More Related Content
PPTX
10. Leenjii Oditii TDQ (VAT) 2.pptx PPTX
Galmeefama Bu'aa Odiitiibl Ethiopia.pptx PPTX
Dambii gibiraa (Labsiii 202).pptx naannoo oromiyaa PPT
Formaatii_walii_galtee.ppt PPTX
Leenjii Sooftiweerii Bulchiinsa Qabeenyaa Bara 2015 Bitootessa.pptx PPTX
4_5922384989193768142[1].pptx PPTX
Haala fi Kallattii KT MNO 2015 summery.pptx PPTX
Mirgaa fi Dirqama Hojjataa Mootummaa.pptx What's hot
PPTX
Dhabamsiisa qab- 2-1 Fina (1).pptx PPTX
sagantaa Misooma fi Gurmaa'insa Gandoota PPTX
Karooro Daldalaa waldoota keenya hundaa ta PPTX
Sanada Kenniinsa Tajaajila Mootummaa.pptx PPTX
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx PPTX
4_5922252583941967214[1].pptx PPT
Tumaalee Ijoo Seera Bittaa Mootummaa.ppt PPTX
Hubannoo Dhabamsiisa Meeshalee MHM - Copy.pptx PPTX
Leenjii hammata Seeraa Bulchiinsa Faayinaansii Mootumaa (1).pptx PPT
4_5924707862126268048[1].ppt PPTX
entrepreneurshipgggggggggggggggg .1.pptx PPTX
Labsii Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.pptx PPTX
SDFHH kutaa 1 by elias(LHDYDH) marsa 16ffaa.pptx PDF
(Daandii jijjiiramaa ).pdf PPTX
Daldala seeraan alaa Adaamaa (1).ptx; daldalli seeraan alaa maali ? PPTX
power point presentation PPT leenjii Q.adabbii MA 3ffaaf.pptx PPTX
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx PPTX
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wixinee Qajeelfam... PPTX
4_5922384989193768140[1].pptx PPTX
Ogummaa malleen jireenyaa Similar to hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
PPTX
618525255-Qajeelfama-raawwii-bittaa.pptx PPTX
Adaamaa power point or 2015 Efa (1).pptx PPTX
keewwatoota labsii 980.2008 haqaman fi foyya'an.pptx PPT
Gabaasa Raawwii Hojii Kur 2ffaa Distiriiktii Adaabbaa Dodolaa.ppt PPTX
Bulchiinsa Gaarii Qabiyyee -Isiraa'el.pptx PPTX
Dambii_Hundeeffama_Mana_Maree_Sirna_Nyaataa_fi_Nuutirishinii_PPT.pptx PPTX
Dambii_Hundeeffama_Mana_Maree_Sirna_Nyaataa_fi_Nuutirishinii_PPT.pptx PPTX
GABASA mohamed 2017jjjjjjjjjjjjjjjj pp.pptx PPTX
Labsii Kenna hayyama Daldalaa Kan Fooyya'e Boba'aa PPTX
Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa.pptx PPTX
Karoora wmmbbumagaala sanateeb 2018.pptx PPTX
TSEDU Facility standards in Ethiopia(2).pptx PPTX
waltaaajjii irratti kan hirmaatu Kaawunisilii.pptx PPTX
Maanuwaalii Misooma Intarpiranarshipii Caamsaa 2016 Final).pptx PDF
Last Final Maanuwaalii_Caasaan Ittiin_qophaa.pdf PPTX
Qajeelfama beenyaa Nama lafti irra fudhame 2ffaa.pptx DOC
Qajeelfama bittaa Oromiyyaa2004 (2) .doc PPTX
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018 PDF
Dambii_Lafti_Faayidaa_Uuummataaf_Jecha_Yommuu_Gadi_Lakkifamu_Beenyaa.pdf PPTX
12 MARTA WAAQOO GODANAA hunduu isa ilaalataa .pptx More from Jaafar47
PPTX
PPTX
Bitootessa 2015,PMS-Training-2.pptx PPTX
PPTX
INTEREST RATE DETERMINATION(1).pptx PPTX
Micro Theory of Consumer Behavior and Demand.pptx PDF
Chapter 5. Comparative statistics.pdf PPTX
PPTX
PPTX
Qajeelfama_gahee_hojii_suparvaayizaroota_manneen_barnootaa_naann.pptx PPTX
Meeshaalee To annoo(legesse) 2014.pptx PPTX
PPT
Malaammaltummaafi Barnoota 2015.ppt PPTX
PPTX
PPT
WORKS PROCUREMTN EVALUATION OF BIDS.ppt PPT
Ch-6 Inventory ledger.ppt PPT
ACQUISITION AND DISPOSITION OF PROPERTY, PLANT AND EQUIPMENT.ppt PPT
6. Procurement Complaints.ppt PPT
THE CONCEPT OF DIPLOMACY.ppt PPTX
Financial analysis and appraisal of projects.pptx hubannoo_daldala_seeraa_alaa.pptx
- 1.
- 2.
Seensa
alli seeraan alaafi kontrobaandii yeroo amma taasifamaa jiru dorgommii
alaa haqa qabeessaa fi daldaltoota seera qabeessa ta’an dadhabsiisuun
aattonnii gabaa faayidaa walqixa ta’e akka hin arganne taasisa; akkasumas
afa biyya alaa argachuu qabnu akka hin arganne taasisuun guddina dinagdee fi
ooma kan gufachiisudha.
too’annoo hojjatamu keessatti rakkoo daldala seeraan alaa fi kntrobaandii
suun kan danda’amu hirmannaa hawaasa bal’aatiin qofa yoo ta’u iddoo rakkoon
a ta’etti immo keellaa hundeessuun to’annoo taasisuun murteessaadha. Kanaafuu,
aan yoo hunda’u kaayyon isaa inni guddaan rakkoo kontrobaandii fi daldala
aan alaa xiqqessuun; dhiyeessiin oomishalee ala ergii akka dabaluu fi sirna gabaa
mayy’aan akka diriiruu gochuu keessatti gahe ol’aanaa kan taphatuudha. Haata’u
ee, kayyoo kana giddugaleessa godhatee hojjachu irratti hanqina guddaatu jira.
- 3.
i fufa
abni isaas:-
mna namaa keellaa tokkoof eyyamame (nama torba (7)) ramaduu dhabuu
doominni seektaroota wajjiin jiru laafaa ta’uu
- Oomishni yoo too’atame dafanii murtii kennu dhabu
annoon waliigalaa bifa walfakkatuun kan hin jirre ta’u
elfamni/maanuwaaliin / hojii keellaa wajjin walqabatee jiru bifa ifa ta’een kan hin
ta’u
laawwan tokko tokkoo irratti rakkoon kiraa sassaabdummaa kan mul’atuu ta’uu
irra kan ka’e hanga barbaddame to’annoon gaggeefamu dhabuu
aafuu, adeemsa sirna gabaa ammayya’aa biyyii keenya jalqabde fiixaan baasuu
satti keellawwaan too’annoo daldala seeran alaa fi kontrobaandii hundaa’anii
uraafiis kan oomishaalee qonnaa fi industrii seeraan ala adeemsifamanii fi
ha’an to’achuu akkasumas kan to’ataman akkaataa itti kunuunsan, Bulchanii fi
qsan (dhabamsiifaman) ilaalchisee karaa ifaa fi haala wal-fakkaatuun hojimaatni
a diriiruu gochuun barbaachisaadhaa
- 4.
KAAYYOO
Hojimannii fi Sirnitoo’annoo daldala seeraa alaa fi keellaa irratti taasifamu
bifa walfakkaatuun hojimaata mataa isaa qabaatee akka tajajiluu gochuu.
Daldala seeraan alaa akka xiiqqatuu gochuun dhiyeessi oomishaalee al-ergii
akka dabalu gochuuf.
Rakkoo daldala seeran alaa ykn kontroobaandii xiqqeessuu/hir’isuun daldala
seera qabeessa jajjabeessuuf
Keellaawwan hundaa’an irratti walitti dhufeenyii seektarootaa akka cimu
gochuuf.
Barbaachiisummaa
Maanuwaaliin hojii daldala seeraa alaa kanaan dura qopha’e nama hunda bira
waan hin jireef
Sirna dorgommii seera qabeessa ta’e diriirsuun barbachiisaa waan ta’eef
- 5.
