SlideShare a Scribd company logo
1 of 3
Qu'annaa
“ NAMNI WAA HIN DUBBIFNE WAAN DUBBATU HIN QABU!"
“Macaafa Waaqayyoo keessaa barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii Isaatii
kana dubbateera. Isa 34:16”
KIRISTAANA KIRISTOOSIN
Akeeka Waaqayyoo isa barabaraa keessa galeera.  Jalqabumatti kan beekameedha,
Rom 8:28,1pet 1:2  Jalqabumatti kan murtaa’edha,Rom 8:29-30  Jalqabumatti kan
filatamedha,Rom 8:33  Waaqayyoon kan waamamedha, Rom 8:30, 1Qor 1:9
… Waaqayyo waliin araarameera  Hojii araarsuu Waaqayyootiin, 2Qor 5:18-19 Qol 1:20 
Ofii ofitti araarse ,Rom 5:10 2Qor 5:20 Efs 2:14-17  Beenyaa argachuun furameera , Rom
3:24 Qol 1:14 1Pet 1:18 Beenyaan gatii baasanii ykn of kennanii waan tokko oolfachuu dha,
kanaaf Kiristoos of kenneetu nu oolche, 1Tim 2 :5-6 Furiin gatii kaffalameen bilisa ba’uu
ilaallata HoE 20:28
… Wanti itti faradamu hin jiru_duuni fi abaarsi seeraan dhufu isa hin argatu Rom 8:1, Yoh
3:18 5:24 Gal 3:13  yakka isaa guutummaatti Yesus baateeraaf 2Qor 5:21 Isa 53:6
Cubbuunsaa hojii Waaqayyootiin haqameera Rom 3:25-26 1Yoh 2:2 4:10 Biyya lafaa jalaa
du’ee Waaqayoof ni jiraata  Kiristoos waliin fannifameera Rom 6:6 Gal 2:20  Kiristoos
waliin du’eera Rom 6:8 Qol 3:3 1Pet 2 :24  Kiristoos waliin awwaalameera Rom 6:4 Qol 2:12
 Kiristoos waliin du’aa ka’eera Rom 6:4 , 7:4 Qol 2:12 ,3:1  Kiristoos waliin mirga
Waaqayyoo taa’eera Efs 2:7
… Firdii seera Museetiin kennamerraa bilisa ba’eera Amanaan Kiristoos waliin waan
du’eef, namni du’e immoo seeraan waan hin gaafatamneef, firdii seerri fidu jalaa bilisa ba’eera.
 Seera jalaa du’eera Rom 7:1-6  Seerri isa hin bitu Rom 7:6 , 6:14 2Qor 3:6-11 Gal 3:25 
Seeraan osoo hin taane hafuuraan geggeeffama Rom 8:1-4, Rom 8:14-17
… Waaqayyorraa lammaffaa dhalateera Yoh 3:1-8 , 1:12 Tit 3:5  Dubbii Waaqayyoorraa
dhalateera Yaq 1:18 1Pet 1:23  Mucaa Waaqayyoo ta’eera Rom 8:16 Gal 3:26  Maatii
Waaqayyoo ta’eera Yoh 1:12 2Qor 6:18 1Yoh 3:2  Uumama haaraa ta’eera 2Qor 5:17 Gal
6:15 Efs 2:10 Qaama Kiristoos ittiin du’aa ka’e sana argachuuf jira Rom 1:3 8:23 “yeroo sana
akka ErgamaaWaaqayyoo ta’a malee amala fooniitiin hin jiraatu!!” Mar 12:24 Fuula
Waaqayyoo duratti fudhatama guutuu argateera  Qajeelummaa isa Waaqayyo qabu sana
argateera Rom 3:22 1Qor 1:30 2Qor 5:21 Fil 3:9
 Waaqayyo duratti mudaa hin qabu 1Qor 1:30, 6:11  Barabaraan nama guutuu(perfected
forever) ta’ee jiraata Ibr 10:14  Dhaala Waaqayyo biraa qaba Qol 1:12 Efs 1:11 Qajeelaa
ta’eera Rom 3:24 5:1 9:30 1Qor 6:11 Tit 3:7 Qajeelinni kunis ayyaana Waaqayyootin karaa
amantii kan argamuudha malee tasumaa tattaaffii abbaatiin kan argamu miti Rom 3:11-31
