SlideShare a Scribd company logo
PAAKEEJII TEEKNOLOJJII MISOOMA
Dammaa
Caamsaa
2022 4,2014
Olaank
by BY Girma
Yandeksa
Waajjira Qonnaa
A/E/Lafoottii
Seensa
Qabeenya Hormaata kanniisaa
 Ta’umsaa lafaa fi qilleensii biyyaatti jiireenya
kanniisaf mijawaadha.
 Biqiluwaan daraaraa gosa 7000 tahaan ni jiru .
 Gurmuwwaan kanniisa miliyoona 6 oli tahaan
naannoo keenya keessatti ni argamuu.
 maatiin kanniisaa milyoona 3.5 ta’an gaagura aadaa
kessa, 600,000 gaagura ce’umsaa keessa, 170,000
kan ta’an immoo gaagura ammayyaa/abba fireemii
kessa akka jiran tilmamama.
Seens…
Qabeenya…
 Mukootii bosonaa
 Biqiltootaa oyiruu
keessatti biqilan
 Miciree
 Midhaan agadaa,
 Midhaan dibataa fi ..kkf
Gosa kanniisaa - shantu jiru
1. Apis mellifera monticola- Tulluuwwan kaaba
biyyaati argamu
2. A. m. Bandansii -Giddu galeessa baddaa biyyaa
3. A. m. scutelltata-kibba fi kibba dhiha biyyaa
4. A. m. jemenitica- gammoojji kaaba fi baha
5. A.m. woyi-Gambella- gammoojjii lixaa biyyaa
keessatti argamu.
Akka Ithiyoophiyaatti…
 Omisha damma
62,000 tones (12.4%
total potential
production 500,000
tone)
 23% Afirikaa
 2.3% Adunyaa
Akka Oromiyaatti
 Woggatti omisha dammaa toonii 27,000 ta’u fi
gagaan toonii 3000 ta’u naannoo keenya
keessatti ni omishama
 baayinaan gaagura aadaa irraa omishama
 gaagura ce’umsaa, gaagura ammayya fi
adamoodhaanis ni omishama
Akka Aanaa Keenyatti
 Waggatti Omisha dammaa toonii 92.25 ta’u fi
gagaan Toonii 11.47 ta’utti tilmaamamu Aanaa
keenya keessatti ni Omishama.
 baayinaan gaagura aadaa irraa omishama
Faayidaa Horsiisa Kanniisaa
-Nyaata namaaf
303kalorii/g
- qorchaa adda
addaaf ola
- Gurgurtadhan
madda galii
Gagaa Kannissa
 Omisha gagas ni
argamisisa
 Tajajiila ibsaa mana
keessaf ni ola.
 Galii ni argamsiisa.
 Bu’ura dhaaba dammaa
hojjechuuf.
 Tajajiila adda addaf ni
oola .
Leelee Kannisaa
 Leelee jechun bifaan
guracha ta’e kaniisonii
qawa gaaguraa
isaanii kallattii adda
addaan duchuuf kan
walitti qabaan haphee
mukatii
Faayidaa…
 Wabii nyaataa mirkaneessuu fi iyyumaa
xiqqeesuuf ni fayyada.
 Baasii xiqqadhaan gaggeesuun ni danda’ama
 Lafa hojii kan biraaf hoolu hin saamu
 yeroo hundumaa eeguu hin barbaadu
 Neektaarii fi kontee irraa nyaata isaanii waan
hojjetaniif naamaa fi beeylada kan biraa wajjin
wal hin saaman.
Faay…
 jaarsoliin ijooleenii fi dubartooni hojii kana geggeessuu
ni danda’u
 Kaniisotni biqiloota diqaalomsuudhaan baayinni fi
qulqulinni firii isaanii akka dabalu ni taasisu.
 Egumsa naannoo irratti faayidaa ni kennu
 Namootni meeshaa hormaata kaniisaa hojjetanii
guguruudhaan galii ni argatu.
 Namoota damma, gagaa fi daadhii daldalanii fi
hojjettoota mana daadhii keessa hojjetaniif hojii ni
uuma.
Rakoolee hormaata kanniisaa irratti
- Tajaajila ekisteenshinii gahaa tahe kennuu dhabuu
- Ogesotni leenjii fudhatan hojii hormaata kanniisaa
irratti kan hin ramadamne ta’uu
- Dhiyeesa meeshaalee hormaata kanniisaa sadarkaa
barbadamuun Dhi’eessuu dhabuu
- Giddu galeessi leenjii kan hin jirre ta’uu
- Haalli gabaa fi liqii mijaa’aa ta’e diriiree kan hin jirre
ta’uu
Furmaata
 Paakeejii misooma qabeenya kanniisaa hojii irra
olchuu,
 Bu’aan argame osoo walirraa hin citin akka itti fufu
taasisuu
 Horsiisonni hundumtu paakeejii kanatti akka
fayyadaman taasisuu.
 Ogeesotni leenjii fudhatan hojii kanaaf xiyyeeffannoo
akka kennaan taasisuu.
 Haaluma kanaan paakejiin kun akka armaan gadiitti
dhi’aateera.
Kaayyoo Paakeejjichaa
 Dhiheessaa fi qabiyyee nyaataa
fooyyessuu
 Galii horsiisota kanniisaa
guddisuudhaan wabii midhaan
nyaataa mirkaneessu
 Warshaa biyya keessaa tiif fedhii
meeshaa dheedhii (dibata, qoricha
…kkf) guutuu.
 Gabaa biyya alaatiif omisha baayinaa
fi qulqullinaan dhiheesuun sharafa
biyya
Gosa paakeejii Hormaata
kanniisaa
Paakejichi gosa sadii qaba. Isaanis
a) Teekinoloogii gaagura abbaa
fireemii/gaagura
ammayya
b) Teekinoloojii gaagura
ce’umsaa fi
c) Horsiisa Aadaa fooyya,e
 Teekinolojiin sadanuu bakka hundumaatti hojii irra
olchuun ni danda’ama.
I Teekinooloojii gaagura
ammayya
 Dammi baayinaa fi qulqulinaan akka omishamu
taasisa.
 Haala mijawaan yoo jiraate gaagura abbaa fireemii
tokko irraa woggaatti damma qulqulluu kg 50 yookiin
sanaa ol omishuun ni danda’ama
 Yeroo ammaa giddu galeessaan woggaatti omishni
gaagura tokko irraa omishamu kg 28 hincaalu.
 Omishni dammaa gaagura ammayya irraa amma
argamu %10 hin caalu.
 Omishi gagaa argamu baayyee xiqqaadha
Itti fufa…
QabiyyeePaakeejii
1.Gaagura :-
 Meeshaalee paakeejiif barbaachisan
keessaa isa murteesaadha.
 Naannoo keenyatti gaagurri abbaa fireemii
zaanderi jedhamu bal’inaan hojii irra oolee
jira.
 Gaagurri ammayaa/abba fireemii
saanduqa dabalataa (supper)bal’inaa fi
dheerina wal fakkaatu lama qaba.
 saanduqaaTokkoo keessa fireemii 10 tu
Qa…
 Gaagurri tokko fireemii 30 qaba
 Fireemii irratti bu’uurri dhaaba harka namaan
tolfamee itti qabisiisama .
 Kanniisni dammaa fi koomtoo kuusuudhaaf itti
fayyadamu.
 Gaagurri qadaada qoqorroo lummuxiidhaan
hojjetame qaba.
Cont…
2.Maatii kanniisaa
 Maatii kanniisaa naannootti argaman
 Maatiin kanniisaa uumamaan omisha baayinaan
omishu
 Maatii kanniisaa dhukuba hin qabinne
3. Iddoo Horsiisa Kanniisaa
 Manatti dhi’oo iddoo daa’imnii fi beeyladni hin
geenye kaa’uu
 Manati yoo dhi’ate hordoffiidhaaf ni mijta