Gurmaa’insaa fi caaseffamakeellawwanii
Bu’uura labsii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.213/2011
Aangoo fi gahee hojii Ejensii Misooma Gabaa Oromiyaatiif kenname
keeyyata 51(21) irratti ibsameen qaamni keellaawwan bulchuu
haaraan akka hundaa’u qaamoolee dhimmii ilaallatu wajjiin kan haala
mijeessu fi yoo heyyamames gurmeessee hojiittii akka galuu kan godhu
seektara kana ta’uu ibsa
Labsiiwwan, dambii fi qajeelfamoota bahan bu’uurefachuun kan hojjetamu yoo
ta’u isaanis akkataa arman gaditti dhiyateera.
Labsii Qaama Raawwachiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aangoo fi Gahee
hojii Rawwachiftuu murteessuuf bahe lakk. 213/2011
- 6.
Labsiiwwan sirna gabaaammayyaa’aa
Oomishaaleef bahe hojii irra jiru
1,Labsii gabaa bunaa fi qulqullinaa lakk. 1051/2009, Dambii 433/2011
fi qajeelfama lakk 01/2011
2,Dambii gabaa saliixaa fi boloqqee lakk. 178/2002
Dambii Oomishaalee Midhaan dheedhii lakk 377/2008, Qajeelfama
10/2008
3,Labsii sirna gabaa beeylada dhaabbii lakk.819/2006, dambii
341/2007 fi qajeelfama lakk 004/2007
4,Labsii sirna gabaa Gogaa fi Kal’ee lakk.814/2006, dambii 339/2007 fi
qajeelfama lakk 005/2007
5,Labsii galmee fi hayyama hojii daldalaa lakk. 980/2008
6,Labsii eegumsa mirga fayyadamtotaa kabachiisuuf bahe lakk.
813/2006
- 7.
- 8.
Itti Fufa……..
labasii 1051/2009,Dambii 433/2011 fi
qajeelfama lak 01/2011 irratti ibsaman
yeoo oomisha isaani sochoosan ykn
geejjiban dhimmota guuttachu qaban;-
Hirmaattoota
Gabaa bittaa fi
gurgurtaa
bunaa bu’uura
1.Dhiyeessi
toota
Bunaa
- 9.
Dhiyeessitoota buna: -yoojennu daldaltoota dhunfaa, qonnaan
bultoota fi waldaalee hojii gamtaa ta’uu danda’u. Isaanis buna
gabaa sadarkaa jalqabaa ykn iddoo bittaa fi gurgurtaa buna
seeraan adda ba’e irraa kan bite ykn ofii isaa kan oomishee
dhaabbata gabaa oomisha qonna Itiyoophiyaa (Ethiopian
Commodity Exchange –ECX) ykn gabaa biyya alaatti kan
gurguraniidha. Oomisha iddoo tokkoo gara iddoo biraatti yeroo
sochoosan ragaalee qabatanii socho’an keessaa;
1.Heyyama hojii daldala bunaa,
2.Waraqaa ragaa Gahumsaa fi
3.waraqaa karaa dabarsaa qabaachuu fi yeroo gafatamanitti
dhiyeessu ykn agarsiisuu qabu.
- 10.
Waraqaan karaa dabarsaahirmaattota kanaf keennamu:
-
1ffaa mana kuusaa ykn iddoo bittaa fi gurgurtaan itti gaggeeffame irraa gara
dhaabbata gabaa oomisha qonnaa Itiyoophiyaa (Ethiopian Commodity Exchange
–ECX),
2ffaa. mana kuusa dhuunfaa irraa gara mana kuusaa gabaa biyyaaa alaatiif
qophaa’u, bu’uura dambii, 1051/2010 keeyyata 7 keeyyata xiqqaa 5 irratti
qonnaan bultoota, waldaalee hojii gamtaa fi abbootii qabeenyaa oomishtoota
bunaa kallattiin gabaa biyya alaatti ergan ulaagaalee kana guuttataniif
waraqaan karaa dabarsaa kennamuu danda’a. Waraqaa kara dabarsaa
hirmaattota kana kan kennu Waajjira Misooma Gabaa Aanaa bunni keessaa
fe’amuun ta’a, kanaan ala qamni waraqaa karaa dabarsaa kennuu hin jiru. kunis
labsii Caffee Moottummaa Naannoo Oromiyaa lakk. 213/2011 keeyyata 20 irratti
gahee Ejensii /Waajjira Misooma Gabaa ta’uu ibsa.
- 11.
Al-ergitoonni Bunaa: -buna dhaabbataa gabaa oomisha qonna
Itiyoophiyaa (Ethiopian Commodity Exchange –ECX) ykn iddoo walitti
hidhamiinsa gabaa seeraan umameef irraa bitee gabaa biyyaa alaatti ka
dhiyeessudha. Hirmaattonni kun oomisha bunaa bittaan raawwate yero
sochoosuu ragaalee qabatee qaama gaafatutti dhiyeessuu qabu keessaa
1.heyyama al-ergii bunaa kan qabu fi yeroo isaa eegee kan haaromse,
2.waraqaa ragaa gahumsaa fi waraqaa karaa dabarsaa qabachuu qaba.
3.Waraqaa karaa dabarsaa hirmaattoota kana kan kennu iddoo bittaa
gaggeese dhaabbata gabaa oomisha Qonnaa Itiyoophiyaa (Ethiopian
Commodity Exchange –ECX) irraa gara mana kuusaa gabaa biyya alaat
itti qophessuutti yeroo ergamuu waraqaa karaa dabarsa dhaabbata ga
2.Al-ergitoota Buna
- 12.
Itti fufa………
oomisha QonnaaItiyoophiyaatiin kennama. Kanaafuu bunni
yeroo iddoo bittaa fi gurgurtaan itti gaggeeffame irraa gara
dhabbata gabaa oomisha Qonnaa Itiyoophiyaatti yeroo
ergamuu waraqaa karaa dabarsaa kan kennu waajjira
misooma gabaa Aanaa yoo ta’u dhaabbata gabaa oomisha
Qonnaa Itiyoophiyaa irraa bunni bitamee yeroo gara mana
kuusaa al-ergiif itti qopha’uutti ergamu dhaabbanni gabaa
oomisha Qonnaa Itiyoophiyaa waraqaa karaa dabarsaa
kennuun gaggeessa jechudha. Too’annoo keellaa irrattis ta’ee
Keellaan ala yeroo taasisamuu ragaalee olitti ibsame
qabaachuun akkuma jirutii ta’e: -
- 13.
A.Hirmattoota gabaa addabaasuu
Hirmaattooni kun kan adda ba’an ragaa heyyama hojii
daldalaa dhiyeessaniin yoo ta’u isaan adda baasuun immo
buna essaa gara essaatti akka dhiyeessan seeraan waan adda
ba’ee fi olittis akkuma ibsameen ragaa qulqullefachuuf
fayyada.
FKF; - Hirmaataan gabaa Dhiyeessa bunaa yoo ta’e buna Aanaa
ykn iddoo bittaa fi gurgurtaan bunaa itti gaggefamee irraa
waraqaa karaa dabarsaa waajjira misooma gabaa aanaa irraa
fudhatee gara dhaaabbata gabaa oomisha Qonnaa
Itiyoophiyaatti dhiyeessa, kanaan ala yeroo socha’u yoo
argame seeraan ala jechuudha.
- 14.
baafachuu
Sakatta’iinsa kanaan iddoka’umsaa irraa qaama waraqaa
karaa dabarsaa kenne qulqullefachuuf fayyada. FkF iddoon
ka’umsa buna fe’amee deemaa jiru dhaabbata gabaa oomishaa
qonna (ECX) irraa yoo ta’e waraqaa karaa dabarsaa kan kennu
dhabbata gabaa oomishaa qonnaa Itiyoophiyaati.
C.Shiiboon samsamuu isaa
D.Sharaan kan hin taarsane ta’u fi wantoota biraa wajjiin
walitti makame kan hin fe’amne ta’uu isaa sakatta’uu
- 15.
3.Daldala buna JimlaaTajaajila biyya keessaaf oolu
Hirmaataan gabaa kuni bu’uura labsii lakk.1051/2009 keeyyata 29
irratti ibsameen Daldala buna Jimlaa Tajaajila biyya keessaaf oolu
jechuun buna gabaa biyya alaatiif hin oolle dhaabbata gabaa oomisha
qonnaa Itiyoophiyaa irraa bitee gara iddoo/naannoo hayyama hojii
daldala buna jimlaa itti baaseetti dhiyeessee daldaltoota qinxaabootti
qofaaf kan gurguruudha. Kanaafu yeroo sakatta’iinsa/too’annon
keellaa irattis ta’e keellaan ala taasifamu dhimmoonni ilaalaman:
1.Hayyama hojii daldala bunaa jimlaa qabaachuu fi kan haaromfame
ta’uu;
2.Waraqaa ragaa gahumsaa qabachuu fi kan haaromfame ta’uu;
3.Bunni geejjibamee deemaa jiru iddoo hayyama itti baafateeyii moo,
- 16.