Amala Waaqayyoorraa hirmaateera 1Pet 1:3 Kunis lammaffaa Waaqayyorraa dhalachuun
amala argamuudha Yoh 3:9 2Pet 1:6 1Tim 6:6
… Lammummaa guutuu isa Waaqarraa argateera  Wangeelaaf deebii ta’u kenneera Ibr 3:1
 Maqaan isaa galmee jireenyaarratti katabameeraaf Luq 10:20  Miseensa maatii isa
samiirraa ta’eera Efs 2:14-19  Biyyi isaa samii dha malee as miti Fil 3:20 Ibr 11:14-16 Yoh
14:1-3 Aboo dukkanaa jalaa bilisa ba’eera Qol 1:13, 2:15 Sababni isaas Yesus ifa jireenyaa
ta’eeraaf Yoh 8:12 Dukkanni hojii mootummaa Seexanaa keessatti hojjetamu ta’ee kanneen
armaan gadii ilaallata:-
• Yesusin ala abdii malee jiraachuu Mat 4:12-16 • Beekumsa dubbii Waaqayyoo malee
jiraachuu Rom 2:20 • Jireenya ofii ulfina Waaqayyootiif oolchuu dhiisuu Rom 1:20-22 •
Wangeelatti amanuu dhabuu 2Qor 4:4-6 Yoh 12:35-36 Gara mootummaa ifaa Ilma
Waaqayyootti darbeera Qol 1:13  Yesus ifa jireenya isaa ta’eeraaf Yoh 8:12  Waaqayyo
Abbaa ifaa ta’eeraaf, kanaaf wanta gaarii hundumaa Abbaa ifaa biraa fudhachuu danda’a Yaq
1:16-17  Dubbiin Waaqayyoo ifa ta’eefiti gaggeessa Far 119:105
Itti fufi…  Abbaadhaan Yesus Kiristoosif kennameera Yoh 10:29 Amanatichi ofuma
isaatiinuu ifa biyya lafaa ta’eera Efs 5:8, Mat 5:14 Hundee hin sochoonerra dhaabateera 1Qor
3:11, 10:4 Efs 2:20 Akka kennaatti Waaqayyo , 17:2, 6, 9, 11,12, 24 Humna cubbuu jalaa
bilisa ba’eera Rom 8:2 Fil 3:3 Qol 2:11 Luba waaqayyoo fi Kiristoos ta’eera  Dhiiga
Kiristoosin luba ta’e Rev 1:6 , 5:9  Luba qulqulluu waan ta’eef kadhachuu fi waaqessuu ni
danda’a 1Pet 2:5
 Luba Mootummaa waan ta’eef namootatti waa’ee Kiristoos himuu ni danda’a 1Pet 2:9
Wabiin jireenya barabaraa kennameeraaf Yoh 10:28-29, Rom 8:32, 5:8-11, 8:38-39 Gal 3:26-
29 Amanataarraa wanti eegamu yoo jiraate amantichatti cimee dhaabachuu qofa dha Qol
1:21-23, 2Tim 2:11 Yeroo barbaade hundatti gara Waaqayyootti dhiyaachuu ni danda’a Rom
5:2, Efs 2:18 , Ibr 4:16, 10 :19-20 Karaa badhaadhummaan ayyaanaa fi gaarummaa
Waaqayyoo ittiin mul’ateedha  Karaa jaalalli Waaqayyoo ittiin mul’ateedha Yoh 13:1, Efs
2:4,5:2
Karaa ayyaanni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha.  Ayyaana Waaqayyootiin fayyeera. Efs
2:8-9  Ayyaana Waaqayyootiin dhaabata,eegamas. Rom 5:2 ; 1Pet 2:9  Ayyaana
Waaqayyootiin tajaajila. Efs 4:7; 1Qor 12:4-11; 1Pet 4:10-11  Ayyaana Waaqayyootiin
qajeelummaa shaakala.Tito 2:11-15 Karaa humni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Efs 1:19, 2:6-
7; 2Qor 10:10-11, 13:2-5; Filp 2:13 Amanamummaan Waaqayyoo karaa ittiin mul’ate dha.
Filmona 1-6 Ibr 13:5 , 10:23
. Karaa nagaan Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Yoh 14:27 Karaa jajjabeessuun Waaqayyoo
ittiin mul’ate dha. 2Tas 2:16 Angafa lubummaa Yesuusiin fayyadamaa ta’a. Rom 8:34 Ibr
