SlideShare a Scribd company logo
Leenjii Odiitii Hordoffii Bittaa
fi Bulchiinsa qabeenyaa
Godinaalee fi Anaaleef qophaa’e
Sadaasa /2015
Adaamaa
Biiroo Maallaqa Oromiyaa
Seensa---
Bittaan Mootummaa meeshaa Mootummaan ittiin
tajaajila ummataaf kennuudha waan ta’eef bu’aa
qabeessummaa isaa mirkaneessuun barbaachisaadha.
Bittaa fi Bulchiinsi Qabeenya Mootummaa bu’aa
barbaachisu kan argamsiisuu danda’u bifa iftoominaa fi
itti gaafatamummaa qabuun, yoo hojiirra oole qofaa.
Bittaan Mootummaa Yemmuu jennuu Bittaa
Ijaarsaa, Bittaa meeshaa tajaajila gorsaa fi
tajaajila biroo jechuu dha. Haata’uu malee
bittaa kun kan gaggeeffamuu qabu haala
qajeelfamni jedhu irrattii hundaa’uu
gaggeeffamu qaba. Akkasumas Manneen hojii
mootummaa bulchiinsa qabeenyaa
mootummaa, amma bifa amayyaa, si’ayyinaa fi
bu’aa qabeessa ta’e hojii irra
oolchuudhaan qabeenyaa mootummaa harka isaanii jala
jiru of-eeggannoon qabuu, ittifayyadamuu, to’achuu fi
tajaajilli isaa yeroo dhaabbatu ykn yeroo tajaajila irra hin
ooletti yeroo isaattii fi karaa sirrii ta’een akka dhabamsiisan
dandeessisuu dha.
Bu’uuruma kana irratti hundaa’uun Bittaan Mootummaa
garaagaraa Gaggeeffamu fi qabiinsa meeshaa irrattii Oditii
ta’uun isaa barbaachisaa ta’ee argameera. kanaafuu Bittaa
mootummaa fi qabeenyaan mootummaa akkaataa seeraa
fi qajeelfamaatiin qabamuu fi raawwatamuu qaba.
1.Barbaachisummaa Oditii bittaa fi
qabenyaa ibsuu
Sadarkaa Aanaalee fi Bulchiinsa magalootatti Raawwii bittaa
fi bulchinsaa qabeenyaa Mootummaa odiitii fi
gamaggamuun dandeetti raawwachisummaa cimsuun
tajaajila si’ata, ifaa, haaqa qabeessaa , itti gaafatamummaa
fi bu’aa qabeessa ta’e akka kennamu gochuuf
Hojiileen hojjataman Labsii, dambii fi qajeelfama bittaa fi
bulchiinsa qabeenyaa mootummaa eeguudhaan bifa wal-
fakkaatuun akka hojiirra ooluu fi gumaachii misoomaa
keessatti dhufu akka saffisuu taasiisuuf
Mala fi Tooftaa hojimaata oditii bittaa fi
bulchinsaa qabeenyaa ittin raawwatamuu
Ogeessota bittaa qaamaan erga deemanii
booda Koreen mgti aanaalee fi Bul/magaalootaa
qabnuu hundaa tiif sadarkaa jiranitti
Hubannoo cheekiilistii fi qabxilee irratti akka
argatuu erga tasifamee bodaa Ogeesoti Bittaa
cheekiilistii softi koppii fi hard koppii
qaamaan qabatanii deemanii oditii bittaa fi
bulchinsaa qabeenyaa aanaalee fi bulchinsa
magalaa itti waamami Godinaaf ta’e odiitii
bittaa ni geggeessu.
Kaayyoo----
Humna Namaa fi Caasaa Bittaa fi
Bulchiinsaan Walqabatee.
• Humna nama
ramadamuu
dhabuu
• Leenjii gahaa argachuu dhabuu fi kan leenji’anis hojii
gadhiisuu ykn bakka biraatti ramaduu
• Labsii, qajeelfamaa fi sarkulaaronni addaa addaa argachuu
dhabuu.
• Xiyyeeffannoo Hoggansaa dhabuu fi Xiqqeeffamee
ilalamuu.
• Haata’u malee Biiroon qorannoo taasiiseen foyya’ee jira.
karoora Bittaa.
osoon hin qopheessin bittaa geggeessuu.
Labsiin Bittaa fi Bulchiinsa qabeenya Mootummaa
lakk.157/2002 fi qajeelfama bittaa Mootummaa
naannoo Oromiyaa lakk.02/2004
•Karoorri Bittaa Waggaa
qabu
qopheeffachuun bittaa geggeessuu
dhadhabuu.
•Karoorri qophaa’us utuu
Bittaatiin ilaalamee
hin
mirkanaa’in bittaa raawwachuu.
Qophii Sanada Caalbaasii
ilaalchisee .
1. Qajeelfama dorgomtootaa
2. Ibsa Fedhii teekinikaa
3. Gabatee dhiyeessa Gatii
4. Haala waliigaltee.
Beeksisa caalbaasii .
Beeksifni caalbaasii akka ulaagaa dorgomiitti
fayyadamuu.
Ulaagaa bu`uura seera hin qabne beeksisa caal-baasii fi
Sanada caal-baasii keessa galchuun dorgomii geggeessuu.
Bu’uura qajeelfamaatiin kabachiisa caalbaasii hojii irraa
oolchuu dhiisuu.
Guyyaan turtii beeksisaa caalbaasii haala qajeelfamaan
raawwachuu dhabuu.