Faayidan Raayya jijjiramaairra argame
4.Ka’umsi isaa dhaabbata gabaa oomisha qonnaa
Itiyoophiyaa (ECX) ta’uu fi waraqaa karaa dabarsaa irraa
fudhachuu waan qabuuf kana sakatta’uu
5.Bunni fe’amee geejjibamaa jiru kan saamsame ta’uu;
4. Daldaltoota Bunaa Qinxaaboo Tajaajila biyyaa keessaf oolu
- 17.
Hirmaataan gabaa kunbu’uura labsii lakk.1051/2009 keeyyata 30 irratti
ibsameen Daldala bunaa Qinxaaboo Tajaajila biyya keessaaf oolu
jechuun buna daldala jimlaa ykn daldala bunaa tajaajila biyya
keessaatiif akaayee gurguru irraa bitee fayyadamtootatti kan
gurguruudha. Hirmaataan gabaa kun hayyama daldala buna qinxaaboo
fi waraqaa ragaa gahumsaa qabachuu qaba.
Hubachiisa: - namoota (imaltoota) konkolataa ummataanis ta’e kan
biroo namni tokko buna hanga kg lamaa qabatanii keellaa darbuu ni
danda’u.
- 18.
Labsii sirna gabaaoomishaa fi To’annoo qulqullina Bunaa
Lakk.1051 keewwata 19(1-15)
Labsii sirna gabaa oomishaa fi To’annoo qulqullina Bunaa Lakk.1051 keewwata 19(1-15)
1.Namni buna qopheessu kamiyyuu hojmaata teeknikaa danbii fi
qajeelfama abbaa taayitichaan ykn qaama aangoo qabuun tumameen
ala buna qopheessee qulqullina bunaa irratti ykn hawwasa naannoo
industirii buna qopheessu jiraatu irratti miidhaa yoo geessise ;
oomishichi daldalaaf akka hin dhiyaannee fi industirichi akka cufamu
ta’ee hidhaa waggaa tokkoo hanga waggaa sadii fi qarshii 20,000
hanga qarshii 40,000 gahuun adabama
- 19.
2. namni daldalabunaarratti bobba’e kamiyyyuu abbaa taayitichaan
ykn qaama aangoo qabuun kan murtaa’een ala buna yoo bite ,yoo
gurgure ykn daldala eeyyama itti argateen ala osoo hojjetuu yoo
argame ; bunni harka isaa jiru dhaalamee;hidhaa waggaa tokkoo
hanga waggaa sadii gahuu fi qarshii 20,000 hanga qarshii 40,000
gahuun adabama
- 20.
4. namni daldalabunaarratti bobba’e kamiyyyuu buna gabaa biyya
alaatti dhiyaachuu qabu eyyama abbaa taayitaa bunaa fi shaayii
federaalaa osoo hin argatin gabaa biyya keessaatti dheedhii isaa ykn
akkaayee daakuun gurgutaaf yoo dhiyeesse bunichi Akka dhaalamu
tahee;hidhaa cimaa waggaa sadii(3) hanga waggaa shanii (5) gahuu fi
qarshii 60,000 hanga qarshii 100,000 gahuun adabama.
- 21.
6. namni kamiyyuueyyama abbaa taayitichaa malee ykn eyyama
qaama aangoo qabuu osoo hin qabaatin buna kuusee yoo argame;
bunichi Akka dhaalamu tahee;hidhaa cimaa waggaa sadii(3) hanga
waggaa shanii (5) gahuu fi qarshii 60,000 hanga qarshii 100,000 gahuun
adabama.
5. namni daldala bunaarratti bobba’e kamiyyyuu daldalaa bunaa waliin
kallattiin ykn alkallattiin hariiroo qabu ta’e jedhee ykn dagannoodhaan
faayidaa hin malle argachuudhaaf ykn nama biraaf argamsiisuuf jecha
qulqullina bunaa ykn daldala bunaa irratti gocha dogongoraa raawwate
yoo argame; hidhaa cimaa waggaa sadii(3) hanga waggaa shanii (5)
gahuu fi qarshii 60,000 hanga qarshii 100,000 gahuun adabama.
- 22.
7. namni kamiyyuueyyama abbaa taayitichaa malee ykn eyyama qaama aangoo
qabuu osoo hin qabaatin ykn sararaa fi teessoo eyyamameefiin ala buna fe’ee
osoo schoo’uu yoo argame; bunichi fi konkolaataan buna fe’e Akka dhaalamu
tahee;hidhaa cimaa waggaa sadii(3) hanga waggaa shanii (5) gahuu fi qarshii
60,000 hanga qarshii 100,000 gahuun adabama.
8. konkolaachisaan ykn abbaan konkolaataa buna saamsame fe’e kamiyyuu
piloompiin akka citu ykn sharaan akka tarsa’u gochuudhaan gosti bunaa ykn
hammi fe’amee fi qulqullinni bunaa jijjiiramee yoo argame; hidhaa cimaa
waggaa sadii(3) hanga waggaa shanii (5) gahuu fi qarshii 60,000 hanga qarshii
100,000 gahuun adabama.
9. . konkolaachisaan ykn abbaan konkolaataa buna eyyama argate fe’e
kamiyyuu kan eyyamameef malee dabalataan buna biraa qaama
konkolaatichaa kamiyyuu keessatti ykn fe’isa biraa itti dabalee yoo
- 23.
-argame;fe’isii fi bunnidabalataan fe’ame argame akka
dhaalamu ta’ee; hidhaa ji’a jahaa hanga waggaa sadii
gahuu fi qarshii 10,000 hanga qarshii 40,000 gahuun
adabama.
10.namni kamiyyuu buna seeraan ala
bituun,gurguruun,kuusuu fi qopheessuun, akaawuun ,akaayee
daakuudhaan ,geejjibuun , kanneen kana fakkaatan
raawwachuudhaan akka miliqu ykn manca’u taasisee yoo
argame; ykn gachaawwan ibsaman akka raawwataman yoo
deeggare; hidhaa waggaa tokkoo hanga waggaa sadii gahuu
fi qarshii 20,000 hanga qarshii 40,000 gahuun adabama.
- 24.
11. namni kamiyyuueyyama abbaa taayitichaa malee ykn qaamni
biroo aangoon kennameef osoo hin eyyamin buna diimaa industirii
buna miicuuf bitee gara janfalaatti jijjiire bunni hin miicamne akka
qophaawuu taasise yoo argame;hidhaa waggaa tokkoo(1) hanga
waggaa sadii(3) gahuu fi qarshii 20,000 hanga qarshii 40,000 gahuun
adabama.
12. namni gabaa bunaarratti raga gahumsaa fudhatee daldalaatti
bobba’e kamiyyuu eyyama abbaa taayitichaa malee ykn qaamni biroo
aangoon kennameef osoo hin qabaatin bakka bu’iinsaan hojjechiisee
yoo argame; hayyamni isaa haqamee hidhaa waggaa tokkoo(1) hanga
waggaa sadii(3) gahuu fi qarshii 20,000 hanga qarshii 40,000 gahuun
adabama.
- 25.
13. namni kamiyyuuhojii qopheessuu fi daldala buna biyyaa irratti
bakka bu;ee hojjechuuf eyyama gahumsaa abbaa taayitichaa malee
ykn qaamni biroo aangoon kennameefii osoo hin qabaatin hojitti
bobba’e yoo argame; hidhaa waggaa tokkoo(1) hanga waggaa sadii(3)
gahuu fi qarshii 20,000 hanga qarshii 40,000 gahuun adabama.
14. namni kamiyyuu buna seera qabeessa tahe buufata bunni itti
geggeeffamu irraa fe’ee bakka itti bu’uu qabu industirii buna
qopheessutti ykn mana kuusaa gabaa oomisha itiyoophiyaatti ykn
buufata dooniitti osoo hin geessin yoo miliqse ykn ta’e jedhii hangi
bunichaa akka hir’atu ykn dabalu taasise ykn qulqullinnii fi gosti
bunichaa akka jijjiiramu godhee yoo argame;hidhaa cimaa waggaa
shanii(5) hanga waggaa kudhanii(10) gahuu fi qarshii 100,000 hanga
qarshii 200,000 gahuun adabama.
- 26.
