SlideShare a Scribd company logo
Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e
1
AJAJA; Baayinni Gaaffilee 60 Ta'uu Mirkaneeffadhu.Tokko Tokkon Gaaffilee Filannoo 4
Qaba. Filannoo Irraa Caalaa Deebii Sirrii Ta’e Qofa Haqaaf Laaqaa Malee Tokko Malee
Iddoo Deebii Siif Keenname Irraatti Guuti.Hatuu Fi Hachisiisuun Qabxii Zeroo
Argamsiisa. yeroon kenname 1:00hr Carraa Gaarii .
1. Akka sirna Gadaattii jilli abbaa Gadaa baallii kennuuf isa xumuraa fi kan baallii
fuudhatuuf isa jalqaba ta'e isa kami?
A. Baalli Fudhuu B. Hulluqqoo C. Nadhii buluu D. Darrabbaa
2. Gogeessi Melbaa jila buttaa bara kana yoo jilate waggaa saddeetin booda eenyuutu
aangoo fudhata? A. Muudana B. Michillee C. Biifolee D. Kiilolee
3. Halluun Faajjii sirna Gadaa mallattoo nageenya naannoo fi daangaa ofii eeguuf
gootummaafi qophaa'ummaa qabachuu agarsiisuu isa kami?
A. Halluu Adiii B. Halluu Gurrachaa C. Halluu Diimaa D. Halluu Magariisa
4. Jila Doorin naannoo Gujiiti raawwaatuu kan hin taane isaa kami?
A. Daabballee jillisuu B. Jila buttaa C. Dhibaayyuu D. Hulluqqoo
5. Kanneen armaan gadii keessa ulaagalee filaannoo abbaa Gadaa kan hin taane kami?
A. Ciminoota dhuunfaa C. Gahumsa fi beekumsa
B. Nageenya hawaasa eeguu D. Seenduubee gaarii qabachuu
6. Gahee fi ittii gaafatamummaa Abbaa Gadaa kan hin taane isa kam?
A. Murtee ciccimoo dabarsuu C. Naga biyya tiksu
B. Qabeenya umama bulchuu D. Jila adda addaa raawwachuu
7. Sirna gadaa keessa namni akka bulchaa fi hoogganati dorgoome filamu kami?
A. Yuubaa B. Gadaamoojjii C. Abbaa Gadaa D. Makkalaa
8. Namoota Abbaa Gadaa fi Aduloota waliin yaa’a godaanuuf deeggarsa kan godhuu
eenyuu? A. Hayyoota B. Makkala C. Yuuba D. Raabaa
9. Akka sirna Gadaatti namoota Aduula ta’ani filamanif gumaanni kaattoo eenyuu irraa
gurrama? A. Gosa B. Ummataa bal’aa C. Miloo D. ‘A fi C’
10. Gumaanni gaafa jilli Gubbisa Dabballee fi jilli Goodiyaa gaggeeffamu kennamu
maal jedhama?
A. Gumaata qarshii B. Gumaata horii C. Gumaata waraana D. Hundaa
11. Hariiroo dubartootaa fi sirna Gadaa ilaalchisee dhugaa kan ta’e kami?
A. Dubartoonni mallattoo eebbaa fi araarati
B. Dubartootaa malee sirni Gadaa guutuu ta’uu hin danda’u
C. Sirna baalli fudhannaa keessatti gahee olaanaa qabdii
D. Hunduu deebii ta’uu
12. Sirna Gadaa keessattii yaadni gahee dubartootaa hin ibsinee kami?
A. Seerrii waaqa fi safuun hawaasa akka hin cabnee eeguu fi to’achuu
B. Ijoollee kunuunsuu fi guddiisuu keessatti gahee qaban
C. Seera qabeessuummaa bulchinsaa Gadaa hunda to’achuu
D. Yeroo Abbaan mana Gadaa ga’u dhaangalee adda addaa qophessuu
13. Federeshinni bulchinsa gadaa keessa damee Boorana kan hin taane isaa kami?
A. Kontoma-- Daarimuu B. Rayyaa--Assaboo C. Sabboo--Goonaa D.Ituu--
Humbannaa
Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e
2
14. Kan armaan gadi keessa wiirtuun damee Igguu--Beerree isaa kami?
A. Odaa Nabee B. Bakkaanisa Rayyaa C. Odaa Roobaa D. Odaa
Bultum
15. Dhaddachaa federeshinii bulchinsa Gadaa Maccaa kan hin taane isaa kami?
A. Odaa Garaadoo B. Odaa Bisil C. Odaa Bulluq D. Odaa Dooggii
16. Kan armaan gadii keessa sirrii kan hin firoomne isa kami?
A. Odaa Garaadoo -Jimmaa C. Odaa Bultum- Harargee lixaa
B. Odaa Rooba - Baalee D. Odaa Gudayyaa- Wallaggaa
17. Kannen armaan gadii keessa Federeshinii bulchinsa Gadaa Gujii kan ta’e isa kami?
A. Maccaa-Tulamaa C. Sabboo-Goonaa
B. Kontoma-Daarimuu D. Jibloo-Loosaa
18. Wiirtuun gidduu gala seera damee Sabboo-Goonaa kan ta’e isaa kami?
A. Odaa Doolaa B. Me’ee Bokko C. Odaa Doogii D. Gumii Gaayoo
19. Kan armaan gadii keessaa kan sirri hin firoomee isaa kami?
A. Jibloo-Loosaa---Gabra
B. Maccaa-Tulamaa__ Odaa Bulluq
C. Rayyaa-Assaboo__Igguu Beerree
D. Kontoma-Daarimuu__Odaa Doolaa
20. Dhaddacha Odaa Rooba jala jiran keessa kudha tokkoo kan damee kamiti?
A. Mandoo B. Ituu-Humbannaa C. Siikoo D. Afran Qalloo
21. Kan armaan gadii keessa shanan Walloo kan hin taane isaa kami?
A. Warra Iluufi Babboo C. Warra Daaccii fi Jillee
B. Warra Heemanoo fi Qalluu D. Warra Bachoo fi Babboo
22. Kan armaan gadii keessa gahee yaa'a Gadaa kan hin taane isaa kami?
A. Yeroo galtee mari'achuun ajaja dabarsuu
B. Naga biyyaa eegu
C. Dingagdee biyyaa to'achuu