 Kanniisaa fi horsiisotni kanniisaa jiraachuu
 Haala biqiltootaa beekuuf
Qabiyyee
 Bishaan qulqulluun jiraachuu (naannoo 0.5km)
 Taa'umsa lafaa: Buufatni kanniisaa bakka raaree,
bakka lolaan jiru fi mataa tulluu irra ta'uu hin
qabu.
 Karaatti dhiyoo utuu ta'ee filatama.
 Naannoo namaa fi beeyladaa irraa yoo xiqqaate
meetira 50 fagaachuu qaba
Qab…
4. Teessoo Gaaguraa
 Teesson ,Manaa fi Dallaan ijaaruun
barbaachisaadha.
Faayidaa teessoo gaaguraa:-
 Gondaa fi diinota kan biraa irraa ittisa.
 Balaa lolaaf akka hin saaxilamne taasisa.
 Lafa irraa Saantimeetira 50 hanga 60 ol ka’ee
hojjetama.
 Kunis ol ka’ee margi karaa kanniisni baatuu fi galtu
akka hin cufnee taasisa
 Teessoon gaagura siree ta’uu danda’a.
 Sireen gaagurri irraa ta’u hanga meetira afurii
dheerachuu danda’a.
 Addaan fageeny gaagura Kanniisaa lama gidduu jiru
Meetira 1.5 hanga 2 ta’uu qaba.
Haala hojimaata siree
gaagura dhorkituu goondaa wajjin
5. Godoo:
 Godoo yookiin mana hojjechuun murteessaa miti.
 Tokko tokkoon gaaguraa qadaada waan qabaniif
bokkaa hingalchan
 Hata’u malee naannoon iddoo aduu cimaan jirutti yoo
mana qopheessan gaariidha
Qabiyyee
6. Maatii kanniisaa dabarsuu
 Gaagura ammayyaa dhiyaate qadaada isaa
banuun qarqara daajjaa irra kaa'uu
 Gaagura aadaa kanniisa qabate haara itti dhaaba
isaa tokko tokkoon muranii baasuu.
 Yeroo kana akka mootiin akka hin baane ilaalaa
dhaaba jiisaa bishaataa fi damma qabu qofaatti
kaa'uu.
 Kanniisa atattamaan daajjaa irratti jigsuun mootii
barbaadanii qabanii keejiitti galchuun gaagura
ammayyaa keessa kaa'uudha.
 Mootii harkaan yeroo qabnu guwaantii baafachuu
qabna.
Gurmuu kanniisaa dabarsuuf
meeshaalee barbaachisan
 Gaagura aadaa kanniisa qabu
 Daajjaa/qeediroo/Afata
 Aarsituu
 Gaagura ammayyaa qophaa'e
 Fireemii biddeen gagaa irraa toshame itti qabate
 Uffata kanniisaa guutuu
 Tursituu mootii/Queen cage
 Haaduu
 Buruushii kanniisaa
 Meeshaa gagaan murame keessa taa'u
Meeshaa hojjetaa
• Haguugii fuulaa
• tuutaa
• kirrii laastikii
• Guwaantii harkaa
• Kophee bootii
+
Sodaa malee tasgabahaanii hojjechuu barbaachisa
Saanduqa dabalataa kennuu
• Daraaraan yeroo baayinaan argaamu
• haadhoon kanniisaa tokko guyyaatti 1500
hanqaaquu hanga 2000 tti buusti
• Kun immoo baay'inna gurmuu kanniisichaa akka
dabalu ni taasisa
• dhiphina iddoo akka umamuu ni goodha
Saanduqa dabalataa
• Kanaafu yeroodhaan dabalata saanduqa dabalata
keenuun barbachisaa dha
• Dabalata sanduqaa kana Yeroo dabarsanii
kennuun
• kanniisnii dhaaltee akka baatuu ni godha
• Kun immoo humna kanniisa hir’isaa
• omisha damma dhabsisuu ykn xiqqeessuu ni
Diina kanniisa (nyaattuu fi
ilbiisoota)
 Biyyaa kana keessatti dhukuba kanniisaa irra
nyaatootaa fi ilbiisota kanniisatu hedduudha
 Diinooni kanniisa:
- kanniisa ni ajjeesuu, ni nyaatu
- Buu’a kanniisaa nisaamu, ninyaatu
- Gaguuraati nidhoowaatu
- Gurmuu kanniisa akka goodanuu
nigoodhuu
Akka walii galaattidiina kanniisa
biyyatii kessatti argamaan
 Goondaa (miixii)
 Nyaatuu gagaa
 Boombii (guddaa fi xixiqaa)
 Simbiirroo
 Hamagotaa
 Injiraan kanniisaa
 Billaacha guddaa
 Leccuu (Lootuu)
 Shararitti (sararitti)
 Hantuuta kkf
Summeesituu kanniisaa
 Summesitoota kanniisa bakka lamaati qoodamuu
 Isaaniis;
1 Farra ilbiisoota fi aramaa (kemikaloota)
2. Biqiltuwwaan summi qaban
To’aannoo
 Biqiltuu daraare irratti biifuu dhiisuu
 Hanga danda"ametti yeroo kanniisotni hojii
dhaabaani gaguurati galaan biifuu
 Hanga danda"ametti yeroo qabbanaa biifuu
 Qoricha daakuu biifuu irraa qoricha
dhangala`aa filachuu
 Kanniisa iddoo biifamu irraa fageessuu
 Yeeroo bifaamu kanniisooni gaguraa keesaa
akka hin baane nyaata kennudhaan karaa
gaguura cufuu
 Yoo barbachumaan isaa hedduu tahe argamee
malee kemiikalaa sumeesituu fayadamuu
dhisuu
 Xiyyaraa ykn Traktara irra harkaan biifuu
 Utoo wal-hin akkeekachisiin biifuu dhisuu
Maatii kanniisaa cimsuu
 yeroo gannaa sababii roobaatiin kanniisotni gaagura
keessaa bahanii nyaata wallitti qabuu yoo
dhadhaban yookiin sababii dhukkubaa fi kan biroon
miidhamanii dadhabuu ni danda’u.
 yeroo kana (shiroo,sukaara…kkf) nyaachisuu fi
jajjabeesuun ni danda’ama
 bishaan qulqulluu gabateetti naqaanii kaa’uufiidha
Jeecha
 “Beekeepers have financial reason to conserve
natural resource”
 Horsiistoonni kanniisaa bu’aa isaaniif qabeenyaa
uumamaa kununsuu, ni eeguu.
 “Beekeeping is an incentive for natural resource
conservation”
 Horsiisni kanniisaa qabeenyi uumamaa akk
kununsaamu fi eegaamu ni guummacha.
Kunn…
. Dhorkituu haadhoo kanniisaa galchuu fi baasuu
 gara kutaa dammaa (supper) itti galtee akka
hanqaaquu hinbuusinnee fi jiisaan hin ijaaramnne
meeshaa taasisuudha
 kanniisoti hojjetoon koomtoo gara kutaa dammaatti
fudhatanii akka hingale fi damma hojjechuuf iddoon
akka hin dhiphanne gargaara.
 Dhorkituun kan galu dammi osoo hinmuramin guyya
15-25 fuuldura ta’a
Qab…
Damma omishuu fi qulqulleessu
 Damma omishuudhaa fi qulquleessuudhaaf duraan
dursee meesahaalee barbaachisaa ta’an qopheesuu.
 Omishuudhaaf aara aarsituu, buruushii, saanduqa
dabalataa duwwaa fi hidhannoo hojjetaa
barbaachisa.
 Qulquleesuudhaaf immoo shukaa ittiin ija buddena
dammaa banan yookiin haaduu, ququleessituu
dammaa, kuusaa gagaa, kuusaa dammaa fi shuboo
gingilchaa dammaa barbaachisa.
II Paakeejii teekinoloojii gaagura
ce’umsaa