15. hojjetaan yknitti gaafatamaan abbaa taayitichaan
ykn qaama aangoo qabuun ramadame kamiyyuu gahee
hojii isaatti fayyadamee odeeffannoo ummataaf ifa hin
taane kan qulqullinaa fi daldala bunaa irratti miidhaa
fidu ta’e jedhee ykn dagannoodhaan faayidaa hin malle
argachuuf ykn nama biraaf argamsiisuuf dabarsee yoo
kenne ykn yoo kennisiise ; hidhaa waggaa tokkoo(1)
hanga waggaa shanii(5) gahuu fi qarshii 20,000 hanga
qarshii 40,000 gahuun adabama.
- 27.
Hirmaattoota gabaa bittaafi gurgurtaa Midhaan dheedhii bu’uura dambii 377/2008, fi qajeelfama lakk. 010/2009
ba’een: -
Oomishalee midhaan dheedhii jechuun: -oomishalee midhaan dheedhii boloqqee adiin ala gosa sanyii boloqqee
adda addaa, maashoo, missira, baaqeela, shunburaa, atara, gaayyoo, gibxoo fi akuri atara fi kkf ta’a.
Oomishtoota midhaan dheedhii
A.Oomishtoota midhaan dheedhii: - jechuun qonnaan bultoota ykn horsiise bultoota, waldalee hojii
gamtaa oomishtoota midhaan dheedhii, dhaabbilee qonnaa oomisha midhaan dheedhii irratti bobba’an hundi
Oomishtoota jedhamuu. Oomishtoonni kun oomisha giddu galaa gabaa sadarkaa jalqabaa ykn dhaaabbata gabaa
oomisha qonnaa Itiyoophiyaatti kan gurguran yoo ta’an dabalataanis dhunfaan ykn waldaalee hojii gamtaatiin
gurmaa’uun kallattiin gabaa biyya alaatti dhiyeesuu nii danda’u.
Oomishtoonni midhaan dheedhii kun yeroo oomisha isaanii giddu gala gabaa olitti ibsametti dhiyeessan ragaalee
qabachuu qaban keessa; -ragaa Oomishaa ta’uu isaanii ibsu, Baay’ina fi gosa oomisha oomishan fi Iddo itti
oomishan kan ibsu ragaa waajjira qonnaa fi qabeenya uumamaa iddoo omishni itti oomishameerra qabatee
socha’u qaba.
Kanaafuu, too’annoo fi sakatta’iinsa keellaa irratti taasifamu dhimmoota kana xiyyeeffannoon ilaaluun
barbachisaadha.
- 28.
Dhiyeessitoota midhaan dheedhii:- yoo jennu midhaan dheedhii gabaa sadarkaa jalqabaa irraa
bitee dhaaabbata tajaajila mana kuusaa Itiyoophiyaatti dhiyeesse dhaaabbata gabaa oomisha qonnaa
Itiyoophiyaatti (Ethiopia Commodity Exchange (ECX) kan gurguruudha. Hirmaattonni gabaa kun yeroo
oomisha kana gara dhaabbata gabaa oomisha qonnaa Itiyoophiyaatti dhiyeessan ykn geejjibaan
ragaalee qabatanii socha’an keessaa;
Hayyama hojii daldala midhaan dheedhii,
Waraqaa ragaa Gahumsaa
Waraqaa karaa dabarsaa yeroo gafatamanitti dhiyeessu ykn agarsiisuu qabu
Kanaafuu, oomishaaleen kunniin yeroo geejjibaman keellaa qaxxamuruuf jedhu irratti dhimmooni
gurguddaan ilaalamuu qaban keessa
Waraqaa ragaa gahumsaa
hayyama hojii daldala dhiyeessa midhaan dheedhii qabachuu
Waraqaa karaa dabarsaa qabachuu adda baasuu; kana jalatti wanti ilaalamuu: -
Ka’umsaa fi iddoon oomishni dhaqqabu ifatti taa’u isaa ilaalu.
Qaamni waraqaa karaa dabarsaa kenne, qaama waraqaa kara dabarsa kennuun aangoon kennameef
irraa ta’uu adda baasuu
B.Dhiyeessitoota midhaan dheedhii
- 29.
Oomishni fe’ame kallattiiiddoo hin dhaqqaba jedhame waraqaa karaa dabrsaa
irratti ibsametti demaa jira moo? Miti? kan jedhu ilaaluu
C. Al-ergitoota midhaan dheedhii: -
Al-ergitoota midhaan dheedhii: -jechuun midhaan dheedhii giddu gala gabaa
sadarkaa lammaffaa ykn dhaabbata gabaa oomisha qonnaa Itiyoophiyaa (ECX)
irraa bite ykn ooyiruu (fichaa) isaa irraa oomishe ulagaalee/sadarkaa / gabaa
biyya alaa madaaluun qophessee biyyaa alaatti kan erguudha.
Too’annoo fi sakatta’iinsa keellaa irratti yeroo taasifamuu ragaalee ilaalaman
keessa;
Hayyama hojii daldala al-ergii midhaan dheedhii qabachuu fi haaromsamuu isaa.
Wantoota qulqullina oomishaa irratti hir’ina uuman kan akka boba’aa,
keemikaala adda addaa wajjiin kuusuu ykn fe’uu dhisuu.
Midhaan dheedhii giddu gala gabaa sadarkaa lammaffaa ykn dhaabbata oomisha
qonna Itiyoophiyaa irraa bitee gara mana kuusaa al-ergii yeroo geejjibamuu
waraqaan karaa dabarsaa Ministeera daldalaa ykn Waajjira misooma gabaa
sadarkaan jiraniin kennameef qabatee socho’u qaba.
- 30.
Too’annoon keellaa irrattista’ee Keellaan ala yeroo taasifamu hirmaataan gabaa
kun ragaalee olitti ibsame qabachuun akkuma jirutii ta’e;-
Hirmaattoot
a gabaa
adda
baasuu
Waraqaa
ragaa
gahumsaa
Iddoo ka’umsaa fi
iddoo dhaqqabuu
adda baafachuu
- 31.
D. Daldalaa jimlaa
a.Daldalaa jimlaa
Daldalaa jimlaa: - jechuun giddu gala gabaa sadarkaa jalqabaa ykn dhaabbata
gabaa oomisha qonnaa Itiyoophiyaa irraa midhaan dheedhii bitee iddoo
oomishni hin jirretti daldaltoota qinxaaboo, dhaabbilee tajaajila kennan fi
waldaalee fayyadamtootaatti kan gurguruudha.
Kanaafuu, daldalaan jimlaa kun midhaan dheedhii giddugala gabaa sadarkaa
jalqabaa fi gabaa oomisha qonnaa Itiyoophiyaa irraa qofa bita.
Too’annoo fi sakatta’iinsa keellaa irratti yeroo taasifamu ragaalee ilaalaman
keessa
1.Hayyama hojii daldala jimlaa haromsuu.
2.Wantoota qulqullina oomisha irratti hirdhina uuman kan akka boba’aa,
keemikaala adda addaa wajjiin kuusuu ykn fe’uu dhabuu
- 32.
E. Daldaltoota qinxaaboomidhaan dheedhii
Daldalaa qinxaaboo: -jechuun midhaan dheedhii giddugala gabaa sadarkaa jalqabaa ykn
daldalaa jimlaa irraa bitee fayyadamtootatti kan gurguruudha. Oomisha fe’ee yeroo socha’u
ykn keellaa qaxxaamuru ragaan qabachuu qabu,
hayyama hojii daldala qinxaboo midhaan dheedhii,
Wantoota qulqullina oomisha irratti hir’ina uuman kan akka boba’a, keemikaala adda addaa
wajjiin kuusuu ykn fe’u dhabuu.
F.Waldalee Fayyadamtoota midhaan dheedhii: - jechuun midhaan dheedhii giddugala gabaa
sadarkaa jalqabaa ykn giddugala gabaa sadarkaa lammaffaa ykn giddugala gabaa oomisha
qonnaa Itiyoophiyaa irraa bitee iddo oomishni kun hin jirretti dhiyeesse fayadamtootatti kan
gurguruudha.
Wantoota qulqullina Oomishaa irratti hirdhina uuman kan akka boba’aa, keemikaala adda
addaa wajjin kuusuu ykn fe’uu dhabuu
Ragaa ykn ‘certificate’ waldaa fayyadamtoota ta’uu isaani ibsu qabatanii socha’uu fi yeroo
gafataman argisisuu qabu.
- 33.
