SlideShare a Scribd company logo
1 of 18
11/15/2023 1
Irreecha
1.Kuushonni dur irraa kaasanii irreeffannaa qabu.
Uummata kana keessaa tokko Oromoodha.
2.Oromoon sirna Gadaatti aansee kan sirriitti ittin
beekamu, Irreechani.
3.Dhaabbilee sirni Gadaa ijaare keessaa tokko Irreecha.
4.Irreeffannaan jiruufi jireenya Oromoo irraa adda kan
bahu miti.
5. Jireenya guyyaa guyyaatti, Oromoon waaqa isaa ni
kadhata, ni galateeffata.
11/15/2023 2
6. Akka hiikaa amma jirutti, irreechi faajjii eenyummaa
Oromooti.
7. Ibsituu tokkummaa, Ayyaana Oromoon garaagarummaa
siyaasaa fi amantii malee kabajuudha.
8. Irreechi waltajjii araaraa, tokkummaa, jaalalaa, bakka wal-
argaa Oromootaati.
9. Egaa kana irraa ka’uun, Irreechi hiika heddu qabaatus, inni
guddaa fi ijoon kadhaa fi galateeffannaadha.
10. Kadhaa fi galanni godhamu kunis iddoo fi yeroon kan
murtaa’edha.
11/15/2023 3
11. Irreechi gaafa kabajamu, uumamaan uumaa
galateeffatu.
12. Kunis marga jiidhaa, lalisaa ta’e, yoo margi
jiidhan hin jirre immoo baala mukaa jiidhaa ta’e
qabachuuni.
13. Irreechi kutaa Oromiyaa garaagaraa fi biyyaan
alatti bakka garaagaraatti kabajamus, giddu-
galeessan Oromoon hundi bahee Hora Finfinnee fi
Arsadiitti Kabaja. Kuni Irreecha sabaati.
11/15/2023 4
Gosoota Irrechaa
•Irreecha Tulluu: Kun Tulluu gubbaatti roobaa fi
nagaaf kadhatama.
•Tulluun waa malee lafa diriiraa hin caalle.
Waaqattis dhiyoodha. Kanaaf waaqni namaaf
dhaga’a jedhamee amanama.
•Kessumattuu yeroo roobni hafee fi hongeen
dheerate kun kan raawwatu.
11/15/2023 5
Irreecha Malkaa
•Malkaati: Kan naannoo qama bishaanitti ta’a. Bakka
uumama kanaan Waaqaf galata itti galchaniidha.
•Akkasumas nagaaf waaqa itti kadhataniidha.
 Malkaan mallattoo qulqullinaati
 Lubbuudha- isa malee jiraachun hin danda’amu.
 Malkaan wayyuudha/ulfoodha. Madda cufuun
hooda.
 Malkaan hafuura nagaati, hafuura fayyummaati fi
abdiidha jedha Oromoon.
11/15/2023 6
Yoom Eegale?
- Yeroon isaa qabatamaan beekamuu baatus,
- Akka ragaan seenaa tokko tokko jedhutti,
Oromoon Irreecha kana kan jalqabe, waggaa
kuma 6000 dura akka ta’eedha.
11/15/2023 7
Maal kadhata Oromoon?
Oromoon Waaqa kan kadhatu;
Nagaa,
Rooba,
Jaalala,
Tokkummaa,
Araara fi waan waaqni kenneef hundaaf
immoo waaqa isaa galateeffata.
11/15/2023 8
Waaqni kun eenyu?
Oromoon kan amanu,
kan fakkaattii hin qabne,
waaqa tokkicha,
abbaa kennaa waan hundaa,
abbaa uumama kanaati.
11/15/2023 9
Irreechi Maalif Birraa Kabajama?
Yeroo hunda irreechi Masqalaan booda kan kabajamu. Kunis
Oromoon osoo Masqala hin gubin hin irreenfatu.
Masqala gubuun gara ifaatti bahuu agarsiisa. Sanaan booda
kan irreechi kabajamu.
- Birraan yeroo quufati jedhama Oromoo biratti.
- Yeroo hundi abdiin itti guutudhamuudha
- Birraan yeroo namni roobaa fi dukkana gannaa keessaa gara
ifa birraatti bahuudha.
- Yeroo lagni guute darbee firri wal qunnamuu fi walitti
dhufee wal dubbisuudha.
- Birraan yeroo sodaan baduudha.
11/15/2023 10
Irreecha dura maaltu raawwatama?
- Osoo masqala hin ibsin, Irreecha hin dhaqan.
- Torban tokko dursee Oromoon waan raawwatu qaba.
- Kan waldhabe ni araarama.
- Garaa qulqulluun gara bakka irreechaa deemta.
- Haaloo/gadoo garaatti qabachuun waaqa kadhachuun
hin danda’amu.
- Namootni yoo waldhaban, osoo gara irreechaa hin
dhufin achuma bakka jiraatanitti araaramu. Namootni
yoo walitti araaraman waaqatu namaaf dhaga’a
jedhamee amanama.
11/15/2023 11
Bu’aan Irreechaa Maali?
- Oromootni kallattii garaagaraa irraa dhufuun achitti
wal arguun nageenya naannoo ofii fi biyyaa wal
gaafatu.
- Walitti dhufeenya namootaa, gosaa, sabootaa fi
biyyootaa ni jabeessa.
- Yeroo ammaa kana waltajjii sabootaa fi sablammootaa
ta’eera.
- Madda galii tuuriziimii cimaa illee ta’aa dhufee jira.
11/15/2023 12
Irreechi Maalif Dilbata Kabajama?
- Kun dirqama miti.
- Akka abbootin Gadaa murteessanitti:
- Kuni kan ta’e yeroo dhiyoo keessa. Murtii
boordii Machaa fi Tuulamaatin.
- Haa ta’u malee Dilbata ta’uun mormii kaase hin
qabu.
- Guyyaan kun guyyaa hojiin idilee hin jirreefi
namoota hedduf guyyaa mijatuudha.
11/15/2023 13
Kadhaafi Galateeffannaa taasifamu;
- “Kan ganna bacaqii nu oofkalchite,
- Kan dukkanaa gara ifaatti nu baste,
- Kan kan facaafne nuuf biqilchite,
- Sa’aa namaa kan nagaa nuuf kennite,
- Galanni siif haa ta’u.
- Midhaan biqilchite namaaf simbira waliin nu soori.
- Bara nagaa, kan quufaa nuuf godhi.
- Yaadaf hawwii keenya nuuf guuti” jedhanii kadhatu.
11/15/2023 14
Sirboota garaagaraan dabaalamuuni irreechi kan kabajamu
Mareeyoo (*3)
Alaa mana nuuf toli yaa ayyoleewoo
Mareewoo(*3)
Mee nutti araarami yaa ayyoleewoo….
• Kan biraa immoo
Gabbisayyoo ---hoo-hoo Roobee lafa gabbisee
Gabbisayyoo ---hoo-hoo roobee nafa nuuf ga’i
Gabbisayyoo ---hoo-hoo- yaa waaqi ati nuuf na’ii
11/15/2023 15
Irreechaa fi Amantii
- Amantiin kamiyyuu qaama aadati.
- Gochootni aadaa fi amantiin wal qabatan heddu
keessatti argamu.
- Kan amantii kamuu faallessuu fi balleessu miti.
- Waan waaqni kenne hundaaf galata galchuudha.
- Kanaaf amantiin osoo wal hin qoodin, Oromoon
hundi akkuma Kanaan duraa irratti hirmaatu.
11/15/2023 16
Ilaalchota Dogoggoraa/Misconceptions
- Namootni baay’en akka agarsiisa aadatti
warri ilaalan jiru.
- Kaan immoo kuni kan amantii tokkoo qofa
warri jedhan jiru.
- Amantii biroon waan wal faallessu akka
ta’etti warri ilaalan illee jiru.
- Oromoon tulluu ykn laga miti kan
waaqeffatu.
11/15/2023 17
Horaa Bulaa!
Ayyaana Gaarii!
11/15/2023 18