 Osoo Sanadi hin qophaa’iin Beeksisa Caalbaasii baasuu.
Maqaa, teessoo fi mallattoon dorgomtootaa kan hin galmeessine ta’uu.
 Guyyaa caal-baasiin qilleensa irra oolee kaasee saanduqni caalbaasii banaa ta’uu dhabuu.
 Maqaa, teessoo fi mallattoon dorgomtootaa kan hin galmeessine ta’uu.
• Qaboon yaa’ii baniinsa Caalbaasii
Qabamuu dhabuu.
• Dorgomtoota baniinsa irraatti
argaman Maqaa,teessoo fi
Mallattoon qabamuu dhiisuu.
• Koreen baniinsa Sanada yaada
dorgomii fuula hunda irraatti
mallateessuu dhabuu.
• Guyyaa caalbaasiin ni banama
jedhamee qilleensa irraa oleettii
banuu dhabuu.
Ulaagaa sanada caalbaasii keessatti hin ibsamneen
caalbaasii xiinxaluu.
Gamamaagama caalbaasii koree raggaasiftuu bittaan
raggaasisuu dhiisuu.
Bu’aa gamaaggamaa kan mo’aataniifis ta’ee kan
mo’amaniif xalayaan beeksisuu dhiisuu.
Yeroon turtii komii haala qajeelfamaan eeguu
dhabuu.
Qaboon yaa’ii gamaaggama caalbaasii dhabamuu.
Waliigaltee Mallateessuun Wal-qabatee.
Haalaa kaffaltiin ittii kaffalamuu ibsamuu dhabuu fi Osoo wal-
harkaa fuudhinsa hin geggeessin itti tajaajilamuu.
Yeroon walharkaa fuudhinsi waliigaltee keesatti kan hin
ibsamne ta’uu fi yeroon wal-harkaa fuudhuu dhabuu.
Kabachiifni waliigaltee Haala Qajeelfamaan raawwachuu
dhabuu.
Waliigaltee Mallateessuun Wal-
qabatee.
Gatii walii galameen
dabalanii
kaffalttii raawwachuu(ijaarsa).
Hojiin chuu fi
yeroo walii galame keessatti
xumuruu dhadhabuu.
Haala karoorfamee fi walii
galameen bittaa geggeessuu
dhadhabuu fi tarkaanfii
fudhachuu dhiisuu akkaataa walii
galteen bittaa hin
Waliigaltee Mallateessuun Wal-qabatee.
osoo hin geggeessin walii galtee
raawwachuun kaffaltii akka rawwatamu
taasisuu.
osoo
hin rawwatiin itti tajaajilamuu fi kaffaltii
xumuranii raawwachuu.
Raawwii Bittaan wal-qabatee.
Bittaa kurmaana 4ffaa keessaa osoo Qaama
dhimmi ilaaluu hin hayyamsiisin Bittaa
raawwachuu.
Bittawwan pirfoomaan raawwatamanis ta’ee
kan biroo qorannaa gabaatiin osoo hin
deeggeramiin bittaa raawwachuu.
Bittawwaan ciccitaa yeroo raawwatamu
dorgomtoota galmee dhiyyessitoota keessatti
hin galmoofnee irraa bittaa raawwachuu.
Sirna Bulchiinsa Stookii ilaalchisee.
Bulchiinsa Qabeenya dhaabbii ilaalchisee .
Galmeen meeshaa Dhaabii hojiirra oolaa jiraachuu
dhabuu.
Lakk.Addabaasaa Qabeenyaa Haala qajeelfamaan
kennamuu dhabuu.
Lakk.Meeshaa dhaabbii geggeeffamuu dhabuu.
Kaardii Ittifayyadamtootaa (UC) hojii irraa oolchuu
dhiisuu.
Qabeenya kennaadhaan ykn gargaarsaan argaman seera
bulchiinsa qabeenyaa eeganii galmeessuu dhabuu.
Bulchiinsa Qabeenya dhaabbii ilaalchisee .
Qabeenya Mootummaa
osoo harkaa hinfuudhiin
Nama jijjiiraan geggeessuu
fi fudhachuu (waraqaa
qulqullinaa malee).
Xiyyeeffannoon bulchiinsa
Qabeenyaaf kennamu
baayyee laafaa ta`uu
sadarkaa hundatti.
Dhabamsiisa Qabeenyaa ilaalchisee.
Koreen dhabamsiisa Qabeenyaa Dhaabbachuu
dhabuu.
Sadarkaa Godinaa fi Aanaatti akkataa treshold
Qajeelfama irraa taa’ee jiruun fayyadamuun
qabeenya dhabamsiifamuu qabu dhabamsiisuu
dhiisuu.
Qabeenyaa gurgurtaan isaa Aangoo Godinaa fi
Aanaatii ol ta’ee Qindeessanii EBDHQOtiif
dabarsuu dhabuu.
Akka Walii galaatti Rakkoolee Adeemsa Raawwii
bittaa fi buchiisa qabeenyaa keessatti yeroo addaa
addaa mullachaa jiran kana
kennuun tarkaanfii sirreeffamaa
fudhachuun gara fuula duraatti akkaataa labsii fi
qajeelfama bu`uura godhateen akka raawwatamu
taasisuun dirqama ta`aa.
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx

More Related Content

What's hot

4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
MohammedAbdela7
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.ppt
Jaafar47
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mohammed Abdo
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
TeshomeFeye2
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt
MohammedAbdela7
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Jaafar47
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Asfaw Zewdu
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaa
HabteTefera2
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
Jaafar47
 
Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...
Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...
Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...
AmentiTeka1
 
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
miadjafar463
 
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa WangeelaaBarnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Tagesu( Obsaa) Abdisa( Abdiisaa)
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Jaafar47
 
Jaalala yesus
Jaalala yesusJaalala yesus
Jaalala yesus
haramaya university
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
gemechuayana5
 
4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx
MohammedAbdela7
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
AbdisaGutema
 
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Jaafar47
 
What's hot (20)

4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
Formaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.pptFormaatii_walii_galtee.ppt
Formaatii_walii_galtee.ppt
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
 
4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt4_5924707862126268048[1].ppt
4_5924707862126268048[1].ppt
 
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptxLeenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
 
Ogummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaaOgummaa malleen jireenyaa
Ogummaa malleen jireenyaa
 
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptxhubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...
Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...
Barumsa Waa'ee Mallattoolee Bara dhumaa Signs of End Times by Amenti Teka (BS...
 
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptxLeenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx
 
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa WangeelaaBarnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
 
Jaalala yesus
Jaalala yesusJaalala yesus
Jaalala yesus
 
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptxleenjii Dadamaqinsaa  rifoormii bara 2013.pptx
leenjii Dadamaqinsaa rifoormii bara 2013.pptx
 
4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx4_5922384989193768140[1].pptx
4_5922384989193768140[1].pptx
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
 
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptxHaala  fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx
 
Similar to Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx

Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
LammiiEdae
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
Desalechali1
 
12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx
12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx
12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx
edget1
 
Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
walaansoodhokataa
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Bahar Abdi Dawid
 
Presentation1.pptx
Presentation1.pptxPresentation1.pptx
Presentation1.pptx
AyeleFeyissa1
 
Public service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptxPublic service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptx
samuelmerga3
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
gdirbabaa8
 
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptxFandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
OlifanAbduraman
 
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdfHiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Desalechali1
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Filipino Tracts and Literature Society Inc.
 