G.Dhaabbilee fayyadamtootaa
Dhaabbile fayyadamtootamidhaan dheedhii: - jechuun midhaan dheedhii giddugala gabaa
sadarkaa lammaffaa ykn dhabbata gabaa oomisha qonnaa Itiyoophiyaa irraa bitee hoteelotaa,
yuunivarsitoota, manneen sirressaa fi poolisii, homaa waraanaatiif kan dhiyeessuudha.
Dhaabbileen kun oomishaale kana yeroo geejjiban: -
1.hayyama hojii daldala midhaan dheedhii qabachuu,
ragaa dhaabbilee olitti ibsaman waliin waligaltee qabaachuu isaan adda baasu
2.yeroo oomisha geejjiban ykn kuusaan wantoota qulqullina oomisha gadi buusan irraa of-
eegannoo taasisuu;
To’annoo fi qulqullina gabaa oomishaalee midhaan dheedhii
- 34.
Ejensiin misooma gabaaoromiyaa ykn waajjirri misooma gabaa
sadarkaa goodinaa fi aanaaleeykn bulchiinsa magaalaa aangoo labsiin
kennameef kana hojirra oolchuuf oomishni qonnaa naannoo keenyaa
oomishtootaaf faayidaa barbaachisu bu’aa xaarii isaanii argamsiiseefii
fayyadamtoonniis tahee warshaaleen gatii madaalawaan oomisha
qulqulluu akka argataniifii fayyadamummaan gama lamaaniituu
bu’uraa seeraatiin akka tahu ni hojjeta.
Hayyama daldalaa ragga’e osoo hin qabaatin hojii daldala midhaan
dheedhii irratti bobba’ee ykn oomisha hayyamni itti kennameefii ala
damee biroo itti dabalee osoo hojjetuu yoo argame hidhaa waggaa
torbaa hanga waggaa kudha shanii gahuu fi qarshii 150,000 hanga
qarshii 300,000 gahuun adabama.
- 35.
Fkn danbii midhaandheedhii lakk.377/2008 keewwata 15(5)
aangoo fi hojii to’attoota midhaan dheedhii
bu’uura danbii kana keewwata 14tiin to’ataan ramadamu
aangoo fi gahee hojii armaan gadii ni qabaata.
1.tumaalee danbii kanaafi qajeelfamoota danbii kana
raawwachiisuuf bahankabajamuu ni mirkaneeffata.
2. bittaa fi gurgurtaan oomishaalee midhaan dheedhii jiddu
gala gabaa sadarkaa duraatti raawwatamuu ,haala
kuusiinsaa,qophaa’insaa fi geejjibsiisaa bu’uura danbii fi
qajeelfamaatiin raawwii fi sadarkaa bu’uura tumameen taa’uu
ni mirkaneeffata.
- 36.
Hirmaattoota gabaa bittaafi gurgurtaa beeylada dhaabbii bu’uura labsii
Lakk.819/2006 Dambii, Lakk.341/2007 akkasumas qajeelfama Lakk.004/2007
baheen akkaataa armaan gadiitti dhiyaateera.
Hirmaattoota Gabaa beeylada dhaabbii; - jechuun bittaa fi gurgurtaa beeylada
dhaabbii irratti kan hirmaatan horsiisee/qonnaan/ bultoota, gabbistoota, ala-
ergitoota, dhaabbata qalma beeyladaa, mana foonii, waldaalee shariikummaa fi
bitattoota ni dabalata.
Bittaa fi gurgurtaa beeylada dhaabbii jechuun Beeylada dhaabbii gurguruu, bituu,
geejjibuu, iddoo gabbisa beeyladaa kireessuu fi hojii bittaa fi gurgurtaa beeyladaa
dhaabbii adeemsaa kanaan wal-fakkaataan kan hammatuu ta’a.
•Beeylada dhaabbii
- 37.
A.Horsiisee ykn Qonnaanbulaa
Beeylada dhaabbii horsiisee biyya keessatti gurguruuf yoo murteessee giddugalaa gabaa adda
ba’an qofatti gurguruu fi qaama roga qabuun iddoo murtaayeetti walharkaa fuudhinsa
raawwachuu kan danda’u.
Beeylada dhaabbii gabbatan gara gidduugala gabaa sadarkaa 2ffaatti dhiyeesse gurgurachuu
yoo barbaade fkf giddugala gabaa sadarka lammaffaa Finfinneetti gurguruu yoo barbaade
ragaan qabatee deemuu qabuu;
Waraqaa karaa dabarsaa (geejjibsiisaa) waajjira misooma gabaa irraa fudhachuu
Xalayaa horsiisaa ykn qonnaan bulaa ta’u isaa ibsu waajjira qonnaa fi qabeenyaa uumamaa
(waajjiraa misooma qabeenya beeylada) irra fudhachuun socha’u qaba
B.Furdisaa beeylada dhaabbiiFurdisaa: -jechuun nama beeylada dhaabbii
giduugala gabaa bittaa fi gurgurtaa beeylada dhaabbii sadarkaa 1ffaa irraa bituudhaan buufata
furdisaatti hanga baatii 4 (Afuri) tursiisuun furdisee giddugala gabaa sadarka 2ffaa beeyladaatti
gurgurtaaf dhiyeessuudha
- 38.
Hirmaataan kun yeroobeeylada dhaabbii geejjibsiisuu ragaalee qabatee deemu keessaa;-
1.Buufata furdisaa ulaagaa guutu kan ofii ykn kan kireeffate ta’u kan ibsu
2.waraqaa ragaa gahumsaa fi Hayyama hojii daldalaa haaromse qabachuu.
3.Hayyama geejibisiisaa ykn waraqaa karaa dabarsaa
C.Al-ergitoota beeylada dhaabbii
Ala-ergitoota beeylada dhaabbii: - jechuun beeylada dhaabbii giduugalaa gabaa
beeylada sadarka 1ffaa ykn 2ffaa irraa bitani gabaa biyya alaaf kan dhiyeessaniidha.
1.Beeylada dhaabbii biyya alaatti kan ergu yoo ta’e buufata furdisaa ykn buufata
tursisaa beeylada dhaabbii kireeffatee ykn kan ofii qabaachuu isaa kan ibsuu
waraqaa ragaa mirkaneessa gahumsaa qabatee;
2.Hayyama al-ergii qabaachuu fi yeroo isaa eege kan haromse ta’uu.
3.Waraqaa karaa dabarsaa qabachuu qaba.
- 39.
D.Dhaabbata Qalma beeyladaadhaabbii
Dhaabbata qalma beeylada dhaabbii: -jechuun beeylada dhaabbii qaluudhaan foon gabaaf kan
dhiyeessu, foonii fi bu’aa foonii kan qopheessuu, kan qindeessuun ykn manneen foonii fi
fayyadamtootaaf tajaajila qalmaa namaa kennuu ta’a.
Dhaabbata qalmaa kan ofii ykn kan kireeffate qabaachu isaa kan ibsuu waraqaa ragaa
gahumsaa qabachuu
Hayyama daldalaa kan baafate fi yeroo isaa eeggate kan haromsame ta’uu
E.Waldaa shariikummaa
Waldaa shariikummaa: - jechuun bu’uura seera waldaa shariikummaa roga qabuutiin hiika
kennameef qabaata. Kunis bu’uuraa labsii 147/91 keewwattaa 2(2) tiin hiika kennamee ta’a.
F.Bitataa (fayyadamaa): - Jechuun Beeylada dhaabbii faayidaa dhunfaatiif nama
bitu yoo ta’u nyaata qopheesse warra nyaatuuf kan gurguru ykn haala biraatiin
nama dhiyeessu kamiyyuu nii dabalata.
- 40.
Hirmaattonni gabaa beeyladadhaabbii Bitataa ykn fayyadamaa fi Waldaa shirikummaa yeroo
iddoo tokkoo gara iddoo biraatti beeylada geejjibu ykn miilaan oofu ragaa qabachuu qabanii fi
too’annoo fi sakatta’insa keellaa fi keellaan alaa taasifamuun yoo gaafatame kan argisisuu
qabuu:
Ragaa maallummaa isaani ibsuu ykn ‘’certificate’’ qabachuu
Waraqaa karaa dabarsaa waajjira misooma gabaa iddoo ka’uumsa irraa kennameef qabachuu
Labsii sirna gabaa beeylada lakk.819/2006 keewwata17(1-13) tiin
1.G/G/ Gabaa beeylada dhaabbiitiin ala beeylada dhaabbii kan gurgure ykn bittaaf kan
dhiyeesse ykn kan bite namni kamiyyuu beeyladni dhaabbii akka dhaalamu godhama. Haa
ta’uutii faaydaa dhuunfaatiif kan bituufi nama horsiisee gurguruun ala tahe yoo
argame;dabalataan hidhaa salphaa waggaa 2 fi qarshii 30,000 hin caalleen ni adabama.