7:25, 9:24 Faayidaaleen olitti ibsaman kunniin kan Waaqayoo jireenya warra amanatanii
keessatti qofa raawwatu waan taheef namoonni hundinuu karaa Yesuus Kiristoosiin Waaqayyo
waliin walitti araaramuu qabu. 2Qor 5:18-20 Ibr 7:25 Kiristoos waliin dhaaltuu Waaqayyooti.
Rom 8:17 Efs 1:14,8 Qol 3:24 Ibr 9:15 1Pet 1:4 Kadhanni Yesuus Kiristoos gara Abbaatti
godhe ulfina isaa isa uumamuu biyya lafaatiin dura qaba ture sana dhaalchiseera. Yoh 17:4
… Kiristoosiin iddoon argama isaa jijjiirameeraaf.  Jireenyi isaa Kiristoos wajjin
Waaqayyoo keessa dhokateera. Qol 3:4  Ilma Waaqayyoo waliin tokkummaa uumeera. 1Qor
1:9  Waaqayyo waliin kan hojjetu ta’eera. 1Qor 3:9 2Qor 6:1  Hojjetaa kakuu haaraati. 2Qor
3:6  Ergamaa/Ambassador ta’eera. 2Qor 5:20  Ergaa isa jiraataa(The living Epistle) ta’eera.
2Qor 3:3  Hojjetaa Waaqayyoo ta’eera. 2Qor 6:4 Jireenya bara baraa argateera. Yoh 3:15,
10:28, 20:31 Rom 8:1 Efs 2:8 1Yoh 5:11-12
Uumama haaraa ta’eera.  Waaqayyoorraa kan dhalate Yoh 1:12 , fedha foonii fi dhiigarraa
kan hin dhalanne dha. Yoh 1:13  Lammummaan isaa waaqarra kan ta’e Filp 3:20 ,Giriikii kan
hin taane dha. Qol 3:11  Abaarsa isa lafa kanaa ta’e(Afaan,gosa,sanyii,qomoo) irraa bilisa kan
ta’e dha. Mul 5:9-10  Dacheerraa waa kan hin eegganne dha. Ibr 13:14  Warra lafarra
jiraataniif akka Ergamaatti tajaajila 2Qor 5:20 Hub. Yeroo Kiristoos lafarra turetti uummanni
biyya lafaa Israa’el(warra kakuu qaban) fi Giriikii(warra ayizaaboota/ormoota) jedhamanii
bakka lamatti qoodamu ture.
Gooftaa dhaan ifa biyya lafaa ta’eera  Hojii dukkanaa waliin hidhata hin qabu; inumaa ifa
isaa irraa kan ka’e hojii hamaanii fi dukkanaa hundinuu ni saaxilamu Efs 5:7-13, humnoota
ifaa(ergamoota) waliin ta’uun seexanaa fi ergamoota seexanaatiin kan lolu loltuu
gaariidha( become a part of Angelic conflict). 2Tim 2:3 Efs 6:10-18  Hojii gaarii hundumaan
kan mul’atuu dha. Mat 5:14  Guyyaan Gooftaa akka hattuutti itti hin dhufu 1Tas 5 :4-5
Abdii amantootaa isa eebbifamaa ta’e dhufaatii Gooftaa kan dammaqinaan eeggatuudha Tit
2:12 , malee waa’ee guyyichaaf gonkumaa kan yaadda’u miti.
 Hub: guyyaan dhufaatii Gooftichaa amanataadhaaf guyyaa gammachuu guddaa(Yoh 16:22);
guyyaa gonfoo qajeelinaa fudhatu(2Tim 4:8); guyyaa cidha Hoolichaa itti hirmaatu_ (Mul 19:7-
8) fi guyyaa itti moo’udha(Mul 20:6)  Sagalee abdii irraa karaa Hafuura Qulqulluu
hirmaateera  Hafuura Qulqulluurraa dhalateera Yoh 3:5-8  Hafuura Qulqulluu dhaan
cuuphameera HoE 1:5, 1Qor 12:13  Mana Hafuura Qulqulluuti Yoh 7:39 Rom 5:5, 8:9 1Qor
3:16, 6:19 Gal 4:6 1Yoh 3:24  Hafuura Qulqulluudhaan mallatteeffameera 2Qor 1:22 Efs 1:14
