Maqootii Allah
Asmaa'ullaahul Husna
Maqootii Allah Gaggaarii 99
1. Ar­Rahmaan­Kan Rahmann isaa waa
hunda wal­gahe,ulaagaa iimaanaa malee
2. Ar­Rahiim­Kan kennaa gurguddon
nama isatti amane qananiisu.
3. Al­Malik­((Mootummaa waa hundaa kan
Maqootii Allah
qabu yeroo mara
4. Al­Qudduus­Qulqulluu
5. As­Salaam­Nagaya Burqaa nageenya
hundaa
6. Al­Mu'minu­ Kan imaana kennu
7. Al­Muheeyminu))­Wabii, Dahoo kan
uumama isaa eegu, tiysu
8. Al­Aziiz­Kan Humni/Aangon isaa hin
laafne kan yoomiyyu hin mo'atamne
9. Al­Jabbaar­Dirqisiisaa kan uumamni
Maqootii Allah
hundi akka inni fedhe ta'uutti dirqamu
10. Al­Mutakabbir­Kan if Guddise, Kan
guddina isaa waa hunda keessatti mul'isu
11. Al­Khaaliq­Uumaa Kan waa hunda
dhabarraa arkamsiise
12. Al­Baari'u­Kan eega Uume, gara
(sadarkaa) biraatti naanneysu ykn jijjiiru.
13. Al­Musawwiru­Kan waan Uume
unkaa,bifaafi boca ifiin fedhetti arkamsiisu
Maqootii Allah
14. Al­Ghaffaar­'Araaramaa Kan daddebi'e
namaaf araaramu
15. Al­Qahhaar­Boji'aa/Caccabsaa kan
waa hunda if­jalatti too'atu
16. Al­Wahhaab­Kennaa kan kennaa
isaatin daangaa malee nama badhaasu
17. Al­Razzaaq­Waan uumamni itti
haajamu hunda kan kennuuf, qallabaafi,
k,k,f,.
18. Al­Fattaah­Kan Banu/furaa hulaa
Maqootii Allah
dhimma diinii duniyaa hunda
19. Al­Aliim­Beekhaa waa hundaa Kan
wanni takkallen beekumsa isaa jalaa
dhokochuu hin dandeenye
20. Al­Qaabid­Xiqqeysaa ykn qabataa kan
hikmaa isaatin abbaa fedhef bal'isee,kan
fadherraa gabaabsu
21. Al­Baasix­Bal'isaa Hikmaa isaatin kan
nama fedhef rizqii bal'isu
Maqootii Allah
22. Al­Khaafid­Xiqqeysaa Kan sadarkaa
(kabajaa) nama fedhee gad buusu, gadi­
galoo godhu
23. Ar­Raafi'u­Ol­Fuudhaa Kan nama
fedhef sadarkaa ol kaasu
24. Al­Mu'izzu­Abbaa kabajaa Kan
kabajaa namatti godhu
25. Al­Muzillu­Salphisaa kan Nama haqa
dide Salphisu
26. As­Samii'u­Dhageyaa Waa hunda kan
Maqootii Allah
dhagayu,fagaattus,gad­qabdus,isaaf
tokkuma
27. Al­Basiir­Argaa Kan waa hunda argu,
dhokottuu fi mullattus,iddoo kamittuu
28. Al­Hakam­Kan Haqa Murteessu Kan
Dhugaa Murteessee, murtii isaa
raawwachiisu
29. Al­Adlu­Wal­Qixxeessaa Kan
Hundaafu Haqaan murtii godhu
30. Al­Laxiif­Gamna Hundarraa Kan Waa
Maqootii Allah
hunda haqiiqaa isii beeku Kan uumamni
haqiiqaa isaan beyne