More Related Content

Featured

2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by Hubspot2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by HubspotMarius Sescu
 
Everything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPTEverything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPTExpeed Software
 
Product Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage EngineeringsProduct Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage EngineeringsPixeldarts
 
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental HealthHow Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental HealthThinkNow
 
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdfAI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdfmarketingartwork
 
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024Neil Kimberley
 
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)contently
 
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024Albert Qian
 
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsSocial Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsKurio // The Social Media Age(ncy)
 
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Search Engine Journal
 
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summarySpeakerHub
 
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd Clark Boyd
 
Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Tessa Mero
 
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentGoogle's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentLily Ray
 
Time Management & Productivity - Best Practices
Time Management & Productivity -  Best PracticesTime Management & Productivity -  Best Practices
Time Management & Productivity - Best PracticesVit Horky
 
The six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementThe six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementMindGenius
 
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...RachelPearson36
 

Featured (20)

2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by Hubspot2024 State of Marketing Report – by Hubspot
2024 State of Marketing Report – by Hubspot
 
Everything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPTEverything You Need To Know About ChatGPT
Everything You Need To Know About ChatGPT
 
Product Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage EngineeringsProduct Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
Product Design Trends in 2024 | Teenage Engineerings
 
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental HealthHow Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
How Race, Age and Gender Shape Attitudes Towards Mental Health
 