D. Deebii hin qabu
23. Ardalee jila armaan gadii keessa kan sirri hin firoomne isaa kami?
A. Ardaa jila Gaayoo bakka gumin waggaa 8 saddeetin itti ta'u
B. Arda jilaa Arraabbe bakka jilti kuusa maldaa itti naqatudha.
C. Arda jila Nuura bakka jilli Gadamoojjii itti raawwatudha
D. Arda jila Gaagura bakka Raabni fuudha itti rawwatudha
24. Bakkeewwan ayyaanota Oromoo Irreecha fi Waaqeffanna itti kabajamu hin taane
isaa kami?
A. Tulluu Beegii B. Malkaa Horaa C. Tulluu Cilaaloo D. Hora Harsadee
25. Ayyaanoota Daa'imman durbaa dhuma Waqti Gannaattii hawwii gara fulduraa ittin
ibsatan isaa kami? A. Taaboree B. Ingiccaa C. Ateetee D. Hundaa
26. Ijoolleen abbootiin isaani gulantaa Gadaa keessa jiran dhalatan kallattin gulanta
kam qabatu?
A. Dabballee B. Gammee Xixxiqqa C. Gammee Gurguddaa D. Kuusa
27. Gulanta kam keessattii shamarran hawaasa keessattii akka dhirattii ilaallamu?
Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e
3
A. Gamee Gurguddaa B. Kuusa C.Dabballee D. Raab-Doorii
28. Gulantalee sirna Gadaa keessa dagaagina aadaa fi artii oromoo keessattii gahee
guddaa qaban kami?
A. Dabballee B. Gammee Xixxiqqa C. Gammee Gurguddaa D. Raabaa
29. Gahee gammee gurguddaa kan hin taanee isaa kami?
A. Foora goodanu B. Seera kabachisuu C. Dammaa omishuu D. lafa qotuu
30. Kan armaan gadii keessa leenjiin haala itti fayyadama mi'a Fardaa ,fe'iinsa,yaabbii
fi gulufa Fardaa kennamu isa kami?
A. Buttummaa B. Dootuummaa C. Geetti D.Hambarroo
31. Akka sirna Gadaatti hiriyyumman jaarmiyaa Shamarranii maal jedhama?
A. Addooyyee B. Miloo C. Kuchuu D.’A’malee hundaa
32. Leenjii Kuusa ji’a tokkof osoo addaa hinkutin kan kennu eenyuu?
A. Abbaa Gadaa B. Gadaamoojjii C.Yuuba D. Doorii
33. Akka sirna Gadaattii Sirba Olkaa kan sirbuu isaa kami?
A. Makkala B.Aduula Fiixee C.Abbaa Gadaa D. Miloo
34. Sababoonni miseensonni Doorii ardaa jila naanna’aniif malii?
A. Ardalee jila barachuu C. Jiloota adda addaa gaggeesuuf
B. Goggeessa isaanii walin walbaruuf D. Hunduu deebidha
35. Faroo hamaan gara bara Gadoomatii akka hin ceeneef jilli jilatamu isa kami?
A. Hulluuqqoo B. Darraabbaa C. Waddeessa murachuu D. Hundaa
36. Gulantalee Gadooma keessa gahee fi I/ gaafatamummaa guddaa kan qabu isaa
kami? A. Abbaa Gadaa B. Gumii C. Adula D. Gagaamoojji
37. Caasalee bulchinsa Gadaa oromoo kan hin taane isa kami?
A. Boorana B. Gabra C. Afran qalloo D Deebii hin qabuu
38. Caasalee hoggansa bulchinsa Gadaa oromoo kan Ituu Humbannaa kan taane isa
kami?
A. Abbaa heera B. Jilba jidduu C. Abbaa Bokkuu D. Abbaa Hagaa
39. Hojilee Abbaa Gadaa fi caasalee bulchinsa biroo kan to’atuu fi madaluu isa kami?
A. Caffee B. Gumii C. Abbaa Gadaa D. ‘C’ malee hundaa
40. Bakka abbaan Gadaa argamuu hin dandeenyetti bakka bu’umman waan abbaa
Gadaa hojjetu kan rawwatu kami? A. Raabaa B. Yuuba C. Makkala D.
Gadaamoojjii
41. Caasaa Gadaa armaan gadii keessa gorsaa jila Abbaa Gadaa kan ta’e isa kami?
A. Makkala B. Gumii C. Abbaa Bokkuu D. Yuuba
42. Caasalee bulchinsa Gadaa keessa seera kan kabachisuu isa kami?
A. Abbaa Qa’ee B. Jaldhaaba C. Hayyuu D. Abbaa Gadaa
43. Akka sirna Gadaattii baay’ini Aduloota naannoo Booranatti meeqa?
A. 5 B. 6 C. 7 D. 8
44. Kaneen armaan gadii keessa gahee Abbaa Bokku kan hin taane kami?
A. Jila hogganuu C. Seera lallabuu
B. Malkaa eebbisuu D. Gumi nyaachisuu
Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e
4
45. Kaneen armaan gadii keessa Irkisaa Abbaa Gadaa jedhamanii kan waamaman
kami?
A. Yuuba B. Abba Bokku C. Jalkeya D. Raabaa
46. Akka sirna Gadaati weedduu obboleettin Abbaa Gadaa gaafa inni baalli fudhatu
weeddistu maal jedhama?
A. Sirba olkaa B. Sirbaa Soottii C. Qeexalaa D. Toon-tayi
47. Kanneen armaan gadii keessa gahee Jaarsa kan ta’e isa kami?
A. Sadarkaa ollattii rakkolee jiruu hunda fura
B. Kanneen waldhaban qoree araarsa
C. Ittii fayyadama qabeenya waloo to’ata
D. Hunduu deebidha
48. Abbaan Gadaa erga baallii fudhee booda jila jilaatu kan hin taane isa kami?
A. Gumii teesisuu C. Butta qaluu
B. Galma kallacha dhaabu D. Dhawa dhamsa
49. Sirna Gadaa keessattii isaa kamtuu gosa fi miloo keessa filamaa?
A. Hayyuu B. Abbaa Qa’ee C. Aduula D. Jaldhaaba