31. Al­Khabiir­Keessa beekhaa waa
hundaa
32. Al­Haliim­Kan akkaan obsa qabu
33. Al­Aziim­Guddaa hundaa olii
34. Al­Ghafuur­Abbaa dhiifamaa,
Araaramaa
35. Ash­Shakuur­Galateeffataa kan
Maqootii Allah
dalagaa xiqqoo gabrichaa dachaan Galata
galchuuf
36. Al­Aliyyu­Ol­Aanaa kan waa hundaa ol
tahe
37. Al­Kabiir­Guddaakan guddina hoonga
gahe qabu
38. Al­Hafiiz­Tiksaa kan waa hunda tiysu
39. Al­Muqiit­kan waa hunda qallabu
40. Al­Hasiib­Herragaa kan hojii gabrottan
isaa herragu
Maqootii Allah
41. Al­Jaliil­Saahiba Guddinaa kan ulfina
qabu
42. Al­keriim­Arjaa Honga gahe
43. Ar­Raqiib­Kan ilaalu/Daawwatu waan
fedhe laaluf kan dhihoo jiru
44. Al­Mujiib­Owwaataa Kan kadhaa
gabroottan isaa qeebalu
45. Al­Waasi'u­Kan Bal'aa
(beekumsaan)Kan beekumsi isaa waa hunda
Maqootii Allah
marfate
46. Al­Hakiim­Hayyuu Kan waa hunda
bakka isiin malu kaayu
47. Al­Waduud­Jaalataa, Jaalamaa
48. Al­Majiid­Kabajaafi faaruu guutuu kan
qabu
49. Al­Baa'isu­Kan du'aa kaasukan eega
du'ani nama jiraachisu
50. Ash­Shahiid­Ragaa kan tokkichummaa
Maqootii Allah
isaa ragaa bahe
51. Al­Haqqu­Dhugaa/isa dhugaan
jiruinnis dhugaa, jechi isaatis dhugaa
52. Al­Wakiil­Irkoo Isa waa hundi itti
irkatu, irkof gahaa
53. Al­Qawiyyu­ Jabaa/isa Humna hunda
qabu
54. Al­Matiin­Dhaabbataa/isan
Jijjiiramneisan shaaramne, hin laafne
Maqootii Allah
55. Al­Waliyyu­Gargaaraa, Tiysaa,
Kunuunsaa gabricha isaa
56. Al­Hamiid­Isa Faaruun male,Kan
faarfamuu qabu, haqa godhatu
57. Al­Muhsii­Isa waan uume hunda
Lakkoofsaan beeku, argu
58. Al­Mubdi'u­Isa Uumama waa hundaa
Jalqabe fakkenyi isa dura Osoon jirre
59. Al­mu'iid­Isa waan dhabame,
nyaadhame deebisee Uumuu danda'u
Maqootii Allah
60. Al­Muhyii­Jiraachisaa isa waan
lubbuun qabne itti godhu
61. Al­Mumiitu­ Ajjeesaa
62. Al­Hayyu­Jiraataa kan hin duune isa
jiruun isaa wahirrattin hundooyne
63. Al­Qayyum­If­Gahaa Kan Jireenyi waa
hundaa isarratti irkatu garuu, ofii humaattin
haajamu
64. Al­Waajidu­ Isa waan dhabame/bade
Maqootii Allah
Argu
65. Al­Maajidu­Isa dhugaan dandeettii isaa
waa hunda kessatti garsiisu
66. Waahidu­Tokko/Kan waan biro irraa
addaa kan wanni akka isaan jirre
67. Al­Ahadu­Tokkicha laman taane
68. As­Samadu­­Dureysa hin haajamne
Kan waa hundi itti haajamu.
