SlideShare a Scribd company logo
NAWAAQID
UL-ISLAAM
Qopheeysaa:
Sheek Muhammad Abdulwahhaab
Hiikaan:
(Abuu Muhammad)
Jaafar Bayaan Al-Baddeeysii
Beeki wanni Islaamummaa namarraa
balleessaa waa kudhan.
IBSA.
Wanni Islaamummaa namarraa balleesu:
waan namni tokko eega Islaama seene
waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan
ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa
bahu. Kan sabaaaba isii Islaama
jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha.
Namni Islaamaa hundi waan
Islaamummaa namarraa balleesu kana
barachuun dirqama isaati, akka isii beeke
if eeguuf jecha.
Rabbiin akkana je’a:
Ÿωuρ(#ρ‘‰s?ös?#’n?tãö/ä.Í‘$t/÷Šr&(#θç7Î=s)ΖtFsùtÎŽÅ£≈yz∩⊄⊇∪
{If duuba hin deebi’inaa (Kaafirummaatti)
duyda duuba keessanitti warra hongowe
taatanii.} Al-Maa’iidaa: 21
{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if
duuba deebi’u, inni Kaafira. Orma san
dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi
Akhiraatti ammallee isaan warra
Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.}
Al-Baqaraa: 217
Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan:
“ nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!”
Bukhaarii: 3175
Ulamaa’iin akki ja’an: namni tokko eega
Islaama tahee if duuba deebi’ee kan
kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan,
amanuudhaan ykn yaada san
dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani.
wanni Islaamummaa namarraa
balleessaa waa kudhanan
1FFAA.
Ibaadaa (gabbarttii) Rabbii keessatti waan
biroo Allaahatti qindeesuudha.
Ragaan jecha Rabbitti:
¨βÎ)©!$#ŸωãÏ øótƒβr&x8uŽô³ç„ϵÎ/ãÏ øótƒuρ$tΒtβρߊy7Ï9≡sŒ
{Allaahaan Isaatti Qindeessu (sharrakku)
hin araaramu, waan sanii gad jiru
namaaf irra dabra} An-Nisaa: 48
tΒõ8ÎŽô³ç„«!$$Î/ô‰s)sùtΠ§ymª!$#ϵø‹n=tãsπ¨Ψyfø9$#çµ1uρù'tΒuρ
â‘$¨Ψ9$#($tΒuρšÏϑÎ=≈©à=Ï9ôÏΒ9‘$|ÁΡr&∩∠⊄∪
{isa Allaahatti qindeesu dhugumatti
Allaahaan Jannata haraam (dhowwaa)
isaratti godhee jira, bakki inni qubatu
Ibidda, warra rabbitti waan biro
qindeesuuf inni tumsuuf hin jiru.} Al-
Maa’idaa:82
Rabbitti qindeesuun: Allaahaaf malee
qaluu (gorra’uu) akka nama jinniif qaluu
ykn qabriif qaluu.
2FFAA.
Isa Allaaha fi Isa jidduutti jiddu deemaa
(dubbii fixaa) godhatu, kan isaan
yaammattu, kan isaan kadhatu, kan