 Teekinooloojiin kun gaagura baaxii-gubbaa(irra-buusa)
qabaniin raawwata
 Gartokkoon gaagura aadaa gartokkoon immoo gaagura
ammayyaa fakaata.
 Dammaa fi gagaa omishuun ni danda’ama
Paakeejii fooyyessa Omishaa
Maatii kanniisaa:- Haalli tajaajila maatii
kanniisaa kanaaf oolu kan ammayyaa wajjin
wal fakkaata
1. Gaagura:-
• saanqaa,
• muka,
• shomboqqoo,
• shimala,
• dhoqqee fi
• faltii irraa hojjetamuu danda’a.
sm100
s
m
3
0
Hojii gaagura ce’umsaa
Omishaa damma harka 2 isa aadaa irra
nikenna
Gagaa (10% omishaa damma)
Itti fufa…
Top-baarii
Balina- sm3
Dheerina-sm48
Dammaa fi gagaa omishuu
 Gaagura kana keessa baaxii-gubbaa damma qofa
qabu addaan baasanii damma muranii baasuun
baaxii gubbaa deebisanii galchuun ni danda’
 damma
qulqulluu kg 20
gagaan kg 2
argamuu danda’a.
III. Paakeejii Horsiisa Aadaa
 Horsiisotni aadaan kanniisa
horsiisan meeshaa nannoo isaaniitti
argamu (hidda, mukka, jirmma,
marga, buqqee..kkf) irraa gaagura
hojjetanii keessatti kanniisa
horsiisanii omisha omishu..
Wayyu (advantage) gaagura
aadaa
 Gaagurrii salphaatti hojjeetama.
 Baasin kanniisa horsiisuuf bahu xiqqaadha.
 Hojiin isa leenjii hin barbaduu
 Callan gagaa ni argama.
Hanqina Gaagura Aadaa
 Keessii gaaguraa faltii fi dhoqqeen waan
maragamuuf qulqulina hin qabu
 Rooba fi adu hin ittisu
 Damma muru fi keessa gaagura to'achuuf hin tolu,
 cita kanniisa hin ittisuu
 Kuta damma fi jiisa qophaatti hin qabu, yoo dammi
muramu jiisan ni miidhama.
 Callaan dammaa argamu xinaadha, qulqullinasi hin
qabuu
 Qorannoo, kannisa sooru fi geejibisiisuuuf hin tolu.
Itti fufa…
 Naannoo keenyatti dammii baayeen gaaguraa
aadaa irraa omishama.
 Baayinnii fi qulqulinni omishaa argamu gadi
aanaadha.
 Woggaatti gaagura aadaa tokko keessaa gidduu
galeessaan damma hinqulqulaa’in kg 5-6 ni
omishama.
 Dammi kunisi jiisaa, koomtoo, kanniisota du’an,
gagaa fi waan kan biraa wajji kan walmakee fi
darbe darbee bishaan baayinaan waan qabuuf
sadarkaa qulqulina isaa kan eeggate mit.
Damma qulqulluu
Qabiye…
 Qadaadii sirrii ta’e kan qabu
 Keessi isaa kan ququllaa’eef kan
ulame
Qabiyyee…
3.Godoo/gordomoo kanniisaa
 Bokkaa kan dhowwuu fi ho’a kan kennuu ta’uu
qaba.
 Karaa cinaa keenyan kan qabu yookiin kan hin
qabne ta’uu ni danda’a.
Goondaa
Ittisuu
qaba
Qabiyyee…
4. Teessoo gaaguraa hojjechuu
 Gaagurrii lafa taa’uu hinqabu
 Yoo lafa taa’ee diinoti kanniisaa itt galanii baleesu
 Teessoon lafa irraa ol ka’ee hojjetamuu qaba.
Qabiyyee…
Kunuunsa taasisuu
Nageenya maatii kanniisaa eeguu
• Nyaattu kanniisaa fi omishaatiin dhumaatiin
akka irra hingeenye taasisuu
• Maatii kanniisaa dhukubaa, diinotaa fi qoricha
farra ilbiisotaa irraa eguu
• Mala qaabiinsaa fi eegumsa kanniisaa
fooyyessuun barbaachisa ta’a
Akka walii galaattidiina kanniisa
biyyatii kessatti argamaan
 Goondaa (miixii)
 Nyaatuu gagaa
 Boombii (guddaa fi xixiqaa)
 Simbiirroo
 Hamagotaa
 Injiraan kanniisaa
 Bilaacha guddaa
 Leccuu (Lootuu)
 Shararitti (sararitti)
 Hantuuta kkf
Damma qulquleessu (calaluu)
 Dammi erga omishamee booda yeroodhuma sana
qulqulaa’uu qaba.
 Dammi yoo oolee bule ni itita.
 Damma kantare qulquleesuudhaaf yaasuu
barbaachisa.
 Damma omisahame shuboo, gingilchaa fi cuunfituu
dammaatiin qulqulleesuun nidanda’ama
Gingilchaa ykn Shaashidhaan
qulqulleessuu
 Dammi akkuma omishameen gingilchaa yookiin
shaashiidhaan qulqulleeffama.
 Nadhhin dammaa gingilichaa yookiin shaashii
keessa darbee meeshaa keessatti waltti qabama.
 Filannoon kan birraan immoo damma caccabee distii
sibiilaatti naqanii aduu irra kaa’anii akka yaa’uu
taasisuudha.
Damma hoo’isuu fi
qulqulleessuu
Itti fufa…
Damma gaagura aadaa fi
ce'umsaa irraa argame calaluu
 cuunffituu dammaatiin (honey presser) cuunfuun
gingilchaa bal'ina qaawwa adda addaa qabuun
calaluu barbaachisa (coars, medium and fine)
Gagaa kanniisaa oomishuu fi
qulqulleessuu
 Maddaa gagaa:
- Dhaaba dullomee fi caccabee
- Damma gaguura aadaa fi ce’umsaa irra
omishame
- Banaa ijaa dhaaba dammaa
- Safafii daadhii irra argamuu
Gagaa qulquleesuu/ cuunfuu
 Gagaan yoo xiqaate sa'aa 12f bishaan keesa tursuu
Gagaa qulquleesuu/ cuunfuu
 sana booda bishaan isaa keessaa cuunfuudhaan
gara distii itti baquutti (afeelamutti) dabarsuu
Gagaa qulqulleessuu/ cuunfuu
 bishaan itti naquun baksuu ( danfisuu)
 akka oli hindafinee boojitoodhaan sochosuu
Gagaa qulqulleessuu/ cuunfuu
 eerga baqee raawwatee booda jooniyyaati
gargaaramudhaan gabattee afaan bal’aa bishaan
qabatee irratti cunfuu
Omisha argamuu danda’u
 Akka kanaan duraatti gaagura aadaa tokko irraa
wooggaatti giddugaleessan damma hinqulqulaa’in kg
5 omishamaa
 Paakeejiidhaan garaa kg 11 fi sanaa olitt ol
guddachuu danda’a.
 Dammi kun yeroo qulqulaa’u dammi gabbataa kg 9.9
nita’a.
 Hala kanaan gagaan kg 1.1 ta’a.
Tooftaa tamsaasa paakeejii
 Horsiisota gurmeesuu
 Yoo gurmaahan meeshaalee gatiin isaanii ol ka’aa
ta’e bitatanii itt fayyadamuu danda’u
 Horsiisoti akka wali irraa baratan taasisuun
teekinnoloojichi ariitiidhaan akka tamsa’u taasisa.
 Meeshaa walii galteen akka ittifayyadaman taasifma.
Itti fufa…
 Leenjii kennuu(hojjetoota misoomaa fi qonnaan
bulaaf)
 Horsiisota moodelii ta’anitti fayyadamuun
muuxannoo gaarii babali’suu
• Buufata Hojiin agarsiisuu qopheessuu
 Ayyaana qopheessuu
• Poositerii, fiilmii fi…kkf qopheessuu
GALATOOMAA!