 Hafuura Qulqulluudhaan dibameera 1Yoh 2:20, 27  Kennaan Hafuuraa garaagaraa
kennameeraaf 1Qor 12:11, 27-31; 13 :1-2
… Fuula Waaqayyoo duratti kabajameera(Glorified) Rom 8:30 Kiristoosin fuula
Waaqayyoo duratti nama guutuu, mudaa kan hin qabne ta’eera(complete-KJV, perfect-NIV, full-
NIV, blameless-NIV) Efs 1:4 Qol 2:10 Ibr 10;14 Eebba Hafuuraa hundaan eebbifameera Efs
1;3 Cubbuun isaa hundi dhiifameeraaf Rom 4:6-8 Ibr 10:14-18 Humna diinaa hundarratti
aboon kennameeraaf  Bofa(hojii haxxummaa fi dogoggorsaa seexanaa) fi
Torbaanqabaa(hammina ykn miidhaa seexanni qaama namaa irratti fidu) hunda moo’uu fi
too’achuu danda’a Luq 10:17-19  Maqaa Yesusin seexanoota namoota keessaa baasa Mar
16:17
…  Harkasaa dhukkubsatootarra yommuu kaa’u isaanis akka fedha Gooftaatti ni fayyu Mar
16:18 Yaq 5:14  Milkaa’ina namootaa hundaaf ni kadhata 3Yoh 2 Hafuurri isaa jiraataa
ta’eera Addaam abboommii darbuun tokkummaa hafuuraa Waaqayyo waliin qabu gargar
kute, haaluma kanaan namni hundinuu cubbuu waan hojjetaniif hafuuraan Waaqayyorraa gargar
ba’an; kunis “du’a hafuuraa” jedhama. Amma garuu namni kamiyyuu Gooftaa Yesus akka
fayyisaa dhuunfaasaa godhee yoo amanee fi fudhate, tokkummaan hafuuraa adda cite sun
sababa Hafuurri Qulqulluun jireenya nama sanaa keessa galuuf ni haara’a, s.
… Yeroo kana hafuurri namaa Hafuura isa ta’e Waaqayyo waliin tokkummaa uuma, kunis “
hafuurri namaa jiraataa ta’e” jedhama. Yoh 5:25 ,Rom 8:16  Hafuura isaatiin Hafuura
Qulqulluu waliin tokkummaa waan uumuuf yaada Hafuura Qulqulluu ni hubata. Rom 8:16
1Qor 2:12  Hafuurri isaa jiraataa ta’uurraa kan ka’e hojii Waaqayyo fedhu yoo hojjetu
boqonnaa(nagaa)tu itti dhaga’ama 2Qor 7:13, wanta Waaqayyo jibbu yoo arge immoo ni gadda,
ni dallana, ni dhiphatas HoE 17:16 Bara jireenyasaa guutuu Hafuura Qulqulluudhaan
guutamuu waan danda’uuf guutamaa jiraata Efs 5:18
… Waaqayyo Abbaa, Ilmaa fi Hafuura Qulqulluu waliin gamtaa fi tokkummaa uumeera. 
Waaqayyo Abbaa waliin Yoh 14:23 Efs 4:6  Kiristoos waliin Yoh 14:20 Qol 1:27 Kutaa
qaama Kiristoos, miseensa waldaa ta’eera 1Qor 12:13 Damee Jirmichaa kan Kiristoos ta’eera
Yoh 15:5 Rom 11:17-20 Yaa’ii Gamoo Isa Jiraataa keessa jiraatan keessatti dhagaa jiraataa
ta’ee galeera Efs 2:21-22 1Pet 2:5 Hoolaa Yesus ta’eera Yoh 10:27-29 Garee Misirroo
Gooftichaa ti Efs 5:25-27 Mul 19:6-8, 21:9 Luba mootummaa Isaa ta’eera 1Pet 2:9 Mul 1:6 ,
5:9
…  Hafuura Qulqulluu waliin Rom 8:9 Yoh 14:16, 7:37-39 Du’aa ka’uu isa jalqabaatti
ka’uuf kan abdiin kennameefidha. 1Qor 15:40-54 , Yoh 11:25, 6:39 1Qor 15:23 Mul 20:6
“Macaafa Waaqayyoo keessaa barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii Isaatii
kana dubbateera. Isa 34:16”