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdfAI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
AI Trends in Creative Operations 2024 by Artwork Flow.pdf
 
Skeleton Culture Code
Skeleton Culture CodeSkeleton Culture Code
Skeleton Culture Code
 
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
PEPSICO Presentation to CAGNY Conference Feb 2024
 
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
Content Methodology: A Best Practices Report (Webinar)
 
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
How to Prepare For a Successful Job Search for 2024
 
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie InsightsSocial Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
Social Media Marketing Trends 2024 // The Global Indie Insights
 
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
Trends In Paid Search: Navigating The Digital Landscape In 2024
 
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
5 Public speaking tips from TED - Visualized summary
 
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
ChatGPT and the Future of Work - Clark Boyd
 
Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next Getting into the tech field. what next
Getting into the tech field. what next
 
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search IntentGoogle's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
Google's Just Not That Into You: Understanding Core Updates & Search Intent
 
How to have difficult conversations
How to have difficult conversations How to have difficult conversations
How to have difficult conversations
 
Introduction to Data Science
Introduction to Data ScienceIntroduction to Data Science
Introduction to Data Science
 
Time Management & Productivity - Best Practices
Time Management & Productivity -  Best PracticesTime Management & Productivity -  Best Practices
Time Management & Productivity - Best Practices
 
The six step guide to practical project management
The six step guide to practical project managementThe six step guide to practical project management
The six step guide to practical project management
 
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
Beginners Guide to TikTok for Search - Rachel Pearson - We are Tilt __ Bright...
 