More Related Content

What's hot

قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...
قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...
قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...
خالد عبد الباسط
 
800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed
800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed
800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed
Бямбаа Авирмэд
 
Basic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousins
Basic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousinsBasic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousins
Basic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousins
CultureAlley
 
Angli hel 1
Angli hel 1Angli hel 1
Angli hel 1
esida_0816
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Jaafar47
 
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptxLeenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Jaafar47
 
Memorable Event Essay
Memorable Event EssayMemorable Event Essay
Memorable Event Essay
Linda Bryant
 
угталцах хөдөлгөөн
угталцах хөдөлгөөн  угталцах хөдөлгөөн
угталцах хөдөлгөөн byambaa79
 
Хичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдол
Хичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдолХичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдол
Хичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдол
BayarmaaBayrmaa
 
VDS rate for the financial year 2017- 2018
VDS rate for the financial year 2017- 2018VDS rate for the financial year 2017- 2018
VDS rate for the financial year 2017- 2018
Masum Gazi
 
Madina book 1 (bangla reader)
Madina book 1 (bangla reader)Madina book 1 (bangla reader)
Madina book 1 (bangla reader)
Sonali Jannat
 
эхийн утга санаа, дасгал
эхийн утга санаа, дасгалэхийн утга санаа, дасгал
эхийн утга санаа, дасгалshand1_Bondok
 
Tseej bichgiin ehuud
Tseej bichgiin ehuudTseej bichgiin ehuud
Tseej bichgiin ehuudDBatbulgan81
 
цахимүзүүлэн
цахимүзүүлэнцахимүзүүлэн
цахимүзүүлэнrn0302
 
Ээлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загвар
Ээлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загварЭэлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загвар
Ээлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загвар
amartuvshind
 
從SEMI標準談AOI設備安全設計要求
從SEMI標準談AOI設備安全設計要求從SEMI標準談AOI設備安全設計要求
從SEMI標準談AOI設備安全設計要求
CHENHuiMei
 
Mandaic dictionary القاموس المندائي
Mandaic dictionary القاموس المندائيMandaic dictionary القاموس المندائي
Mandaic dictionary القاموس المندائي
مكتبة موسوعة العيون المعرفية MandaeanNetwork.com
 

What's hot (20)

قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...
قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...
قواعد اللغ الانجليزية للصف الثالث الثانوي في 15 ورقة مراجعة الفرص الاخيرة بطر...
 
