osoo hin hir’ifamin yoo hafe, galmeeffamni isaa 27
  • 28. ….RAWWII SEERAAN ALAA a) Hojjattoota irratti yommuu galmaa’u 4203 XX 5003 XX 28
  • 29. …RAAWWII SEERAN ALA c) Sooratni mindaa hojjattootaa irraa citee Abba Taayitaa wabii Hawwaasummaa yemmuu darbu 5003 XX 4103/03/05 XX 29
  • 30. …RAAWWII SEERAN ALA Fakkeenya 4. Baasii bilbilaa hojjattootaan dhimma dhuunfaatiif bilbilamee saanduqa irraa kaffalamee mindaa hojjattootaa irraa hin hir’ifamin hafe 30
  • 31. …RAAWWII SEERAN ALA 4203 XX 6258 XX H a) Hojjattoota irratti yommuu galmaa’u: 31
  • 32. b) Hojjatttoota irraa yommuu maallaqni bakka-bakk- bu’u /galii ta’u 4101/03/05 XX 4203 XX 32
  • 33. 5. Baasii ragaa hin qabne Bara baajaataa keessatti a.Hojjetaa ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti yommuu galmaa’u:-AGH (JV) 4211/XX XX 62XX XX 33
  • 34. …BAASII RAGAA HIN QABNE b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- 4101/03 /05 XX 4211/XX XX 34
  • 35. 2. BARII BAAJATA ISAA ERGA DARBEE BOODA a) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti yommuu galmaa’u 4211/XX XX 5601 XX 35
  • 36. …BARII BAAJATA ISAA ERGA DARBEE BOODA b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- 4101/03 /05 XX 4211/XX XX 36
  • 37. 6. CHEEKII JI,A JA’A (6) OL SAANDUQA KEESSA TURE (OVERDUE CHEQUES ) Galiin Cheekiidhaan naga’ee galii irratti galmaa’e tokko yoo ji’a 6 ol saanduqa keessa ture gara mallaqaatti jijjiiramuu hin danda’u. Kaanafuu, cheekiichaaf sirreeffamni hojjatamuufii qaba. 37
  • 38. …CHEEKII JI,A JA’A (6) OL a) Kaffalaa Gibiraa /Mallaqaa qabaa irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV) 42XX XX 4101 XX 38
  • 39. …CHEEKII JI,A JA’A (6) OL b) Kaffalaa gibiraa irraa/Mallaqaa qabaa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV) 4101/03 XX 42XX XX 39
  • 40. 7. SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII 7.1 Walitti qabamaa ibsa herreega Baankii (bank statement) irratti galmaa’ee, galmee herreegaa (Books of account) irratti hin galma’iin argame, galmeeffamni isaa:- NG(RV) 4103 XX 42XX XX 40
  • 41. ….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII 7.2 Baasii ibsa herreega baankii irratti galma’ee, galmee herregaa irraatii hin galmaa’iin argame, galmeeffamni isaa (tajaajila baankii) 6256 XX 4103 XX 41
  • 42. ….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII 7.3 Galii ibsa herreega baankii irratti galma’ee, galmee herregaa irratti hin galmaa’iin argame, Sirreeffamni isaa:- NG(RV) 4103 XX 1000/4017 XX 42
  • 43. ….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII 7.4 Herreega Baasii Galmee irratti caalmaan galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:- AGH(JV) 4103 XX 6000 XX 43
  • 44. ….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII 7.5 Herreega baasii galmee irratii hir’inaan galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-NB (PV) 6000 XX 4101/03 /05 XX 44
