“Intaltii ebeluu daraaraa qabdii?” jedhan yoo akka mucaan dhiyoo fuudhe sadii ta’u hawwan. Mucaanis “waan jabaate!isii intaltii ji’a hagam baatti?” jedha dhalee dhungachuuf dibimbiree. Garuu uumaan seeraa mataa isaa qaba. Hawwanniif hin tolchu;jibbaniif hin hanqisu seerrii isaa guutuudha;ji’a sagal.