SlideShare a Scribd company logo
Barnoota 5ffaa kan Adoolessa 30, 2022
Heertuu Yaadannoo: “nuyi hundumti
keenya akka hoolotaa karaa irraa
badnee turre, adduma addaanis
kara-karaa in gorre; Waaqayyo
garuu yakka hunduma keenyaa isa
irra in kaa’e.” (Isa.53:6).
Ho’a garmaleef yoo saaxilaman:
Qorumsa Abrahaam
Qorumsa Israa’el
Qorumsa Iyoob
Ho’a garmalee irraa dandamachuu:
Mijannaa
Argamuu Waaqayyoo
Waaqayyo yommuu akkas nu godhu ykn qorumsa cimaa keessa akka
darbinu yommuu nu heyyamu waaʼee isaa maal yaaduu qabna?
Namoonni warri akka Abrahaam, Iyoob ykn sabni Israaʼel qorumsa
sanaan kan jijjiiraman akkamitti?
Ilaalcha Waaqayyoof qabnu osoo hin jallisin, dhiphina sana keessa
injifannoodhaan akka darbinu maaltu nu gargaaruu danda’a?
Wareegama namaa? Abrahaam amanamaa dulloomaa akka
hin barbaachifnetti miidhuu? Dhaaltuu waadaa ajjeesuu?
Yoo dhuma seenaa kanaa hin beekne ta’ee, gaaffiin
Waaqayyoo waan sammuu hin qabnee fi kan namatti tolu
fakkaachuu danda’a.
Macaafni Qulqulluun kun qormaata Waaqayyo biraa akka
ture ifatti ibsa (Ibr. 11:17). Abrahaam waan tokko
mirkaneessuu qaba turee? Moo uumamtoota samiitiif
agarsiisa ture? Moo Waaqayyo Abrahaam barsiisuuf qofa
yaalaa turee?
Abrahaam sagalee Waaqayyoo beekee amantiidhaan isaaf
abboomamaa akka ture beekamaadha. Waa'ee jaalalaa fi
fayyina isaa caalaatti barate (Uma. 22:1, 3, 5; Ibr. 11:19; Yoh.
8:56).
“Waaqayyo dura karaa Hose'aa yeroo dubbatetti, Hose'aadhaan, "Biyyichi
Waaqayyoon dhiisuu isaatiin ejja guddaa keessa lixeera; kanaaf dhaqi,
dubartii ejjituu fuudhi, ijoollee ejjaas godhadhu!" jedhe.” Hos. 1:2
Mootummaan Israa’el Waaqayyoon dhiisee waaqolii biroo
waaqeffataa turan. Kanaaf, Waaqayyo qorumsa hedduu keessa akka
darban heyyameef:
Hose'aa 2:3. Innis gogiinsa
isaaniif erge
Hose’aa 2:5-6. Innis
“qoree,” jechuunis
rakkinaan isaan marsee
ture
Hose’aa 2:9. Midhaan,
suufii fi quncee talbaa
isaan Ba’aaliif dhiyeessan
sanas ni fuudhe
Hose’aa 2:11. Yoo hin
jijjiiramne sababa
gammachuu kamiyyuu ni
dhaaba ture
Akeekni Waaqayyo isaan waliin qabu akkuma har’aati. Inni akka nu jaallatuu fi akka nu eebbisu,
akkasumas gammachuu argachuu kan dandeenyu yoo cinaa isaa turre qofa akka beeknu barbaada.
Kana irratti Iyoob lafaa ka'ee gadda irraa kan ka'es uffata isaa tarsaasee,
mataa isaas haaddatee, lafatti gad gombifamee in sagade. Achumaanis,
''Qullaa koon garaa haadha kootiitii ba'e, qullaa koos biyyootti nan deebi'a;
Waaqayyotu kenne, Waaqayyotu fudhate; maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu!''
jedhe. (Iyoob 1:20-21)
Xiyyeeffannoo Seexanaa gara Iyoobitti waamuun
Waaqayyo taateewwan balaa walduraa duubaan