50. Naannoo Gujiitti jillii baallii walitti dabarsuu ardaa jila kamitti rawwatama?
A. Me’ee Bokko B. Badhaasa C. Shanachaa D. Gosee baalli
51. Luba Gadaa qabateen namni fageenya irraaa baga waaqayyoo saddeettama Gadaa
__ keen sii gahee jedhuni. A. Akaakayyuu B. Abbaa C. Gadaamoojji D.
Yuuba
52. Kanneen armaan gadii keessa kayyoon jillii Buttaa qaluu gaggeeffamuuf kan ibsu
kami?
A. Doorii irraa gara Gadattii ce’uu agarsiisuuf C. Gadaamoojjumma ibsuuf
B. Raaba irrraa gara Doorii ce’uu agarsisuuf D. Hunduu deebidha
53. Akka sirna Gadaatii abbaan gulantaa keessa kan bahuu ilmi gulantaa kam yoo
ta’edha? A. Yuuba B. Gadaa C. Gadaamoojji D. Jaarsa
54. Abbaan Gadaa bara isaanitti waan hamtuu hojjeete yoo jiraatea dhawa sangaa
maal jedhamu qaluun dhibaafatani jila obbasu?
A. Saphuupha B. Miingaa C. Dullachaa D. Hunduu deebidha.
55. Waa’ee Yuuba ilaalchisee dhugaa kan ta’e isaa kami?
A. Ilmi aangoo abbaa isaa irraa dhaalan fudhata
B. Ilmi muxannoo fi gorsa abbaa isaa irraa barata
C. Jiloota adda addaa hin raawwatus hin raawwachisuus
D. Seerrrii akka hojirraa oolchuun bu’aa isaa madaala
56. Gulaanta Yuuba keessa ijoollee isaani gulantaa Gammee Gurguddaa irraa jiran
aangoo Adulaa filachisuuf bannattoo kan gaggeessu isa kami?
A. Yuuba 1ffaa B. Yuuba 3ffaa C. Yuuba 2ffaa D. Yuuba 4ffaa
Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e
5
57. Jila Gadaamoojjiin ergaa qumbii fudhatee booda hoolaa qalee jilatuu fi itti
ququllaa’u maal jedhama?
A. Jila bacbacii B. Jila mata bufannaa C. Jila Aagii Qaluu D. Jila Baraartii
58. Kan armaan gadii keessa Ji’ota fi urjii Oromoo Boorana sirrii kan hin firoomne isa
kami?
A. Ji’a Caamsaa_Urjii Buusa C. Ji’a Buufaa_Urjii Bakkalchaa
B. Ji’a Bitooteessaa_Urjii Arba Gaadduu D. Ji’a Waccabajjii_Urjii Algaajima
59. Haala dhaha Oromoo keessa ji’oonni Ayyaanni baayinan 28 keessatti ta’an kan hin
taane isa kami? A. Waxabajjii B. Caansaa C. Adoleessa D. Badheessa
60. Walfakkeenya bulchinsi sirna Gadaafi dimookraasi ammayyaa kan hin taane isaa
kami?
A. Bara aangoo daanga qabachuu
B. Sirna dhab-daneessa qabachuu
C. Qaamolee aangoof qoodaminsa kennuu
D. Hoggansa sagalee guutuu qabachuu
Qoph. B/Saa Tasfaayee Alamuu
Waraqaa Deebii
Maqaa___________ Maqaa ____________
Maqaa abbaa ______________ Maqaa abbaa ______________
Maqaa akakiyee___________
L/daree
Maqaa akakiyee___________
L/daree
lakk galmee________ OOOOO lakk galmee________ OOOOO
t/lakk A B C D A B C D t/lakk A B C D
lakk
A B C D
1 O O O O 31 O O O O 1 O O O O 31 O O O O
2 O O O O 32 O O O O 2 O O O O 32 O O O O
3 O O O O 33 O O O O 3 O O O O 33 O O O O
4 O O O O 34 O O O O 4 O O O O 34 O O O O
5 O O O O 35 O O O O 5 O O O O 35 O O O O
6 O O O O 36 O O O O 6 O O O O 36 O O O O
7 O O O O 37 O O O O 7 O O O O 37 O O O O
8 O O O O 38 O O O O 8 O O O O 38 O O O O
9 O O O O 39 O O O O 9 O O O O 39 O O O O
10 O O O O 40 O O O O 10 O O O O 40 O O O O
11 O O O O 41 O O O O 11 O O O O 41 O O O O
12 O O O O 42 O O O O 12 O O O O 42 O O O O
13 O O O O 43 O O O O 13 O O O O 43 O O O O
14 O O O O 44 O O O O 14 O O O O 44 O O O O
Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e
6
15 O O O O 45 O O O O 15 O O O O 45 O O O O
16 O O O O 46 O O O O 16 O O O O 46 O O O O
17 O O O O 47 O O O O 17 O O O O 47 O O O O
18 O O O O 48 O O O O 18 O O O O 48 O O O O
19 O O O O 49 O O O O 19 O O O O 49 O O O O
20 O O O O 50 O O O O 20 O O O O 50 O O O O
21 O O O O 51 O O O O 21 O O O O 51 O O O O
22 O O O O 52 O O O O 22 O O O O 52 O O O O
23 O O O O 53 O O O O 23 O O O O 53 O O O O
24 O O O O 54 O O O O 24 O O O O 54 O O O O
25 O O O O 55 O O O O 25 O O O O 55 O O O O
26 O O O O 56 O O O O 26 O O O O 56 O O O O
27 O O O O 57 O O O O 27 O O O O 57 O O O O
28 O O O O 58 O O O O 28 O O O O 58 O O O O
29 O O O O 59 O O O O 29 O O O O 59 O O O O
30 O O O O 60 O O O O 30 O O O O 60 O O O O
Hanga argate__________ Hanga argate __________________
kan dogongore ________ kan dogongore _______
irnaan kan hin gutamiin _______ sirnaan kan hin guutamiin _________
Kan sorore _________ Qaama sorore ____________
Kan mirkanesse _______________ Qaama mirkaneesse________
Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e
7