69. Al­Qaadiru­­Dandayaa Isa dandeettiin
isaa daangaan qabne
Maqootii Allah
70. Al­Muqtadiru­ Dandeessisaa dandetti
kan uumu
71. Al­Muqaddimu­ Dura­Aansaa
72. Al­Mu'akhiru­ Booda­Aansaa
73. Al­Awwalu­Kan Duraa Isa waa hunda
dura jiru
74. Al­Aakhiru­Kan Boodaa Kan wanni
Isa booda hafun jirre
75. Az­Zaahiru­Mul'ataa Isa nama hikmaa
Maqootii Allah
isaa kessaan beekuu barbaaduf kan mullatu
76. Al­Baaxinu­Dhokotaa Nama qaama
miiraatin isa arkuu fedhe jalaa kan dhokotu
77. Al­Waalii­Bulchaa/Hogganaa/
Gaggeessaa waa hunda too'atu
78. Al­ Muta'aalii­Ol­Tahaa Isa waan
Uumamni qabu/fakkaatu
qabaachuu/fakkaachurraa fagaate
79. Al­Barru­Tola­Oolaa
80. At­Tawwaabu­Isa Hogguu namaa
Maqootii Allah
deebi'unama garasaa deebi'u jaalatu
81. Al­Muntaqiimu­Isa Hijaa
Bahu(mujrimtootarraa)
82. Al­Afuwwu­Kan Badii guututti namaa
dhiisu
83. Ar­Ra'uufu­Kan namaa rifatu, osoo
akka namaanlaalle arjoomu
84. Maalikul­Mulki­ Mootii Moototaa
85. Zuljalaali­Wal­Ikram­Abbaa
Maqootii Allah
Guddinaafi Kabajaa waliigalaa
86. Al­Muqsixu­Kan Wal­Qixxeeysu
Haqaan
87. Al­Jaami'u­Kan Waan Uume hunda
Walitti Qabu
88. Al­Ghaniyyu­Dureessa Humaattin
Haajamne Guutumaa Guututti If­danda'aa
89. Al­Mughniyyu­Duroomsaa Isa
durooma nama fedhef kennu
Maqootii Allah
90. Al­Maani'u­DhoorgataaIsa hamtuu
namarraa qabu
91. Ad­Daarru­Isa Hamtuun nama tuqu
92. An­Naafi'u­''Kan nama fayyadu
Hamtuurraa nama Eewala
93. An­Nuuru­Ifaa Ifaa Samiifi, dachii kan
tahe
94. Al­Haadi­Qaceelchaa Isa waa hunda
Maqootii Allah
Uumee, waan uumamtef irratti qajeelche
95. Al­Badii'u­Kan Jalqaba Hawaa kan
duraan hin jirre, ilaallata malee argamsiise
96. Al­Baaqii­Waaraa/Kan Bakkatti
hafu.Wanni hundi ni dhumti, fuula isaa
malee
97. Al­Waarisu­ Dhaalaa Kan waa hunda
Dhaalu
98. Ar­Rashiidu­ Barsiisaa Gaarii
Maqootii Allah
99. As­Sabuuru­Kan akkaan Obsa qabu

(Maqaa Rabbii new).docx.pdf

  • 1.
    Maqootii Allah Asmaa'ullaahul Husna MaqootiiAllah Gaggaarii 99 1. Ar­Rahmaan­Kan Rahmann isaa waa hunda wal­gahe,ulaagaa iimaanaa malee 2. Ar­Rahiim­Kan kennaa gurguddon nama isatti amane qananiisu. 3. Al­Malik­((Mootummaa waa hundaa kan
  • 2.
    Maqootii Allah qabu yeroomara 4. Al­Qudduus­Qulqulluu 5. As­Salaam­Nagaya Burqaa nageenya hundaa 6. Al­Mu'minu­ Kan imaana kennu 7. Al­Muheeyminu))­Wabii, Dahoo kan uumama isaa eegu, tiysu 8. Al­Aziiz­Kan Humni/Aangon isaa hin laafne kan yoomiyyu hin mo'atamne 9. Al­Jabbaar­Dirqisiisaa kan uumamni
  • 3.
    Maqootii Allah hundi akkainni fedhe ta'uutti dirqamu 10. Al­Mutakabbir­Kan if Guddise, Kan guddina isaa waa hunda keessatti mul'isu 11. Al­Khaaliq­Uumaa Kan waa hunda dhabarraa arkamsiise 12. Al­Baari'u­Kan eega Uume, gara (sadarkaa) biraatti naanneysu ykn jijjiiru. 13. Al­Musawwiru­Kan waan Uume unkaa,bifaafi boca ifiin fedhetti arkamsiisu
  • 4.
    Maqootii Allah 14. Al­Ghaffaar­'AraaramaaKan daddebi'e namaaf araaramu 15. Al­Qahhaar­Boji'aa/Caccabsaa kan waa hunda if­jalatti too'atu 16. Al­Wahhaab­Kennaa kan kennaa isaatin daangaa malee nama badhaasu 17. Al­Razzaaq­Waan uumamni itti haajamu hunda kan kennuuf, qallabaafi, k,k,f,. 18. Al­Fattaah­Kan Banu/furaa hulaa
  • 5.
