Advertisement
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
Advertisement
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
Advertisement
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
Advertisement
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
Advertisement
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
(Maqaa Rabbii new).docx.pdf
Upcoming SlideShare
Imam yasinan rutin tq print okeImam yasinan rutin tq print oke
Loading in ... 3
1 of 22
Advertisement

More Related Content

Advertisement

(Maqaa Rabbii new).docx.pdf

  1. Maqootii Allah Asmaa'ullaahul Husna Maqootii Allah Gaggaarii 99 1. Ar­Rahmaan­Kan Rahmann isaa waa hunda wal­gahe,ulaagaa iimaanaa malee 2. Ar­Rahiim­Kan kennaa gurguddon nama isatti amane qananiisu. 3. Al­Malik­((Mootummaa waa hundaa kan
  2. Maqootii Allah qabu yeroo mara 4. Al­Qudduus­Qulqulluu 5. As­Salaam­Nagaya Burqaa nageenya hundaa 6. Al­Mu'minu­ Kan imaana kennu 7. Al­Muheeyminu))­Wabii, Dahoo kan uumama isaa eegu, tiysu 8. Al­Aziiz­Kan Humni/Aangon isaa hin laafne kan yoomiyyu hin mo'atamne 9. Al­Jabbaar­Dirqisiisaa kan uumamni
  3. Maqootii Allah hundi akka inni fedhe ta'uutti dirqamu 10. Al­Mutakabbir­Kan if Guddise, Kan guddina isaa waa hunda keessatti mul'isu 11. Al­Khaaliq­Uumaa Kan waa hunda dhabarraa arkamsiise 12. Al­Baari'u­Kan eega Uume, gara (sadarkaa) biraatti naanneysu ykn jijjiiru. 13. Al­Musawwiru­Kan waan Uume unkaa,bifaafi boca ifiin fedhetti arkamsiisu
  4. Maqootii Allah 14. Al­Ghaffaar­'Araaramaa Kan daddebi'e namaaf araaramu 15. Al­Qahhaar­Boji'aa/Caccabsaa kan waa hunda if­jalatti too'atu 16. Al­Wahhaab­Kennaa kan kennaa isaatin daangaa malee nama badhaasu 17. Al­Razzaaq­Waan uumamni itti haajamu hunda kan kennuuf, qallabaafi, k,k,f,. 18. Al­Fattaah­Kan Banu/furaa hulaa
  5. Maqootii Allah dhimma diinii duniyaa hunda 19. Al­Aliim­Beekhaa waa hundaa Kan wanni takkallen beekumsa isaa jalaa dhokochuu hin dandeenye 20. Al­Qaabid­Xiqqeysaa ykn qabataa kan hikmaa isaatin abbaa fedhef bal'isee,kan fadherraa gabaabsu 21. Al­Baasix­Bal'isaa Hikmaa isaatin kan nama fedhef rizqii bal'isu
  6. Maqootii Allah 22. Al­Khaafid­Xiqqeysaa Kan sadarkaa (kabajaa) nama fedhee gad buusu, gadi­ galoo godhu 23. Ar­Raafi'u­Ol­Fuudhaa Kan nama fedhef sadarkaa ol kaasu 24. Al­Mu'izzu­Abbaa kabajaa Kan kabajaa namatti godhu 25. Al­Muzillu­Salphisaa kan Nama haqa dide Salphisu 26. As­Samii'u­Dhageyaa Waa hunda kan
  7. Maqootii Allah dhagayu,fagaattus,gad­qabdus,isaaf tokkuma 27. Al­Basiir­Argaa Kan waa hunda argu, dhokottuu fi mullattus,iddoo kamittuu 28. Al­Hakam­Kan Haqa Murteessu Kan Dhugaa Murteessee, murtii isaa raawwachiisu 29. Al­Adlu­Wal­Qixxeessaa Kan Hundaafu Haqaan murtii godhu 30. Al­Laxiif­Gamna Hundarraa Kan Waa
  8. Maqootii Allah hunda haqiiqaa isii beeku Kan uumamni haqiiqaa isaan beyne 31. Al­Khabiir­Keessa beekhaa waa hundaa 32. Al­Haliim­Kan akkaan obsa qabu 33. Al­Aziim­Guddaa hundaa olii 34. Al­Ghafuur­Abbaa dhiifamaa, Araaramaa 35. Ash­Shakuur­Galateeffataa kan
  9. Maqootii Allah dalagaa xiqqoo gabrichaa dachaan Galata galchuuf 36. Al­Aliyyu­Ol­Aanaa kan waa hundaa ol tahe 37. Al­Kabiir­Guddaakan guddina hoonga gahe qabu 38. Al­Hafiiz­Tiksaa kan waa hunda tiysu 39. Al­Muqiit­kan waa hunda qallabu 40. Al­Hasiib­Herragaa kan hojii gabrottan isaa herragu
  10. Maqootii Allah 41. Al­Jaliil­Saahiba Guddinaa kan ulfina qabu 42. Al­keriim­Arjaa Honga gahe 43. Ar­Raqiib­Kan ilaalu/Daawwatu waan fedhe laaluf kan dhihoo jiru 44. Al­Mujiib­Owwaataa Kan kadhaa gabroottan isaa qeebalu 45. Al­Waasi'u­Kan Bal'aa (beekumsaan)Kan beekumsi isaa waa hunda