More Related Content

What's hot

Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa WangeelaaBarnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Tagesu( Obsaa) Abdisa( Abdiisaa)
 
Ч. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежмент
Ч. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежментЧ. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежмент
Ч. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежментbatnasanb
 
өрхийн төсөв
өрхийн төсөвөрхийн төсөв
өрхийн төсөвsoolo
 
Hudaldan avah last-1
Hudaldan avah last-1Hudaldan avah last-1
Hudaldan avah last-1
Munkh Orgil
 
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptxLeenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Jaafar47
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mohammed Abdo
 
ЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмж
ЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмжЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмж
ЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмж
Bayarlkham Byambaa
 
ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?
ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?
ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?
Ганцоож Цэрэннадмид
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
TeshomeFeye2
 
Understanding and Implementing Organizational Change
Understanding and Implementing Organizational ChangeUnderstanding and Implementing Organizational Change
Understanding and Implementing Organizational Change
Courtney Doutherd
 
стратегийн удирдлагын онолын үндэс
стратегийн удирдлагын онолын үндэсстратегийн удирдлагын онолын үндэс
стратегийн удирдлагын онолын үндэс
Nael Narantsengel
 
S.ss702 l 10
S.ss702 l 10S.ss702 l 10
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdfAqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Nuradin Sultan
 
Байгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх нь
Байгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх ньБайгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх нь
Байгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх нь
olzii
 
Project management
Project managementProject management
Project management
Gantungalag Zorigoo
 
эрдэм шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуян
эрдэм  шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуянэрдэм  шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуян
эрдэм шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуянolziibuyn
 

What's hot (20)

Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa WangeelaaBarnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
 
Ч. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежмент
Ч. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежментЧ. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежмент
Ч. Ундрам - Байгууллагын өөрчлөлтийн менежмент
 
өрхийн төсөв
өрхийн төсөвөрхийн төсөв
өрхийн төсөв
 
төсөл 2017он
төсөл 2017онтөсөл 2017он
төсөл 2017он
 
Hudaldan avah last-1
Hudaldan avah last-1Hudaldan avah last-1
Hudaldan avah last-1
 
Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptxLeenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
Leenjii Bulchiinsa Qabeenyaa 2015 Sirrii.pptx
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
ЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмж
ЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмжЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмж
ЖДҮ эрхлэгчдэд зориулсан бизнесийн төсөл бичих зөвлөмж
 
ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?
ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?
ХУУЛЬ ХЭРХЭН БҮТДЭГ ВЭ?
 