  • 45. ….SIRREEFFAMA ARAARSA BAANKII 7.6 Herreega galii galmee irratii hir’inaan galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-NG(RV) 4101/03 /05 XX 1000 XX 45
  • 46. 8. Basii Caalmaadhaan kaffalame a) Bara baajataa tokko keessatti hojjetaa caalmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irratti Yommuu galmaa’u ykn Sirreeffamni yommuu hojjatamu,AGH (JV) 4211/XX XX 6000 XX 46
  • 47. …..BASII CAALMAADHAAN KAFFALAME b) Hojjetaan caalmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (PV) 4101/03 XX 4211/XX XX 47
  • 48. …..BASII CAALMAADHAAN KAFFALAME c) Barri baajataa erga darbee booda hojjetaan caalmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV) 4211/XX XX 5601 XX 48
  • 49. …..BASII CAALMAADHAAN KAFFALAME d) Hojjetaan caallmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV) 4101/03 /05 XX 42/XX XX 49
  • 50. 9. RAGAAWWAN HERREEGAA QOPHAATTI SAAMSAMANII JIRAN Yeroo Manneen Hojii Mootummaa walitti makamaniin fi addaan ba’an akkasumas yeroo “Disenteralayizeeshinii” ragaaleen herreegaa maallaqni baankii fi saanduqa keessa jiran herreegni kanneen akka walitti qabamaawwanii, kaffalamaawwanii fi kkf hundi qulqulla’anii ramaddii herreega isaanii qabatanii wal-harkaa fuusifni godhamee galmaa’uun osoo irra jiruu sanada mootuummaa bakka tokkotti itti saamsamuudhaan bakka adda addaa jiraachuun isaa ni beekama. 50
  • 51. …HERREEGAA QOPHAATTI SAAMSAMANII JIRAN Manneen Hojii mootummaa kamiyyuu mana hojii isaa keessatti haalli kana fakkatu yoo jiraate adeemsa qabiinsa Herreega Maallaqa callaa keessatti galmeessuudhaan hordoofamee tarkanfiin akka iraatii fuudhatamu ta’ee, galmeefamn isaa,Waltii-qabama yoo ta’e 51
  • 52. …HERREEGAA QOPHAATTI SAAMSAMANII JIRAN 1. Waltii qabama yoo ta’e a) Abbaa Sanadni irraa barbadaamuu iratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV) 42XX XX 5601 XX 52
  • 53. …HERREEGAA QOPHAATTI SAAMSAMANII JIRAN b) Abbaa Sanadni irraa barbaadamu irraa maallaqni yommuu bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G 4101/03 XX 42XX XX 53
  • 54. 10. GALII DEEBI’EE KANFALAMU Manni hojii mootummaa dogongoraan ykn sabaaba addaa adaatiin maallaqni galii ta’e abbaa mirgaaf akka deebi’u ni danda’a. Fakkeenya: Galiin adabbiiwwan mana murtii akka deebi’u yommuu murtaa’u:- 54
  • 55. ….GALII DEEBI’EE KANFALAMU a) Aadabbiin mana murtii bara baajataa galii ta’e keessatii qaama adaabameef akka deebi’u yommuu murtaa’u, galeefamnii isaa :- NB (PV) 1414 XX 4101/03 /05 XX (Mata duree galii ittin ta’erra deebi’a). 55
  • 56. …GALII DEEBI’EE KANFALAMU b) Aadabbichi erga barri baajataa isaa darbee booda akka deebii’u yoo murtaa’e sirreefama gara qabeenya qulquullutti (Net asset equity) hojjachuufiidhan kaffalaman (payable) hundeeffameefii kaffaltiin akka raawwatamu ta’a 56
