Barumsa 'Bu'uraalee Ogumaa' jedhuun wal qabatee yaada bu'uuraa waan ta'u (Maalummaa Ogumaa) kaahuuf, walii hiruuf ka'uumsa ta'aa laata. Guddinaa fi dagaaginni ogumaa fi Afaan Oromoo keessattis gama kanaan irratti hirmaachuun ni danda'ama jedheen yaada.