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.pptKenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
Kenna Tajaajilaa maamiltotaa mootumma.ppt
 
Understanding and Implementing Organizational Change
Understanding and Implementing Organizational ChangeUnderstanding and Implementing Organizational Change
Understanding and Implementing Organizational Change
 
стратегийн удирдлагын онолын үндэс
стратегийн удирдлагын онолын үндэсстратегийн удирдлагын онолын үндэс
стратегийн удирдлагын онолын үндэс
 
S.ss702 l 10
S.ss702 l 10S.ss702 l 10
S.ss702 l 10
 
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdfAqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
 
Байгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх нь
Байгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх ньБайгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх нь
Байгууллагад KPI-ыг нэвтэрүүлэх нь
 
Marketing management 3 2010 орчны шинжилгээ
Marketing management 3 2010 орчны шинжилгээMarketing management 3 2010 орчны шинжилгээ
Marketing management 3 2010 орчны шинжилгээ
 
Project management
Project managementProject management
Project management
 
эрдэм шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуян
эрдэм  шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуянэрдэм  шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуян
эрдэм шинжилгээний хурал манлайлал г.өлзийбуян, ж.өлзийбуян
 
Naidkaa angiin ajil
Naidkaa angiin ajilNaidkaa angiin ajil
Naidkaa angiin ajil
 

Moodeela Gadaa Bara 2015.pdf

  • 1. Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e 1 AJAJA; Baayinni Gaaffilee 60 Ta'uu Mirkaneeffadhu.Tokko Tokkon Gaaffilee Filannoo 4 Qaba. Filannoo Irraa Caalaa Deebii Sirrii Ta’e Qofa Haqaaf Laaqaa Malee Tokko Malee Iddoo Deebii Siif Keenname Irraatti Guuti.Hatuu Fi Hachisiisuun Qabxii Zeroo Argamsiisa. yeroon kenname 1:00hr Carraa Gaarii . 1. Akka sirna Gadaattii jilli abbaa Gadaa baallii kennuuf isa xumuraa fi kan baallii fuudhatuuf isa jalqaba ta'e isa kami? A. Baalli Fudhuu B. Hulluqqoo C. Nadhii buluu D. Darrabbaa 2. Gogeessi Melbaa jila buttaa bara kana yoo jilate waggaa saddeetin booda eenyuutu aangoo fudhata? A. Muudana B. Michillee C. Biifolee D. Kiilolee 3. Halluun Faajjii sirna Gadaa mallattoo nageenya naannoo fi daangaa ofii eeguuf gootummaafi qophaa'ummaa qabachuu agarsiisuu isa kami? A. Halluu Adiii B. Halluu Gurrachaa C. Halluu Diimaa D. Halluu Magariisa 4. Jila Doorin naannoo Gujiiti raawwaatuu kan hin taane isaa kami? A. Daabballee jillisuu B. Jila buttaa C. Dhibaayyuu D. Hulluqqoo 5. Kanneen armaan gadii keessa ulaagalee filaannoo abbaa Gadaa kan hin taane kami? A. Ciminoota dhuunfaa C. Gahumsa fi beekumsa B. Nageenya hawaasa eeguu D. Seenduubee gaarii qabachuu 6. Gahee fi ittii gaafatamummaa Abbaa Gadaa kan hin taane isa kam? A. Murtee ciccimoo dabarsuu C. Naga biyya tiksu B. Qabeenya umama bulchuu D. Jila adda addaa raawwachuu 7. Sirna gadaa keessa namni akka bulchaa fi hoogganati dorgoome filamu kami? A. Yuubaa B. Gadaamoojjii C. Abbaa Gadaa D. Makkalaa 8. Namoota Abbaa Gadaa fi Aduloota waliin yaa’a godaanuuf deeggarsa kan godhuu eenyuu? A. Hayyoota B. Makkala C. Yuuba D. Raabaa 9. Akka sirna Gadaatti namoota Aduula ta’ani filamanif gumaanni kaattoo eenyuu irraa gurrama? A. Gosa B. Ummataa bal’aa C. Miloo D. ‘A fi C’ 10. Gumaanni gaafa jilli Gubbisa Dabballee fi jilli Goodiyaa gaggeeffamu kennamu maal jedhama? A. Gumaata qarshii B. Gumaata horii C. Gumaata waraana D. Hundaa 