More Related Content

Gabaasa Pirojektii 2011.pptx

  1. Gabaasa Pirojektii Bara 2011 • Gabaasa Pirojektii Bara 2011
  2. Lakk Gosa Pirojektii Baayina Pirjektii 1 Ijaarsa Hospitaalotaa 3 2 Ijaarsa Buufata Fayyaa Haara 4 3 Ijaarsa Blokii Baqaqsanii Yaal 8 4 Ijaarsa Blokii Dabalataa BF 16 5 Ijaarsa KF Dhaloota Lammataati 3 6 Ijaarsa Gamoo Waajjira EFG 1 7 Ijaarsa MDR Hospitaala L/Gannet 1 8 36
  3. Maqaa Pirojektii Iddo itti argamu Bara Ijaarsi Eegalame Bara xumuurame H/Dedoo 90% Xumuura me Hojii akka eegalu Taasifameera BEF Iluu N/Benja 2007 2011 Gamoo WEF Godinaa Jimmaa 2008 2011 Gamoo Dabalataa Baasoo Sokorruu 2008 2011 Gamoo Dabalataa Kusaayee Dedoo 2008 2011 Gamoo dabalataa O/Hidhataa Dedoo 2010 2011 Mana jireenya Algaa Q/mujjaa L/Saqqaa 2010 2011 Mana jireenya Hasanuppee Manchoo 2010 2011 Blookii baqasanii yaaluu Molee M anchoo 2007 2011 Blookii baqasanii yaaluu L/Shayii Gommaa 2008 2011
  4. BF Iluu:- hordoffii fi deeggarsa godhameen bara kana xumuramee hojii jalqabeera.
  5. Pirojektoota Ijaarsi Isaanii itti fufee jiru Maqaa Pirojektoota ((Ongoing) Iddo itti argamu Bara Ijaarsi Eegalame Raw.fizikaa.hanga Wax. 30/2010 Raw.fizi. hanga Waxabajji 30/2011 1 H/Diimtuu X/Afataa 2008 70% 95% 2 H/L/Saqqaa L/Saqqaa 2008 50% 80% 3 BEF Qubo Salaja Geraa 2,007 70 75 4 BEF Kobolchaa Qarsa 2,007 65 78 5 Gamoo dabalataa Caamii Caggoo Gommaa 2,010 10 65 6 Gamoo dabalataa Seechaa Geeraa 2,010 10 95 7 Gamoo dabalataa Bakkee Guddoo S/coqorsaa 2,010 5 60 8 Gamoo dabalataa Gesechaa Saxxammaa 2,010 - 50 9 Mana jireenya Dafqallaa Dedoo 2,010 - 50 10 Mana jireenya Daakkanoo Ilkee O/Beeyyam 2,010 - 60 11 MDR Hospitaala L/Gannat L/Kossaa 2,010 60 70
  6. OR Blokii Molee,IPD Kusayee,M/Jireenya A/Q/mujja fi M/J D/ilkee OR MOLEE IPD Kusayee IPD Baasoo D/Ilkee Staff House
  7. B. Irgiboo • Kaffaltiin xumuraa kaffalamee ijaarsichi xumuramee jira.
  8. Pirojektoota Haaraa Bara kana (2011) kennaman Maqaa Pirojektoota Haaraa Iddo itti argamu Bara Ijaarsi Eegalame Bara xumuuramU Ibsa Ijaarsa Gamoo Dabalataa Buufata Fayyaa(IPD) 1 Gamoo dabalataa Offolee Dedoo 2,011 2012 Advaansiin Kennamee Meeshalee Galchuun hojiin eegalamee jira 2 Gamoo dabalataa Irgiboo Manchoo 2,011 2012 3 Gamoo dabalataa Ciimmee L/Kossaa 2,011 2012 4 Gamoo dabalataa C/ Nagaa O/Naaddaa 2,011 2012 5 Gamoo dabalataa G/ Mullataa Maannaa 2,011 2012 6 Gamoo dabalataa G/ Kuree Guumay 2,011 2012 7 Gamoo dabalataa N/Bidaaruu O/Naaddaa 2,011 2012 Ijaarsa Mana Jireenyaa Hojjattota BF 8 Mana jireenya O/ Carikkoo Geeraa 2,011 2012 9 Mana jireenya M/ Kotichaa A/Gomma 2,011 2012 10 Mana jireenya G/ Bakkee S/Coqorsaa 2,011 2012 11 Mana jireenya Gooluu Co/ Botor 2,011 2012 12 Mana jireenya Solloqaa N/Beenjaa 2,011 2012
  9. Proojaktoota waliigalteen isaanii addaan Citee IMX Biraaf Kenname MaqaabPirojektii Iddoo itti ragamu Bara Ijaarsi Eegalame % Irra jiru 1 OR Block jimaate L/kossaa 2008 80% 2 OR Block Asandaaboo O/Naaddaa 2008 80& 3 OR Block Bashaashaa Gommaa 2008 65% 4 Blookii dabalataa Daakkannoo Ilkee O/Naaddaa 2008 40% 5 Blookii dabalataa saqqaa L/Saqqaa 2008 40%
  10. Keellaa Fayyaa Dhaloota Lamaffaa 3(sadi) Keellaa Fayyaa Dhaloota Lamaffaa 3(sadi) • Caalbaasiin bahee jira
  11. • Buufata Fayyaa Quubboo Sallajjaa • Buufata Fayyaa Kombolchaa • OR Blookii Beenjaati • OR Blookii Ciiraa
  12. Rakkoowwa Hoji ijaarsa Pirojektiitin walqabatanii jiranu • Harkifannaa Calbaasii Yeroon Bahuu dhabuu • Harkifannaa Koreewwanii • Kaffaltii Mirkaneessuuf Harkifanna Gama Waajjira Konistrakshiinitiin jiraachuu • Harkifannaa Baajanni Gubbaa Gadi bu'uu dhabuu • Rincica Gama Kontoraktariitn jiru fi Hojii dhiisani baduu • IMX'an Keenyaa Muuxannoo fi Kutannoo dhabuu
  13. Rakkoowwa Hoji ijaarsa Pirojektiitin walqabatanii jiranu • Hordoffiin Ijaarsaaf Godhamu Laafaa ta'uu • Haala Qilleensaa fi teessuma lafaa rakkisaa ta'uu • Kaffaltii Gaafatame Hatattamaan kaffaluu Xiyyeeffanna kennuu dhabuu. • Deeggarsi Waldaalee IMX'f taasifamu Gama sektaroota IMX fi BLTO Laafaa ta'uu(IMX'n Hubannoo Dhabuu)