800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed
800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed
800.mn - 2007 Физик ЭЕШ by byambaa avirmed
 
Basic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousins
Basic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousinsBasic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousins
Basic Punjabi | Lesson 7 | Talking to friends and cousins
 
Angli hel 1
Angli hel 1Angli hel 1
Angli hel 1
 
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.pptMalaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt
 
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptxLeenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
 
Memorable Event Essay
Memorable Event EssayMemorable Event Essay
Memorable Event Essay
 
Duuri
DuuriDuuri
Duuri
 
угталцах хөдөлгөөн
угталцах хөдөлгөөн  угталцах хөдөлгөөн
угталцах хөдөлгөөн
 
Erin 3 naadam
Erin 3 naadamErin 3 naadam
Erin 3 naadam
 
Хичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдол
Хичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдолХичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдол
Хичээлийг электрон буюу цахим хэлбэрээр бэлтгэхийн ач холбогдол
 
VDS rate for the financial year 2017- 2018
VDS rate for the financial year 2017- 2018VDS rate for the financial year 2017- 2018
VDS rate for the financial year 2017- 2018
 
Madina book 1 (bangla reader)
Madina book 1 (bangla reader)Madina book 1 (bangla reader)
Madina book 1 (bangla reader)
 
эхийн утга санаа, дасгал
эхийн утга санаа, дасгалэхийн утга санаа, дасгал
эхийн утга санаа, дасгал
 
Tseej bichgiin ehuud
Tseej bichgiin ehuudTseej bichgiin ehuud
Tseej bichgiin ehuud
 
цахимүзүүлэн
цахимүзүүлэнцахимүзүүлэн
цахимүзүүлэн
 
Ээлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загвар
Ээлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загварЭэлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загвар
Ээлжит хичээлийн хөтөлбөрийн загвар
 
從SEMI標準談AOI設備安全設計要求
從SEMI標準談AOI設備安全設計要求從SEMI標準談AOI設備安全設計要求
從SEMI標準談AOI設備安全設計要求
 
Mandaic dictionary القاموس المندائي
Mandaic dictionary القاموس المندائيMandaic dictionary القاموس المندائي
Mandaic dictionary القاموس المندائي
 
Ugzuin zadlal
Ugzuin zadlalUgzuin zadlal
Ugzuin zadlal
 

Similar to Beekeeping.pptx

Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
walaansoodhokataa
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Bahar Abdi Dawid
 
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
bakalchabari721
 
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxAdaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Jaafar47
 
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdfDandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdf
Desalechali1
 
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdfHiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Desalechali1
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Filipino Tracts and Literature Society Inc.
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on Disability
DinkaYadeta1
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
Desalechali1
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
habtamu292245
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
Desalechali1
 
Jedhi Malee (just do it).pdf
Jedhi Malee             (just do it).pdfJedhi Malee             (just do it).pdf
Jedhi Malee (just do it).pdf
Desalechali1
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mohammed Abdo
 
Hidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdf
Hidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdfHidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdf
Hidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdf
Desalechali1
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
AbdisaGutema
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
TeshomeFeye2
 
JIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUU
JIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUUJIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUU
JIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUU
Desalechali1
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kun
Kula Jilo
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kun
kula jilo
 

Similar to Beekeeping.pptx (20)

Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
 
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
 
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxAdaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
 
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdfDandeettiin kamiiyyuu ni Baratama    .pdf
Dandeettiin kamiiyyuu ni Baratama .pdf
 
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdfHiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
Hiriyummaa fi Deebii'anii wal arguu .pdf
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on Disability
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
 
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdfSaayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
Saayinsii Naannoo Kutaa-3.pdf
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
Jedhi Malee (just do it).pdf
Jedhi Malee             (just do it).pdfJedhi Malee             (just do it).pdf
Jedhi Malee (just do it).pdf
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
Hidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdf
Hidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdfHidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdf
Hidhaa Jaalalaa :imlaa maatii koo !!.pdf
 
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa taKarooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
 
JIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUU
JIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUUJIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUU
JIREENYA SALPHAA FI GAMMACHUU QABU JIRAACHUU
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kun
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kun
 