isaanitti irkatu.
Inni Kaafira waliigala warra Islaamaa
biratti (ijmaa’aan)
3FFAA.
Inni Mushrikoota hin kafarsiisne ykn
Kaafira tahuu isaanii shaakke ykn karaan
isaanii sirriidha jedhu.
Inni kaafira (mataan isaatuu)
4FFAA. Inni karaa qajeelaa nabiyyiin
(s.a.w) dhufeenirra karaa birootu caala
jedhee amanu ykn murtii Isaatirra Murti
birootu caala je’ee yaadu.
Fakkeenyaaf: inni seera warri nama jallisu
baase seera nabiyyiirra caalchiise, inni
kaafira.
5FFAA.
Inni waan Rasuulli (s.a.w) dhufeenirraa
waan takka jibbe, osoo waan jibbe san itti
dalagellee Kaafira.
6FFAA.
Namni waan Amantii rasuularraa tahe
takkatti hanjamaa (qishnaa) godhe ykn
galata (sawaaba) Allaahaan dubbatetti
ykn Adaba Isaatti kan hanjamaa godhe,
kaafira.
Ragaan jecha Rabbiiti:
ÈÈÈÈ⌡⌡⌡⌡ssss9999uuuuρρρρóóóóΟΟΟΟßßßßγγγγttttFFFFøøøø9999rrrr''''yyyy™™™™    ∅∅∅∅ääää9999θθθθàààà))))uuuu‹‹‹‹ssss9999$$$$yyyyϑϑϑϑΡΡΡΡÎÎÎÎ))))$$$$¨¨¨¨ΖΖΖΖàààà2222ÞÞÞÞÚÚÚÚθθθθèèè胃ƒƒwwwwΥΥΥΥ
ÜÜÜÜ====yyyyèèèèùùùù====ttttΡΡΡΡuuuuρρρρ4444öööö≅≅≅≅èèèè%%%%««««!!!!$$$$$$$$ÎÎÎÎ////rrrr&&&&ÏÏÏϵµµµÏÏÏÏGGGG≈≈≈≈ttttƒƒƒƒ####uuuu™™™™uuuuρρρρÏÏÏÏ&&&&ÎÎÎÎ!!!!θθθθßßßß™™™™uuuu‘‘‘‘uuuuρρρρóóóóΟΟΟΟççççFFFFΨΨΨΨääää....
ššššχχχχρρρρââââ™™™™ÌÌÌÌ““““ööööκκκκttttJJJJóóóó¡¡¡¡nnnn@@@@∩∩∩∩∉∉∉∉∈∈∈∈∪∪∪∪ŸŸŸŸωωωω((((####ρρρρââââ‘‘‘‘ÉÉÉÉ‹‹‹‹ttttGGGG÷÷÷÷èèèèssss????ôôôô‰‰‰‰ssss%%%%ΛΛΛΛäääännnnööööxxxx xxxx....yyyy‰‰‰‰÷÷÷÷èèèètttt////
óóóóΟΟΟΟääää3333ÏÏÏÏΨΨΨΨ≈≈≈≈yyyyϑϑϑϑƒƒƒƒÎÎÎÎ))))4444ββββÎÎÎÎ))))ßßßß####÷÷÷÷èèèèΡΡΡΡttttãããã7777ππππxxxx ÍÍÍÍ←←←←!!!!$$$$ssssÛÛÛÛööööΝΝΝΝääää3333ΖΖΖΖÏÏÏÏiiiiΒΒΒΒóóóó>>>>ÉÉÉÉjjjj‹‹‹‹yyyyèèèèççççΡΡΡΡ
OOOOππππxxxx ÍÍÍÍ←←←←!!!!$$$$ssssÛÛÛÛööööΝΝΝΝååååκκκꨨ¨¨ΞΞΞΞrrrr''''ÎÎÎÎ////((((####θθθθççççΡΡΡΡ$$$$ŸŸŸŸ2222ššššÏÏÏÏΒΒΒΒÌÌÌ̍øøøøggggèèèèΧΧΧΧ∩∩∩∩∉∉∉∉∉∉∉∉∪∪∪∪
{Yoo isaan gaafatte “ nuti ni hanjamne
(qishnaa goone) ammas ni taphanne”
ja’an. “sa Allaahatti, Aayaata Isaatti,
ergamaa Isaatti hanjamaa gootanii?”
jedhiin. Rakkoo hin himatinaa
dhugumatti eega amantanii kafartanii
jirtan. Yoo tuuta isinirraa taate gariif irra
dabarre tuuta garii ni adabna, sababaa
isaan cubbaawoo tahaniif.}
At-towbaa: 65-66
7FFAA.
Raaguu fi falfala dalaguu, namni dalage
ykn dalagaa isaanii jaalate, kaafira.
Ragaan jecha Allaahatti:
$$$$ttttΒΒΒΒuuuuρρρρÈÈÈÈββββ$$$$yyyyϑϑϑϑÏÏÏÏkkkk====yyyyèèèèãããッƒƒôôôôÏÏÏÏΒΒΒΒ>>>>‰‰‰‰ttttnnnnrrrr&&&&4444©©©©®®®®LLLLyyyymmmmIIIIωωωωθθθθàààà))))ttttƒƒƒƒ$$$$yyyyϑϑϑϑΡΡΡΡÎÎÎÎ))))ßßßßøøøøttttwwwwΥΥΥΥ××××ππππooooΨΨΨΨ÷÷÷÷GGGGÏÏÏÏùùùù
ŸŸŸŸξξξξssssùùùùööööàààà õõõõ3333ssss????
{Isaan lamaan (falfala) nama tokkollee
hin barsiisan hanga nuti mokkoraa hin
kafarinaa (namaan) ja’anitti.} Al-
Baqaraah:10 2
8FFAA.
Nama muslima Irratti Mushrikaaf (warra
Rabbitti waa qindeesuuf, kaafira fi
waaqeeffataaf) gargaaru. (Sunis Kaafira)
Ragaan jecha Rabbii ol taheeti:
ttttΒΒΒΒuuuuρρρρΝΝΝΝççççλλλλ°°°°;;;;uuuuθθθθttttGGGGttttƒƒƒƒööööΝΝΝΝääää3333ΖΖΖΖÏÏÏÏiiiiΒΒΒΒ…………ççççµµµµΡΡΡΡÎÎÎÎ****ssssùùùùööööΝΝΝΝååååκκκκ÷÷÷÷]]]]ÏÏÏÏΒΒΒΒ3333
{namni isinirraa Isaaniif
(Mushirikootaaf) tumse, inni
isaanumarrahi.}
Al-Maa’iidaa:51
9FFAA.
Inni gariin namaa shari’aa nabi
Muhammad s.a.w keeysaa bahuun
Isaaniif ni taha jedhee amanu akka
Khadiir shari’aa nabi Muusaarraa bahetti.
Inni sun kaafira
10FFAA.
Inni Amantii Allaaharraa garagalu kan hin
baranne, kan itti hin hojjane. Sunis
kaafira.
Ragaan jecha Rabbii ol taheeti:
ôôôôttttΒΒΒΒuuuuρρρρããããΝΝΝΝnnnn====øøøøßßßßrrrr&&&&££££ϑϑϑϑÏÏÏÏΒΒΒΒttttÏÏÏÏjjjj....èèè茌ŒŒÏÏÏÏMMMM≈≈≈≈ttttƒƒƒƒ$$$$tttt↔↔↔↔ÎÎÎÎ////ÏÏÏϵµµµÎÎÎÎnnnn////uuuu‘‘‘‘¢¢¢¢ΟΟΟΟèèèèOOOOuuuuÚÚÚÚ{{{{ôôôôããããrrrr&&&&
!!!!$$$$yyyyγγγγ÷÷÷÷ΨΨΨΨttttãããã4444$$$$ΡΡΡΡÎÎÎÎ))))zzzzÏÏÏÏΒΒΒΒššššÏÏÏÏΒΒΒΒÌÌÌ̍ôôôôffffßßßßϑϑϑϑøøøø9999$$$$####ttttββββθθθθßßßßϑϑϑϑÉÉÉÉ))))ttttFFFFΖΖΖΖããããΒΒΒΒ∩∩∩∩⊄⊄⊄⊄⊄⊄⊄⊄∪∪∪∪
{inni lubbuu Isaa miidhe hin jiru Isa
aayata (keewata ykn malattoo) Rabbii
isaatiin yaadachiifamee isirraa
garagalerra. Nuti orma cubbaaworraa
haluu ni bahanna.}
As-Saajida:22
Waan Islaamummaa namarraa balleesu
kan dubbanne hunda keeysatti,
garaagarummaan hin jiru beekaan tahuu,
sodaan tahuu nama dirqame malee.
Hundi isii irra guddaa wan balaa namatti
tahurraahi, ammallee irra guddaa waan
namni keeysatti argamuu danda’urraahi.
Nama muslimaarraa wanni barbaadamu
isiirraa baqachuu ykn if tiysuu qaba,
lubbuu Isaatiif sodaachuu qaba isii keeysa
bu’urraa.
Rabbiin tiyfamna waan dallansuu isaa
nutty sabachisurraa ammallee azaaba
isaa laaleessaarraa.
Nagayaa fi Rahmanni irra caalaa uumaa
nabi Muhammad irratti, maatii isaarratti,
sahaabaa isaarratti haa jiraatu.

