SlideShare a Scribd company logo
1 of 3
GUMAA ILKAAN NAMAA: AANAA SHASHAMANNEE, GODINA ARSII
LIXAA
GAMMACHUU WAAQOOTIIN
GORSITUUN DARAARTUU
ULAAGAA DIGIRII JALQABAA GUUTTACHUUF WARAQAA
QORANNOO EEBBAA DIGIRII JALQABAA
YUUNIVARSITII JIMMAA
KOLLEEJJII SAAYINSII HAWAASAA FI SEERAA MUUMMEE
FOOKLOORII FI OG-BARRUU OROMOOTIIF DHIYAATE
CAAMSAA, 2014
JIMMAA
GALATA
hunda dura galatakee waaq. Human keetiin milkaa’ee asin ga’e ulfinni kee waaq. Hojiin
qorannoo koo fiixaan akka bahuuf muuxannoo fi dandeettii qabduun, dadhabe osoo hin jenne
kan nagorsaa turte Barsiistuu Daraartuu ______________f galatni koo guddaadha. Akkasumas
jalqabaa hanga sadarkaa kanaatti waan hundumaa maddii kook an dhaabbatte deessee koo Aadde
Hawwee Wuddeessoof, galanni koo daangaa hin qabu; waaqni umurii ishee utubaa sibiilaa haa
taasisun jedhaan. Kana malees maanguddoota Oromoo Aanaa Shashamannee kanneen
odeeffannoo dhimma waa’ee gumaa ilkaan namaa kana irratti naaf gumaachaniif
Boqonnaa Tokko
1. Seena
1.1 Seens Duubee Qorannichaa
Uummanne Oromoo Uummataa Kuush Keesaa isa tokko yoo ta’u uummata sara aadaa, duudha,
safuu, saeenaa, Mataa isa qabu dha Aadaa ummataa Oromoo keessaa sirni ittiin bumataa isa
tokko.
Arka warfinaa (2008: 1 jedhutti “sabni Orommoo akkuma qabaanya oraanaa qabaachuu dhaan
beekamu aadaa boonsa qabaachuudhaanis ni bekamua.
Addaa Oromoo keessatti Wasdhabdeen namaaf nama, basbalaaf balbala, Sosa fi gosa jidduutti
Uumamu jaarmi jaalu wasdha bdee furan kanneun akka, jaar summaa, bokkuu, kallacha caaccuu,
siiqeel, alangaa fi gumaan furamu oromoon alsko aadaa isaattii safuufi sara isaa eegee kan safuu
sana cabse adabee deebisuun sura inni ittiin gor garamu keessaa serri gumaa isa tokko.
Akka Alamaayyoon (1999:217) jadhutti “seerri gumaa satii lubbuu nama, sa’a farad, nama fi ken
biroofis sura qaba”.
Suronni sumaa heddutu jiru. Isaanis. Sumaa ilkaa nama, sumaa lubbuu nama, sumaa fardaa,
summaa ijaa fa’i Alla Dassaleens, (2012:11) jedhutti, sirna gadaa kessatti uummanni tokko
jiruufi jireenya isaa keessatti was kebajaa, naamusa qabaate, badiiraa of eegatee hariirsoo
gonidhaan akka jiraatu meeshaan madaslaa sirna eequ tokko jiraachuun berbaachisaa dha jedhu.
Haaluma kanaan, qorannoon kun gumaa keessaa kan irratti xiyyeeffatu gumaa ilkaan namaa
Godina Arsii Lixaa, Aanaa Shashammannee keessatti raawwatamu irratti. Aanaa kana keessatti
gumaan ilkaan namaa kun baay’ee beekamaa fi kan yeroo ammaa raawwachaa jirudha.
Rewgtf43etge

More Related Content

Viewers also liked

Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
dinqicala
 
Czy rejs po wyspach...
Czy rejs po wyspach...Czy rejs po wyspach...
Czy rejs po wyspach...
Starski291
 
