SlideShare a Scribd company logo
1 of 4
Download to read offline
Haa hafuun yaada ofii dhoksaatti nama hambisa
Kufinnaan sodaa fagoo mataan nama gombisa
Akka alagaa yaadanii dhibee namaa hin aadani
Horii manatti hidhanii maal bakkee barbaadanii
Haadha manaa alagoomtee abbaa manaa jibbitu
Durba qeerroo ofii dhiiftee qolee ormaattii sirbitu
Kan duubaan gufuu baatee fulduraan nyaara guuru
wal marartoon dhabamee foon foon isa gurguru
Bara qomoon koo of jibbe alagaaf quba laatu
haadhoo isaa laphee dhiitee orma saggootti baatu
Garuma tokkoo ba’ee harma haadha tokkoo hodhee
Kun abaaramnaani malee maaltu diina isa godhe
Kan obbolaan wal jibbe ilkee alagaan wal nyaatu
Haadhoo dhiiga isaa jibbee diinatti wal hamatu
Haadha boosse maraattu maa wal nyaattu ilmaan koo,
Bu’aan cabee eelamuu kanadhaa qabbannikoo ?
Kanan isiniif jedhee haadha ormaatiin jibbamee,
Isin guudisuuf jedhee gidiraan gidirfamee,
Akka jedhan dhagayee sarmuu daddhabee miti,
Isin guddisuuf jedheen ta’uu dide albaadhettii,
Ilmaan koo ……
Ilmaan koo na hin gubiinaa
Booyee booyee fixadhe ija koo na hin jaamsiinaa
Humna na dhoowwitanii mogolee nahin buusiinaa.
Jechaa bara haati ofii itti boqonnaa hin qabne
Abshaalummaa fakkaatee bara itti gowwomne
Booya harmee ofii arguurraa otuu dhaloota hafne
Jennaegaa nutis booddee badii ofumaa dalagne
Harmeeimaanaakee…… ( Muleta Totoba
Maal taatan ilmaan koo maaltu adda isin baase
Mee maalan isin godhe maal kootu isin aarse
Sinitti dadhabee laphee koo of cabsee
Ceephoo fi gidiraa hedduu isaa obsee
Naa jabaattu jedhee hamlee of jabeessee
Dheebuun hin miidhamiin jedhee sin obaasee
Har’aa jibbaa akkasii maaltu isin barsiise
Maaloo yaa ilmaan koo maaluman balleessee ?
Yaa waaq araar araaarrrrr harmee dur innaa AB..n jiru,
Homtuu asii… achi… jedhee wal hin hiru
AB..n deemuun isaa baay’ee nu hubeera
Harme AB..n ammahoo amma ammaa eessa jiraa ?
Koottu mee mucaa koo mee waayin sitti himaa
Kan waaqni kun beeku dhugaa isa ganamaa
Kan an siif fira jedhu haadho wal lolchiisa
Yeroo isin wal dhiiksitan maal ta’eetu callisa
Osoo haadhoo keessan ta’ee silaa isin araarsaa
Anis kan dhale beeka kana dhugaan isaa
Beeka anis dhalakoo dubbii isa kana
Hin booyiin AB..etis ni dhufa barana
Muleta
Muleta

More Related Content

Similar to Muleta

KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdfDesalechali1
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptxMohammedAbdela7
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMohammed Abdo
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kunkula jilo
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokkodinqicala
 
Public international law that show the main objective and the real concept of...
Public international law that show the main objective and the real concept of...Public international law that show the main objective and the real concept of...
Public international law that show the main objective and the real concept of...ctafese40
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfDesalechali1
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfgdirbabaa8
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on DisabilityDinkaYadeta1
 
Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptxLammiiEdae
 
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptxFandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptxOlifanAbduraman
 
The role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo Literature
The role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo LiteratureThe role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo Literature
The role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo Literaturessuser584efb
 

Similar to Muleta (20)

Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
 
Buriad
BuriadBuriad
Buriad
 
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdfKALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa  Barbaachisoo ).pdf
KALLATTII (Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo ).pdf
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
Dhalootnii kun
Dhalootnii kunDhalootnii kun
Dhalootnii kun
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Akkaatummaa - Dhiheessa.pptx
Akkaatummaa - Dhiheessa.pptxAkkaatummaa - Dhiheessa.pptx
Akkaatummaa - Dhiheessa.pptx
 
Public international law that show the main objective and the real concept of...
Public international law that show the main objective and the real concept of...Public international law that show the main objective and the real concept of...
Public international law that show the main objective and the real concept of...
 