More Related Content

Viewers also liked

Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdfAqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Nuradin Sultan
 
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
Nuradin Sultan
 
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdfስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
Nuradin Sultan
 
Du'aa'ii.pdf
Du'aa'ii.pdfDu'aa'ii.pdf
Du'aa'ii.pdf
Nuradin Sultan
 
Naamusa salamtaa
Naamusa salamtaaNaamusa salamtaa
Naamusa salamtaa
Nuradin Sultan
 
የአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶችየአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶች
Nuradin Sultan
 
መውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdfመውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdf
Nuradin Sultan
 
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isiiIbaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Nuradin Sultan
 
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
Nuradin Sultan
 
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
Islamic Invitation
 
ቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛ
Nuradin Sultan
 
Quality Circles
Quality CirclesQuality Circles
Quality Circles
Kailas Sree Chandran
 

Viewers also liked (14)

Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdfAqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
Aqiidaa Tee Qabadhuu / Khoz 3aqedtak.pdf
 
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
ትርጉም ተፍሲር ጁዙእ ዓማ.
 
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdfስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
ስለ ኢስላም ለማወቅ በአማረኛ.pdf
 
Du'aa'ii.pdf
Du'aa'ii.pdfDu'aa'ii.pdf
Du'aa'ii.pdf
 
Naamusa salamtaa
Naamusa salamtaaNaamusa salamtaa
Naamusa salamtaa
 
የአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶችየአቂዳ መሰረቶች
የአቂዳ መሰረቶች
 
መውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdfመውሊድን በተመለከተ.pdf
መውሊድን በተመለከተ.pdf
 
Vol10 ot oromo
Vol10 ot oromoVol10 ot oromo
Vol10 ot oromo
 
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isiiIbaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
Ibaadaa(gabbartii rabbii) fi hiikkaa isii
 
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
አህባሽ ማነው : ምንድ ነው ?
 
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
የአላህ መልዕክተኛ ሙሀመድ /ሰ.ዐ.ወ./
 
ቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛቁርአን በአማረኛ
ቁርአን በአማረኛ
 
Jaalala yesus
Jaalala yesusJaalala yesus
Jaalala yesus
 
Quality Circles
Quality CirclesQuality Circles
Quality Circles
 

Similar to Wantoota islaamummaa balleysu.fb

Wantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuWantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuNuradin Sultan
 
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Nuradin Sultan
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
Haroopost
 
Oromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdfOromo - Poverty.pdf
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
teguh.qi
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
teguh.qi
 

Similar to Wantoota islaamummaa balleysu.fb (7)

Wantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysuWantoota islaamummaa balleysu
Wantoota islaamummaa balleysu
 
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fbWantoota islaamummaa balleysu.fb
Wantoota islaamummaa balleysu.fb
 
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf(Daandii jijjiiramaa ).pdf
(Daandii jijjiiramaa ).pdf
 
Oromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdfOromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdf
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
 
Pakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis ikuPakem khutbah jumatku revis iku
Pakem khutbah jumatku revis iku
 
daree
dareedaree
daree
 

More from Nuradin Sultan

የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያየጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያNuradin Sultan
 
Naamusa islaamaa
Naamusa islaamaaNaamusa islaamaa
Naamusa islaamaa
Nuradin Sultan
 
ጋብቻ.doc
ጋብቻ.docጋብቻ.doc
ጋብቻ.doc
Nuradin Sultan
 
Islam guide.pdf
Islam guide.pdfIslam guide.pdf
Islam guide.pdf
Nuradin Sultan
 
Yesolat memariya.pdf
Yesolat memariya.pdfYesolat memariya.pdf
Yesolat memariya.pdf
Nuradin Sultan
 
Qur'an tefsir.pdf
Qur'an tefsir.pdfQur'an tefsir.pdf
Qur'an tefsir.pdf
Nuradin Sultan
 
Shehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdfShehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdf
Nuradin Sultan
 
Islam guide
Islam guideIslam guide
Islam guide
Nuradin Sultan
 
Qur'anul karim
Qur'anul karimQur'anul karim
Qur'anul karim
Nuradin Sultan
 

More from Nuradin Sultan (9)

የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያየጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
የጅብሪል ሀዲስ ማብራሪያ
 