More Related Content

Featured

2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by Hubspot2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by HubspotMarius Sescu
 
Everything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPTEverything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPTExpeed Software
 
Product Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage EngineeringsProduct Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage EngineeringsPixeldarts
 
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental HealthHow Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental HealthThinkNow
 
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdfAI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdfmarketingartwork
 
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024Neil Kimberley
 
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)contently
 
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024Albert Qian
 
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsSocial Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsKurio // The Social Media Age(ncy)
 
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Search Engine Journal
 
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summarySpeakerHub
 
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd Clark Boyd
 
Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Tessa Mero
 
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentGoogle's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentLily Ray
 
Time Management & Productivity - Best Practices
Time Management & Productivity -  Best PracticesTime Management & Productivity -  Best Practices
Time Management & Productivity - Best PracticesVit Horky
 
The six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementThe six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementMindGenius
 
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...RachelPearson36
 

Featured (20)

2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by Hubspot2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by Hubspot
 
Everything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPTEverything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPT
 
Product Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage EngineeringsProduct Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
 
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental HealthHow Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
 
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdfAI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
 
Skeleton Culture Code
Skeleton Culture CodeSkeleton Culture Code
Skeleton Culture Code
 
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
 
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
 
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
 
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsSocial Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
 
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
 
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
 
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
 
Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next
 
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentGoogle's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
 
How to have difficult conversations
How to have difficult conversations How to have difficult conversations
How to have difficult conversations
 
Introduction to Data Science
Introduction to Data ScienceIntroduction to Data Science
Introduction to Data Science
 
Time Management & Productivity - Best Practices
Time Management & Productivity -  Best PracticesTime Management & Productivity -  Best Practices
Time Management & Productivity - Best Practices
 
The six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementThe six step guide to practical project management
The six step guide to practical project management
 