Siqe
SiqeSiqe
Siqe
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
 
Hoo laa danny!
Hoo laa danny!Hoo laa danny!
Hoo laa danny!
 
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdfFayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
Fayyeeraa Waaqoo Ayyaanaa.pdf
 
Presentation on Disability
Presentation on DisabilityPresentation on Disability
Presentation on Disability
 
Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
 
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptxFandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx
 
The role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo Literature
The role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo LiteratureThe role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo Literature
The role Of Protestant Religion For The Development Of Oromo Literature
 
Oromo - Bel and the Dragon.pdf
Oromo - Bel and the Dragon.pdfOromo - Bel and the Dragon.pdf
Oromo - Bel and the Dragon.pdf
 

Muleta

  • 1. Haa hafuun yaada ofii dhoksaatti nama hambisa Kufinnaan sodaa fagoo mataan nama gombisa Akka alagaa yaadanii dhibee namaa hin aadani Horii manatti hidhanii maal bakkee barbaadanii Haadha manaa alagoomtee abbaa manaa jibbitu Durba qeerroo ofii dhiiftee qolee ormaattii sirbitu Kan duubaan gufuu baatee fulduraan nyaara guuru wal marartoon dhabamee foon foon isa gurguru Bara qomoon koo of jibbe alagaaf quba laatu haadhoo isaa laphee dhiitee orma saggootti baatu Garuma tokkoo ba’ee harma haadha tokkoo hodhee Kun abaaramnaani malee maaltu diina isa godhe Kan obbolaan wal jibbe ilkee alagaan wal nyaatu Haadhoo dhiiga isaa jibbee diinatti wal hamatu Haadha boosse maraattu maa wal nyaattu ilmaan koo, Bu’aan cabee eelamuu kanadhaa qabbannikoo ? Kanan isiniif jedhee haadha ormaatiin jibbamee, Isin guudisuuf jedhee gidiraan gidirfamee, Akka jedhan dhagayee sarmuu daddhabee miti, Isin guddisuuf jedheen ta’uu dide albaadhettii, Ilmaan koo …… Ilmaan koo na hin gubiinaa Booyee booyee fixadhe ija koo na hin jaamsiinaa Humna na dhoowwitanii mogolee nahin buusiinaa. Jechaa bara haati ofii itti boqonnaa hin qabne Abshaalummaa fakkaatee bara itti gowwomne Booya harmee ofii arguurraa otuu dhaloota hafne Jennaegaa nutis booddee badii ofumaa dalagne Harmeeimaanaakee…… ( Muleta Totoba
  • 2. Maal taatan ilmaan koo maaltu adda isin baase Mee maalan isin godhe maal kootu isin aarse Sinitti dadhabee laphee koo of cabsee Ceephoo fi gidiraa hedduu isaa obsee Naa jabaattu jedhee hamlee of jabeessee Dheebuun hin miidhamiin jedhee sin obaasee Har’aa jibbaa akkasii maaltu isin barsiise Maaloo yaa ilmaan koo maaluman balleessee ? Yaa waaq araar araaarrrrr harmee dur innaa AB..n jiru, Homtuu asii… achi… jedhee wal hin hiru AB..n deemuun isaa baay’ee nu hubeera Harme AB..n ammahoo amma ammaa eessa jiraa ? Koottu mee mucaa koo mee waayin sitti himaa Kan waaqni kun beeku dhugaa isa ganamaa Kan an siif fira jedhu haadho wal lolchiisa Yeroo isin wal dhiiksitan maal ta’eetu callisa Osoo haadhoo keessan ta’ee silaa isin araarsaa Anis kan dhale beeka kana dhugaan isaa Beeka anis dhalakoo dubbii isa kana Hin booyiin AB..etis ni dhufa barana