Boqonnaa 6
Bineeldota Mit-selomeetii (Acoelomate Animals)
I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee)
 Bineeldotni kunniin ...
•
•
•
•

•

•
•
•

Ammaan 1mm - naannoo 10m ga’u
Sirni geejiba dhangala’oo ykn kan dhiigaa hin jiru;
 Qaamnii diffushinii...
• Qaama lallaafaa qabaachuudhaan beekamu.
 Miseensotni maxxantoota ta’an (Fkn: raammoo heexoo) caasaa
 Buullaa’insa soor...
 Caasaan bullaa’insa soorataa inzaayimoota qabu.
 Adamsitootni laanqessaa ippiidarmiirratti qophaa’aniin adamamtoota
sak...
•
•

1.3 Ijaarsa Qaamaa fi Dalgaalee Adda Addaa
1.3.1 Bocaa fi Caasaa
Raammoo batteen bifaan battee dha.
Simeetirii cin-la...
•
•
•

•
•
•
•
•

1.3.2 Usaansaa fi osmooriguleeshinii
Geejibni O2 fi soorataa diiffuushiniin raawwata.
 Geejibi wantoota...
•

Tokko tokko keessatti sirna narvii gara mataa (‘cephalic nerve’)
 baay’ee dagaagee fi
 dandii dhaamsa deebistuu fi dh...
•
•








1.3.4 Walhormaataa fi dagaagina raammoo battee
I. Walhormaata
A) Saallessaa:- Raammoo batteen
Monoecious...
 Dagaaginni miciree garaagarummaa agarsiisa.
• Kallattiin yookaan immoo
• keessummeessitoota adda addaa keessa darbuu fi
...
•
•

•
•
•
•
•
•

Marsa jireenyaa filuukii tiruu (‘Liver fluke’)
Filuukiin tiruu maxxantuu keessaa
 vertebireetoota gurgu...
•
•
•
•
•
•
•
•
•
•
•

Serkaariyaan bishaan daakuun keessummeessituu isaa yeroo argatu gogaa
uruun seenee karaa sirna geej...
•

Maashaa keessummeessituu giddugaleessa keessatti onkoosfeeriin
sistiiserkusiitti /hkkoo 6 qaba/ jijjiirama.

•

Dhandha...
•
•
•
•
•

•

•
•

Gita 1. Tarbulaar iyaa
Bishaan (ashaboo fi haaraa) jala bilisaan jiraatu.
Rifeensee gar-jalaa fi maasha...
•
•
•
•

Tuqaa ijaa ooseelii (‘Ocelli’) jedhaman qabu.
Qaamni keemikaalotaa fi tuqaatiif miiraawaa dha.
Sirna marsaa dhiig...
•
•

•
•
•
•
•
•
•

Giilii taaddipooliitti qabachuun hadhooftuu seenuu danda’a.
Walhormaatni isaanii walhormaata keessumme...
•
•
•
•

•

•
•
•
•
•

Gita 4: Sistoodaa (Raammoo heexoo)
Hundi maxxantoota keessaa vertebireetotaa ti.
Qaami batteedha, g...
Upcoming SlideShare
Loading in …5
×

Acoelomates boq. 6

1,064 views

Published on

Acoelomates boq. 6

Published in: Education
0 Comments
0 Likes
Statistics
Notes
  • Be the first to comment

  • Be the first to like this

No Downloads
Views
Total views
1,064
On SlideShare
0
From Embeds
0
Number of Embeds
1
Actions
Shares
0
Downloads
4
Comments
0
Likes
0
Embeds 0
No embeds