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
 

Boni

  • 1. Qu'annaa “ NAMNI WAA HIN DUBBIFNE WAAN DUBBATU HIN QABU!" “Macaafa Waaqayyoo keessaa barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii Isaatii kana dubbateera. Isa 34:16” KIRISTAANA KIRISTOOSIN Akeeka Waaqayyoo isa barabaraa keessa galeera.  Jalqabumatti kan beekameedha, Rom 8:28,1pet 1:2  Jalqabumatti kan murtaa’edha,Rom 8:29-30  Jalqabumatti kan filatamedha,Rom 8:33  Waaqayyoon kan waamamedha, Rom 8:30, 1Qor 1:9 … Waaqayyo waliin araarameera  Hojii araarsuu Waaqayyootiin, 2Qor 5:18-19 Qol 1:20  Ofii ofitti araarse ,Rom 5:10 2Qor 5:20 Efs 2:14-17  Beenyaa argachuun furameera , Rom 3:24 Qol 1:14 1Pet 1:18 Beenyaan gatii baasanii ykn of kennanii waan tokko oolfachuu dha, kanaaf Kiristoos of kenneetu nu oolche, 1Tim 2 :5-6 Furiin gatii kaffalameen bilisa ba’uu ilaallata HoE 20:28 … Wanti itti faradamu hin jiru_duuni fi abaarsi seeraan dhufu isa hin argatu Rom 8:1, Yoh 3:18 5:24 Gal 3:13  yakka isaa guutummaatti Yesus baateeraaf 2Qor 5:21 Isa 53:6 Cubbuunsaa hojii Waaqayyootiin haqameera Rom 3:25-26 1Yoh 2:2 4:10 Biyya lafaa jalaa du’ee Waaqayoof ni jiraata  Kiristoos waliin fannifameera Rom 6:6 Gal 2:20  Kiristoos waliin du’eera Rom 6:8 Qol 3:3 1Pet 2 :24  Kiristoos waliin awwaalameera Rom 6:4 Qol 2:12  Kiristoos waliin du’aa ka’eera Rom 6:4 , 7:4 Qol 2:12 ,3:1  Kiristoos waliin mirga Waaqayyoo taa’eera Efs 2:7 … Firdii seera Museetiin kennamerraa bilisa ba’eera Amanaan Kiristoos waliin waan du’eef, namni du’e immoo seeraan waan hin gaafatamneef, firdii seerri fidu jalaa bilisa ba’eera.  Seera jalaa du’eera Rom 7:1-6  Seerri isa hin bitu Rom 7:6 , 6:14 2Qor 3:6-11 Gal 3:25  Seeraan osoo hin taane hafuuraan geggeeffama Rom 8:1-4, Rom 8:14-17 … Waaqayyorraa lammaffaa dhalateera Yoh 3:1-8 , 1:12 Tit 3:5  Dubbii Waaqayyoorraa dhalateera Yaq 1:18 1Pet 1:23  Mucaa Waaqayyoo ta’eera Rom 8:16 Gal 3:26  Maatii Waaqayyoo ta’eera Yoh 1:12 2Qor 6:18 1Yoh 3:2  Uumama haaraa ta’eera 2Qor 5:17 Gal 6:15 Efs 2:10 Qaama Kiristoos ittiin du’aa ka’e sana argachuuf jira Rom 1:3 8:23 “yeroo sana akka ErgamaaWaaqayyoo ta’a malee amala fooniitiin hin jiraatu!!” Mar 12:24 Fuula Waaqayyoo duratti fudhatama guutuu argateera  Qajeelummaa isa Waaqayyo qabu sana argateera Rom 3:22 1Qor 1:30 2Qor 5:21 Fil 3:9  Waaqayyo duratti mudaa hin qabu 1Qor 1:30, 6:11  Barabaraan nama guutuu(perfected forever) ta’ee jiraata Ibr 10:14  Dhaala Waaqayyo biraa qaba Qol 1:12 Efs 1:11 Qajeelaa ta’eera Rom 3:24 5:1 9:30 1Qor 6:11 Tit 3:7 Qajeelinni kunis ayyaana Waaqayyootin karaa amantii kan argamuudha malee tasumaa tattaaffii abbaatiin kan argamu miti Rom 3:11-31 Amala Waaqayyoorraa hirmaateera 1Pet 1:3 Kunis lammaffaa Waaqayyorraa dhalachuun amala argamuudha Yoh 3:9 2Pet 1:6 1Tim 6:6 … Lammummaa guutuu isa Waaqarraa argateera  Wangeelaaf deebii ta’u kenneera Ibr 3:1  Maqaan isaa galmee jireenyaarratti katabameeraaf Luq 10:20  Miseensa maatii isa samiirraa ta’eera Efs 2:14-19  Biyyi isaa samii dha malee as miti Fil 3:20 Ibr 11:14-16 Yoh 14:1-3 Aboo dukkanaa jalaa bilisa ba’eera Qol 1:13, 2:15 Sababni isaas Yesus ifa jireenyaa ta’eeraaf Yoh 8:12 Dukkanni hojii mootummaa Seexanaa keessatti hojjetamu ta’ee kanneen armaan gadii ilaallata:- • Yesusin ala abdii malee jiraachuu Mat 4:12-16 • Beekumsa dubbii Waaqayyoo malee