11. Hariiroo dubartootaa fi sirna Gadaa ilaalchisee dhugaa kan ta’e kami? A. Dubartoonni mallattoo eebbaa fi araarati B. Dubartootaa malee sirni Gadaa guutuu ta’uu hin danda’u C. Sirna baalli fudhannaa keessatti gahee olaanaa qabdii D. Hunduu deebii ta’uu 12. Sirna Gadaa keessattii yaadni gahee dubartootaa hin ibsinee kami? A. Seerrii waaqa fi safuun hawaasa akka hin cabnee eeguu fi to’achuu B. Ijoollee kunuunsuu fi guddiisuu keessatti gahee qaban C. Seera qabeessuummaa bulchinsaa Gadaa hunda to’achuu D. Yeroo Abbaan mana Gadaa ga’u dhaangalee adda addaa qophessuu 13. Federeshinni bulchinsa gadaa keessa damee Boorana kan hin taane isaa kami? A. Kontoma-- Daarimuu B. Rayyaa--Assaboo C. Sabboo--Goonaa D.Ituu-- Humbannaa
  • 2. Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e 2 14. Kan armaan gadi keessa wiirtuun damee Igguu--Beerree isaa kami? A. Odaa Nabee B. Bakkaanisa Rayyaa C. Odaa Roobaa D. Odaa Bultum 15. Dhaddachaa federeshinii bulchinsa Gadaa Maccaa kan hin taane isaa kami? A. Odaa Garaadoo B. Odaa Bisil C. Odaa Bulluq D. Odaa Dooggii 16. Kan armaan gadii keessa sirrii kan hin firoomne isa kami? A. Odaa Garaadoo -Jimmaa C. Odaa Bultum- Harargee lixaa B. Odaa Rooba - Baalee D. Odaa Gudayyaa- Wallaggaa 17. Kannen armaan gadii keessa Federeshinii bulchinsa Gadaa Gujii kan ta’e isa kami? A. Maccaa-Tulamaa C. Sabboo-Goonaa B. Kontoma-Daarimuu D. Jibloo-Loosaa 18. Wiirtuun gidduu gala seera damee Sabboo-Goonaa kan ta’e isaa kami? A. Odaa Doolaa B. Me’ee Bokko C. Odaa Doogii D. Gumii Gaayoo 19. Kan armaan gadii keessaa kan sirri hin firoomee isaa kami? A. Jibloo-Loosaa---Gabra B. Maccaa-Tulamaa__ Odaa Bulluq C. Rayyaa-Assaboo__Igguu Beerree D. Kontoma-Daarimuu__Odaa Doolaa 20. Dhaddacha Odaa Rooba jala jiran keessa kudha tokkoo kan damee kamiti? A. Mandoo B. Ituu-Humbannaa C. Siikoo D. Afran Qalloo 21. Kan armaan gadii keessa shanan Walloo kan hin taane isaa kami? A. Warra Iluufi Babboo C. Warra Daaccii fi Jillee B. Warra Heemanoo fi Qalluu D. Warra Bachoo fi Babboo 22. Kan armaan gadii keessa gahee yaa'a Gadaa kan hin taane isaa kami? A. Yeroo galtee mari'achuun ajaja dabarsuu B. Naga biyyaa eegu C. Dingagdee biyyaa to'achuu D. Deebii hin qabu 23. Ardalee jila armaan gadii keessa kan sirri hin firoomne isaa kami? A. Ardaa jila Gaayoo bakka gumin waggaa 8 saddeetin itti ta'u B. Arda jilaa Arraabbe bakka jilti kuusa maldaa itti naqatudha. C. Arda jila Nuura bakka jilli Gadamoojjii itti raawwatudha D. Arda jila Gaagura bakka Raabni fuudha itti rawwatudha 24. Bakkeewwan ayyaanota Oromoo Irreecha fi Waaqeffanna itti kabajamu hin taane isaa kami? A. Tulluu Beegii B. Malkaa Horaa C. Tulluu Cilaaloo D. Hora Harsadee 25. Ayyaanoota Daa'imman durbaa dhuma Waqti Gannaattii hawwii gara fulduraa ittin ibsatan isaa kami? A. Taaboree B. Ingiccaa C. Ateetee D. Hundaa 26. Ijoolleen abbootiin isaani gulantaa Gadaa keessa jiran dhalatan kallattin gulanta kam qabatu? A. Dabballee B. Gammee Xixxiqqa C. Gammee Gurguddaa D. Kuusa 27. Gulanta kam keessattii shamarran hawaasa keessattii akka dhirattii ilaallamu?