No notes for slide

Acoelomates boq. 6

  1. 1. Boqonnaa 6 Bineeldota Mit-selomeetii (Acoelomate Animals) I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee)  Bineeldotni kunniin baqqaan-sadee  Bakka keessa qaawwaa bullaa’insa soorataa qofa qabu. I.Murna Pilaatihelmentii (Raammoo Battee) 1.1 Amaloota Waliigalaa Pilaatihelmentii  Irraa jalaan boca battee qau  Jijjirama dagaaginaa (‘Progressive evolution’) 4 agarsiisaniiru. Isaanis dagaagina  baqqaana sadi’ii ( triploblastic)  simeetirii baayilaateraalii (cin-lamee)  sadarkaa sirna qaamaa fi  gar- mataa (cephalization) fi qindoomina nervoota dhaamsa geessituu fi deebistuu ti.
  2. 2. • • • • • • • • Ammaan 1mm - naannoo 10m ga’u Sirni geejiba dhangala’oo ykn kan dhiigaa hin jiru;  Qaamnii diffushiniif mijataadha. Sochii si’aa’aa ta’e agarsiisu. Murni kun : Gitoota maxxantootaa sadii fi  Bilisaan jiraatu tokko qaba. Maxxantooti jijjiirama  Bocaa (‘anatomy’)  Adeemsa dalagaa qaamaa (‘physiology’) fi  Amalaa (‘behavioure’) agarsiisaniiru. Kun madaqiinsa haala jireenyaaf jecha jijjiirrataniiru. Sanyiiwwan jiraattotaa 15,000 ol qabu Afaan qabu, garuu qaawwaa xuraawaa ittiin dhabamsiisan adda ta’e (‘anus’) hin qaban
  3. 3. • Qaama lallaafaa qabaachuudhaan beekamu.  Miseensotni maxxantoota ta’an (Fkn: raammoo heexoo) caasaa  Buullaa’insa soorataa hin qaban.  Kun madaqiinsa maxxantummaa dha      1.2 Bidoollee fi Soorannoo Raammoo Battee Bidoolleen mala jireenyaa isaanii waliin adeema. Pilaaneeriyaa bilisaan jiraatu.  Baay’inaan bishaan ashaboo  Murasi bishaan haaraa.  Bineeldota xixiqqoo adamsuudhaan Sooratu.  Kan raqa-nyaattummaan jiraataniis jiru. Isaan kun Afaan, Qoonqoo fi Mar’immaan dhumarratti duudaa ta’e qabu
  4. 4.  Caasaan bullaa’insa soorataa inzaayimoota qabu.  Adamsitootni laanqessaa ippiidarmiirratti qophaa’aniin adamamtoota sakaalanii qabatu.  Rammoo batteen maxxantoota ta’an: keessa ykn  ala bineeldota biroorra jiraatu.  soorata daakamaa, ykn dhangala’oo keessummeessitootaa keessa sooratu.  caasaa ittiin keessummeessitoota isaanitti qabatan mataa irraa qabu.  Iskooleksii (‘scolex’) jedhamu qabu.  Iskooleeksiin maxxansituu biraa sakerii (‘sucker’) qaba.  Sakeriin gara gadiitti siqee cinaalee irratti argamuu.  dirtuun biroo immoo gara fiixeetti argama.  Caasaalee kanaan xuuxuun sooratu.  sirna bullaa’insa soorataa isaan hin barbaachisu.
  5. 5. • • 1.3 Ijaarsa Qaamaa fi Dalgaalee Adda Addaa 1.3.1 Bocaa fi Caasaa Raammoo batteen bifaan battee dha. Simeetirii cin-lamee waan qabaniif qaama: cina bitaa fi mirgaa (left and right)  gara jalaa fi gara irraa (dorsal and ventral)  gara fuul-duraa fi duubaa (anterior and posterior) qabu. Raammoo batteen bilisaan jiraatan: nafa gara jalaa caasaaleen rifeensee fakkaatan qabu.  sigigaachuun socho’uuf gargaaru. Nafi maxxantootaa tegumentii ykn kuutiikiliin aguugamera.  Inzaayimii keessummeessitootaan akka hin daakamneef ittisa. Tarbulaariiyaa keessatti maashaaleen keessaa fi rifeenseen sochiif gargaaruu. Raammoo batteen sirna lafee hin qaban.  Utubbiin qaamaa dhiibbaa bishaaniin deggarama.  • • • •
  6. 6. • • • • • • • • 1.3.2 Usaansaa fi osmooriguleeshinii Geejibni O2 fi soorataa diiffuushiniin raawwata.  Geejibi wantootaa sochii qaamaan saffisiifamuu danda’a. Pilaatihelmentiin baay’ee ujummoo usaansaa pirootoonefiriidaa qabu.  Dhangala’oon qaama keessaa seelota fileemiin gara ujummoo kanaatti yaa’u. Ashaboon ujummoo kanaan xuuxamee gara qaamaatti deebi’a. Xuriin bishaan darbaa karaa ujummoo nefiriidoofoori jedhamuu gara alaatti ba’a. 1.3.3 Sirna narvii fi qaamota miiraa Narvineettii salphaa irraa amma narvii walxaxaatu argama. Sirni narvii raammoo battee  cin-lamee kan ta’ee fi  gaangiliyanii serebiraalawaa ta’e of-keessaa qabuu.