Naamusa islaamaa
Naamusa islaamaaNaamusa islaamaa
Naamusa islaamaa
 
ጋብቻ.doc
ጋብቻ.docጋብቻ.doc
ጋብቻ.doc
 
Islam guide.pdf
Islam guide.pdfIslam guide.pdf
Islam guide.pdf
 
Yesolat memariya.pdf
Yesolat memariya.pdfYesolat memariya.pdf
Yesolat memariya.pdf
 
Qur'an tefsir.pdf
Qur'an tefsir.pdfQur'an tefsir.pdf
Qur'an tefsir.pdf
 
Shehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdfShehadetan tigrigna.pdf
Shehadetan tigrigna.pdf
 
Islam guide
Islam guideIslam guide
Islam guide
 
Qur'anul karim
Qur'anul karimQur'anul karim
Qur'anul karim
 

Wantoota islaamummaa balleysu.fb

  • 2. Beeki wanni Islaamummaa namarraa balleessaa waa kudhan. IBSA. Wanni Islaamummaa namarraa balleesu: waan namni tokko eega Islaama seene waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. Namni Islaamaa hundi waan Islaamummaa namarraa balleesu kana barachuun dirqama isaati, akka isii beeke if eeguuf jecha. Rabbiin akkana je’a: Ÿωuρ(#ρ‘‰s?ös?#’n?tãö/ä.Í‘$t/÷Šr&(#θç7Î=s)ΖtFsùtÎŽÅ£≈yz∩⊄⊇∪ {If duuba hin deebi’inaa (Kaafirummaatti) duyda duuba keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maa’iidaa: 21
  • 3. {Isinirraa namni Amantii isaatirraa if duuba deebi’u, inni Kaafira. Orma san dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti ammallee isaan warra Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} Al-Baqaraa: 217 Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: “ nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!” Bukhaarii: 3175 Ulamaa’iin akki ja’an: namni tokko eega Islaama tahee if duuba deebi’ee kan kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan, amanuudhaan ykn yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani. wanni Islaamummaa namarraa balleessaa waa kudhanan 1FFAA. Ibaadaa (gabbarttii) Rabbii keessatti waan biroo Allaahatti qindeesuudha.
  • 4. Ragaan jecha Rabbitti: ¨βÎ)©!$#ŸωãÏ øótƒβr&x8uŽô³ç„ϵÎ/ãÏ øótƒuρ$tΒtβρߊy7Ï9≡sŒ {Allaahaan Isaatti Qindeessu (sharrakku) hin araaramu, waan sanii gad jiru namaaf irra dabra} An-Nisaa: 48 tΒõ8ÎŽô³ç„«!$$Î/ô‰s)sùtΠ§ymª!$#ϵø‹n=tãsπ¨Ψyfø9$#çµ1uρù'tΒuρ â‘$¨Ψ9$#($tΒuρšÏϑÎ=≈©à=Ï9ôÏΒ9‘$|ÁΡr&∩∠⊄∪ {isa Allaahatti qindeesu dhugumatti Allaahaan Jannata haraam (dhowwaa) isaratti godhee jira, bakki inni qubatu Ibidda, warra rabbitti waan biro qindeesuuf inni tumsuuf hin jiru.} Al- Maa’idaa:82 Rabbitti qindeesuun: Allaahaaf malee qaluu (gorra’uu) akka nama jinniif qaluu ykn qabriif qaluu.