Beekeeping.pptx

  • 1. PAAKEEJII TEEKNOLOJJII MISOOMA Dammaa Caamsaa 2022 4,2014 Olaank by BY Girma Yandeksa Waajjira Qonnaa A/E/Lafoottii
  • 2. Seensa Qabeenya Hormaata kanniisaa  Ta’umsaa lafaa fi qilleensii biyyaatti jiireenya kanniisaf mijawaadha.  Biqiluwaan daraaraa gosa 7000 tahaan ni jiru .  Gurmuwwaan kanniisa miliyoona 6 oli tahaan naannoo keenya keessatti ni argamuu.  maatiin kanniisaa milyoona 3.5 ta’an gaagura aadaa kessa, 600,000 gaagura ce’umsaa keessa, 170,000 kan ta’an immoo gaagura ammayyaa/abba fireemii kessa akka jiran tilmamama.
  • 3. Seens… Qabeenya…  Mukootii bosonaa  Biqiltootaa oyiruu keessatti biqilan  Miciree  Midhaan agadaa,  Midhaan dibataa fi ..kkf
  • 4. Gosa kanniisaa - shantu jiru 1. Apis mellifera monticola- Tulluuwwan kaaba biyyaati argamu 2. A. m. Bandansii -Giddu galeessa baddaa biyyaa 3. A. m. scutelltata-kibba fi kibba dhiha biyyaa 4. A. m. jemenitica- gammoojji kaaba fi baha 5. A.m. woyi-Gambella- gammoojjii lixaa biyyaa keessatti argamu.
  • 5. Akka Ithiyoophiyaatti…  Omisha damma 62,000 tones (12.4% total potential production 500,000 tone)  23% Afirikaa  2.3% Adunyaa
  • 6. Akka Oromiyaatti  Woggatti omisha dammaa toonii 27,000 ta’u fi gagaan toonii 3000 ta’u naannoo keenya keessatti ni omishama  baayinaan gaagura aadaa irraa omishama  gaagura ce’umsaa, gaagura ammayya fi adamoodhaanis ni omishama
  • 7. Akka Aanaa Keenyatti  Waggatti Omisha dammaa toonii 92.25 ta’u fi gagaan Toonii 11.47 ta’utti tilmaamamu Aanaa keenya keessatti ni Omishama.  baayinaan gaagura aadaa irraa omishama
  • 8. Faayidaa Horsiisa Kanniisaa -Nyaata namaaf 303kalorii/g - qorchaa adda addaaf ola - Gurgurtadhan madda galii
  • 9. Gagaa Kannissa  Omisha gagas ni argamisisa  Tajajiila ibsaa mana keessaf ni ola.  Galii ni argamsiisa.  Bu’ura dhaaba dammaa hojjechuuf.  Tajajiila adda addaf ni oola .
  • 10. Leelee Kannisaa  Leelee jechun bifaan guracha ta’e kaniisonii qawa gaaguraa isaanii kallattii adda addaan duchuuf kan walitti qabaan haphee mukatii
  • 11. Faayidaa…  Wabii nyaataa mirkaneessuu fi iyyumaa xiqqeesuuf ni fayyada.  Baasii xiqqadhaan gaggeesuun ni danda’ama  Lafa hojii kan biraaf hoolu hin saamu  yeroo hundumaa eeguu hin barbaadu  Neektaarii fi kontee irraa nyaata isaanii waan hojjetaniif naamaa fi beeylada kan biraa wajjin wal hin saaman.
  • 12. Faay…  jaarsoliin ijooleenii fi dubartooni hojii kana geggeessuu ni danda’u  Kaniisotni biqiloota diqaalomsuudhaan baayinni fi qulqulinni firii isaanii akka dabalu ni taasisu.  Egumsa naannoo irratti faayidaa ni kennu  Namootni meeshaa hormaata kaniisaa hojjetanii guguruudhaan galii ni argatu.  Namoota damma, gagaa fi daadhii daldalanii fi hojjettoota mana daadhii keessa hojjetaniif hojii ni uuma.
  • 13. Rakoolee hormaata kanniisaa irratti - Tajaajila ekisteenshinii gahaa tahe kennuu dhabuu - Ogesotni leenjii fudhatan hojii hormaata kanniisaa irratti kan hin ramadamne ta’uu - Dhiyeesa meeshaalee hormaata kanniisaa sadarkaa barbadamuun Dhi’eessuu dhabuu - Giddu galeessi leenjii kan hin jirre ta’uu - Haalli gabaa fi liqii mijaa’aa ta’e diriiree kan hin jirre ta’uu
  • 14. Furmaata  Paakeejii misooma qabeenya kanniisaa hojii irra olchuu,  Bu’aan argame osoo walirraa hin citin akka itti fufu taasisuu  Horsiisonni hundumtu paakeejii kanatti akka fayyadaman taasisuu.  Ogeesotni leenjii fudhatan hojii kanaaf xiyyeeffannoo akka kennaan taasisuu.  Haaluma kanaan paakejiin kun akka armaan gadiitti dhi’aateera.
  • 15. Kaayyoo Paakeejjichaa  Dhiheessaa fi qabiyyee nyaataa fooyyessuu  Galii horsiisota kanniisaa guddisuudhaan wabii midhaan nyaataa mirkaneessu  Warshaa biyya keessaa tiif fedhii meeshaa dheedhii (dibata, qoricha …kkf) guutuu.  Gabaa biyya alaatiif omisha baayinaa fi qulqullinaan dhiheesuun sharafa biyya
  • 16. Gosa paakeejii Hormaata kanniisaa Paakejichi gosa sadii qaba. Isaanis a) Teekinoloogii gaagura abbaa fireemii/gaagura ammayya b) Teekinoloojii gaagura ce’umsaa fi c) Horsiisa Aadaa fooyya,e  Teekinolojiin sadanuu bakka hundumaatti hojii irra olchuun ni danda’ama.
  • 17. I Teekinooloojii gaagura ammayya  Dammi baayinaa fi qulqulinaan akka omishamu taasisa.  Haala mijawaan yoo jiraate gaagura abbaa fireemii tokko irraa woggaatti damma qulqulluu kg 50 yookiin sanaa ol omishuun ni danda’ama  Yeroo ammaa giddu galeessaan woggaatti omishni gaagura tokko irraa omishamu kg 28 hincaalu.  Omishni dammaa gaagura ammayya irraa amma argamu %10 hin caalu.  Omishi gagaa argamu baayyee xiqqaadha
  • 19. QabiyyeePaakeejii 1.Gaagura :-  Meeshaalee paakeejiif barbaachisan keessaa isa murteesaadha.  Naannoo keenyatti gaagurri abbaa fireemii zaanderi jedhamu bal’inaan hojii irra oolee jira.  Gaagurri ammayaa/abba fireemii saanduqa dabalataa (supper)bal’inaa fi dheerina wal fakkaatu lama qaba.  saanduqaaTokkoo keessa fireemii 10 tu
  • 20. Qa…  Gaagurri tokko fireemii 30 qaba  Fireemii irratti bu’uurri dhaaba harka namaan tolfamee itti qabisiisama .  Kanniisni dammaa fi koomtoo kuusuudhaaf itti fayyadamu.  Gaagurri qadaada qoqorroo lummuxiidhaan hojjetame qaba.
  • 22. 2.Maatii kanniisaa  Maatii kanniisaa naannootti argaman  Maatiin kanniisaa uumamaan omisha baayinaan omishu  Maatii kanniisaa dhukuba hin qabinne
  • 23. 3. Iddoo Horsiisa Kanniisaa  Manatti dhi’oo iddoo daa’imnii fi beeyladni hin geenye kaa’uu  Manati yoo dhi’ate hordoffiidhaaf ni mijta  Kanniisaa fi horsiisotni kanniisaa jiraachuu  Haala biqiltootaa beekuuf