  • 57. …GALII DEEBI’EE KANFALAMU .c) Haaluma kanaan, Sirreeffamni yommuu hojjatamuuf , galeeffamni isaa:-AGH (JV) 5601 XX 5002 XX 57
  • 58. …GALII DEEBI’EE KANFALAMU d) Qaama adabameef yommuu deebi’u, galmeeffamni isaa :- N.B(PV) 5002 XX 4101/03 XX 58
  • 59. RETEENSHIINII 11. Waxabajjii 30tti reteenshiinii Tereezhariitti dhangala’e a) a)Maneen hojii mootummaa tiin baasiitii yeemuu galma’u 4274 XX 4103 XX 59
  • 60. RETEENSHIINII b) Treezeeiidhan yamuu galiitii galma’u 4105 XX 5061 XX 60
  • 61. RETEENSHIINII c) Treezeeiidhan yamuu gaffatamee baasii godhatamugalii galma’u (Galme MMD) 5601 XX 4105 XX 61
  • 62. ….RETEENSHIINII b) Mannen hojii mootummaaTreezeeiidhan yamuu gaffatamee baasii godhatamugalii galma’u 62
  • 63. ….RETEENSHIINII c) Treezeeiidhan yamuu gaffatamee baasii godhatamugalii galma’u (Galme MMD) 5601 XX 4105 XX 63
  • 64. ….RETEENSHIINII d) Manneen hojii mootummaa yemmuu Tireezharii irraa fudhatan 4103 XX 4274 XX 64
  • 65. ….RETEENSHIINII e) Manneen hojii mootummaa abba mirgaaf yamuu kaffalan 5061 XX 4103/4105 XX 65
  • 66. …..KAFFALTII CHEEKII b) ji’a addooleessa keessa manneen hojii hanga cheekii osoo hin kaffalamn hafeef chheekii akkaaaawuntii gosa “Z” faleesuudhan bakka isaatti deebii’suun kooppii cheekii falleeeffame waliin qabsiisuun gaaffii dhiyasanii yeemmuu Tireezharii irraa lakk herreega baankii gosa “B” darbuuf 66
  • 68. …..KAFFALTII CHEEKII d) Abban mirga a duraan cheekii deebisee ture lakk herreega baankii Manneen hojii Motuummaa yamuu kaffaltii raawwatan 5001 XX 4103 XX 68
  • 69. …..KAFFALTII CHEEKII e) Abban mirga a hanga Adooleessa 30 gaafii osoo hin hin dhiyeesiin yoo hafe 5001 XX 5601 XX 69
  • 70. …..KAFFALTII CHEEKII f) Manneen hojii mootummaaf mirgaa Adooleessaa 30 booda yoo gaffatame baajatni qabameefii yamuu kaffalan 6000 XX 4103/05 XX 70
  • 71. GALMEEFFAMA BAANKII DANGEEFAME “Z ACCOUNT” FI BAANKII LAKK. GOSA “B” GIDUUTII RAAWWATAMU QABU Galmeeffama Isaa 4103 XX 5001 XX 71
  • 72. 13.1 JI’A ADOOLESSA KEESSA GALMEEFFAMA LAKK. HERREEGA BAANKII DAANGEFFAME ‘Z’ KEESSATTI RAAWWATAMUU QABU: 72
  • 73. 13.2 JI’A ADOOLESSA KEESSA GALMEEFFAMA LAKK. HERREEGABAANKII B IRRATTI RAWWATAMUU QABU: 73
  • 74. 13.3 JI’A ADOOLESSA KEESSA YAMMUU MAALLAQNI LAKK. HERREEGA BAANKII 74
  • 75. 13.4 JI’A ADOOLESSA KEESSA MAALLAQNI TIREEZHARII IRRAA YAMMUU LAKK. HERREEGA BAANKII ‘B’ IRRATTI GALII TA’U: 75
  • 76. 13.5 JI’A ADOOLESSA KEESSA ABBAA MIRGAAF KAFFALTIIN LAKK. HERREEGA BAANKII ‘B’ IRRAA YAMMUU RAAWWATAMU: 76
  • 77. 14. Galmeeffama dhangal’aa dhuma waggaa:  Maallaqaa fi Misooma Diinagdeetti  MHM 77
  • 78. 14. GALMEEFFAMA DHANGAL’AA DHUMA WAGGAA: 4002 X X 4055 XX 78
  • 79. 15. GALMEEFFAMA DHANGAL’AA DHUMA WAGGAA: 4002 X X 4055 XX 79