  • 5. 2FFAA. Isa Allaaha fi Isa jidduutti jiddu deemaa (dubbii fixaa) godhatu, kan isaan yaammattu, kan isaan kadhatu, kan isaanitti irkatu. Inni Kaafira waliigala warra Islaamaa biratti (ijmaa’aan) 3FFAA. Inni Mushrikoota hin kafarsiisne ykn Kaafira tahuu isaanii shaakke ykn karaan isaanii sirriidha jedhu. Inni kaafira (mataan isaatuu) 4FFAA. Inni karaa qajeelaa nabiyyiin (s.a.w) dhufeenirra karaa birootu caala jedhee amanu ykn murtii Isaatirra Murti birootu caala je’ee yaadu.
  • 6. Fakkeenyaaf: inni seera warri nama jallisu baase seera nabiyyiirra caalchiise, inni kaafira. 5FFAA. Inni waan Rasuulli (s.a.w) dhufeenirraa waan takka jibbe, osoo waan jibbe san itti dalagellee Kaafira. 6FFAA. Namni waan Amantii rasuularraa tahe takkatti hanjamaa (qishnaa) godhe ykn galata (sawaaba) Allaahaan dubbatetti ykn Adaba Isaatti kan hanjamaa godhe, kaafira. Ragaan jecha Rabbiiti: ÈÈÈÈ⌡⌡⌡⌡ssss9999uuuuρρρρóóóóΟΟΟΟßßßßγγγγttttFFFFøøøø9999rrrr''''yyyy™™™™    ∅∅∅∅ääää9999θθθθàààà))))uuuu‹‹‹‹ssss9999$$$$yyyyϑϑϑϑΡΡΡΡÎÎÎÎ))))$$$$¨¨¨¨ΖΖΖΖàààà2222ÞÞÞÞÚÚÚÚθθθθèèè胃ƒƒwwwwΥΥΥΥ ÜÜÜÜ====yyyyèèèèùùùù====ttttΡΡΡΡuuuuρρρρ4444öööö≅≅≅≅èèèè%%%%««««!!!!$$$$$$$$ÎÎÎÎ////rrrr&&&&ÏÏÏϵµµµÏÏÏÏGGGG≈≈≈≈ttttƒƒƒƒ####uuuu™™™™uuuuρρρρÏÏÏÏ&&&&ÎÎÎÎ!!!!θθθθßßßß™™™™uuuu‘‘‘‘uuuuρρρρóóóóΟΟΟΟççççFFFFΨΨΨΨääää....
  • 7. ššššχχχχρρρρââââ™™™™ÌÌÌÌ““““ööööκκκκttttJJJJóóóó¡¡¡¡nnnn@@@@∩∩∩∩∉∉∉∉∈∈∈∈∪∪∪∪ŸŸŸŸωωωω((((####ρρρρââââ‘‘‘‘ÉÉÉÉ‹‹‹‹ttttGGGG÷÷÷÷èèèèssss????ôôôô‰‰‰‰ssss%%%%ΛΛΛΛäääännnnööööxxxx xxxx....yyyy‰‰‰‰÷÷÷÷èèèètttt//// óóóóΟΟΟΟääää3333ÏÏÏÏΨΨΨΨ≈≈≈≈yyyyϑϑϑϑƒƒƒƒÎÎÎÎ))))4444ββββÎÎÎÎ))))ßßßß####÷÷÷÷èèèèΡΡΡΡttttãããã7777ππππxxxx ÍÍÍÍ←←←←!!!!$$$$ssssÛÛÛÛööööΝΝΝΝääää3333ΖΖΖΖÏÏÏÏiiiiΒΒΒΒóóóó>>>>ÉÉÉÉjjjj‹‹‹‹yyyyèèèèççççΡΡΡΡ OOOOππππxxxx ÍÍÍÍ←←←←!!!!$$$$ssssÛÛÛÛööööΝΝΝΝååååκκκꨨ¨¨ΞΞΞΞrrrr''''ÎÎÎÎ////((((####θθθθççççΡΡΡΡ$$$$ŸŸŸŸ2222ššššÏÏÏÏΒΒΒΒÌÌÌ̍øøøøggggèèèèΧΧΧΧ∩∩∩∩∉∉∉∉∉∉∉∉∪∪∪∪ {Yoo isaan gaafatte “ nuti ni hanjamne (qishnaa goone) ammas ni taphanne” ja’an. “sa Allaahatti, Aayaata Isaatti, ergamaa Isaatti hanjamaa gootanii?” jedhiin. Rakkoo hin himatinaa dhugumatti eega amantanii kafartanii jirtan. Yoo tuuta isinirraa taate gariif irra dabarre tuuta garii ni adabna, sababaa isaan cubbaawoo tahaniif.} At-towbaa: 65-66 7FFAA. Raaguu fi falfala dalaguu, namni dalage ykn dalagaa isaanii jaalate, kaafira. Ragaan jecha Allaahatti:
  • 8. $$$$ttttΒΒΒΒuuuuρρρρÈÈÈÈββββ$$$$yyyyϑϑϑϑÏÏÏÏkkkk====yyyyèèèèãããッƒƒôôôôÏÏÏÏΒΒΒΒ>>>>‰‰‰‰ttttnnnnrrrr&&&&4444©©©©®®®®LLLLyyyymmmmIIIIωωωωθθθθàààà))))ttttƒƒƒƒ$$$$yyyyϑϑϑϑΡΡΡΡÎÎÎÎ))))ßßßßøøøøttttwwwwΥΥΥΥ××××ππππooooΨΨΨΨ÷÷÷÷GGGGÏÏÏÏùùùù ŸŸŸŸξξξξssssùùùùööööàààà õõõõ3333ssss???? {Isaan lamaan (falfala) nama tokkollee hin barsiisan hanga nuti mokkoraa hin kafarinaa (namaan) ja’anitti.} Al- Baqaraah:10 2 8FFAA. Nama muslima Irratti Mushrikaaf (warra Rabbitti waa qindeesuuf, kaafira fi waaqeeffataaf) gargaaru. (Sunis Kaafira) Ragaan jecha Rabbii ol taheeti: ttttΒΒΒΒuuuuρρρρΝΝΝΝççççλλλλ°°°°;;;;uuuuθθθθttttGGGGttttƒƒƒƒööööΝΝΝΝääää3333ΖΖΖΖÏÏÏÏiiiiΒΒΒΒ…………ççççµµµµΡΡΡΡÎÎÎÎ****ssssùùùùööööΝΝΝΝååååκκκκ÷÷÷÷]]]]ÏÏÏÏΒΒΒΒ3333 {namni isinirraa Isaaniif (Mushirikootaaf) tumse, inni isaanumarrahi.} Al-Maa’iidaa:51
  • 9. 9FFAA. Inni gariin namaa shari’aa nabi Muhammad s.a.w keeysaa bahuun Isaaniif ni taha jedhee amanu akka Khadiir shari’aa nabi Muusaarraa bahetti. Inni sun kaafira 10FFAA. Inni Amantii Allaaharraa garagalu kan hin baranne, kan itti hin hojjane. Sunis kaafira. Ragaan jecha Rabbii ol taheeti: ôôôôttttΒΒΒΒuuuuρρρρããããΝΝΝΝnnnn====øøøøßßßßrrrr&&&&££££ϑϑϑϑÏÏÏÏΒΒΒΒttttÏÏÏÏjjjj....èèè茌ŒŒÏÏÏÏMMMM≈≈≈≈ttttƒƒƒƒ$$$$tttt↔↔↔↔ÎÎÎÎ////ÏÏÏϵµµµÎÎÎÎnnnn////uuuu‘‘‘‘¢¢¢¢ΟΟΟΟèèèèOOOOuuuuÚÚÚÚ{{{{ôôôôããããrrrr&&&& !!!!$$$$yyyyγγγγ÷÷÷÷ΨΨΨΨttttãããã4444$$$$ΡΡΡΡÎÎÎÎ))))zzzzÏÏÏÏΒΒΒΒššššÏÏÏÏΒΒΒΒÌÌÌ̍ôôôôffffßßßßϑϑϑϑøøøø9999$$$$####ttttββββθθθθßßßßϑϑϑϑÉÉÉÉ))))ttttFFFFΖΖΖΖããããΒΒΒΒ∩∩∩∩⊄⊄⊄⊄⊄⊄⊄⊄∪∪∪∪ {inni lubbuu Isaa miidhe hin jiru Isa aayata (keewata ykn malattoo) Rabbii isaatiin yaadachiifamee isirraa
  • 10. garagalerra. Nuti orma cubbaaworraa haluu ni bahanna.} As-Saajida:22 Waan Islaamummaa namarraa balleesu kan dubbanne hunda keeysatti, garaagarummaan hin jiru beekaan tahuu, sodaan tahuu nama dirqame malee. Hundi isii irra guddaa wan balaa namatti tahurraahi, ammallee irra guddaa waan namni keeysatti argamuu danda’urraahi. Nama muslimaarraa wanni barbaadamu isiirraa baqachuu ykn if tiysuu qaba, lubbuu Isaatiif sodaachuu qaba isii keeysa bu’urraa. Rabbiin tiyfamna waan dallansuu isaa nutty sabachisurraa ammallee azaaba isaa laaleessaarraa. Nagayaa fi Rahmanni irra caalaa uumaa nabi Muhammad irratti, maatii isaarratti, sahaabaa isaarratti haa jiraatu.