    Maqootii Allah dhimma diiniiduniyaa hunda 19. Al­Aliim­Beekhaa waa hundaa Kan wanni takkallen beekumsa isaa jalaa dhokochuu hin dandeenye 20. Al­Qaabid­Xiqqeysaa ykn qabataa kan hikmaa isaatin abbaa fedhef bal'isee,kan fadherraa gabaabsu 21. Al­Baasix­Bal'isaa Hikmaa isaatin kan nama fedhef rizqii bal'isu
  • 6.
    Maqootii Allah 22. Al­Khaafid­XiqqeysaaKan sadarkaa (kabajaa) nama fedhee gad buusu, gadi­ galoo godhu 23. Ar­Raafi'u­Ol­Fuudhaa Kan nama fedhef sadarkaa ol kaasu 24. Al­Mu'izzu­Abbaa kabajaa Kan kabajaa namatti godhu 25. Al­Muzillu­Salphisaa kan Nama haqa dide Salphisu 26. As­Samii'u­Dhageyaa Waa hunda kan
  • 7.
    Maqootii Allah dhagayu,fagaattus,gad­qabdus,isaaf tokkuma 27. Al­Basiir­ArgaaKan waa hunda argu, dhokottuu fi mullattus,iddoo kamittuu 28. Al­Hakam­Kan Haqa Murteessu Kan Dhugaa Murteessee, murtii isaa raawwachiisu 29. Al­Adlu­Wal­Qixxeessaa Kan Hundaafu Haqaan murtii godhu 30. Al­Laxiif­Gamna Hundarraa Kan Waa
  • 8.
    Maqootii Allah hunda haqiiqaaisii beeku Kan uumamni haqiiqaa isaan beyne 31. Al­Khabiir­Keessa beekhaa waa hundaa 32. Al­Haliim­Kan akkaan obsa qabu 33. Al­Aziim­Guddaa hundaa olii 34. Al­Ghafuur­Abbaa dhiifamaa, Araaramaa 35. Ash­Shakuur­Galateeffataa kan
  • 9.
    Maqootii Allah dalagaa xiqqoogabrichaa dachaan Galata galchuuf 36. Al­Aliyyu­Ol­Aanaa kan waa hundaa ol tahe 37. Al­Kabiir­Guddaakan guddina hoonga gahe qabu 38. Al­Hafiiz­Tiksaa kan waa hunda tiysu 39. Al­Muqiit­kan waa hunda qallabu 40. Al­Hasiib­Herragaa kan hojii gabrottan isaa herragu
  • 10.
    Maqootii Allah 41. Al­Jaliil­SaahibaGuddinaa kan ulfina qabu 42. Al­keriim­Arjaa Honga gahe 43. Ar­Raqiib­Kan ilaalu/Daawwatu waan fedhe laaluf kan dhihoo jiru 44. Al­Mujiib­Owwaataa Kan kadhaa gabroottan isaa qeebalu 45. Al­Waasi'u­Kan Bal'aa (beekumsaan)Kan beekumsi isaa waa hunda
  • 11.
    Maqootii Allah marfate 46. Al­Hakiim­HayyuuKan waa hunda bakka isiin malu kaayu 47. Al­Waduud­Jaalataa, Jaalamaa 48. Al­Majiid­Kabajaafi faaruu guutuu kan qabu 49. Al­Baa'isu­Kan du'aa kaasukan eega du'ani nama jiraachisu 50. Ash­Shahiid­Ragaa kan tokkichummaa
  • 12.
    Maqootii Allah isaa ragaabahe 51. Al­Haqqu­Dhugaa/isa dhugaan jiruinnis dhugaa, jechi isaatis dhugaa 52. Al­Wakiil­Irkoo Isa waa hundi itti irkatu, irkof gahaa 53. Al­Qawiyyu­ Jabaa/isa Humna hunda qabu 54. Al­Matiin­Dhaabbataa/isan Jijjiiramneisan shaaramne, hin laafne
  • 13.
    Maqootii Allah 55. Al­Waliyyu­Gargaaraa,Tiysaa, Kunuunsaa gabricha isaa 56. Al­Hamiid­Isa Faaruun male,Kan faarfamuu qabu, haqa godhatu 57. Al­Muhsii­Isa waan uume hunda Lakkoofsaan beeku, argu 58. Al­Mubdi'u­Isa Uumama waa hundaa Jalqabe fakkenyi isa dura Osoon jirre 59. Al­mu'iid­Isa waan dhabame, nyaadhame deebisee Uumuu danda'u
  • 14.