  7. 7. • Tokko tokko keessatti sirna narvii gara mataa (‘cephalic nerve’)  baay’ee dagaagee fi  dandii dhaamsa deebistuu fi dhaamsa geessituu kan qabuu dha. • Haaluma kanaan dhaamsi qaamota miira adda addaa qaqqabuun adeemsi qindoomina dalagaalee adda addaa ni raawwata. • Raammoo battee adda addaa keessa sirbidduuwwan miira adda addaa fudhan jiru. • Kanneen keessaa muraasi  Saakerii keessa sirbiduu tuqaatii (‘tactile receptor’) Fkn. Raammoo filuukii, fi tarbulaariyaa  Sirbiduu keemikaalaa (‘chemoreceptors’) gara mataa tarbulaariyaa Foolii adamsitootaa fuudhuun hordofuuf (‘chemotaxis’) gargaara.  Sirbiduun ifaa (photoreceptor)qaama turbeelariyaa irratti argama. Ifa irraa fagaatu (‘negative phototactic’)
  8. 8. • •       1.3.4 Walhormaataa fi dagaagina raammoo battee I. Walhormaata A) Saallessaa:- Raammoo batteen Monoecious /qaama saalaa kormaa fi dhalaa orgaanizimii tokkicha irraa/. Goonaadii ispeermii qopheessuu fi hanqaaquu qopheessu qabu. Goonaadiin kormaa  Xannachoota dhangala’oo qopheessan,  Ujummoolee fi  Maashaalee ispermii dabarsaniin badhaadhaa dha. Misoomni hanqaaquu keessoo (‘internal fertilization’) dha. Raammoo batteen tokko tokko luuxii (‘hermaphrodite’) dha. Fkn: Raammoo Heexoo. Kaan immoo ispeermii waljijjiiruun fartilaayizeeshinii alagaa gaggeessu. Fkn: Tarbulaariyaa.  Adeemsa armaan olii lameeniin misooma kan gaggeessanis ni jiru.
  9. 9.  Dagaaginni miciree garaagarummaa agarsiisa. • Kallattiin yookaan immoo • keessummeessitoota adda addaa keessa darbuu fi • sadarkaa jiisaa qabaachuun walxaxaa ta’uu danda’a. B) Alsaallessaa  Raammoo battee keessaa tarbulaariyaan • Dalga citee dagaaguun (‘regeneration’)niin beekama. Fkn pilaaneeriyaan II. Marsa jireenyaa • Marsaan jireenyaa raammolee battee maxxantootaa walxaxaa dha. • Irra caalaa yoo xinnaate keessummeessitoota 2 barbaadu, – keessummeessaa jalqabaa (10 host) fi – keessummeessaa lammaffaatti (20 host) fayyadamu. • Akka fakkeenyaatti marsaan jireenyaa filuukii tiruu fi raammoo heexoo armaan gaditti kennamaniiru.
  10. 10. • • • • • • • • Marsa jireenyaa filuukii tiruu (‘Liver fluke’) Filuukiin tiruu maxxantuu keessaa  vertebireetoota gurguddoo (hoolaa, re’ee, loon fi  yeroo tokko tokko namaa) ti. Ga’eessi hadhooftuu tiruu keessa jiraata. Hanqaquun misoome karaa ujummoo hadhooftuu mar’immaan seenee bobbaa wajjin gara alaatti baha. Bishaan keessatti jiisaan miraasiidiyamii hanqaaquu kana keessaa baha. Miraasiidiyemiin cilalluu huree lixa (20 host) Cilalluu keessatti miraasiidiyem iirraa sadarkaan ispooroosistii kan alsaallessaan walhoruu danda’u uumama. Ispooroosistii keessatti jisaan raadiyaa jedhaman hedduun ni uumamu. Jiisaa raadiyaa keessaa dhumarratti jiisaa seerkaariyaa gadi-lakkifama.
  11. 11. • • • • • • • • • • • Serkaariyaan bishaan daakuun keessummeessituu isaa yeroo argatu gogaa uruun seenee karaa sirna geejiba dhiigaa hadhooftuutti deebi’a. Marsa jireenyaa raammoo heexoo (‘Tape worm’) Sanyii adda addaa (Taenia solium, T. saginatum’)qaba caasaa walhormaataa, piroogilootiidii hedduu qabu. Piroogilootiidiin tokko cidhaanii fi oovaarii of irraa qaba. Ispeermii fi hanqaaquun piroogilootiidii tokkoo walmisoomsu danda’u. Piroogilootiidota adda addaa gidduuttis misoomni raawwachuu danda’a. Piroogilootiidiin hanqaaquu misoomeen gutame citee bobbaa wajjin gara alaatti baha. Hanqaaquun kun loon (T.saginatum) ykn booyyeen (T.solium) nyaatamuu danda’a. Hanqaaquu Jiisaa onkoosfeer dhaaba mar’imaanii huruun sirna marsaa dhiigaa (SMD) qabata. Dhiigaan baatamee tiruu→onnee→ somba qaqqabuun deebi’ee onnee keessa darbee dhumarratti maashaa lafee bira gaha.