  • 24. Qabiyyee  Bishaan qulqulluun jiraachuu (naannoo 0.5km)  Taa'umsa lafaa: Buufatni kanniisaa bakka raaree, bakka lolaan jiru fi mataa tulluu irra ta'uu hin qabu.  Karaatti dhiyoo utuu ta'ee filatama.  Naannoo namaa fi beeyladaa irraa yoo xiqqaate meetira 50 fagaachuu qaba
  • 25. Qab… 4. Teessoo Gaaguraa  Teesson ,Manaa fi Dallaan ijaaruun barbaachisaadha. Faayidaa teessoo gaaguraa:-  Gondaa fi diinota kan biraa irraa ittisa.  Balaa lolaaf akka hin saaxilamne taasisa.  Lafa irraa Saantimeetira 50 hanga 60 ol ka’ee hojjetama.
  • 26.  Kunis ol ka’ee margi karaa kanniisni baatuu fi galtu akka hin cufnee taasisa  Teessoon gaagura siree ta’uu danda’a.  Sireen gaagurri irraa ta’u hanga meetira afurii dheerachuu danda’a.  Addaan fageeny gaagura Kanniisaa lama gidduu jiru Meetira 1.5 hanga 2 ta’uu qaba.
  • 27. Haala hojimaata siree gaagura dhorkituu goondaa wajjin
  • 28.
  • 29. 5. Godoo:  Godoo yookiin mana hojjechuun murteessaa miti.  Tokko tokkoon gaaguraa qadaada waan qabaniif bokkaa hingalchan  Hata’u malee naannoon iddoo aduu cimaan jirutti yoo mana qopheessan gaariidha
  • 30. Qabiyyee 6. Maatii kanniisaa dabarsuu  Gaagura ammayyaa dhiyaate qadaada isaa banuun qarqara daajjaa irra kaa'uu  Gaagura aadaa kanniisa qabate haara itti dhaaba isaa tokko tokkoon muranii baasuu.  Yeroo kana akka mootiin akka hin baane ilaalaa dhaaba jiisaa bishaataa fi damma qabu qofaatti kaa'uu.  Kanniisa atattamaan daajjaa irratti jigsuun mootii barbaadanii qabanii keejiitti galchuun gaagura ammayyaa keessa kaa'uudha.  Mootii harkaan yeroo qabnu guwaantii baafachuu qabna.
  • 31. Gurmuu kanniisaa dabarsuuf meeshaalee barbaachisan  Gaagura aadaa kanniisa qabu  Daajjaa/qeediroo/Afata  Aarsituu  Gaagura ammayyaa qophaa'e  Fireemii biddeen gagaa irraa toshame itti qabate  Uffata kanniisaa guutuu  Tursituu mootii/Queen cage  Haaduu  Buruushii kanniisaa  Meeshaa gagaan murame keessa taa'u
  • 32. Meeshaa hojjetaa • Haguugii fuulaa • tuutaa • kirrii laastikii • Guwaantii harkaa • Kophee bootii + Sodaa malee tasgabahaanii hojjechuu barbaachisa
  • 33. Saanduqa dabalataa kennuu • Daraaraan yeroo baayinaan argaamu • haadhoon kanniisaa tokko guyyaatti 1500 hanqaaquu hanga 2000 tti buusti • Kun immoo baay'inna gurmuu kanniisichaa akka dabalu ni taasisa • dhiphina iddoo akka umamuu ni goodha
  • 34. Saanduqa dabalataa • Kanaafu yeroodhaan dabalata saanduqa dabalata keenuun barbachisaa dha • Dabalata sanduqaa kana Yeroo dabarsanii kennuun • kanniisnii dhaaltee akka baatuu ni godha • Kun immoo humna kanniisa hir’isaa • omisha damma dhabsisuu ykn xiqqeessuu ni
  • 35. Diina kanniisa (nyaattuu fi ilbiisoota)  Biyyaa kana keessatti dhukuba kanniisaa irra nyaatootaa fi ilbiisota kanniisatu hedduudha  Diinooni kanniisa: - kanniisa ni ajjeesuu, ni nyaatu - Buu’a kanniisaa nisaamu, ninyaatu - Gaguuraati nidhoowaatu - Gurmuu kanniisa akka goodanuu nigoodhuu
  • 36. Akka walii galaattidiina kanniisa biyyatii kessatti argamaan  Goondaa (miixii)  Nyaatuu gagaa  Boombii (guddaa fi xixiqaa)  Simbiirroo  Hamagotaa  Injiraan kanniisaa  Billaacha guddaa  Leccuu (Lootuu)  Shararitti (sararitti)  Hantuuta kkf
  • 37. Summeesituu kanniisaa  Summesitoota kanniisa bakka lamaati qoodamuu  Isaaniis; 1 Farra ilbiisoota fi aramaa (kemikaloota) 2. Biqiltuwwaan summi qaban
  • 38. To’aannoo  Biqiltuu daraare irratti biifuu dhiisuu  Hanga danda"ametti yeroo kanniisotni hojii dhaabaani gaguurati galaan biifuu  Hanga danda"ametti yeroo qabbanaa biifuu  Qoricha daakuu biifuu irraa qoricha dhangala`aa filachuu
  • 39.  Kanniisa iddoo biifamu irraa fageessuu  Yeeroo bifaamu kanniisooni gaguraa keesaa akka hin baane nyaata kennudhaan karaa gaguura cufuu  Yoo barbachumaan isaa hedduu tahe argamee malee kemiikalaa sumeesituu fayadamuu dhisuu  Xiyyaraa ykn Traktara irra harkaan biifuu  Utoo wal-hin akkeekachisiin biifuu dhisuu
  • 40. Maatii kanniisaa cimsuu  yeroo gannaa sababii roobaatiin kanniisotni gaagura keessaa bahanii nyaata wallitti qabuu yoo dhadhaban yookiin sababii dhukkubaa fi kan biroon miidhamanii dadhabuu ni danda’u.  yeroo kana (shiroo,sukaara…kkf) nyaachisuu fi jajjabeesuun ni danda’ama  bishaan qulqulluu gabateetti naqaanii kaa’uufiidha
  • 41. Jeecha  “Beekeepers have financial reason to conserve natural resource”  Horsiistoonni kanniisaa bu’aa isaaniif qabeenyaa uumamaa kununsuu, ni eeguu.  “Beekeeping is an incentive for natural resource conservation”  Horsiisni kanniisaa qabeenyi uumamaa akk kununsaamu fi eegaamu ni guummacha.
  • 42. Kunn… . Dhorkituu haadhoo kanniisaa galchuu fi baasuu  gara kutaa dammaa (supper) itti galtee akka hanqaaquu hinbuusinnee fi jiisaan hin ijaaramnne meeshaa taasisuudha  kanniisoti hojjetoon koomtoo gara kutaa dammaatti fudhatanii akka hingale fi damma hojjechuuf iddoon akka hin dhiphanne gargaara.  Dhorkituun kan galu dammi osoo hinmuramin guyya 15-25 fuuldura ta’a
  • 43. Qab… Damma omishuu fi qulqulleessu  Damma omishuudhaa fi qulquleessuudhaaf duraan dursee meesahaalee barbaachisaa ta’an qopheesuu.  Omishuudhaaf aara aarsituu, buruushii, saanduqa dabalataa duwwaa fi hidhannoo hojjetaa barbaachisa.  Qulquleesuudhaaf immoo shukaa ittiin ija buddena dammaa banan yookiin haaduu, ququleessituu dammaa, kuusaa gagaa, kuusaa dammaa fi shuboo gingilchaa dammaa barbaachisa.