Jedhi Malee (just do it).pdf
Jedhi Malee             (just do it).pdfJedhi Malee             (just do it).pdf
Jedhi Malee (just do it).pdf
Desalechali1
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
Desalechali1
 
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
bakalchabari721
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Jaafar47
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Tagesu( Obsaa) Abdisa( Abdiisaa)
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
habtamu292245
 
Similar to Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx (20)

Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx
12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx
12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
 
Presentation1.pptx
Presentation1.pptxPresentation1.pptx
Presentation1.pptx
 
Public service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptxPublic service amendments Management .pptx
Public service amendments Management .pptx
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptxFandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
 
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdfHiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
 
Jedhi Malee (just do it).pdf
Jedhi Malee             (just do it).pdfJedhi Malee             (just do it).pdf
Jedhi Malee (just do it).pdf
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
 
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
 
Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptxBitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
More from Jaafar47

የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptxየማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
የማሽከርከር ሥነ ባህሪ.pptx
Jaafar47
 
International Trade.pptx
International Trade.pptxInternational Trade.pptx
International Trade.pptx
Jaafar47
 
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptxINTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx
Jaafar47
 
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptxMicro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx
Jaafar47
 
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdfChapter 5. Comparative statistics.pdf
Chapter 5. Comparative statistics.pdf
Jaafar47
 
COMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptxCOMMERCIAL BANKING.pptx
COMMERCIAL BANKING.pptx
Jaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
Jaafar47
 
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptxQajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx
Jaafar47
 
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptxMeeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx
Jaafar47
 
GEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptxGEQIP E -SG new.pptx
GEQIP E -SG new.pptx
Jaafar47
 
Education.pptx
Education.pptxEducation.pptx
Education.pptx
Jaafar47
 
CENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptxCENTRAL BANKING.pptx
CENTRAL BANKING.pptx
Jaafar47
 
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.pptWORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt
Jaafar47
 
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.pptCh-6 Inventory ledger.ppt
Ch-6 Inventory ledger.ppt
Jaafar47
 
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.pptACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt
Jaafar47
 
6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt6. Procurement Complaints.ppt
6. Procurement Complaints.ppt
Jaafar47
 
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.pptTHE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt
Jaafar47
 
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx Financial analysis and appraisal of projects.pptx
 Financial analysis and appraisal of projects.pptx
Jaafar47
 
Method of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.pptMethod of evaluating alternatives.ppt
Method of evaluating alternatives.ppt
Jaafar47
 
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptxTHEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
THEORY OF CONSUMER BEHAVIOR AND DEMAND.pptx
Jaafar47
 
More from Jaafar47 (20)