  • 2. jiraachuu Rom 2:20 • Jireenya ofii ulfina Waaqayyootiif oolchuu dhiisuu Rom 1:20-22 • Wangeelatti amanuu dhabuu 2Qor 4:4-6 Yoh 12:35-36 Gara mootummaa ifaa Ilma Waaqayyootti darbeera Qol 1:13  Yesus ifa jireenya isaa ta’eeraaf Yoh 8:12  Waaqayyo Abbaa ifaa ta’eeraaf, kanaaf wanta gaarii hundumaa Abbaa ifaa biraa fudhachuu danda’a Yaq 1:16-17  Dubbiin Waaqayyoo ifa ta’eefiti gaggeessa Far 119:105 Itti fufi…  Abbaadhaan Yesus Kiristoosif kennameera Yoh 10:29 Amanatichi ofuma isaatiinuu ifa biyya lafaa ta’eera Efs 5:8, Mat 5:14 Hundee hin sochoonerra dhaabateera 1Qor 3:11, 10:4 Efs 2:20 Akka kennaatti Waaqayyo , 17:2, 6, 9, 11,12, 24 Humna cubbuu jalaa bilisa ba’eera Rom 8:2 Fil 3:3 Qol 2:11 Luba waaqayyoo fi Kiristoos ta’eera  Dhiiga Kiristoosin luba ta’e Rev 1:6 , 5:9  Luba qulqulluu waan ta’eef kadhachuu fi waaqessuu ni danda’a 1Pet 2:5  Luba Mootummaa waan ta’eef namootatti waa’ee Kiristoos himuu ni danda’a 1Pet 2:9 Wabiin jireenya barabaraa kennameeraaf Yoh 10:28-29, Rom 8:32, 5:8-11, 8:38-39 Gal 3:26- 29 Amanataarraa wanti eegamu yoo jiraate amantichatti cimee dhaabachuu qofa dha Qol 1:21-23, 2Tim 2:11 Yeroo barbaade hundatti gara Waaqayyootti dhiyaachuu ni danda’a Rom 5:2, Efs 2:18 , Ibr 4:16, 10 :19-20 Karaa badhaadhummaan ayyaanaa fi gaarummaa Waaqayyoo ittiin mul’ateedha  Karaa jaalalli Waaqayyoo ittiin mul’ateedha Yoh 13:1, Efs 2:4,5:2 Karaa ayyaanni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha.  Ayyaana Waaqayyootiin fayyeera. Efs 2:8-9  Ayyaana Waaqayyootiin dhaabata,eegamas. Rom 5:2 ; 1Pet 2:9  Ayyaana Waaqayyootiin tajaajila. Efs 4:7; 1Qor 12:4-11; 1Pet 4:10-11  Ayyaana Waaqayyootiin qajeelummaa shaakala.Tito 2:11-15 Karaa humni Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Efs 1:19, 2:6- 7; 2Qor 10:10-11, 13:2-5; Filp 2:13 Amanamummaan Waaqayyoo karaa ittiin mul’ate dha. Filmona 1-6 Ibr 13:5 , 10:23 . Karaa nagaan Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. Yoh 14:27 Karaa jajjabeessuun Waaqayyoo ittiin mul’ate dha. 2Tas 2:16 Angafa lubummaa Yesuusiin fayyadamaa ta’a. Rom 8:34 Ibr 7:25, 9:24 Faayidaaleen olitti ibsaman kunniin kan Waaqayoo jireenya warra amanatanii keessatti qofa raawwatu waan taheef namoonni hundinuu karaa Yesuus Kiristoosiin Waaqayyo waliin walitti araaramuu qabu. 2Qor 5:18-20 Ibr 7:25 Kiristoos waliin dhaaltuu Waaqayyooti. Rom 8:17 Efs 1:14,8 Qol 3:24 Ibr 9:15 1Pet 1:4 Kadhanni Yesuus Kiristoos gara Abbaatti godhe ulfina isaa isa uumamuu biyya lafaatiin dura qaba ture sana dhaalchiseera. Yoh 17:4 … Kiristoosiin iddoon argama isaa jijjiirameeraaf.  Jireenyi isaa Kiristoos wajjin Waaqayyoo keessa dhokateera. Qol 3:4  Ilma Waaqayyoo waliin tokkummaa uumeera. 1Qor 1:9  Waaqayyo waliin kan hojjetu ta’eera. 1Qor 3:9 2Qor 6:1  Hojjetaa kakuu haaraati. 2Qor 3:6  Ergamaa/Ambassador ta’eera. 2Qor 5:20  Ergaa isa jiraataa(The living Epistle) ta’eera. 2Qor 3:3  Hojjetaa Waaqayyoo ta’eera. 2Qor 6:4 Jireenya bara baraa argateera. Yoh 3:15, 10:28, 20:31 Rom 8:1 Efs 2:8 1Yoh 5:11-12 Uumama haaraa ta’eera.  Waaqayyoorraa kan dhalate Yoh 1:12 , fedha foonii fi dhiigarraa kan hin dhalanne dha. Yoh 1:13  Lammummaan isaa waaqarra kan ta’e Filp 3:20 ,Giriikii kan hin taane dha. Qol 3:11  Abaarsa isa lafa kanaa ta’e(Afaan,gosa,sanyii,qomoo) irraa bilisa kan ta’e dha. Mul 5:9-10  Dacheerraa waa kan hin eegganne dha. Ibr 13:14  Warra lafarra jiraataniif akka Ergamaatti tajaajila 2Qor 5:20 Hub. Yeroo Kiristoos lafarra turetti uummanni biyya lafaa Israa’el(warra kakuu qaban) fi Giriikii(warra ayizaaboota/ormoota) jedhamanii bakka lamatti qoodamu ture. Gooftaa dhaan ifa biyya lafaa ta’eera  Hojii dukkanaa waliin hidhata hin qabu; inumaa ifa isaa irraa kan ka’e hojii hamaanii fi dukkanaa hundinuu ni saaxilamu Efs 5:7-13, humnoota ifaa(ergamoota) waliin ta’uun seexanaa fi ergamoota seexanaatiin kan lolu loltuu gaariidha( become a part of Angelic conflict). 2Tim 2:3 Efs 6:10-18  Hojii gaarii hundumaan kan mul’atuu dha. Mat 5:14  Guyyaan Gooftaa akka hattuutti itti hin dhufu 1Tas 5 :4-5