2. hayyama daldala beeylada garee 3ffaa dabarsee kan kenne ykn lammii biyya alaatti bittaa fi
gurgurtaa beeylada dhaabbiittiif haguuggii kan kennee fi haala mijataa kan uume namni
kamiyyuu dhaalamiinsa beeylada dhaabbii dabalatee hidhaa salphaa waggaa shaniitii fii adabbii
qarshii 150,000 hin caalleen adabama(kuniis adabbii labsii 686/2002 keewwatoota 34(7)fi 60(3)
jala taa’e caalaa akka adabsiisu godhamee tumameera.
- 41.
3. bittaa figurgurtaa horsiisee bultoota giddutti raawwatamuu ala g/g beeylada
dhaabbii kamiyyuu hirmaataa gabaa beeylada dhaabbii isa gituu waliin bittaa fi
gurgurtaa beeylada dhaabbii namni raawwate kamiyyuu dhaalamiinsa beeylada
dhaabbii dabalatee hidhaa salphaa waggaa tokkoo fi adabbii qarshii 15,000 hin
caalleen ni adabama.
4. beeylada dhaabbii yeroo mirkaneeffannaa fayyummaa
(kooraantiinii) hin xumurin gabaa biyya alaatiif kan dhaleesse namni
kamiyyuu hidhaa salphaa waggaa shanii fi adabbii qarshii 150,000 hin
caalleen ni adabama.
5. lammiin biyya alaa buufa horsiisaa keessatti horsiisee g/g/gabaalee
beeyladaatiif bittaa fi gurgurtaa ykn kallattiin ala erguun ala damee bittaa fi
gurgurtaa irratti bobba’ee yoo argame hidhaa salphaa ji’a jahaa fi adabbii qarshii
50,000 hin caalleen adabamee akka biyyaa bahu ni godhama.
- 42.
6.namni kamiyyuu gochadogoggorsaa bittaa fi gurgurtaa
beeylada dhaabbii raawwate adabbii hidhaa waggaa afurii fi
qarshii 60,000 hin caalleen ni adabama.
7.bu’uura qajeelfama ministeeraan baheetiin beeylada
dhaabbii magaalaa akka miilaan keessa hin oofamne
dhoorkame keessa oofe ykn namni akka oofamu gadhe
kamiyyuu dhaalmaa beeyladichaa dabalatee hidhaa salphaa
ji’a jahaa fi qarshii 5,000 hin caalleen ni adabama.
8. beeylada dhaabbii g/g/g/ ykn iddoo horsiisaa ykn iddoo furdisaatii
gara gahumsa itti aanutti geessuuf fageenya hayyamamee ol namni
miilaan oofe ykn akka oofamu gadhe kamiyyuu hidhaa salphaa ji’a
jahaa fi qarshii 5,000 hin caalleen ni adabama.
- 43.
9. nama faaydaadhuunfaatiif bituun ala g/g/g bittaa
figurgurtaa beeylada dhaabbii ykn iddoo furdisaa ykn
buufata horsiisaa irraa gara iddoo gahumsa itti aanutti
beeylada dhaabbii geejjibaman hayyama geejjibaa otoo
hin qabaatin ykn gara heyyama geejjibaarratti ibsameen
ala kan geejjibe ykn akka geejjibamu namni godhe
kamiyyuu hidhaa salphaa waggaa tokko hin caallee fi
adabbii qarshii 30,000tiin adabama.
10. beeylada dhaabbii bittaa fi gurgurtaa seeraan ala
geggeeffame kan geejjibe geejjibsiisaan kamiyyuu hidhaa
salphaa waggaa lamaa fi qarshii 30,000’n ni adabama.
- 44.
11.g/g/ bittaa figurgurtaa beeylada ykn iddoo horsiisaa
ykn buufata furdisaatii gara gahumsa itti aanutti beeylada
dhaabbii geejjibaman kan ilaallatu kafaltii hedduu kan
gaafate ykn kan burjaajjeesse namni kamiyyuu hidhaa
salphaa waggaa tokko hin caallee fi qarshii 15,000tiin ni
adabama.
12, tumaa labsii kanaa ykn labsii raawwachiisuuf
danbii bahe ykn qajeelfamoota irra darbuun badii
biraa namni raawwate kamiyyuu hidhaa salphaa ji’a
jahaa fi qarshii 5,000 hin caalleen ni adabama.
- 45.
Gogaa fi kal’ee
Hirmaattootagabaa bittaa fi gurgurtaa gogaa fi kal’ee dheedhii bu’uura Labsii lakk.814/2006 fi danbii lakk-
339/2007 akkasumas qajeelfama lakk- 005/2007 bahe akkataa armaan gaditti dhiyaateera.
Hirmaattota bittaa fi gurgurtaa: - jechuun bittaa fi gurgurtaa gogaa dheedhii fi kal’eetti kan hirmaatan
oomishtoota, dhiyeessitoota, walitti qabdoota, warra karaa aadaatiin gogaa fi kal'ee sukkuuman fi warshaalee
gogaa dabalata.
A.Oomisha gogaa fi kal’ee dheedhii
Oomisha gogaa fi kal’ee dheedhii: - jechuun Dhaabbata qalmaa xiqqaa Ykn guddaa, dhaabbata ala ergii qalmaa
ykn fayidaa dhunfaatiif qalma beeyladaa kan raawwatu ykn tajaajila qalma irratti bobba’un nama gogaa dheedhii
fi kal'ee gabaadhaaf dhiyeessu ta’a.
Dhaabbata qalma xiqqaa ykn olaanaa: - jechuun qaama roga qabuun dhaabbata qalma xiqqaa ykn ol’aanaa
jedhamee kan moggaafame dhaabbata qalmaa ta’a.
Dhaabbata qalma ala ergii: - jechuun beeylada dhaabbii qaluun foonii fi bu’aa foonii gabaa alaatiif qopheessuu fi
qindeessuun dhaabbata dhiyeessu ta’a.
B.Dhiyeessa gogaa dheedhii fi kal’ee
Dhiyeessa gogaa dheedhii fi kal’ee: - jechuun gogaa dheedhii fi kal’ee giddugaleessa gabaa sadarkaa 1ffaa bittaa fi
gurgurtaa gogaa dheedhii fi kal'ee bitee warshaa gogaatiif nama dhiyeessuu ta’a.
- 46.
C.Warshaa Gogaa
Warshaa Gogaa:- jechuun Gogaa dheedhii fi kal'ee sukkuumee, laaffisee
qopheessuun gara oomisha sadarkaa dhumaatti warshaa geessuu ta’a.
D.Sukkuma gogaa Aadaa
Sukkuuma gogaa Aadaa: - jechuun gogaa dheedhii fi kal’ee karaa aadaatiin
sukkuumuun meshaalee Aadaa gogaa irraa nama omishu ta’a.
Omishaalee giddugala gabaa gogaa dheedhii fi kal'ee sadarkaa 𝟏𝒇𝒇𝒂𝒂 bittaa fi
gurgurtaati namni hirmaatu kamiyyuu daldala gogaa dheedhii fi kal'eetti
bobba’uu kan dandeessiisuu hayyama hojii daldala ragga’e qabaachuu qaba.
Gogaa dheedhii fi kal'ee mana itti qophaayuu fi mana kuusaa akkasumas
dhaabbata qalmaa ol’aanaa fi dhaabbataa qalmaa ala eergii fi dhiyeessaa biraa
gara warshaa googa yeroo geejjibamu ragaalee qabatee socho’u qabu keessaa: -
Gogaa dheedhii fi kal'een erga fe’amee booda Piiloompiin saamsamuu qaba.
Waraqaa karaa dabarsaa waajjira misooma gabaa irra fudhachuu qaba
- 47.
Bu’aa bosonaa fijimaa
Jimaa: –jimaan oomisha gali sharafa biyya ala argamsiisan keessa isa tokkodha.
Gama biraatiin immoo daldalli seeran alaa fi kontrobandiin jimaa galii sharafa
biyya alaa kana biyyattiin akkasumas qote bulaan gutumaa gutuutti akka hin
arganne midhaa irratti dhaqqabsisan keessaas isa tokkodha. Rakko kana
hubachuun labsii sirna gabaa bittaa fi gurgurtaa jimaa baasuuf qophii
xumuramaa jira kanafuu, hanga labsiin xumuramee hojii keessa galutti qaamni
daldala oomishaa kanatti bobba’e bu’uura labsii galmessaa fi hayyama 980/2008
baheen heyyama hojii qabaachuu qaba.