  • 1. Leenjii Odiitii Hordoffii Bittaa fi Bulchiinsa qabeenyaa Godinaalee fi Anaaleef qophaa’e Sadaasa /2015 Adaamaa Biiroo Maallaqa Oromiyaa
  • 2. Seensa--- Bittaan Mootummaa meeshaa Mootummaan ittiin tajaajila ummataaf kennuudha waan ta’eef bu’aa qabeessummaa isaa mirkaneessuun barbaachisaadha. Bittaa fi Bulchiinsi Qabeenya Mootummaa bu’aa barbaachisu kan argamsiisuu danda’u bifa iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabuun, yoo hojiirra oole qofaa.
  • 3. Bittaan Mootummaa Yemmuu jennuu Bittaa Ijaarsaa, Bittaa meeshaa tajaajila gorsaa fi tajaajila biroo jechuu dha. Haata’uu malee bittaa kun kan gaggeeffamuu qabu haala qajeelfamni jedhu irrattii hundaa’uu gaggeeffamu qaba. Akkasumas Manneen hojii mootummaa bulchiinsa qabeenyaa mootummaa, amma bifa amayyaa, si’ayyinaa fi bu’aa qabeessa ta’e hojii irra
  • 4. oolchuudhaan qabeenyaa mootummaa harka isaanii jala jiru of-eeggannoon qabuu, ittifayyadamuu, to’achuu fi tajaajilli isaa yeroo dhaabbatu ykn yeroo tajaajila irra hin ooletti yeroo isaattii fi karaa sirrii ta’een akka dhabamsiisan dandeessisuu dha. Bu’uuruma kana irratti hundaa’uun Bittaan Mootummaa garaagaraa Gaggeeffamu fi qabiinsa meeshaa irrattii Oditii ta’uun isaa barbaachisaa ta’ee argameera. kanaafuu Bittaa mootummaa fi qabeenyaan mootummaa akkaataa seeraa fi qajeelfamaatiin qabamuu fi raawwatamuu qaba.
  • 5. 1.Barbaachisummaa Oditii bittaa fi qabenyaa ibsuu Sadarkaa Aanaalee fi Bulchiinsa magalootatti Raawwii bittaa fi bulchinsaa qabeenyaa Mootummaa odiitii fi gamaggamuun dandeetti raawwachisummaa cimsuun tajaajila si’ata, ifaa, haaqa qabeessaa , itti gaafatamummaa fi bu’aa qabeessa ta’e akka kennamu gochuuf Hojiileen hojjataman Labsii, dambii fi qajeelfama bittaa fi bulchiinsa qabeenyaa mootummaa eeguudhaan bifa wal- fakkaatuun akka hojiirra ooluu fi gumaachii misoomaa keessatti dhufu akka saffisuu taasiisuuf
  • 6. Mala fi Tooftaa hojimaata oditii bittaa fi bulchinsaa qabeenyaa ittin raawwatamuu Ogeessota bittaa qaamaan erga deemanii booda Koreen mgti aanaalee fi Bul/magaalootaa qabnuu hundaa tiif sadarkaa jiranitti Hubannoo cheekiilistii fi qabxilee irratti akka argatuu erga tasifamee bodaa Ogeesoti Bittaa cheekiilistii softi koppii fi hard koppii qaamaan qabatanii deemanii oditii bittaa fi bulchinsaa qabeenyaa aanaalee fi bulchinsa magalaa itti waamami Godinaaf ta’e odiitii bittaa ni geggeessu.
  • 8.
  • 9.
  • 10. Humna Namaa fi Caasaa Bittaa fi Bulchiinsaan Walqabatee. • Humna nama ramadamuu dhabuu • Leenjii gahaa argachuu dhabuu fi kan leenji’anis hojii gadhiisuu ykn bakka biraatti ramaduu • Labsii, qajeelfamaa fi sarkulaaronni addaa addaa argachuu dhabuu. • Xiyyeeffannoo Hoggansaa dhabuu fi Xiqqeeffamee ilalamuu. • Haata’u malee Biiroon qorannoo taasiiseen foyya’ee jira.
  • 11. karoora Bittaa. osoon hin qopheessin bittaa geggeessuu. Labsiin Bittaa fi Bulchiinsa qabeenya Mootummaa lakk.157/2002 fi qajeelfama bittaa Mootummaa naannoo Oromiyaa lakk.02/2004
  • 12. •Karoorri Bittaa Waggaa qabu qopheeffachuun bittaa geggeessuu dhadhabuu. •Karoorri qophaa’us utuu Bittaatiin ilaalamee hin mirkanaa’in bittaa raawwachuu.
  • 13. Qophii Sanada Caalbaasii ilaalchisee . 1. Qajeelfama dorgomtootaa 2. Ibsa Fedhii teekinikaa 3. Gabatee dhiyeessa Gatii 4. Haala waliigaltee.
  • 14. Beeksisa caalbaasii . Beeksifni caalbaasii akka ulaagaa dorgomiitti fayyadamuu. Ulaagaa bu`uura seera hin qabne beeksisa caal-baasii fi Sanada caal-baasii keessa galchuun dorgomii geggeessuu. Bu’uura qajeelfamaatiin kabachiisa caalbaasii hojii irraa oolchuu dhiisuu. Guyyaan turtii beeksisaa caalbaasii haala qajeelfamaan raawwachuu dhabuu.