  • 3. Abdii amantootaa isa eebbifamaa ta’e dhufaatii Gooftaa kan dammaqinaan eeggatuudha Tit 2:12 , malee waa’ee guyyichaaf gonkumaa kan yaadda’u miti.  Hub: guyyaan dhufaatii Gooftichaa amanataadhaaf guyyaa gammachuu guddaa(Yoh 16:22); guyyaa gonfoo qajeelinaa fudhatu(2Tim 4:8); guyyaa cidha Hoolichaa itti hirmaatu_ (Mul 19:7- 8) fi guyyaa itti moo’udha(Mul 20:6)  Sagalee abdii irraa karaa Hafuura Qulqulluu hirmaateera  Hafuura Qulqulluurraa dhalateera Yoh 3:5-8  Hafuura Qulqulluu dhaan cuuphameera HoE 1:5, 1Qor 12:13  Mana Hafuura Qulqulluuti Yoh 7:39 Rom 5:5, 8:9 1Qor 3:16, 6:19 Gal 4:6 1Yoh 3:24  Hafuura Qulqulluudhaan mallatteeffameera 2Qor 1:22 Efs 1:14  Hafuura Qulqulluudhaan dibameera 1Yoh 2:20, 27  Kennaan Hafuuraa garaagaraa kennameeraaf 1Qor 12:11, 27-31; 13 :1-2 … Fuula Waaqayyoo duratti kabajameera(Glorified) Rom 8:30 Kiristoosin fuula Waaqayyoo duratti nama guutuu, mudaa kan hin qabne ta’eera(complete-KJV, perfect-NIV, full- NIV, blameless-NIV) Efs 1:4 Qol 2:10 Ibr 10;14 Eebba Hafuuraa hundaan eebbifameera Efs 1;3 Cubbuun isaa hundi dhiifameeraaf Rom 4:6-8 Ibr 10:14-18 Humna diinaa hundarratti aboon kennameeraaf  Bofa(hojii haxxummaa fi dogoggorsaa seexanaa) fi Torbaanqabaa(hammina ykn miidhaa seexanni qaama namaa irratti fidu) hunda moo’uu fi too’achuu danda’a Luq 10:17-19  Maqaa Yesusin seexanoota namoota keessaa baasa Mar 16:17 …  Harkasaa dhukkubsatootarra yommuu kaa’u isaanis akka fedha Gooftaatti ni fayyu Mar 16:18 Yaq 5:14  Milkaa’ina namootaa hundaaf ni kadhata 3Yoh 2 Hafuurri isaa jiraataa ta’eera Addaam abboommii darbuun tokkummaa hafuuraa Waaqayyo waliin qabu gargar kute, haaluma kanaan namni hundinuu cubbuu waan hojjetaniif hafuuraan Waaqayyorraa gargar ba’an; kunis “du’a hafuuraa” jedhama. Amma garuu namni kamiyyuu Gooftaa Yesus akka fayyisaa dhuunfaasaa godhee yoo amanee fi fudhate, tokkummaan hafuuraa adda cite sun sababa Hafuurri Qulqulluun jireenya nama sanaa keessa galuuf ni haara’a, s. … Yeroo kana hafuurri namaa Hafuura isa ta’e Waaqayyo waliin tokkummaa uuma, kunis “ hafuurri namaa jiraataa ta’e” jedhama. Yoh 5:25 ,Rom 8:16  Hafuura isaatiin Hafuura Qulqulluu waliin tokkummaa waan uumuuf yaada Hafuura Qulqulluu ni hubata. Rom 8:16 1Qor 2:12  Hafuurri isaa jiraataa ta’uurraa kan ka’e hojii Waaqayyo fedhu yoo hojjetu boqonnaa(nagaa)tu itti dhaga’ama 2Qor 7:13, wanta Waaqayyo jibbu yoo arge immoo ni gadda, ni dallana, ni dhiphatas HoE 17:16 Bara jireenyasaa guutuu Hafuura Qulqulluudhaan guutamuu waan danda’uuf guutamaa jiraata Efs 5:18 … Waaqayyo Abbaa, Ilmaa fi Hafuura Qulqulluu waliin gamtaa fi tokkummaa uumeera.  Waaqayyo Abbaa waliin Yoh 14:23 Efs 4:6  Kiristoos waliin Yoh 14:20 Qol 1:27 Kutaa qaama Kiristoos, miseensa waldaa ta’eera 1Qor 12:13 Damee Jirmichaa kan Kiristoos ta’eera Yoh 15:5 Rom 11:17-20 Yaa’ii Gamoo Isa Jiraataa keessa jiraatan keessatti dhagaa jiraataa ta’ee galeera Efs 2:21-22 1Pet 2:5 Hoolaa Yesus ta’eera Yoh 10:27-29 Garee Misirroo Gooftichaa ti Efs 5:25-27 Mul 19:6-8, 21:9 Luba mootummaa Isaa ta’eera 1Pet 2:9 Mul 1:6 , 5:9 …  Hafuura Qulqulluu waliin Rom 8:9 Yoh 14:16, 7:37-39 Du’aa ka’uu isa jalqabaatti ka’uuf kan abdiin kennameefidha. 1Qor 15:40-54 , Yoh 11:25, 6:39 1Qor 15:23 Mul 20:6 “Macaafa Waaqayyoo keessaa barbaadaatii dubbisaa!…Waaqayyoo ofii Isaatii kana dubbateera. Isa 34:16”