  • 44. II Paakeejii teekinoloojii gaagura ce’umsaa  Teekinooloojiin kun gaagura baaxii-gubbaa(irra-buusa) qabaniin raawwata  Gartokkoon gaagura aadaa gartokkoon immoo gaagura ammayyaa fakaata.  Dammaa fi gagaa omishuun ni danda’ama
  • 45. Paakeejii fooyyessa Omishaa Maatii kanniisaa:- Haalli tajaajila maatii kanniisaa kanaaf oolu kan ammayyaa wajjin wal fakkaata 1. Gaagura:- • saanqaa, • muka, • shomboqqoo, • shimala, • dhoqqee fi • faltii irraa hojjetamuu danda’a.
  • 47. Hojii gaagura ce’umsaa Omishaa damma harka 2 isa aadaa irra nikenna Gagaa (10% omishaa damma)
  • 49.
  • 50. Dammaa fi gagaa omishuu  Gaagura kana keessa baaxii-gubbaa damma qofa qabu addaan baasanii damma muranii baasuun baaxii gubbaa deebisanii galchuun ni danda’  damma qulqulluu kg 20 gagaan kg 2 argamuu danda’a.
  • 51. III. Paakeejii Horsiisa Aadaa  Horsiisotni aadaan kanniisa horsiisan meeshaa nannoo isaaniitti argamu (hidda, mukka, jirmma, marga, buqqee..kkf) irraa gaagura hojjetanii keessatti kanniisa horsiisanii omisha omishu..
  • 52. Wayyu (advantage) gaagura aadaa  Gaagurrii salphaatti hojjeetama.  Baasin kanniisa horsiisuuf bahu xiqqaadha.  Hojiin isa leenjii hin barbaduu  Callan gagaa ni argama.
  • 53. Hanqina Gaagura Aadaa  Keessii gaaguraa faltii fi dhoqqeen waan maragamuuf qulqulina hin qabu  Rooba fi adu hin ittisu  Damma muru fi keessa gaagura to'achuuf hin tolu,  cita kanniisa hin ittisuu  Kuta damma fi jiisa qophaatti hin qabu, yoo dammi muramu jiisan ni miidhama.  Callaan dammaa argamu xinaadha, qulqullinasi hin qabuu  Qorannoo, kannisa sooru fi geejibisiisuuuf hin tolu.
  • 54. Itti fufa…  Naannoo keenyatti dammii baayeen gaaguraa aadaa irraa omishama.  Baayinnii fi qulqulinni omishaa argamu gadi aanaadha.  Woggaatti gaagura aadaa tokko keessaa gidduu galeessaan damma hinqulqulaa’in kg 5-6 ni omishama.  Dammi kunisi jiisaa, koomtoo, kanniisota du’an, gagaa fi waan kan biraa wajji kan walmakee fi darbe darbee bishaan baayinaan waan qabuuf sadarkaa qulqulina isaa kan eeggate mit.
  • 56. Qabiye…  Qadaadii sirrii ta’e kan qabu  Keessi isaa kan ququllaa’eef kan ulame
  • 57. Qabiyyee… 3.Godoo/gordomoo kanniisaa  Bokkaa kan dhowwuu fi ho’a kan kennuu ta’uu qaba.  Karaa cinaa keenyan kan qabu yookiin kan hin qabne ta’uu ni danda’a. Goondaa Ittisuu qaba
  • 58. Qabiyyee… 4. Teessoo gaaguraa hojjechuu  Gaagurrii lafa taa’uu hinqabu  Yoo lafa taa’ee diinoti kanniisaa itt galanii baleesu  Teessoon lafa irraa ol ka’ee hojjetamuu qaba.
  • 59. Qabiyyee… Kunuunsa taasisuu Nageenya maatii kanniisaa eeguu • Nyaattu kanniisaa fi omishaatiin dhumaatiin akka irra hingeenye taasisuu • Maatii kanniisaa dhukubaa, diinotaa fi qoricha farra ilbiisotaa irraa eguu • Mala qaabiinsaa fi eegumsa kanniisaa fooyyessuun barbaachisa ta’a
  • 60. Akka walii galaattidiina kanniisa biyyatii kessatti argamaan  Goondaa (miixii)  Nyaatuu gagaa  Boombii (guddaa fi xixiqaa)  Simbiirroo  Hamagotaa  Injiraan kanniisaa  Bilaacha guddaa  Leccuu (Lootuu)  Shararitti (sararitti)  Hantuuta kkf
  • 61. Damma qulquleessu (calaluu)  Dammi erga omishamee booda yeroodhuma sana qulqulaa’uu qaba.  Dammi yoo oolee bule ni itita.  Damma kantare qulquleesuudhaaf yaasuu barbaachisa.  Damma omisahame shuboo, gingilchaa fi cuunfituu dammaatiin qulqulleesuun nidanda’ama
  • 62. Gingilchaa ykn Shaashidhaan qulqulleessuu  Dammi akkuma omishameen gingilchaa yookiin shaashiidhaan qulqulleeffama.  Nadhhin dammaa gingilichaa yookiin shaashii keessa darbee meeshaa keessatti waltti qabama.  Filannoon kan birraan immoo damma caccabee distii sibiilaatti naqanii aduu irra kaa’anii akka yaa’uu taasisuudha.
  • 65. Damma gaagura aadaa fi ce'umsaa irraa argame calaluu  cuunffituu dammaatiin (honey presser) cuunfuun gingilchaa bal'ina qaawwa adda addaa qabuun calaluu barbaachisa (coars, medium and fine)
  • 66. Gagaa kanniisaa oomishuu fi qulqulleessuu  Maddaa gagaa: - Dhaaba dullomee fi caccabee - Damma gaguura aadaa fi ce’umsaa irra omishame - Banaa ijaa dhaaba dammaa - Safafii daadhii irra argamuu
  • 67. Gagaa qulquleesuu/ cuunfuu  Gagaan yoo xiqaate sa'aa 12f bishaan keesa tursuu
  • 68. Gagaa qulquleesuu/ cuunfuu  sana booda bishaan isaa keessaa cuunfuudhaan gara distii itti baquutti (afeelamutti) dabarsuu
  • 69. Gagaa qulqulleessuu/ cuunfuu  bishaan itti naquun baksuu ( danfisuu)  akka oli hindafinee boojitoodhaan sochosuu
  • 70. Gagaa qulqulleessuu/ cuunfuu  eerga baqee raawwatee booda jooniyyaati gargaaramudhaan gabattee afaan bal’aa bishaan qabatee irratti cunfuu
  • 71.
  • 72. Omisha argamuu danda’u  Akka kanaan duraatti gaagura aadaa tokko irraa wooggaatti giddugaleessan damma hinqulqulaa’in kg 5 omishamaa  Paakeejiidhaan garaa kg 11 fi sanaa olitt ol guddachuu danda’a.  Dammi kun yeroo qulqulaa’u dammi gabbataa kg 9.9 nita’a.  Hala kanaan gagaan kg 1.1 ta’a.
  • 73. Tooftaa tamsaasa paakeejii  Horsiisota gurmeesuu  Yoo gurmaahan meeshaalee gatiin isaanii ol ka’aa ta’e bitatanii itt fayyadamuu danda’u  Horsiisoti akka wali irraa baratan taasisuun teekinnoloojichi ariitiidhaan akka tamsa’u taasisa.  Meeshaa walii galteen akka ittifayyadaman taasifma.
  • 74. Itti fufa…  Leenjii kennuu(hojjetoota misoomaa fi qonnaan bulaaf)  Horsiisota moodelii ta’anitti fayyadamuun muuxannoo gaarii babali’suu • Buufata Hojiin agarsiisuu qopheessuu  Ayyaana qopheessuu • Poositerii, fiilmii fi…kkf qopheessuu