Irreecha.pptx

  • 2. Irreecha 1.Kuushonni dur irraa kaasanii irreeffannaa qabu. Uummata kana keessaa tokko Oromoodha. 2.Oromoon sirna Gadaatti aansee kan sirriitti ittin beekamu, Irreechani. 3.Dhaabbilee sirni Gadaa ijaare keessaa tokko Irreecha. 4.Irreeffannaan jiruufi jireenya Oromoo irraa adda kan bahu miti. 5. Jireenya guyyaa guyyaatti, Oromoon waaqa isaa ni kadhata, ni galateeffata. 11/15/2023 2
  • 3. 6. Akka hiikaa amma jirutti, irreechi faajjii eenyummaa Oromooti. 7. Ibsituu tokkummaa, Ayyaana Oromoon garaagarummaa siyaasaa fi amantii malee kabajuudha. 8. Irreechi waltajjii araaraa, tokkummaa, jaalalaa, bakka wal- argaa Oromootaati. 9. Egaa kana irraa ka’uun, Irreechi hiika heddu qabaatus, inni guddaa fi ijoon kadhaa fi galateeffannaadha. 10. Kadhaa fi galanni godhamu kunis iddoo fi yeroon kan murtaa’edha. 11/15/2023 3
  • 4. 11. Irreechi gaafa kabajamu, uumamaan uumaa galateeffatu. 12. Kunis marga jiidhaa, lalisaa ta’e, yoo margi jiidhan hin jirre immoo baala mukaa jiidhaa ta’e qabachuuni. 13. Irreechi kutaa Oromiyaa garaagaraa fi biyyaan alatti bakka garaagaraatti kabajamus, giddu- galeessan Oromoon hundi bahee Hora Finfinnee fi Arsadiitti Kabaja. Kuni Irreecha sabaati. 11/15/2023 4
  • 5. Gosoota Irrechaa •Irreecha Tulluu: Kun Tulluu gubbaatti roobaa fi nagaaf kadhatama. •Tulluun waa malee lafa diriiraa hin caalle. Waaqattis dhiyoodha. Kanaaf waaqni namaaf dhaga’a jedhamee amanama. •Kessumattuu yeroo roobni hafee fi hongeen dheerate kun kan raawwatu. 11/15/2023 5
  • 6. Irreecha Malkaa •Malkaati: Kan naannoo qama bishaanitti ta’a. Bakka uumama kanaan Waaqaf galata itti galchaniidha. •Akkasumas nagaaf waaqa itti kadhataniidha.  Malkaan mallattoo qulqullinaati  Lubbuudha- isa malee jiraachun hin danda’amu.  Malkaan wayyuudha/ulfoodha. Madda cufuun hooda.  Malkaan hafuura nagaati, hafuura fayyummaati fi abdiidha jedha Oromoon. 11/15/2023 6
  • 7. Yoom Eegale? - Yeroon isaa qabatamaan beekamuu baatus, - Akka ragaan seenaa tokko tokko jedhutti, Oromoon Irreecha kana kan jalqabe, waggaa kuma 6000 dura akka ta’eedha. 11/15/2023 7
  • 8. Maal kadhata Oromoon? Oromoon Waaqa kan kadhatu; Nagaa, Rooba, Jaalala, Tokkummaa, Araara fi waan waaqni kenneef hundaaf immoo waaqa isaa galateeffata. 11/15/2023 8
  • 9. Waaqni kun eenyu? Oromoon kan amanu, kan fakkaattii hin qabne, waaqa tokkicha, abbaa kennaa waan hundaa, abbaa uumama kanaati. 11/15/2023 9
  • 10. Irreechi Maalif Birraa Kabajama? Yeroo hunda irreechi Masqalaan booda kan kabajamu. Kunis Oromoon osoo Masqala hin gubin hin irreenfatu. Masqala gubuun gara ifaatti bahuu agarsiisa. Sanaan booda kan irreechi kabajamu. - Birraan yeroo quufati jedhama Oromoo biratti. - Yeroo hundi abdiin itti guutudhamuudha - Birraan yeroo namni roobaa fi dukkana gannaa keessaa gara ifa birraatti bahuudha. - Yeroo lagni guute darbee firri wal qunnamuu fi walitti dhufee wal dubbisuudha. - Birraan yeroo sodaan baduudha. 11/15/2023 10
  • 11. Irreecha dura maaltu raawwatama? - Osoo masqala hin ibsin, Irreecha hin dhaqan. - Torban tokko dursee Oromoon waan raawwatu qaba. - Kan waldhabe ni araarama. - Garaa qulqulluun gara bakka irreechaa deemta. - Haaloo/gadoo garaatti qabachuun waaqa kadhachuun hin danda’amu. - Namootni yoo waldhaban, osoo gara irreechaa hin dhufin achuma bakka jiraatanitti araaramu. Namootni yoo walitti araaraman waaqatu namaaf dhaga’a jedhamee amanama. 11/15/2023 11
  • 12. Bu’aan Irreechaa Maali? - Oromootni kallattii garaagaraa irraa dhufuun achitti wal arguun nageenya naannoo ofii fi biyyaa wal gaafatu. - Walitti dhufeenya namootaa, gosaa, sabootaa fi biyyootaa ni jabeessa. - Yeroo ammaa kana waltajjii sabootaa fi sablammootaa ta’eera. - Madda galii tuuriziimii cimaa illee ta’aa dhufee jira. 11/15/2023 12
  • 13. Irreechi Maalif Dilbata Kabajama? - Kun dirqama miti. - Akka abbootin Gadaa murteessanitti: - Kuni kan ta’e yeroo dhiyoo keessa. Murtii boordii Machaa fi Tuulamaatin. - Haa ta’u malee Dilbata ta’uun mormii kaase hin qabu. - Guyyaan kun guyyaa hojiin idilee hin jirreefi namoota hedduf guyyaa mijatuudha. 11/15/2023 13
  • 14. Kadhaafi Galateeffannaa taasifamu; - “Kan ganna bacaqii nu oofkalchite, - Kan dukkanaa gara ifaatti nu baste, - Kan kan facaafne nuuf biqilchite, - Sa’aa namaa kan nagaa nuuf kennite, - Galanni siif haa ta’u. - Midhaan biqilchite namaaf simbira waliin nu soori. - Bara nagaa, kan quufaa nuuf godhi. - Yaadaf hawwii keenya nuuf guuti” jedhanii kadhatu. 11/15/2023 14
  • 15. Sirboota garaagaraan dabaalamuuni irreechi kan kabajamu Mareeyoo (*3) Alaa mana nuuf toli yaa ayyoleewoo Mareewoo(*3) Mee nutti araarami yaa ayyoleewoo…. • Kan biraa immoo Gabbisayyoo ---hoo-hoo Roobee lafa gabbisee Gabbisayyoo ---hoo-hoo roobee nafa nuuf ga’i Gabbisayyoo ---hoo-hoo- yaa waaqi ati nuuf na’ii 11/15/2023 15
  • 16. Irreechaa fi Amantii - Amantiin kamiyyuu qaama aadati. - Gochootni aadaa fi amantiin wal qabatan heddu keessatti argamu. - Kan amantii kamuu faallessuu fi balleessu miti. - Waan waaqni kenne hundaaf galata galchuudha. - Kanaaf amantiin osoo wal hin qoodin, Oromoon hundi akkuma Kanaan duraa irratti hirmaatu. 11/15/2023 16
  • 17. Ilaalchota Dogoggoraa/Misconceptions - Namootni baay’en akka agarsiisa aadatti warri ilaalan jiru. - Kaan immoo kuni kan amantii tokkoo qofa warri jedhan jiru. - Amantii biroon waan wal faallessu akka ta’etti warri ilaalan illee jiru. - Oromoon tulluu ykn laga miti kan waaqeffatu. 11/15/2023 17