Bu’aa bosona;-bu’a bosona yoo jeenu ixaana, haphee, ciile fi kkf kan dabalatuu
ta’a. Oomishaleen kun yoo keellaa qaxamuruu ragalee daldala hojii argisisuu
qabatani socha’u qabuu.
- 48.
Wal-harkaa fuudhiinsa oomishaaleeykn meeshaalee seeraan alaa
ykn kontrobaandii too’atame
Wal-harkaa fuudhiinsi kan raawwatamu unka wal-harkaa fuudhinsaa bifa
bu’uura godhateen ta’ee unki wal-harkaa fuudhinsaa sababa
oomishaaleen itti qabame, baay’ina oomishaalee, bifaa, iddoo ka’anii fi
itti qabaman, guyyaa, sa’aatii, maqaa abbaa qabeenyaa, bifaa fi gabatee
Konkolaataa oomisha fe’ee, maqaa Konkolaachiisa, maqaa addaa
buufata keellaa, maqaa nama fuudhee, maqaa qaama hojii too’annoo
daldala seeran alaa fi kontrobaandii gaggeessuu irraa bakka bu’anii,
akkasumas ragaalee biraa barbaachisan kan qabate ta’uu qaba. (Unkaan
isaa Maanuwaalii) kanaan waliin qabatee jira.
- 49.
Oomishalee ykn meeshaleeKaraa seeraan alaan osoo socho’uu qabameef unkaa
walharkaa fudhiinsaa
Gosa Oomishaa fi baay’ina
Gosa oomishaa_______________________
Baay’ina ____________________________
safartuu ____________________________
Kan biroo______________________
Sababa oomishni to’annoo jala
oleef_______________________________________
Oomishni too’annaa jala oole ykn qabame kuni;
Iddoo ka’umsaa_______________________________________
Yeroo socho’an iddoo ittii qabamaan /Keellaa/
magaalaa______________ganda_____________
Guyyaa itti qabame______________________sa’aatii______________
Maqaa abbaa qabeenyaa___________________________
- 50.
Konkolataa geejjiba irrattihirmaate
Gosa konkolaataa__________________________
Lakk. gabatee_____________________________
Maqaa konkolaachiisaa_________________________
Lakk.hayyamaa konkolaachiisummaa______________
Iddoo turtii
Maqaa addaa iddoo turtii/ mana kuusaa / oomishni
too’atame jiru________
Naannoo itti argamu ___________Godina_________Aanaa
_________Ganda_______
- 51.
Bulchiinsa oomishalee yknmeeshalee Seeraan Alaa fi
Kontrobaandiin Qabaman
Oomishaaleen ykn meeshaaleen karaa seeraan alaatiin osoo
geejjibamanu qabaman hanga gurgurtaadhan dhabamsiifamanitti
akkaatuma amala oomishaatiin kunuunsa, eegumsa fi iddoo qulqullina
oomishaa irratti miidhaa hin dhaqqabsifne tursisuu.
FKF: - beeyladni dhaabbii yoo too’atame guyyaa murasaaf hanga
gurguramuutti iddoon turu; buufata keellaa biratti iddoon turtii yoo
hundaa’e, Iddoo furdisaa namni dhunfaa qabu fi gidduu gala gabaa
bittaa fi gurgurtaan beeylada dhaabbii ykn iddoolee biraa tursiisa
beeylada dhaabbiif ooluu danda’u ni fayyadamu (Maanuwaalii
daldalaa seeraan alaa beeylada dhaabii ilaalu)
- 52.
Dhabamsiisa (adeemsa gurgurtaa)
Oomishaaleeseeran ala ykn kontrobaandiin osoo socho’uu
too’atame akkaatuma amala oomishaatiin hanga ragaan isaa
qulqullaa’ee murtii argatutti koreen maari’atee gurguruun
mallaqaa herreega cufaa (block account) keessa adaraan akka
turu godha. Sababni isaas oomishni dafee gurgurame mallaqa
teechisuun dhibbaa qulqullina oomisharra ga’u waan
hambisuufi. kun hubatame koreen yeroo jedhame keessatti
oomishichii iddo itti gurguramu adda baasuun qaboo yaa’ii
qabatee akka gurguramuu gochuu qaba.
- 53.
FKF 1: -buna seeraan ala oso socho’u too’atame adeemsi gurgurtaa akkaataa
armaan gadii ta’a
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 keeyata 43, Keeyata xiqaa 1 haala
ibsameen: -
Buna diimaan yoo too’atame sa’aati saddetti (8:00) keessatti giddugala gabaa
buna sadarka jalqabaa dhiyeenyaatti jirutti dhiyaatee haala gatii gabaa jiruun
gurguramee maallaqni herreega cufaa (block account) keessa adaraan akka
taa’uu gochuu.
Buna janfala yoo ta’e mana kuusaa Aanaa ykn bulchiinsa magalaa qopha’e jirutti
baay’ina isa galmessuun hanga murtiin kennamutti akka turu gochuu.
Buna dhiyeessii gabaa biyya alaatiif kan qopha’e yoo ta’e sa’aati afurtami
saddeeti (48:00) keessatti mana kuusaa dhaabbata gabaa qonna Ittiyoophiyaatti
dhiyaate naga’ee seera qabessa ta’een akka taa’uu gochuu.
- 54.
Abbaa qabeenya yknbakka bu’aaf buna qabame gosa buna fi baay’ina isaa ibsuun akkasumas
buna dhiyeessi gabaa biyya ala yoo ta’e sadarkaa ibsuun walharkaa fudhiinsi taasifamu qaba.
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqaa 2 haala
ibsameen
Konkolataan buna osoo seeraan ala fe’ee socho’u too’atame hanga ragaan qulqullaa’ee murtiin
kennamutti waajjira poolisii dhiyeenyaatti argamuutti turuu qaba.
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqaa 4 irratti ibsameen buna,
konkolaataa fi kan biroo irratti taarkaanfii bulchiinsaa fudhatame ilaalchiise namni kamiiyyuu
komii yoo qabaate ragaa murtiif ta’u sa’aatii afurtamii saddeeti (48:00) keessatti abbaa
taayitaa buna fi shaayii ykn Ejensii Misooma Gabaa Oromiyaatti dhiyeefachuu qaba.
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqaa 5 irratti ibsameen buna,
konkolaataa fi kan biro irratti tarkaanfii bulchiinsaa fudhatame ilaalchiise namni komii qabu
kamiyyuu komii isaa ragaan deeggaruun akkaataa armaan gaditti dhiyeessuu danda’a.
Buna diimaa ykn janfala ykn dhimmoota kanaa wajjiin waliqabate guyyaa walharka fudhiinsi
taasifamee irraa eegalee guyyoota hojii sadii (3) keessatti waajjira Misooma gabaa Aanaa ykn
bulchiinsa Magaalaatti ykn Ejensii Misooma gabaa Oromiyaatiif dhiyeessu danda’a.
- 55.
Buna dhiyeessii gabaabiyyaa alaaf ykn dhimmoota kana wajjiin waliqabate guyyaa walharka
fudhiinsi taasifamee irraa eegalee guyyota hojii Shan (5) keessatti waajjira Misooma gabaa
Godina ykn Ejeensii Misooma gabaa Oromiyaatiif dhiyeessu danda’a.
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqqaa 6 irratti ibsameen buna,
konkolaataa fi kan biroo too’atame ilaalchiise murtiin kan kennamu koree daldala seeraan alaa
ykn kotrobaandi hundaa’een ta’a.
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqqaa 7 irratti key.5 olitti ibsame
akka ibsuutti qaamni komiin dhiyaateef ragaalee fi waabiiwwan dhiyaateef qorachuu fi
qulqulleesuun: -
Buna diimaa ykn janfala ykn dhimmoota kana wajjiin wali qabate guyyaa xumuraa komiin
dhiyaate irraa eegalee guyyoota hojii lama (2) keessatti murtii barreffamaan abba
dhimmichaaf keennu.
Buna dhiyeessii gabaa biyya alaaf ykn dhimmoota kanaa wajjiin waliqabatan guyyaa xumuraa
komiin dhiyatee irraa eegalee guyyota hojii sadi (3) keessatti murtii barreffamaan abba
dhimmmichaaf keenu.
Murtiin kenname garagalchaan ragaalee wajjin guyyoota Shan (5) keessatti abba taayita buna
fi shaayii ykn Ejensii Misooma Gabaa Oromiyaatiif dhiyaachuu qaba.
- 56.