  • 3. Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e 3 A. Gamee Gurguddaa B. Kuusa C.Dabballee D. Raab-Doorii 28. Gulantalee sirna Gadaa keessa dagaagina aadaa fi artii oromoo keessattii gahee guddaa qaban kami? A. Dabballee B. Gammee Xixxiqqa C. Gammee Gurguddaa D. Raabaa 29. Gahee gammee gurguddaa kan hin taanee isaa kami? A. Foora goodanu B. Seera kabachisuu C. Dammaa omishuu D. lafa qotuu 30. Kan armaan gadii keessa leenjiin haala itti fayyadama mi'a Fardaa ,fe'iinsa,yaabbii fi gulufa Fardaa kennamu isa kami? A. Buttummaa B. Dootuummaa C. Geetti D.Hambarroo 31. Akka sirna Gadaatti hiriyyumman jaarmiyaa Shamarranii maal jedhama? A. Addooyyee B. Miloo C. Kuchuu D.’A’malee hundaa 32. Leenjii Kuusa ji’a tokkof osoo addaa hinkutin kan kennu eenyuu? A. Abbaa Gadaa B. Gadaamoojjii C.Yuuba D. Doorii 33. Akka sirna Gadaattii Sirba Olkaa kan sirbuu isaa kami? A. Makkala B.Aduula Fiixee C.Abbaa Gadaa D. Miloo 34. Sababoonni miseensonni Doorii ardaa jila naanna’aniif malii? A. Ardalee jila barachuu C. Jiloota adda addaa gaggeesuuf B. Goggeessa isaanii walin walbaruuf D. Hunduu deebidha 35. Faroo hamaan gara bara Gadoomatii akka hin ceeneef jilli jilatamu isa kami? A. Hulluuqqoo B. Darraabbaa C. Waddeessa murachuu D. Hundaa 36. Gulantalee Gadooma keessa gahee fi I/ gaafatamummaa guddaa kan qabu isaa kami? A. Abbaa Gadaa B. Gumii C. Adula D. Gagaamoojji 37. Caasalee bulchinsa Gadaa oromoo kan hin taane isa kami? A. Boorana B. Gabra C. Afran qalloo D Deebii hin qabuu 38. Caasalee hoggansa bulchinsa Gadaa oromoo kan Ituu Humbannaa kan taane isa kami? A. Abbaa heera B. Jilba jidduu C. Abbaa Bokkuu D. Abbaa Hagaa 39. Hojilee Abbaa Gadaa fi caasalee bulchinsa biroo kan to’atuu fi madaluu isa kami? A. Caffee B. Gumii C. Abbaa Gadaa D. ‘C’ malee hundaa 40. Bakka abbaan Gadaa argamuu hin dandeenyetti bakka bu’umman waan abbaa Gadaa hojjetu kan rawwatu kami? A. Raabaa B. Yuuba C. Makkala D. Gadaamoojjii 41. Caasaa Gadaa armaan gadii keessa gorsaa jila Abbaa Gadaa kan ta’e isa kami? A. Makkala B. Gumii C. Abbaa Bokkuu D. Yuuba 42. Caasalee bulchinsa Gadaa keessa seera kan kabachisuu isa kami? A. Abbaa Qa’ee B. Jaldhaaba C. Hayyuu D. Abbaa Gadaa 43. Akka sirna Gadaattii baay’ini Aduloota naannoo Booranatti meeqa? A. 5 B. 6 C. 7 D. 8 44. Kaneen armaan gadii keessa gahee Abbaa Bokku kan hin taane kami? A. Jila hogganuu C. Seera lallabuu B. Malkaa eebbisuu D. Gumi nyaachisuu
  • 4. Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e 4 45. Kaneen armaan gadii keessa Irkisaa Abbaa Gadaa jedhamanii kan waamaman kami? A. Yuuba B. Abba Bokku C. Jalkeya D. Raabaa 46. Akka sirna Gadaati weedduu obboleettin Abbaa Gadaa gaafa inni baalli fudhatu weeddistu maal jedhama? A. Sirba olkaa B. Sirbaa Soottii C. Qeexalaa D. Toon-tayi 47. Kanneen armaan gadii keessa gahee Jaarsa kan ta’e isa kami? A. Sadarkaa ollattii rakkolee jiruu hunda fura B. Kanneen waldhaban qoree araarsa C. Ittii fayyadama qabeenya waloo to’ata D. Hunduu deebidha 48. Abbaan Gadaa erga baallii fudhee booda jila jilaatu kan hin taane isa kami? A. Gumii teesisuu C. Butta qaluu B. Galma kallacha dhaabu D. Dhawa dhamsa 49. Sirna Gadaa keessattii isaa kamtuu gosa fi miloo keessa filamaa? A. Hayyuu B. Abbaa Qa’ee C. Aduula D. Jaldhaaba 50. Naannoo Gujiitti jillii baallii walitti dabarsuu ardaa jila kamitti rawwatama? A. Me’ee Bokko B. Badhaasa C. Shanachaa D. Gosee baalli 51. Luba Gadaa qabateen namni fageenya irraaa baga waaqayyoo saddeettama Gadaa __ keen sii gahee jedhuni. A. Akaakayyuu B. Abbaa C. Gadaamoojji D. Yuuba 52. Kanneen armaan gadii keessa kayyoon jillii Buttaa qaluu gaggeeffamuuf kan ibsu kami? A. Doorii irraa gara Gadattii ce’uu agarsiisuuf C. Gadaamoojjumma ibsuuf B. Raaba irrraa gara Doorii ce’uu agarsisuuf D. Hunduu deebidha 53. Akka sirna Gadaatii abbaan gulantaa keessa kan bahuu ilmi gulantaa kam yoo ta’edha? A. Yuuba B. Gadaa C. Gadaamoojji D. Jaarsa 54. Abbaan Gadaa bara isaanitti waan hamtuu hojjeete yoo jiraatea dhawa sangaa maal jedhamu qaluun dhibaafatani jila obbasu? A. Saphuupha B. Miingaa C. Dullachaa D. Hunduu deebidha. 