SlideShare a Scribd company logo
1 of 2
Guyyaa
Waliigaltee Gaa’elaa
Kutaa tokkoffaa:- Maqaa qaamolee waliigaltee gaa’elaa kana rawwatanii
Abbaa Manaa:- Obbo
Teessoo:- Godina Aanaa/Magaalaa Ganda
Haadha Manaa:- Aadde
Teessoo :-Godina Aanaa/Magaalaa Ganda
Kutaa lammaffaa:- Haala waliigalaa
1. Sirna gaa’ilaa kana kan rawwanne akka aadaa keenyaatti akkaataa labsii lakk.79/2003
keewwata 11 jaarsolii naannoo bakka jiranitti maatiin keenya gama lachuu
hayyamuudhaani.
2. Nuti, hiriyoonni gaa’elaa wal-jallanne,waliif heeyyamne walii galuudhaan akkaataa aadaa
biyya Keenyaatiin maatiin, ragooleen bakka jiranitti tumaalee seera maatii Labsii Lakk
17 hanga 20tti jiranuu kabajuudhaani.
Kutaa sadaffaa:- Waa’ee abbummaa fi bulchiinsa qabeenyaa
3. Hiriyoonni gaa’elaa lamaan keenyayyuu qabeenyi gaa’ela dura dhuunfaan arganne akkaataa labsii
lakk.79/2003 keewwata 68 tiin gaa’ela keessatti kan dhuunfaa keenyaa ta’ee akka itti fufu walii
galleerra. Kanaafuu, qabeenyi akka qabeenya dhuunfaa abbaa manaa kootti ykn akka haadha
mana kootti galmaa’e jiru manaa jireenya fi kan biroonis Godina Aanaa/Magaalaa
Ganda Gaa’ela fuudhaa fi heerumaa keessaa qabeenya dhuunfaa koo akka
ta’u waliigaleerra.
4. Qabeenya dhuunfaa Gaa'ilaa duraa
Qabeenya Abba mana. Qabeenya haadha mana
1. ____________. 1. ____________________
Tessooo: Godina_____Aanaa/Magaalaa_____Ganda___. Tessooo: Godina____Aanaa/Magaalaa_____Ganda
2._____________. 2. ____________________
Tessooo: Godina_____Aanaa/Magaalaa_____Ganda___. Tessooo: Godina____Aanaa/Magaalaa_____Ganda
3.________________. 3. _____________________
Tessooo: Godina_____Aanaa/Magaalaa_____Ganda___. Tessooo: Godina____Aanaa/Magaalaa_____Ganda
5. Bulchiinsa qabeenya dhuunfaa ilaalchisee qabeenya keenyaa dhuunfa ofii keenyaan
dhuunfaan bulchuu fi galii qabeenyichaa irraa argamu sassaabu ni dandeenya. Akka
barbaachisummaa isaatti hiriyaa gaaʼelaa kootiif bakka buusuu nan dandaʼa.
6. Qabeenyi gaa’ela keessatti argannu kan waliin ta’ee itti fufaa, waliinis ni bulchina.
Kutaa afur:- Itti gaafatamummaa hiriyoottan gaa’elaa
7. Nuti akka namoota gaa’elaatti waliif obsuu fi wal gargaaruu qabna.
8. Bulchiinsa maatii ilaalchisee itti gaafatamummaa waloo qabna: lamaan keenyayyuu
akkaataa labsii lakk.79/2003 keewwata 60, 61 fi 62 tiin milkeenya gaa’ela keenyaaf waan
nu irraa eegamu gumaachuu qabna.
Guyyaa waliigaltee gaa’elaa kana mallatteessine irraa eegalee akka S/H/H Lakk.1731, 1732;
2005 fi Labsii Lakk.79/2003 Keewwata 11 Bu’uura kanan waliigalteen kun seera duratti
fudhatama ni qabaata.
Jarsoolii yegguu gaa’illi kun raawwatu argaman.
Jarsoolii gara abbaa manaa. Jarsoolii gara haadha manaa
1. mallattoo . 1. Mallattoo
2. mallattoo . 2. Mallattoo
©copy right

More Related Content

What's hot

Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Asfaw Zewdu
 
ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦ ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان
ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦  ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦  ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان
ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦ ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان Bahzad5
 
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxLeenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxJaafar47
 
Legal heirship certificate malayalam
Legal heirship certificate malayalamLegal heirship certificate malayalam
Legal heirship certificate malayalamshanavas chithara
 
Psykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutus
Psykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutusPsykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutus
Psykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutusTyöterveyslaitos
 
如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)
如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)
如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)TOTO LINK
 
Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014
Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014
Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014bansi default
 

What's hot (11)

Kerala Ration card Application for Non inclusion-certificate uploaded by T Ja...
Kerala Ration card Application for Non inclusion-certificate uploaded by T Ja...Kerala Ration card Application for Non inclusion-certificate uploaded by T Ja...
Kerala Ration card Application for Non inclusion-certificate uploaded by T Ja...
 