raawwataman kakaasee hayyameera (Iyoob 1:8-
12).
Waaqayyo gidiraa akkasii kan kakaase maaliifi?
Seexanni hammeenya baay’ee akka fidu
hayyamuudhaan haqa qabeessa ta’aa jiraa? Kun
haala adda taʼeedhaa moo Waaqayyo akkasuma
nurratti gochuu dandaʼa turee?
“Qollaa koo dhufe ... qullaa ta’ee nan deebi’a”
• Homaa argachuuf mirga akka hin qabne fudhate
“Waaqayyotu kenne, Waaqayyotus fudhate”
• Waaqayyo jireenyasaa akka toʼatu beekee ture
“Maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu”
• Qajeelummaa Waaqayyootiin amantii isaa
cimseera
Haala akkanaatiif karaa lamaan deebii kennuu dandeenya: hadhaa’uu fi
Waaqayyoon ganuu, ykn cimsinee Isaatti maxxanuu dandeenya. Deebiin
Iyoob kenne waaqeffannaa ture. Akkamitti waaqeffata ture (Iyoob 1:20-
21)?
Kakuu Haaraa keessatti (Yesus booda) namni baay'ee rakkate Phaawuloos
ture (2Qo. 11:23-29).
Waaqayyo isa oolchuu akka danda'u mirkanaa'aa ta'ee haalawwan ciccimoo
hedduu isa mudate (2Qo. 1:10), akkasumas Manni Kiristaanaa akka isaaf
kadhachaa jirtu (2Qo. 1:11).
Rakkinni ofii isaa xiqqeessuu fi Waaqayyoon
caalaatti akka amanatu akka isa gargaaru
mirkanaa’aa ture (2Qo. 1:9).
Qorumsawwan sana keessatti Waaqayyoon akka
jajjabeeffame itti dhagaʼameera. Sunis rakkina
isaanii keessatti warra kaan jajjabeessuuf akka nu
gargaaru beeka ture (2Qo. 1:4).
“yommuu ati bishaan keessa adeemtu ani sii wajjinan jira, yommuu ati bishaan
keessa ceetus bishaan si fudhatee hin badu; ibidda keessa yommuu darbitu hin
gubattu, arrabni ibiddaas si hin qabatu;” Isa. 43:2
Waaqayyo ho’a garmaleef nu saaxiluu isaatiin amala isaa isa
haqa qabeessaa fi jaalala qabeessa ta’e akka shakkinu nu
kakaasuu danda’a. Kaka’umsa Waaqayyoo (yoo hin hubanne
iyyuu), jaalala (Far. 103:13), eegumsa, fi kunuunsa (1Qor.
10:13) shakkuu hin qabnu.
Qorumsi nu mudatu maal iyyuu yoo ta’e, “Ani isin waliin nan
jira” jedhee waadaa galeera (Is. 43:2).
Ergasii Waaqayyo maaliif hoʼa garmalee nu saaxilaa?
Waaqayyo cubbuu keenya irraa nu qulqulleessuu malee nu balleessuu hin barbaadu
Inni akka nuti rakkannu hin barbaadu, garuu akka guddannuu fi akka
qulqulloofnu barbaada
Inni yoomiyyuu nu dhiisee hin deemu, garuu nu kunuunsa
“Warri gadda guddaa baatan yeroo baay’ee
warra jajjabina guddaa warra kaaniif
baatanii, bakka deeman hundatti ifa aduu
fiduudha. Warri akkasii dhiphina isaaniitiin
adabamaniiru, mi’eeffamaniiru; yeroo
rakkinni isaan rukutu Waaqayyotti amantaa
hin dhabne, garuu jaalala isaa isa eeguutti
caalaatti maxxananiiru. Namoonni akkasii
kun Waaqayyo gara laafessa akka taʼe ragaa
jiraataa dha.”
E. G. W. (God’s Amazing Grace, April 24)