Study Of Bhagavad Gita Dr. Shriniwas J. Kashalikar
Study Of Bhagavad Gita  Dr. Shriniwas J. KashalikarStudy Of Bhagavad Gita  Dr. Shriniwas J. Kashalikar
Study Of Bhagavad Gita Dr. Shriniwas J. Kashalikar
umasrinivas
 
UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU
UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU
UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU
Luciana Tamas
 

Viewers also liked (16)

Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Farda
FardaFarda
Farda
 
My PBE
My PBEMy PBE
My PBE
 
Shaklee Training - 3 of 3 How to Train and Duplicate
Shaklee Training - 3 of 3 How to Train and DuplicateShaklee Training - 3 of 3 How to Train and Duplicate
Shaklee Training - 3 of 3 How to Train and Duplicate
 
Fan page Profit Lab
Fan page Profit LabFan page Profit Lab
Fan page Profit Lab
 
Shaklee Training - 1 of 3 How to Attract Traffic
Shaklee Training - 1 of 3 How to Attract TrafficShaklee Training - 1 of 3 How to Attract Traffic
Shaklee Training - 1 of 3 How to Attract Traffic
 
Czy rejs po wyspach...
Czy rejs po wyspach...Czy rejs po wyspach...
Czy rejs po wyspach...
 
Node finder presentation
Node finder presentationNode finder presentation
Node finder presentation
 
The 5 sins Shaklee distributors make when building online
The 5 sins Shaklee distributors make when building onlineThe 5 sins Shaklee distributors make when building online
The 5 sins Shaklee distributors make when building online
 
Presentación tics
Presentación ticsPresentación tics
Presentación tics
 
Shaklee Training - 2 of 3 How to Follow-up and Convert Leads
Shaklee Training - 2 of 3 How to Follow-up and Convert LeadsShaklee Training - 2 of 3 How to Follow-up and Convert Leads
Shaklee Training - 2 of 3 How to Follow-up and Convert Leads
 
Freedom Mail - Email marketing system for Shaklee distributors
Freedom Mail - Email marketing system for Shaklee distributorsFreedom Mail - Email marketing system for Shaklee distributors
Freedom Mail - Email marketing system for Shaklee distributors
 
Remote Desktop Application--by Shivam Tripathi and Hemant Kumar of JIIT , NOIDA
Remote Desktop Application--by Shivam Tripathi and Hemant Kumar of JIIT , NOIDARemote Desktop Application--by Shivam Tripathi and Hemant Kumar of JIIT , NOIDA
Remote Desktop Application--by Shivam Tripathi and Hemant Kumar of JIIT , NOIDA
 
Study Of Bhagavad Gita Dr. Shriniwas J. Kashalikar
Study Of Bhagavad Gita  Dr. Shriniwas J. KashalikarStudy Of Bhagavad Gita  Dr. Shriniwas J. Kashalikar
Study Of Bhagavad Gita Dr. Shriniwas J. Kashalikar
 
Daily option news letter 29 sep2014
Daily option news letter 29 sep2014Daily option news letter 29 sep2014
Daily option news letter 29 sep2014
 
UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU
UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU
UN TABLOU AL LUCIANEI TAMAS LA DORIN-DUMITRU PRUNARIU
 

Similar to Gumaa ilkaan namaa

Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
gdirbabaa8
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
Desalechali1
 
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016
tesfayealemu167
 

Similar to Gumaa ilkaan namaa (20)

Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
 
Oromo - Testament of Dan.pdf
Oromo  - Testament of Dan.pdfOromo  - Testament of Dan.pdf
Oromo - Testament of Dan.pdf
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
 
Oromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdf
Oromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdfOromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdf
Oromo - The Gospel of the Birth of Mary.pdf
 
Muleta
MuletaMuleta
Muleta
 
Muleta
MuletaMuleta
Muleta
 
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
RIFOORMII BARNOOTA.pptx$33€^$×_&3€377×=€€=%
 
The Book of the Prophet Habakkuk-Oromo.pdf
The Book of the Prophet Habakkuk-Oromo.pdfThe Book of the Prophet Habakkuk-Oromo.pdf
The Book of the Prophet Habakkuk-Oromo.pdf
 
