1. آداب السلم
Naamusa salamtaa
باللغة الورومية(اثيوبيا)
بقلم أبي رافع جمال محمد
Qopheysan Abuu Raafii (shekhjamaal shekh
(Muhammad
............................
بسم ا الرحمن الرحيم
الحمد لله والصلة والسلم على رسول ا وآله وصحبه
أما بعد
قال رسول ال صلى ال عليه وسلم "ل تدخلوا الجنة
حتى تؤمنوا ول تؤمنوا حتى تحابوا أول أدلكم على شيء
إذا فعلتموه تحاببتم؟أفشوا السلم بينكم"رواه مسلم
2. Nabiin s.a .w. akkana jedhan"Jannata
hinseentan hanga amantanitti,hinamanne
hanga waljaalattanitti,mee waan yoo isa
hojjattan waljaalattan isinii himuu?
Salaamtaa heddummessaa jidduu
.tessanitti."muslimtu galmeesse
=تحية كل المسلمين
Muslima hundarratti -1
.salaammatuu
سئل رسول ال صلى ال عليه وسلم:أي السلم خير؟قال
(تطعم الطعام ,و تقرأ السلم على من عرفت ومن لم
تعرف)متفق عليه
Kamii islaamaattu caala jechuun
gaafatame nabiin s.a.w.nyaata
nyaachista,salaamtaa qaraata nama
"beeytuufii kan hinbeynerratis
bukhaariifi muslim
3. المبادرة بالتحية
.Salaamtaa daddafsiisuu -2
قال صلى ال عليه وسلم"...وخير هما الذي يبدأ
بالسلم "متفق عليه.
وقال صلى ال عليه وسلم"يسلم الصغير على
الكبير,والمار على القائد,والقليل على الكثير"رواه
البخاري.
Nabiin s.a.w. caalaan isaan lameeniika
.salaamtaan jalqabe" bukhaariif muslim
Ammas nabiin akki jedhe''xiqqaan
guddarratti haasalaammatuu,kandeemu
kataa'urratti
haasalaammatuu,waaxiqqoon heddurratti
.haasalaammatuu''bikhaaritu odesse
رد التحية
4. Salaamtaa deebisuu -3
إلقاء السلم سنة مستحبة.أما الرد عليه فواجب,فيجب رد
التحية متى ألقيت عليك شفاهة أو كانت كتابة,وسواء
رئينا من يلقيها أولم نره
فعن عائشة رضي ال عنها قالت :قال رسول ال صلى
ال علي وسلم يوما يا عائش هذا جبريل يقرئك السلم
"فقالت وهي لم تره وعليه السلم ورحمة ال وبركاته
.رواه البخاري
Dura salaamtaa jechuunsunnaah
jaalatamtuu,ammo deebisuun waajiba
dirqama.salaamtaa ta sagaalee taatuu ta
barruu taatuu yogguu siin jedhamte
deebisuun dirqama,abbaa jedhe san
,gartuu arguu baattuu
Aayyoo aaishaan R.A. akki jette Nabiin
s.a.w. akkana naan jedhe "yaa aaishaa
jibriil kanaatu salaamtaa siin jedha"
jennaan isiinis osomaa isa hin argin
wa'aleyhissalaam warahmatuLlaahi wa
.barakaatuhuu''jette. Bukhaaritu odeesse
5. تكرار التحية
Salaamtaa irra -4
.deddeebi'uu
قال رسول ال صلى ال عليه وسلم إذا لقي أحدكم أخاه
فليسلم عليه فان حالت بينهما شجرة أو جدار أو حجر ثم
لقيه فليسلم عليه"رواه أبو داود.
Nabiin s.a.w. akkana jedhan"tokkoon
keysan obboleessa isaatti yogguu dhaqe
haa irratti salaammtuu,egasii yoo
gidaarri,yookaa,dhagaan,yookaa mukni
isin jidduu bahes irrumatti
.salaammadhu''abuudaawud odesse
المصافحة عند التحية
Yeroo salaamtaa harka -5
.walfuudhuu
قال صلى ال عليه وسلم "ما من مسلمين يلتقيان
فيتصافحان إل غفر لهما قبل أن يتفرقا"رواه أبو داود
6. Nabiin keenya s.a.w. akkana
jedhan''Kanuma tahee haa tahuu
muslitoonnni lama walitti dhufanii harka
walfuunaan osoo isaan addaan hin bane
isaaniif araaramamu malee hin
.hafan."abuu daawud
Nabiin keenya
تحية الصبيان
Joollee daaimarratti -6
.salaammatuu
عن أنس رضي ال عنه قال إن رسول ال صلى ال عليه
وسلم مر على غلمان فسلم عليهم"رواه مسلم
Anas ibnu maalik R.A. Nabiin keenya
akkijedhe Nabiin keenya joollerra
dhufeeti irratti salaammate jedhe''
.muslimtu odeesse
تحية المغادرة
7. Salaamtaa deemsaaf -7
kaiinsaa
قال رسول ال صلى ال عليه وسلم "اذا انتهى أحدكم إلى
مجلس فليسلم, فان بدا له أن يجلس فليجلس ,ثم إذا قام
فليسلم, فليست الولى أحق من الخرر"رواه الترمذي
وأبو داود.
Nabiin s.a.w.akkana jedhe''tokkoon
keysan teessootti yoo dhufe
haasalaammatuu,yoo taa'uu fedhe
haataa'uu,eegasii yogguu ka'u haa
salaammatuu,ta duraa ta boodaarra
jabeyfamtuu miti''tirmizii fi abiidawud
.odesse
رد السلم الموجه من الكاتب والمزيع
Salaamtaa barruufii -8
.midiyaarraa dhufte deebisuu
8. قال الشيخ عبد العزيز بن باز رحمه ال رد السلم في
مثل هذا من فروض الكفاية, لنه يسلم على جم غفير
فيكفي أن يرد بعدهم , والفضل أن يرد كل مسلم سمعه
(693 لعموم الدلة,,مجموع فتاوى ابن باز( 9
Sheek abdul'aziiz ibnu baaz Rabbi
rahmata isaa haagodhuu akki
jedhe''bekka akkanaa tanatti salaamtaa
deebisuun fardii walirraa gutani.inni
hedduu ummataatii waan salaammatuuf
gariin isaanii deebisnaan nigaya.ammoo
haatahuu irra caalaan hundi nama
dhagayee deebisuun
barbaachisaadha.ragaan kan waliigalaa
waan taheef.'' Majmuu'a fataawii
.ibnubaaz6939