More Related Content

Similar to Barumsa Sanbataa_Barnoota5ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx

tajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaatajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaa
MAGARSAA ALLANEE
 
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptxAfaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
Takele Dufera
 
Barumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptx
Barumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptxBarumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptx
Barumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptx
Takele Dufera
 
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptxBarnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Takele Dufera
 
Oromo - Dangers of Wine.pdf
Oromo - Dangers of Wine.pdfOromo - Dangers of Wine.pdf
Oromo - Dangers of Wine.pdf
Filipino Tracts and Literature Society Inc.
 
Oromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdfOromo - Poverty.pdf
Afaan_Oromoo_2022n2b12.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b12.pptxAfaan_Oromoo_2022n2b12.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b12.pptx
Takele Dufera
 
A/Oromo_2022t207.pptx
A/Oromo_2022t207.pptxA/Oromo_2022t207.pptx
A/Oromo_2022t207.pptx
Takele Dufera
 
Oromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdf
Oromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdfOromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdf
Oromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdf
Filipino Tracts and Literature Society Inc.
 
Barnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptxBarnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Takele Dufera
 
Oromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdfOromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdf
Filipino Tracts and Literature Society Inc.
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Tagesu( Obsaa) Abdisa( Abdiisaa)
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokkodinqicala
 
Oromo - Book of Baruch.pdf
Oromo - Book of Baruch.pdfOromo - Book of Baruch.pdf

Similar to Barumsa Sanbataa_Barnoota5ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx (14)

tajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaatajaajila wangeelaa
tajaajila wangeelaa
 
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptxAfaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b10.pptx
 
Barumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptx
Barumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptxBarumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptx
Barumsa Sanbataa 9ffaa A_Oromo_2022t209.pptx
 
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptxBarnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_8ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
 
Oromo - Dangers of Wine.pdf
Oromo - Dangers of Wine.pdfOromo - Dangers of Wine.pdf
Oromo - Dangers of Wine.pdf
 
Oromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdfOromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdf
 
Afaan_Oromoo_2022n2b12.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b12.pptxAfaan_Oromoo_2022n2b12.pptx
Afaan_Oromoo_2022n2b12.pptx
 
A/Oromo_2022t207.pptx
A/Oromo_2022t207.pptxA/Oromo_2022t207.pptx
A/Oromo_2022t207.pptx
 
Oromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdf
Oromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdfOromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdf
Oromo - Honor Your Parents Your Father and Mother.pdf
 
Barnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptxBarnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
Barnoota_9ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx
 
Oromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdfOromo - The Protevangelion.pdf
Oromo - The Protevangelion.pdf
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
 
Boqonnaa tokko
Boqonnaa tokkoBoqonnaa tokko
Boqonnaa tokko
 
Oromo - Book of Baruch.pdf
Oromo - Book of Baruch.pdfOromo - Book of Baruch.pdf
Oromo - Book of Baruch.pdf
 