  • 15.   Osoo Sanadi hin qophaa’iin Beeksisa Caalbaasii baasuu. Maqaa, teessoo fi mallattoon dorgomtootaa kan hin galmeessine ta’uu.  Guyyaa caal-baasiin qilleensa irra oolee kaasee saanduqni caalbaasii banaa ta’uu dhabuu.  Maqaa, teessoo fi mallattoon dorgomtootaa kan hin galmeessine ta’uu.
  • 16. • Qaboon yaa’ii baniinsa Caalbaasii Qabamuu dhabuu. • Dorgomtoota baniinsa irraatti argaman Maqaa,teessoo fi Mallattoon qabamuu dhiisuu. • Koreen baniinsa Sanada yaada dorgomii fuula hunda irraatti mallateessuu dhabuu. • Guyyaa caalbaasiin ni banama jedhamee qilleensa irraa oleettii banuu dhabuu.
  • 17. Ulaagaa sanada caalbaasii keessatti hin ibsamneen caalbaasii xiinxaluu. Gamamaagama caalbaasii koree raggaasiftuu bittaan raggaasisuu dhiisuu. Bu’aa gamaaggamaa kan mo’aataniifis ta’ee kan mo’amaniif xalayaan beeksisuu dhiisuu. Yeroon turtii komii haala qajeelfamaan eeguu dhabuu. Qaboon yaa’ii gamaaggama caalbaasii dhabamuu.
  • 18. Waliigaltee Mallateessuun Wal-qabatee. Haalaa kaffaltiin ittii kaffalamuu ibsamuu dhabuu fi Osoo wal- harkaa fuudhinsa hin geggeessin itti tajaajilamuu. Yeroon walharkaa fuudhinsi waliigaltee keesatti kan hin ibsamne ta’uu fi yeroon wal-harkaa fuudhuu dhabuu. Kabachiifni waliigaltee Haala Qajeelfamaan raawwachuu dhabuu.
  • 19. Waliigaltee Mallateessuun Wal- qabatee. Gatii walii galameen dabalanii kaffalttii raawwachuu(ijaarsa). Hojiin chuu fi yeroo walii galame keessatti xumuruu dhadhabuu. Haala karoorfamee fi walii galameen bittaa geggeessuu dhadhabuu fi tarkaanfii fudhachuu dhiisuu akkaataa walii galteen bittaa hin
  • 20. Waliigaltee Mallateessuun Wal-qabatee. osoo hin geggeessin walii galtee raawwachuun kaffaltii akka rawwatamu taasisuu. osoo hin rawwatiin itti tajaajilamuu fi kaffaltii xumuranii raawwachuu.
  • 21. Raawwii Bittaan wal-qabatee. Bittaa kurmaana 4ffaa keessaa osoo Qaama dhimmi ilaaluu hin hayyamsiisin Bittaa raawwachuu. Bittawwan pirfoomaan raawwatamanis ta’ee kan biroo qorannaa gabaatiin osoo hin deeggeramiin bittaa raawwachuu. Bittawwaan ciccitaa yeroo raawwatamu dorgomtoota galmee dhiyyessitoota keessatti hin galmoofnee irraa bittaa raawwachuu.
  • 22. Sirna Bulchiinsa Stookii ilaalchisee.
  • 23. Bulchiinsa Qabeenya dhaabbii ilaalchisee . Galmeen meeshaa Dhaabii hojiirra oolaa jiraachuu dhabuu. Lakk.Addabaasaa Qabeenyaa Haala qajeelfamaan kennamuu dhabuu. Lakk.Meeshaa dhaabbii geggeeffamuu dhabuu. Kaardii Ittifayyadamtootaa (UC) hojii irraa oolchuu dhiisuu. Qabeenya kennaadhaan ykn gargaarsaan argaman seera bulchiinsa qabeenyaa eeganii galmeessuu dhabuu.
  • 24. Bulchiinsa Qabeenya dhaabbii ilaalchisee . Qabeenya Mootummaa osoo harkaa hinfuudhiin Nama jijjiiraan geggeessuu fi fudhachuu (waraqaa qulqullinaa malee). Xiyyeeffannoon bulchiinsa Qabeenyaaf kennamu baayyee laafaa ta`uu sadarkaa hundatti.
  • 25. Dhabamsiisa Qabeenyaa ilaalchisee. Koreen dhabamsiisa Qabeenyaa Dhaabbachuu dhabuu. Sadarkaa Godinaa fi Aanaatti akkataa treshold Qajeelfama irraa taa’ee jiruun fayyadamuun qabeenya dhabamsiifamuu qabu dhabamsiisuu dhiisuu. Qabeenyaa gurgurtaan isaa Aangoo Godinaa fi Aanaatii ol ta’ee Qindeessanii EBDHQOtiif dabarsuu dhabuu.
  • 26. Akka Walii galaatti Rakkoolee Adeemsa Raawwii bittaa fi buchiisa qabeenyaa keessatti yeroo addaa addaa mullachaa jiran kana kennuun tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuun gara fuula duraatti akkaataa labsii fi qajeelfama bu`uura godhateen akka raawwatamu taasisuun dirqama ta`aa.