55. Waa’ee Yuuba ilaalchisee dhugaa kan ta’e isaa kami? A. Ilmi aangoo abbaa isaa irraa dhaalan fudhata B. Ilmi muxannoo fi gorsa abbaa isaa irraa barata C. Jiloota adda addaa hin raawwatus hin raawwachisuus D. Seerrrii akka hojirraa oolchuun bu’aa isaa madaala 56. Gulaanta Yuuba keessa ijoollee isaani gulantaa Gammee Gurguddaa irraa jiran aangoo Adulaa filachisuuf bannattoo kan gaggeessu isa kami? A. Yuuba 1ffaa B. Yuuba 3ffaa C. Yuuba 2ffaa D. Yuuba 4ffaa
  • 5. Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e 5 57. Jila Gadaamoojjiin ergaa qumbii fudhatee booda hoolaa qalee jilatuu fi itti ququllaa’u maal jedhama? A. Jila bacbacii B. Jila mata bufannaa C. Jila Aagii Qaluu D. Jila Baraartii 58. Kan armaan gadii keessa Ji’ota fi urjii Oromoo Boorana sirrii kan hin firoomne isa kami? A. Ji’a Caamsaa_Urjii Buusa C. Ji’a Buufaa_Urjii Bakkalchaa B. Ji’a Bitooteessaa_Urjii Arba Gaadduu D. Ji’a Waccabajjii_Urjii Algaajima 59. Haala dhaha Oromoo keessa ji’oonni Ayyaanni baayinan 28 keessatti ta’an kan hin taane isa kami? A. Waxabajjii B. Caansaa C. Adoleessa D. Badheessa 60. Walfakkeenya bulchinsi sirna Gadaafi dimookraasi ammayyaa kan hin taane isaa kami? A. Bara aangoo daanga qabachuu B. Sirna dhab-daneessa qabachuu C. Qaamolee aangoof qoodaminsa kennuu D. Hoggansa sagalee guutuu qabachuu Qoph. B/Saa Tasfaayee Alamuu Waraqaa Deebii Maqaa___________ Maqaa ____________ Maqaa abbaa ______________ Maqaa abbaa ______________ Maqaa akakiyee___________ L/daree Maqaa akakiyee___________ L/daree lakk galmee________ OOOOO lakk galmee________ OOOOO t/lakk A B C D A B C D t/lakk A B C D lakk A B C D 1 O O O O 31 O O O O 1 O O O O 31 O O O O 2 O O O O 32 O O O O 2 O O O O 32 O O O O 3 O O O O 33 O O O O 3 O O O O 33 O O O O 4 O O O O 34 O O O O 4 O O O O 34 O O O O 5 O O O O 35 O O O O 5 O O O O 35 O O O O 6 O O O O 36 O O O O 6 O O O O 36 O O O O 7 O O O O 37 O O O O 7 O O O O 37 O O O O 8 O O O O 38 O O O O 8 O O O O 38 O O O O 9 O O O O 39 O O O O 9 O O O O 39 O O O O 10 O O O O 40 O O O O 10 O O O O 40 O O O O 11 O O O O 41 O O O O 11 O O O O 41 O O O O 12 O O O O 42 O O O O 12 O O O O 42 O O O O 13 O O O O 43 O O O O 13 O O O O 43 O O O O 14 O O O O 44 O O O O 14 O O O O 44 O O O O
  • 6. Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e 6 15 O O O O 45 O O O O 15 O O O O 45 O O O O 16 O O O O 46 O O O O 16 O O O O 46 O O O O 17 O O O O 47 O O O O 17 O O O O 47 O O O O 18 O O O O 48 O O O O 18 O O O O 48 O O O O 19 O O O O 49 O O O O 19 O O O O 49 O O O O 20 O O O O 50 O O O O 20 O O O O 50 O O O O 21 O O O O 51 O O O O 21 O O O O 51 O O O O 22 O O O O 52 O O O O 22 O O O O 52 O O O O 23 O O O O 53 O O O O 23 O O O O 53 O O O O 24 O O O O 54 O O O O 24 O O O O 54 O O O O 25 O O O O 55 O O O O 25 O O O O 55 O O O O 26 O O O O 56 O O O O 26 O O O O 56 O O O O 27 O O O O 57 O O O O 27 O O O O 57 O O O O 28 O O O O 58 O O O O 28 O O O O 58 O O O O 29 O O O O 59 O O O O 29 O O O O 59 O O O O 30 O O O O 60 O O O O 30 O O O O 60 O O O O Hanga argate__________ Hanga argate __________________ kan dogongore ________ kan dogongore _______ irnaan kan hin gutamiin _______ sirnaan kan hin guutamiin _________ Kan sorore _________ Qaama sorore ____________ Kan mirkanesse _______________ Qaama mirkaneesse________
  • 7. Moodeela Barnoota Gadaa Bara 2015 Qopha’e 7