  12. 12. • Maashaa keessummeessituu giddugaleessa keessatti onkoosfeeriin sistiiserkusiitti /hkkoo 6 qaba/ jijjiirama. • Dhandhalchi kun miciree baata • • Raammoon kun gara mar’immaan namaatti deebi’ee marsa isaa xumura. Kun kan ta’u yoo namni foon booy’ee /loonii/ sistiiserkusii kanaan faalame hin bilchaatin nyaatuu dha. 1.4 Ramaddii Raammoo Battee Pilatihelmentiin gitoota afuritti qoodama. • Tarbalaariyaan (bilisaan jiraattoota) • Tiriimaatoodaa • Monoojeeniyaan filuukota. • Sistoodaan gita raammoolee heexoo (minnii) ti. • .
  13. 13. • • • • • • • • Gita 1. Tarbulaar iyaa Bishaan (ashaboo fi haaraa) jala bilisaan jiraatu. Rifeensee gar-jalaa fi maashaa fayyadamuun foqoqu. Adamsistootaa fi raqa – nyaattota. Seelotni ippiidermii laanqessaa maddisiisu. o Laanqessaan kun  qaama jiisuu,  Diinarraa baraaruu,  Soorata sakeelee qabuu fi  wantoota irra jiranitti maxxansuuf fayyada. Kanneen bishaan haaraa keessaa pirootoonefiridaan  dhiibbaa osmoosisii to’atu;  xurii tokko tokkos dhabamsiisu. Xuriin akka amooniyaa diffushiniin dhabamsiifama. Sirna narvii qabu.
  14. 14. • • • • Tuqaa ijaa ooseelii (‘Ocelli’) jedhaman qabu. Qaamni keemikaalotaa fi tuqaatiif miiraawaa dha. Sirna marsaa dhiigaa fi qaama hargansuu hin qaban. Walhormaatni maloota saallessaa fi alsaallessaan raawwata. Gita 2. Monoojeniyaa • Maxxantoota  ala qaama qurxummii (gogaa fi giilii) fi  keessa afuuffee raachaa ti. • Keessummeessituu tokko qofa barbaada, dagaagina kallattii agarsiisu. • Hanqaaquun misoome jiisaa rifeensee qabu onkoomiraasiidiyemi jedhamutti jijjiirama. • Jisaan kun (bishaan daaka) qabsiistuu (huukii fi saakerii)tiin keessummeessituutti qabata. Hanqaaquun kan gadi lakkifamu yeroo raachi walhormaataaf bishaanitti deebi’udha.
  15. 15. • • • • • • • • • Giilii taaddipooliitti qabachuun hadhooftuu seenuu danda’a. Walhormaatni isaanii walhormaata keessummeessitootaa waliin kan walsimudha. – Fkn: Pooliistoomaa. Gita 3: Tiriimaatoodaa Sanyii baay’ee (gara 8000) kanneen bocaan baala fakkaatan of keessaa qaba. Maxxantoota keessaa (‘Endoparasite’) ti. Ga’eessotni maxxantoota vertebireetotaati. Invertebireetotni akka keessummeessituu giddugaleessaatti gargaaru. Sochiin maashaa qofaan malee rifeensee hin qaban. Qabsiistuu (saaker) of irraa qabu. Qabsiistuun gar-duraa qaamaatti argama. Fkn: Filuukii dhiigaa (‘Schistosoma’) Filuukii tiruu (‘Hepatica’)
  16. 16. • • • • • • • • • • Gita 4: Sistoodaa (Raammoo heexoo) Hundi maxxantoota keessaa vertebireetotaa ti. Qaami batteedha, garii mataa (scolex) qabsiistuu saakerii fi huukii qaba. dhaaba mar’immaanitti qabatu Qaamni mataa booda (Strobila) sararaa piroogilootiid jedhamutti qoqqoodama. Piroogilootiidiin qalqalloo wahormaataa jedhamee beekama. Raammoon heexoo cidhaanii fi oovaarii piroogilootiidii tokko irraa qaba of-misoomsuu danda’a. Misoomni alagaas gaggeeffamuu danda’a. Mar’imaan keessatti dhangala’aa “PH” gadi buusuu fi enzaayimootni keessummeessituu akka isaan hin daakneef dhorkan maddisiisu. Ija hin qaban Afaanii fi sirna bullaa’insa soorataa hin qaban. Fkn: Raammolee heexoo adda addaa (T.Saginatus, T. Soleum kkf).

×