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa  2016
Yaadannoo Barnoota Gadaa kutaa 8ffaa 2016
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdfOromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
Oromo - Ecclesiasticus the Wisdom of Jesus the Son of Sirach.pdf
 
Oromo - Judith.pdf
Oromo - Judith.pdfOromo - Judith.pdf
Oromo - Judith.pdf
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
 

Gumaa ilkaan namaa

  • 1. GUMAA ILKAAN NAMAA: AANAA SHASHAMANNEE, GODINA ARSII LIXAA GAMMACHUU WAAQOOTIIN GORSITUUN DARAARTUU ULAAGAA DIGIRII JALQABAA GUUTTACHUUF WARAQAA QORANNOO EEBBAA DIGIRII JALQABAA YUUNIVARSITII JIMMAA KOLLEEJJII SAAYINSII HAWAASAA FI SEERAA MUUMMEE FOOKLOORII FI OG-BARRUU OROMOOTIIF DHIYAATE CAAMSAA, 2014 JIMMAA
  • 2. GALATA hunda dura galatakee waaq. Human keetiin milkaa’ee asin ga’e ulfinni kee waaq. Hojiin qorannoo koo fiixaan akka bahuuf muuxannoo fi dandeettii qabduun, dadhabe osoo hin jenne kan nagorsaa turte Barsiistuu Daraartuu ______________f galatni koo guddaadha. Akkasumas jalqabaa hanga sadarkaa kanaatti waan hundumaa maddii kook an dhaabbatte deessee koo Aadde Hawwee Wuddeessoof, galanni koo daangaa hin qabu; waaqni umurii ishee utubaa sibiilaa haa taasisun jedhaan. Kana malees maanguddoota Oromoo Aanaa Shashamannee kanneen odeeffannoo dhimma waa’ee gumaa ilkaan namaa kana irratti naaf gumaachaniif
  • 3. Boqonnaa Tokko 1. Seena 1.1 Seens Duubee Qorannichaa Uummanne Oromoo Uummataa Kuush Keesaa isa tokko yoo ta’u uummata sara aadaa, duudha, safuu, saeenaa, Mataa isa qabu dha Aadaa ummataa Oromoo keessaa sirni ittiin bumataa isa tokko. Arka warfinaa (2008: 1 jedhutti “sabni Orommoo akkuma qabaanya oraanaa qabaachuu dhaan beekamu aadaa boonsa qabaachuudhaanis ni bekamua. Addaa Oromoo keessatti Wasdhabdeen namaaf nama, basbalaaf balbala, Sosa fi gosa jidduutti Uumamu jaarmi jaalu wasdha bdee furan kanneun akka, jaar summaa, bokkuu, kallacha caaccuu, siiqeel, alangaa fi gumaan furamu oromoon alsko aadaa isaattii safuufi sara isaa eegee kan safuu sana cabse adabee deebisuun sura inni ittiin gor garamu keessaa serri gumaa isa tokko. Akka Alamaayyoon (1999:217) jadhutti “seerri gumaa satii lubbuu nama, sa’a farad, nama fi ken biroofis sura qaba”. Suronni sumaa heddutu jiru. Isaanis. Sumaa ilkaa nama, sumaa lubbuu nama, sumaa fardaa, summaa ijaa fa’i Alla Dassaleens, (2012:11) jedhutti, sirna gadaa kessatti uummanni tokko jiruufi jireenya isaa keessatti was kebajaa, naamusa qabaate, badiiraa of eegatee hariirsoo gonidhaan akka jiraatu meeshaan madaslaa sirna eequ tokko jiraachuun berbaachisaa dha jedhu. Haaluma kanaan, qorannoon kun gumaa keessaa kan irratti xiyyeeffatu gumaa ilkaan namaa Godina Arsii Lixaa, Aanaa Shashammannee keessatti raawwatamu irratti. Aanaa kana keessatti gumaan ilkaan namaa kun baay’ee beekamaa fi kan yeroo ammaa raawwachaa jirudha. Rewgtf43etge