Bu’uura labsii 1051/2009,dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqaa 8, murtii key. Xiqqaa 7 jalatti
ibsame irratti namni komii qabu:-
Buna diimaa ykn janfala ykn dhimmoota kanaa wajjiin waliqabate yoo ta’e Waajjira Misooma
gabaa Godina Guyyoota hojii Shan (5) keessatti komii isa dhiyeesuu qaba.
Buna dhiyeessii gabaa biyya alaaf ta’e komii dhiyeessaan dhiyeessaa buna yoo ta’ e Ejensii
Misooma gabaa Oromiyaa Guyyota hojii Shan (5) keessatti komii isaa dhiyeessuu qaba.
Buna dhiyeessii gabaa biyya alaaf ta’e komii dhiyeessaan al-ergii bunaa yoo ta’ e Abbaa taayita
buna fi shaayii Guyyoota hojii Shan (5) keessatti komii isa dhiyeesuu qaba.
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqqaa 9
Qaamni komiin ykn iyyannoon dhiyaateef guyyoota hojii shan (5) keessatti qorannoo
gaggeesseen: -
Murtii kenname kan diiguu yoo ta’e yeruma san bunaa fi dhimmoota kanaa wajjin
walqabatanii jiran qaama komii ykn iyyanno dhiyeessef akka deebi’u ta’a.
Murtii kenname kan mirkanneesse yoo ta’e ykn yeroo jedhame keessatti komii ykn iyyanno
yoo hin dhiyeessine murtii kenname mirkanneessee barrefamaan kennaaf.
- 57.
Bu’uura labsii 1051/2009,dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqqaa 10, key. Xiqqaa 9
(b) jalatti murtii kenname kan mormuu yoo ta’e guyyaa murtiin kennameef irraa
eegalee guyyota jaatama (60) keessatti ol-iyyanno isaa mana murtiitti
dhiyeefachuu qaba.
Bu’uura labsii 1051/2009, dambii 433/2011 key. 43. Key.xiqqaa 11, key. Xiqqaa 10
jalatti Mana murtii ol-iyyanno dhiyaateef murtii qaammonni dhimmii ilaallatu
kennan: -
Murtii kenname yoo diige bunaa fi dhimmoota kanaa wajjin walqabatanii jiran
baasiiwwan geejjibaa fi gurgurtaa hir’isuun mallaqaa hafe abba qabeenyatiif
akka deebi’u ta’a.
Murtii kenname kan mirkanneesse yoo ta’e ykn yeroo jedhame keessatti ol-
iyyanno yoo hin dhiyeessine ta’e baasiiwwan geejjibaa fi gurgurtaa hir’isuun hojii
too’annoo kana jajjabesuuf ykn cimsuuf jecha qaama hirmaateef kafaltiin ni
taasisamaaf.
Innis;
- 58.
%20 qaama eeruukenneef
%20 qaama qabeef
%20 qaama kallattiin too’annoo seera qabessumma gabaa irratti
hirmaatuuf tajajila hojii lojistikii fi ijaarsa dandeettii teekinolojiitiif
oluu ta’a
%20 qaama kallattiin too’annoo daldala seeraan alaatti seektara
/Ejensi/Waajjira Misooma Gabaaf kan olu ta’a
%20 misooma bulchiinsa naannoo bunni itti qabameef oola.
Keey. Xiqaaa 11 quubee (b) jalatti kan ibsame akkuma jirutti ta’ee
oomishni qabameef eeruun yoo hin jirre haalli kanfaltii akkataa
armaan gadiitiin ta’a.
%30 qaama qabeef
%30 qaama kallattiin to’annoo daldala seeraan alaatti seektara
hirmaatu/Ejensii / Waajjira misooma gabaatu qoodama.
- 59.
FKF 2. ;- beeylada dhaabbii seeraan ala socha’u too’atame yoo ta’e
adeemsi gurgurtaa akkaataa armaan gadiitiin ta’a
Bu’uura dambii 341/2007 keeyyata 17 (3) tiin ofiseera too’ataa keellaa
qaama roga qabu akka dhaqqabeen iddoo furdisaa ykn buufata
tuursiisa beeylada dhaabbii gochi seeraan aala itti rawwatamu ni
dhorka.
Bu’uura dambii kanaa keeyyata 17 (2) tiin namni kamiyuu beeylada
dhaabbii ykn konkolaataan beeylada dhaabbii fe’ee jalaa to’atame ykn
keeyyatta kana xiqqaa (1) tiin iddoon furdiisaa beeylada dhaabbii ykn
buufatni tuursiisa beeyalada dhaabbii jalaa dhorkamee guyyaa hojii 5
(Shan) keessati mormii isaa qaamaa roga qabutti dhiyeessuu danda’aa.
- 60.
Qamni roga qabubu’uura dambii kana keeyyata 17 xiiqqaa (2) tiin mormii
dhiyatee guyyaa torba (7) hin caalle keessatti sakatta’ee murtee kenna. Murtiin
qaama roga qabuu,
Tarkaanfii too’aataa kan haquu yoo ta’ee battalumatti beeylada dhaabbii
qabamee iyyataan akka deebi’uu ykn iddoon fuurdiisa ykn buufatni tuursiisa
dhorkamee dhorkaan akka ka’u ni godha.
Murtiin to’aata kan mirkanneessuu yoo ta’ee.
Nagahee beeylada dhaabbii dhaalamu ibsu fii seeraa qabeessa ta’e abbaa
dhimichaati kennuun beeyladichi caalbasii ifa ta’een ykn caalbasii ifa ta’een yoo
hin gurguramne mootuumma fi ykn dhabbaata dhunfaatiif gatii falmanii
waliigaluun akka gurguramu godhame mallaaqni herrega bankii cufaa (block
account) qaamni roga qabu galii godha ykn,
Abba qabeenya ykn kireeffata buufata fuurdiisa dhorkame irratti bu’uura
labsiicha keeyyatta 15 (5) tiin taarkaanfii bulchiinsaa ni fudhata.
- 61.
Qamni roga qabubu’uura dambii kana keeyyata 17 xiiqqaa (2) tiin mormii
dhiyatee guyyaa torba (7) hin caalle keessatti sakatta’ee murtee kenna. Murtiin
qaama roga qabuu,
Tarkaanfii too’aataa kan haquu yoo ta’ee battalumatti beeylada dhaabbii
qabamee iyyataan akka deebi’uu ykn iddoon fuurdiisa ykn buufatni tuursiisa
dhorkamee dhorkaan akka ka’u ni godha.
Murtiin to’aata kan mirkanneessuu yoo ta’ee.
Nagahee beeylada dhaabbii dhaalamu ibsu fii seeraa qabeessa ta’e abbaa
dhimichaati kennuun beeyladichi caalbasii ifa ta’een ykn caalbasii ifa ta’een yoo
hin gurguramne mootuumma fi ykn dhabbaata dhunfaatiif gatii falmanii
waliigaluun akka gurguramu godhame mallaaqni herrega bankii cufaa (block
account) qaamni roga qabu galii godha ykn,
Abba qabeenya ykn kireeffata buufata fuurdiisa dhorkame irratti bu’uura
labsiicha keeyyatta 15 (5) tiin taarkaanfii bulchiinsaa ni fudhata.
- 62.
Dirqama To’attoota seeraqabsiisa gabaatii fi Hojjatoota keellaa
Hojjataan hojii to’annoo (ofisara too’annoo keellaa) keellaa irratti ramadamee
hojjatu dhimmota achiitti rawwatu hundaaf itti gaafatamummaa qaba.
Sakatta’iinsi konkolaata tokkoo keellaa irratti taasifamuu akkaatuma amala
oomishaati yoo baay’ate daqiiqaa 45 caalu hin qabu;
Konkolatan oomisha fe’e keellaa tokko irratti sakkatta’ame seera
qabessuummaan isa mirkanaa’e darbe buufata keellaa itti aanu irratti
konkolaatichi oomisha daldala seeran ala ykn kontrobaandii fe’uun isa yoo
mirkana’e keellaan jalqaba beeke akka dabarsetti fudhatamee itti gaafatama.
Konkolataa oomisha seeran ala ykn kontrobaandii fe’ee deema jiru beekani akka
hin arginetti keellaa akka darbuu gochuu ykn konkolaachisa wajjin waliigaltee
uume akka darbuu kan godhe too’ataan ykn ofiseera too’ataa keellaa
ittigaafatama.
Oomishaa seeraan ala dhaalame galmesse qabachuun osoo hin miidhamiin
qaama dhimmii ilaalu yoo hin gabaasne ittigaafatama.
- 63.