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
Leenjii maloota eekisteenshinii qonnaa, 2018
 
Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦ ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان
ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦  ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦  ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان
ڕێنمایی ژمارە (٢)ی ساڵی ٢٠١٦ ڕێنمایی جێبەجێکردنی گرێبەستکردنە گشتییەکان
 
Qadar wag
Qadar wagQadar wag
Qadar wag
 
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptxLeenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
Leenjii Bittaa Mootummaa for training 2015 baatuu.pptx
 
Legal heirship certificate malayalam
Legal heirship certificate malayalamLegal heirship certificate malayalam
Legal heirship certificate malayalam
 
Barumsa bu
Barumsa buBarumsa bu
Barumsa bu
 
Psykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutus
Psykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutusPsykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutus
Psykiatrinen työkykyarvio ja kuntoutus
 
如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)
如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)
如何讓分享器重新啟動(預設Ip為10.1.1.1)
 
Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014
Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014
Caste G.O.MS.No. 3 Date: 14 .08.2014
 

Waliigaltee Gaa'elaa.docx

  • 1. Guyyaa Waliigaltee Gaa’elaa Kutaa tokkoffaa:- Maqaa qaamolee waliigaltee gaa’elaa kana rawwatanii Abbaa Manaa:- Obbo Teessoo:- Godina Aanaa/Magaalaa Ganda Haadha Manaa:- Aadde Teessoo :-Godina Aanaa/Magaalaa Ganda Kutaa lammaffaa:- Haala waliigalaa 1. Sirna gaa’ilaa kana kan rawwanne akka aadaa keenyaatti akkaataa labsii lakk.79/2003 keewwata 11 jaarsolii naannoo bakka jiranitti maatiin keenya gama lachuu hayyamuudhaani. 2. Nuti, hiriyoonni gaa’elaa wal-jallanne,waliif heeyyamne walii galuudhaan akkaataa aadaa biyya Keenyaatiin maatiin, ragooleen bakka jiranitti tumaalee seera maatii Labsii Lakk 17 hanga 20tti jiranuu kabajuudhaani. Kutaa sadaffaa:- Waa’ee abbummaa fi bulchiinsa qabeenyaa 3. Hiriyoonni gaa’elaa lamaan keenyayyuu qabeenyi gaa’ela dura dhuunfaan arganne akkaataa labsii lakk.79/2003 keewwata 68 tiin gaa’ela keessatti kan dhuunfaa keenyaa ta’ee akka itti fufu walii galleerra. Kanaafuu, qabeenyi akka qabeenya dhuunfaa abbaa manaa kootti ykn akka haadha mana kootti galmaa’e jiru manaa jireenya fi kan biroonis Godina Aanaa/Magaalaa Ganda Gaa’ela fuudhaa fi heerumaa keessaa qabeenya dhuunfaa koo akka ta’u waliigaleerra. 4. Qabeenya dhuunfaa Gaa'ilaa duraa Qabeenya Abba mana. Qabeenya haadha mana 1. ____________. 1. ____________________ Tessooo: Godina_____Aanaa/Magaalaa_____Ganda___. Tessooo: Godina____Aanaa/Magaalaa_____Ganda 2._____________. 2. ____________________ Tessooo: Godina_____Aanaa/Magaalaa_____Ganda___. Tessooo: Godina____Aanaa/Magaalaa_____Ganda 3.________________. 3. _____________________ Tessooo: Godina_____Aanaa/Magaalaa_____Ganda___. Tessooo: Godina____Aanaa/Magaalaa_____Ganda 5. Bulchiinsa qabeenya dhuunfaa ilaalchisee qabeenya keenyaa dhuunfa ofii keenyaan dhuunfaan bulchuu fi galii qabeenyichaa irraa argamu sassaabu ni dandeenya. Akka barbaachisummaa isaatti hiriyaa gaaʼelaa kootiif bakka buusuu nan dandaʼa. 6. Qabeenyi gaa’ela keessatti argannu kan waliin ta’ee itti fufaa, waliinis ni bulchina. Kutaa afur:- Itti gaafatamummaa hiriyoottan gaa’elaa 7. Nuti akka namoota gaa’elaatti waliif obsuu fi wal gargaaruu qabna. 8. Bulchiinsa maatii ilaalchisee itti gaafatamummaa waloo qabna: lamaan keenyayyuu akkaataa labsii lakk.79/2003 keewwata 60, 61 fi 62 tiin milkeenya gaa’ela keenyaaf waan nu irraa eegamu gumaachuu qabna. Guyyaa waliigaltee gaa’elaa kana mallatteessine irraa eegalee akka S/H/H Lakk.1731, 1732; 2005 fi Labsii Lakk.79/2003 Keewwata 11 Bu’uura kanan waliigalteen kun seera duratti fudhatama ni qabaata. Jarsoolii yegguu gaa’illi kun raawwatu argaman. Jarsoolii gara abbaa manaa. Jarsoolii gara haadha manaa 1. mallattoo . 1. Mallattoo 2. mallattoo . 2. Mallattoo