  11. Maqootii Allah marfate 46. Al­Hakiim­Hayyuu Kan waa hunda bakka isiin malu kaayu 47. Al­Waduud­Jaalataa, Jaalamaa 48. Al­Majiid­Kabajaafi faaruu guutuu kan qabu 49. Al­Baa'isu­Kan du'aa kaasukan eega du'ani nama jiraachisu 50. Ash­Shahiid­Ragaa kan tokkichummaa
  12. Maqootii Allah isaa ragaa bahe 51. Al­Haqqu­Dhugaa/isa dhugaan jiruinnis dhugaa, jechi isaatis dhugaa 52. Al­Wakiil­Irkoo Isa waa hundi itti irkatu, irkof gahaa 53. Al­Qawiyyu­ Jabaa/isa Humna hunda qabu 54. Al­Matiin­Dhaabbataa/isan Jijjiiramneisan shaaramne, hin laafne
  13. Maqootii Allah 55. Al­Waliyyu­Gargaaraa, Tiysaa, Kunuunsaa gabricha isaa 56. Al­Hamiid­Isa Faaruun male,Kan faarfamuu qabu, haqa godhatu 57. Al­Muhsii­Isa waan uume hunda Lakkoofsaan beeku, argu 58. Al­Mubdi'u­Isa Uumama waa hundaa Jalqabe fakkenyi isa dura Osoon jirre 59. Al­mu'iid­Isa waan dhabame, nyaadhame deebisee Uumuu danda'u
  14. Maqootii Allah 60. Al­Muhyii­Jiraachisaa isa waan lubbuun qabne itti godhu 61. Al­Mumiitu­ Ajjeesaa 62. Al­Hayyu­Jiraataa kan hin duune isa jiruun isaa wahirrattin hundooyne 63. Al­Qayyum­If­Gahaa Kan Jireenyi waa hundaa isarratti irkatu garuu, ofii humaattin haajamu 64. Al­Waajidu­ Isa waan dhabame/bade
  15. Maqootii Allah Argu 65. Al­Maajidu­Isa dhugaan dandeettii isaa waa hunda kessatti garsiisu 66. Waahidu­Tokko/Kan waan biro irraa addaa kan wanni akka isaan jirre 67. Al­Ahadu­Tokkicha laman taane 68. As­Samadu­­Dureysa hin haajamne Kan waa hundi itti haajamu. 69. Al­Qaadiru­­Dandayaa Isa dandeettiin isaa daangaan qabne
  16. Maqootii Allah 70. Al­Muqtadiru­ Dandeessisaa dandetti kan uumu 71. Al­Muqaddimu­ Dura­Aansaa 72. Al­Mu'akhiru­ Booda­Aansaa 73. Al­Awwalu­Kan Duraa Isa waa hunda dura jiru 74. Al­Aakhiru­Kan Boodaa Kan wanni Isa booda hafun jirre 75. Az­Zaahiru­Mul'ataa Isa nama hikmaa
  17. Maqootii Allah isaa kessaan beekuu barbaaduf kan mullatu 76. Al­Baaxinu­Dhokotaa Nama qaama miiraatin isa arkuu fedhe jalaa kan dhokotu 77. Al­Waalii­Bulchaa/Hogganaa/ Gaggeessaa waa hunda too'atu 78. Al­ Muta'aalii­Ol­Tahaa Isa waan Uumamni qabu/fakkaatu qabaachuu/fakkaachurraa fagaate 79. Al­Barru­Tola­Oolaa 80. At­Tawwaabu­Isa Hogguu namaa
  18. Maqootii Allah deebi'unama garasaa deebi'u jaalatu 81. Al­Muntaqiimu­Isa Hijaa Bahu(mujrimtootarraa) 82. Al­Afuwwu­Kan Badii guututti namaa dhiisu 83. Ar­Ra'uufu­Kan namaa rifatu, osoo akka namaanlaalle arjoomu 84. Maalikul­Mulki­ Mootii Moototaa 85. Zuljalaali­Wal­Ikram­Abbaa
  19. Maqootii Allah Guddinaafi Kabajaa waliigalaa 86. Al­Muqsixu­Kan Wal­Qixxeeysu Haqaan 87. Al­Jaami'u­Kan Waan Uume hunda Walitti Qabu 88. Al­Ghaniyyu­Dureessa Humaattin Haajamne Guutumaa Guututti If­danda'aa 89. Al­Mughniyyu­Duroomsaa Isa durooma nama fedhef kennu
  20. Maqootii Allah 90. Al­Maani'u­DhoorgataaIsa hamtuu namarraa qabu 91. Ad­Daarru­Isa Hamtuun nama tuqu 92. An­Naafi'u­''Kan nama fayyadu Hamtuurraa nama Eewala 93. An­Nuuru­Ifaa Ifaa Samiifi, dachii kan tahe 94. Al­Haadi­Qaceelchaa Isa waa hunda
  21. Maqootii Allah Uumee, waan uumamtef irratti qajeelche 95. Al­Badii'u­Kan Jalqaba Hawaa kan duraan hin jirre, ilaallata malee argamsiise 96. Al­Baaqii­Waaraa/Kan Bakkatti hafu.Wanni hundi ni dhumti, fuula isaa malee 97. Al­Waarisu­ Dhaalaa Kan waa hunda Dhaalu 98. Ar­Rashiidu­ Barsiisaa Gaarii
  22. Maqootii Allah 99. As­Sabuuru­Kan akkaan Obsa qabu
Advertisement