    Maqootii Allah 60. Al­Muhyii­Jiraachisaaisa waan lubbuun qabne itti godhu 61. Al­Mumiitu­ Ajjeesaa 62. Al­Hayyu­Jiraataa kan hin duune isa jiruun isaa wahirrattin hundooyne 63. Al­Qayyum­If­Gahaa Kan Jireenyi waa hundaa isarratti irkatu garuu, ofii humaattin haajamu 64. Al­Waajidu­ Isa waan dhabame/bade
  • 15.
    Maqootii Allah Argu 65. Al­Maajidu­Isadhugaan dandeettii isaa waa hunda kessatti garsiisu 66. Waahidu­Tokko/Kan waan biro irraa addaa kan wanni akka isaan jirre 67. Al­Ahadu­Tokkicha laman taane 68. As­Samadu­­Dureysa hin haajamne Kan waa hundi itti haajamu. 69. Al­Qaadiru­­Dandayaa Isa dandeettiin isaa daangaan qabne
  • 16.
    Maqootii Allah 70. Al­Muqtadiru­Dandeessisaa dandetti kan uumu 71. Al­Muqaddimu­ Dura­Aansaa 72. Al­Mu'akhiru­ Booda­Aansaa 73. Al­Awwalu­Kan Duraa Isa waa hunda dura jiru 74. Al­Aakhiru­Kan Boodaa Kan wanni Isa booda hafun jirre 75. Az­Zaahiru­Mul'ataa Isa nama hikmaa
  • 17.
    Maqootii Allah isaa kessaanbeekuu barbaaduf kan mullatu 76. Al­Baaxinu­Dhokotaa Nama qaama miiraatin isa arkuu fedhe jalaa kan dhokotu 77. Al­Waalii­Bulchaa/Hogganaa/ Gaggeessaa waa hunda too'atu 78. Al­ Muta'aalii­Ol­Tahaa Isa waan Uumamni qabu/fakkaatu qabaachuu/fakkaachurraa fagaate 79. Al­Barru­Tola­Oolaa 80. At­Tawwaabu­Isa Hogguu namaa
  • 18.
    Maqootii Allah deebi'unama garasaadeebi'u jaalatu 81. Al­Muntaqiimu­Isa Hijaa Bahu(mujrimtootarraa) 82. Al­Afuwwu­Kan Badii guututti namaa dhiisu 83. Ar­Ra'uufu­Kan namaa rifatu, osoo akka namaanlaalle arjoomu 84. Maalikul­Mulki­ Mootii Moototaa 85. Zuljalaali­Wal­Ikram­Abbaa
  • 19.
    Maqootii Allah Guddinaafi Kabajaawaliigalaa 86. Al­Muqsixu­Kan Wal­Qixxeeysu Haqaan 87. Al­Jaami'u­Kan Waan Uume hunda Walitti Qabu 88. Al­Ghaniyyu­Dureessa Humaattin Haajamne Guutumaa Guututti If­danda'aa 89. Al­Mughniyyu­Duroomsaa Isa durooma nama fedhef kennu
  • 20.
    Maqootii Allah 90. Al­Maani'u­DhoorgataaIsahamtuu namarraa qabu 91. Ad­Daarru­Isa Hamtuun nama tuqu 92. An­Naafi'u­''Kan nama fayyadu Hamtuurraa nama Eewala 93. An­Nuuru­Ifaa Ifaa Samiifi, dachii kan tahe 94. Al­Haadi­Qaceelchaa Isa waa hunda
  • 21.
    Maqootii Allah Uumee, waanuumamtef irratti qajeelche 95. Al­Badii'u­Kan Jalqaba Hawaa kan duraan hin jirre, ilaallata malee argamsiise 96. Al­Baaqii­Waaraa/Kan Bakkatti hafu.Wanni hundi ni dhumti, fuula isaa malee 97. Al­Waarisu­ Dhaalaa Kan waa hunda Dhaalu 98. Ar­Rashiidu­ Barsiisaa Gaarii
  • 22.