Barumsa Sanbataa_Barnoota5ffaa_nuusa3ffaa_2022.pptx

  • 1. Barnoota 5ffaa kan Adoolessa 30, 2022 Heertuu Yaadannoo: “nuyi hundumti keenya akka hoolotaa karaa irraa badnee turre, adduma addaanis kara-karaa in gorre; Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra in kaa’e.” (Isa.53:6).
  • 2. Ho’a garmaleef yoo saaxilaman: Qorumsa Abrahaam Qorumsa Israa’el Qorumsa Iyoob Ho’a garmalee irraa dandamachuu: Mijannaa Argamuu Waaqayyoo Waaqayyo yommuu akkas nu godhu ykn qorumsa cimaa keessa akka darbinu yommuu nu heyyamu waaʼee isaa maal yaaduu qabna? Namoonni warri akka Abrahaam, Iyoob ykn sabni Israaʼel qorumsa sanaan kan jijjiiraman akkamitti? Ilaalcha Waaqayyoof qabnu osoo hin jallisin, dhiphina sana keessa injifannoodhaan akka darbinu maaltu nu gargaaruu danda’a?
  • 3. Wareegama namaa? Abrahaam amanamaa dulloomaa akka hin barbaachifnetti miidhuu? Dhaaltuu waadaa ajjeesuu? Yoo dhuma seenaa kanaa hin beekne ta’ee, gaaffiin Waaqayyoo waan sammuu hin qabnee fi kan namatti tolu fakkaachuu danda’a. Macaafni Qulqulluun kun qormaata Waaqayyo biraa akka ture ifatti ibsa (Ibr. 11:17). Abrahaam waan tokko mirkaneessuu qaba turee? Moo uumamtoota samiitiif agarsiisa ture? Moo Waaqayyo Abrahaam barsiisuuf qofa yaalaa turee? Abrahaam sagalee Waaqayyoo beekee amantiidhaan isaaf abboomamaa akka ture beekamaadha. Waa'ee jaalalaa fi fayyina isaa caalaatti barate (Uma. 22:1, 3, 5; Ibr. 11:19; Yoh. 8:56).
  • 4. “Waaqayyo dura karaa Hose'aa yeroo dubbatetti, Hose'aadhaan, "Biyyichi Waaqayyoon dhiisuu isaatiin ejja guddaa keessa lixeera; kanaaf dhaqi, dubartii ejjituu fuudhi, ijoollee ejjaas godhadhu!" jedhe.” Hos. 1:2 Mootummaan Israa’el Waaqayyoon dhiisee waaqolii biroo waaqeffataa turan. Kanaaf, Waaqayyo qorumsa hedduu keessa akka darban heyyameef: Hose'aa 2:3. Innis gogiinsa isaaniif erge Hose’aa 2:5-6. Innis “qoree,” jechuunis rakkinaan isaan marsee ture Hose’aa 2:9. Midhaan, suufii fi quncee talbaa isaan Ba’aaliif dhiyeessan sanas ni fuudhe Hose’aa 2:11. Yoo hin jijjiiramne sababa gammachuu kamiyyuu ni dhaaba ture Akeekni Waaqayyo isaan waliin qabu akkuma har’aati. Inni akka nu jaallatuu fi akka nu eebbisu, akkasumas gammachuu argachuu kan dandeenyu yoo cinaa isaa turre qofa akka beeknu barbaada.
  • 5. Kana irratti Iyoob lafaa ka'ee gadda irraa kan ka'es uffata isaa tarsaasee, mataa isaas haaddatee, lafatti gad gombifamee in sagade. Achumaanis, ''Qullaa koon garaa haadha kootiitii ba'e, qullaa koos biyyootti nan deebi'a; Waaqayyotu kenne, Waaqayyotu fudhate; maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu!'' jedhe. (Iyoob 1:20-21) Xiyyeeffannoo Seexanaa gara Iyoobitti waamuun Waaqayyo taateewwan balaa walduraa duubaan raawwataman kakaasee hayyameera (Iyoob 1:8- 12). Waaqayyo gidiraa akkasii kan kakaase maaliifi? Seexanni hammeenya baay’ee akka fidu hayyamuudhaan haqa qabeessa ta’aa jiraa? Kun haala adda taʼeedhaa moo Waaqayyo akkasuma nurratti gochuu dandaʼa turee? “Qollaa koo dhufe ... qullaa ta’ee nan deebi’a” • Homaa argachuuf mirga akka hin qabne fudhate “Waaqayyotu kenne, Waaqayyotus fudhate” • Waaqayyo jireenyasaa akka toʼatu beekee ture “Maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu” • Qajeelummaa Waaqayyootiin amantii isaa cimseera Haala akkanaatiif karaa lamaan deebii kennuu dandeenya: hadhaa’uu fi Waaqayyoon ganuu, ykn cimsinee Isaatti maxxanuu dandeenya. Deebiin Iyoob kenne waaqeffannaa ture. Akkamitti waaqeffata ture (Iyoob 1:20- 21)?
  • 6. Kakuu Haaraa keessatti (Yesus booda) namni baay'ee rakkate Phaawuloos ture (2Qo. 11:23-29). Waaqayyo isa oolchuu akka danda'u mirkanaa'aa ta'ee haalawwan ciccimoo hedduu isa mudate (2Qo. 1:10), akkasumas Manni Kiristaanaa akka isaaf kadhachaa jirtu (2Qo. 1:11). Rakkinni ofii isaa xiqqeessuu fi Waaqayyoon caalaatti akka amanatu akka isa gargaaru mirkanaa’aa ture (2Qo. 1:9). Qorumsawwan sana keessatti Waaqayyoon akka jajjabeeffame itti dhagaʼameera. Sunis rakkina isaanii keessatti warra kaan jajjabeessuuf akka nu gargaaru beeka ture (2Qo. 1:4).
  • 7. “yommuu ati bishaan keessa adeemtu ani sii wajjinan jira, yommuu ati bishaan keessa ceetus bishaan si fudhatee hin badu; ibidda keessa yommuu darbitu hin gubattu, arrabni ibiddaas si hin qabatu;” Isa. 43:2 Waaqayyo ho’a garmaleef nu saaxiluu isaatiin amala isaa isa haqa qabeessaa fi jaalala qabeessa ta’e akka shakkinu nu kakaasuu danda’a. Kaka’umsa Waaqayyoo (yoo hin hubanne iyyuu), jaalala (Far. 103:13), eegumsa, fi kunuunsa (1Qor. 10:13) shakkuu hin qabnu. Qorumsi nu mudatu maal iyyuu yoo ta’e, “Ani isin waliin nan jira” jedhee waadaa galeera (Is. 43:2). Ergasii Waaqayyo maaliif hoʼa garmalee nu saaxilaa? Waaqayyo cubbuu keenya irraa nu qulqulleessuu malee nu balleessuu hin barbaadu Inni akka nuti rakkannu hin barbaadu, garuu akka guddannuu fi akka qulqulloofnu barbaada Inni yoomiyyuu nu dhiisee hin deemu, garuu nu kunuunsa
  • 8. “Warri gadda guddaa baatan yeroo baay’ee warra jajjabina guddaa warra kaaniif baatanii, bakka deeman hundatti ifa aduu fiduudha. Warri akkasii dhiphina isaaniitiin adabamaniiru, mi’eeffamaniiru; yeroo rakkinni isaan rukutu Waaqayyotti amantaa hin dhabne, garuu jaalala isaa isa eeguutti caalaatti maxxananiiru. Namoonni akkasii kun Waaqayyo gara laafessa akka taʼe ragaa jiraataa dha.” E. G. W. (God’s Amazing Grace, April 24)